Telegram Web Link
#Haadhaa_fi_abbaadhaafโ€ฆ.

โœ๏ธ Ijoolleen tantee guyyaa boruu Rabbiin biratti haadhaa abbaan koo Computer fi bilbila smart naaf bituu didde jettee himannaa sitti hin bantuโ€ฆykn uffata fashion haaraa seene naan binne, ykn touristf biyyoota adda addaa keessa naan hin baane jettee sin kassastu/himattu.

๐Ÿ‘‰๐Ÿผ Garuu himannaan isaanii bifa armaan gadiitiin sitti banamaa beeki:

๐Ÿ‚ Maaliif akkaataa Rabbii kankoo itti gabbaruu fi Rabbiin itti dhihaadhu nan barsiisneโ€ฆ!
๐Ÿ‚ Hiikkaa maqoota Rabbii gaggaarii maaliif na barsiisuu didde, silaa rabbii koo bifa gaariin kadhadha tureeyyuโ€ฆ!!
๐Ÿ‚ Wayta Rakkadhe akkamitti akka Kara Rabbii kootii dheessuu fi wayta baldhinnaas akkamitti akka Rabbiin yaadadhu maaf na barsiisuu diddeโ€ฆ!
๐Ÿ‚ Qurโ€™aanaa fi hadiisa maaf na barsiisuu diddeโ€ฆqurโ€™aanaa fi hadiisatti akkamitti akka dalagu maaf na barsiisuu didde jettee si himattiโ€ฆ!!
๐Ÿ‚ Maaliif Salaata fajriitiif na dammaqsuu diddeโ€ฆ!, akkamitti akka salaata fajrii hordofu maaf naaf hin himne sila?
๐Ÿ‚ Yeroo ani salaata laaffisu maaf na loluu diddeeโ€ฆyeroo ani fedhii lubbuu jalatti kufu maaf na loluu diddeeโ€ฆ!
๐Ÿ‚ Hiriyyaa badaa irraa na fageessuu maaf diddeedha himannaanโ€ฆ!
๐Ÿ‚ Akka ani qaanfadhuu fi qaama koo guutuus dhokfadhuuf maaf na kakaasuu diddan silaโ€ฆ!, maaf ilma abbaan qabne gootanii badheetti na gattanโ€ฆ!
๐Ÿ‚ Fiilmii qaanaa fi fiilmii haraamaa hedduu wayta ani laalu maaf na seeruu didde ummaaโ€ฆ๐Ÿ˜ข

๐Ÿ‘‰๐Ÿผ Addunyaa tanarratti sababa isin nutti laaftaniif jecha dhamaatii guddaa keessa turreโ€ฆsababa keessan akkanatti halaakamne jedhanii himannaa sitti banuuf deemanโ€ฆ.!!

๐Ÿ‘‰๐Ÿผ Boru fuuldura Rabbiitti deebii akkamii akka kennitan uf qopheessaaโ€ฆ.!!

Share๐Ÿ‘‡๐Ÿป

https://www.tg-me.com/tafak_or
Hijaabas ni uffatti barnootas ni barattiโ€ฆ..Inshallaah
Dilbata dhufaa jiruโ€ฆ3/11/2024


Guyyaa badhaasaa fi guyyaa free yaalii keessanii itti argattaniidhaโ€ฆโ€ฆ!!
Keessummooonni affeeramanii isin eegaa jiruโ€ฆ.!
#Gaarummaan_simaafโ€ฆ.!!

โœ๏ธ Gaarummaan ati namaaf taate, galanni isaa nama biratti badus, garuu Rabbii kankee biratti hanga firee goommanaas lafa hin badduโ€ฆ.!!
Kanaafuu gaarii dalagdu namaaf osoon taane, Rabbumaaf jecha dalaguu qabdaโ€ฆโ€ฆ!!

Akkkana jedhan๐Ÿ‘‡๐Ÿป
ุฅู† ุถุงุน ุนู†ุฏ ุงู„ู†ุงุณู ุญูุณู† ุตู†ูŠุนูŠ
‏ู…ุง ุถุงุน ุนู†ุฏ ๏ทฒู ุญุจุฉูŽ ุฎุฑุฏู„ู

๐Ÿ‘‡๐Ÿป

https://www.tg-me.com/tafak_or
#Hijaabeeโ€ฆ.

โœ Akkaa hin barannee jedhan niqaaba uffattee
๐ŸŒธ Ajajaa baasani -> rakkiisuu fedhani::
๐ŸŒธ demee yaani isaanis -> kanuma hin milkoofneef::
๐ŸŒธ niqaba uffatani -> baruumsi hin ta,u jedhuu::
๐ŸŒธ sammuu isaani dadhabaa -> sanin yoo yaadanu::
๐ŸŒธ isheenis uffannaan -> isaanis maraatan::
๐ŸŒธ isheen wan bareeddef -> hedduu ittii hinafuu::
๐ŸŒธ ajajaa rabbii ishii -> isheenis osoo kabajjuu::
๐ŸŒธ karaara akkaa maqtuuf yaadni isanii guddaan -> isheenis sun hin ta,uu jettee::
๐ŸŒธ niqaaba koo uffadhee -> ni baradha jetteen
๐ŸŒธ isheen kan uffattee -> haguuggatteef ::
๐ŸŒธ Ajajaa rabbii bektee -> isaaf ajajamtee::
๐ŸŒธ isheen fuula malee -> sammuu hin Haguggannee::
๐Ÿ‘‰ sammuun ishee banaadha isheen ni barattii....
Ukti tiyya haadha niqabaa...๐Ÿฅฐ
...ni bareedda yomuu Ammas ni bay,annaa bilaasha maf hinafuu...๐Ÿ˜
Le degree nw inji uket ke rasuul ...๐Ÿ‘Œ

Share๐Ÿ‘‡๐Ÿป

https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ๏ธ Jireenyi tun akka Shaamaati:
Takkaa ibsattee irraa fayyadamta, ykn ibidda isaatiin gubattaโ€ฆykn dhaamsitee ufirraa dukkana keessa teettaโ€ฆ.

Galatoomaaa
The history of Damascus (Book)
ุชุงุฑูŠุฎ ุฏู…ุดู‚โ€ฆ
Seenaa Damaaskoo ykn Dimashqaaโ€ฆBiyya tana maaliin beektu mee ?

โœ๏ธ Seenaa islaamaa keessatti kitaaba akkaan ijoo taheedhaโ€ฆ, kitaabni hangana guddatus seenaa keessatti hin jiraata jedhamee hin yaadamuโ€ฆ
is the most important books in the history of Islamโ€ฆ
๐Ÿ‘‰๐Ÿผ is considered the largest biographical dictionary produced in history by a medieval Muslim historian, Ibn Asakir
๐Ÿ‘‰๐Ÿผ Kitaabni kun Jildii 80 olitti kan xumurameedha..waliigalatti fuullisaa 21568โ€ฆ
๐Ÿ‘‰๐Ÿผ Kitaaba akkanaa kana barreessuun umrii guutuu nama gaafata jedhu hayyoonniโ€ฆ.
๐Ÿ‘‰๐Ÿผ Barreessaan kitaabaa #Ibnu_Asaakir jedhamaโ€ฆ.(Rahimahullaah)โ€ฆ

โœ๏ธ Seenaa biyya takkaa qofa barreessuuf kan hangana xaare, osoo Rabbiin laaffiseefii seenaa biyyoota islaamaa guutuu eegalee hoo ?
Garuu namni akka kiyyaaf keetii kan page 100/150 dubbisuun gaara nutti tahuโ€ฆfuula 21568 dubbisuun ni yaadamaa ree ๐Ÿค”

Seenaa islaamaa baradhaaaโ€ฆ

https://www.tg-me.com/tafak_or
Dilbata boruuโ€ฆ.

Guyyaa badhaasaa, badhaafamaan jiraannaan๐Ÿ˜
Guyyaa deebiin gaafii itti kennamuโ€ฆ
Guyyaa muhaadaraaโ€ฆ
Guyyaa Duโ€™aaโ€™ii
Guyyaa affeerraa keessummota hedduuโ€ฆ.maatiin Tafakkur akka hin daganne,โ€ฆ
Namoonni ergaa gabaabaa fi walaloo gabaabduu ergaa guddoo qabdu asirraan dabarfachuu feetan ๐Ÿ“ฅ nu dubbisaaโ€ฆ.

Galgala saโ€™aatii meeqarraa isiniif wayya??
2:00/3:00โ€ฆ.

Comment ๐Ÿ‘‡๐Ÿป
Live stream


Boru galgala inshallaah..keessummoota kabajaa wajjiin
Erga hundeeffamnee waggaa 5 caallee jirraโ€ฆ.



Guyyaan boruu family Tafakkuriif sagantaa addaatiโ€ฆergaa guddaas qabaโ€ฆteessoon osoon guutinโ€ฆ.!
2024/11/15 14:33:04
Back to Top
HTML Embed Code: