Telegram Web Link
Whatโ€™s Islaam? Islaamummaa jechuun maali jedhanii osoo ibsa nuuf kenni jedhanii si gaafatanii mee akkamitti gabaabsitee ibsuufii dandeessa____?



Islaamummaan maali ?
๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
Photo
Warroonni torbee dabre hirmaattan hunduuโ€ฆ.



Guyyaan hardhaa guyyaa firii keessan itti dhageettaniidhaโ€ฆ.hin dagatinaa..!
Guyyaa hardhaa keessummoota kabajaas hedduu qabnaโ€ฆ..asiin gammachuu qabaโ€ฆ๐Ÿ˜




Islaamummaa jechuun maal akka tahe naaf ibsuu hin dandeenyeโ€ฆasiin gadda qaba..๐Ÿ˜ข


Hundaafuu wal argaan keenya saโ€™aatii 3:00tti inshallaah
Keessummoonni keenna galatoomaa.

1) Ustaaz Ifaa dhugaa
2) Saโ€™iid leader
3) U/Musxafaa fi
4) B/ Ahmad Husen Gishee
Fi hirmaattonni sagantaaa
Badhaafamtoonni guyyaa Hardhaa..

1) Faayiz Abdulaziz Jamaal Qr:2500
2) Sh/ Jamaal abbaa media Quwwatul-Islamโ€ฆQr: 2500

Lamaanuu 60/40โ€ฆ.

Congratulationsโ€ฆ
๏ดฟุงู„ู‘ูŽุฐูŠู†ูŽ ุขู…ูŽู†ูˆุง ูˆูŽุชูŽุทู…ูŽุฆูู†ู‘ู ู‚ูู„ูˆุจูู‡ูู… ุจูุฐููƒุฑู ุงู„ู„ู‘ูŽู‡ู ุฃูŽู„ุง ุจูุฐููƒุฑู ุงู„ู„ู‘ูŽู‡ู ุชูŽุทู…ูŽุฆูู†ู‘ู ุงู„ู‚ูู„ูˆุจู๏ดพ

ุฑุถูŠุช ุจุงู„ู„ู‡ ุชุนุงู„ู‰ ุฑุจุงู‹ ูˆุจุงู„ุฅุณู„ุงู… ุฏูŠู†ุงู‹ ูˆุจู…ุญู…ุฏ ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู… ู†ุจูŠุงู‹ ุฑุณูˆู„ุงู‹

ุญุณุจูŠ ุงู„ู„ู‡ ู„ุงุฅู„ู‡ ุฅู„ุง ู‡ูˆ ุนู„ูŠู‡ ุชูˆูƒู„ุช ูˆู‡ูˆ ุฑุจ ุงู„ุนุฑุด ุงู„ุนุธูŠู…

ูŠุงุญูŠ ูŠุงู‚ูŠูˆู… ุจุฑุญู…ุชูƒ ุฃุณุชุบูŠุซ ุฃุตู„ุญ ู„ูŠ ุดุฃู†ูŠ ูƒู„ู‡ ูˆู„ุงุชูƒู„ู†ูŠ ุฅู„ู‰ ู†ูุณูŠ ุทุฑูุฉ ุนูŠู†

#ุงู„ู„ู‡ู… ุจูƒ ุฃุตุจุญู†ุง๐ŸŒธ
โœ๏ธ Osoo samii fi dachii gurra miizanaa tokkorra kaahaniiโ€ฆjecha ยซLaa ilaaha illallaahยป/ู„ุง ุงู„ู‡ ุงู„ุง ุงู„ู„ู‡ gurra miizanaa lammaafaa irra kaahaniiโ€ฆ.silaa Laa ilaaha illallaatu madaala ykn miizana kaasa jedhanโ€ฆ..!!

Allaahu Akbarโ€ฆ.maaltu hangana si guddiseโ€ฆ..!!
Rabbii kooโ€ฆ..๐Ÿคฒ๐Ÿฟ
Waan ani barbaadu naaf kennitus Rahmatummaa keetiin, na dhoorgattus ogummaa keetiinโ€ฆani garuu balbala teetirraa, hanga bakka baheef gahutti inuma hin deebineโ€ฆ!
Forwarded from ุงู„ู„ู‡ู…ู‘ ุฃุนู†ุง
ุงุณู„ุงู… ุนู„ูŠูƒู… ูˆุฑุญู…ู‡ ุงู„ู„ู‡ ูˆุจุฑูƒุงุชู‡
Ana badhaafamaa Faayiz Abdulaziiz irraa

Mesheallah Teberakallah hojii keessan baayyee namatti tolaa rabbi isin irraa hajallattu akkuma kanaan itti fufa jechuun barbaada. ergaan(badhaasni)keessan nadhaqqabee jira.
Group keenya kanallee akka hammuma barnoota islaamaa nuuf dabarsaa jiru fuldurattis kana caalaa akka hojjatu fi media guddaa ummanni muslimaa hundi irraa fayyadamu akka ta'u shakkii hin qabu jabina guddina isiinif hawwa ulfaadhaa guddadhaa isiniin jechuun barbaada.
An gama kootiin badhaafama dorgommii kanaa tahuun bayyeen gammade.Kabajamtoota hundeessaa fi maatii Tafakkur hunduma keessan rabbiif jechaan isin jaalladha.Galatoomaa
2024/11/15 16:23:23
Back to Top
HTML Embed Code: