Telegram Web Link
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Lubbuun teetis haqa sirraa qabdii bar….!!

✍️ Lubbuu tanteetis akkuma hiriyyaa kankee gaarii wajjiin jiraattutti wajjiin jiraadhuun…:

👉🏼 Yoo dogongorte irra dabriif…’
Yoo isheen gara fuulduraatti tarkaanfatte hamilee kenniif..,
Yoo isheen mucucaatte moggaa dhaabadhuu qarqaariin,
Yoo isheen milkaahinna gonfatte kennaa addaa kenniif…!!

Share👇🏻

https://www.tg-me.com/tafak_or
#Rahmatummaan_kee….!!

✍️ Dhibee guddaa mitii…akka tasaa dhakaan karaa gubbatti osoo si gufachiisee ykn qoreen miila si waraantee, Rabbiin sababa saniif dilii tantee sirraa harcaasa….!!…Rasuula Rabbiittu jedhan (Sallallaahu aleyhi wasallama).
Wallaahi Rabbii akkanaa qabaachuu caala wanti nama gammachiisu hin jiru Alhamdulillaah….!!

ما أرحمك يا الله….!!

Share👇🏻

https://www.tg-me.com/tafak_or
✍️ Kitaaba isin fayyadu tokko isiniif erguu barbaada…irraa fayyadamaa barnoota isaa YouTube eegallee jirra inshallaah…

Kitaaba jecha takka qofaan hukmii 50 ykn 100 kennuuf si qarqaaru…:

Eegallee jirra kutaa 2ffaa
القواعد الفقهية للشيخ ناصر السعدي

Asiin hordofaa ykn Ibro Media yoo jettan ni argattu YouTube isaa…

Subscribe godhaa👇🏻
https://youtube.com/@tafakkurmedia2709?si=nl4iWwoiAVe4sRJF
Kitaabni kun hangam akka ijoo tahe seensa isaattu ragaadha…
Kitaaba Qawaa’ida fiqhiyyaa…kutaa 2ffaa gadi dhiifameera….seenaa baradhaa…yeroo keessanitti fayyadamaa…

Yoo isinitti tole Subscribe’like’ share godhaa
👇🏻
https://youtu.be/8m-F4cf1KlY?si=D9PHQu_SOB6Dtqvw
☆☆☆﷽☆☆☆

#KARAALEE BEEKUMSA ITTIIN HORATAN.......!
Jalqabni beekumsaa.... Cal'iinsa.

Lammaffaan beekumsaa ..... dhagahuudha.
sadaffaan beekumsaa..... Qalbii keessatti galmeessuudha.
4ffaan xiyyeeffannoon qoratuudha.
5ffaan gochaan agarsiisuudha.
6ffaan kanneen hin beekne beeksisuudha.
Sadarkaa kaneen hordofi beekumsa horattaa!!

https://www.tg-me.com/tafak_or

#AHBAABII.....!!
HADHA GUYYAAN GUYYAA INNI CAALAA GIYYOOTAA TA'E....ISA KEESSA SALAWAATA HEDDUMMEESSAA.....

🍃 اللهم صل وسلم وبارك علی نبینا,وحبیبنا ,وخلیلنا,وقدوتنا محمد وعلی آله وصحبه وسلم تسلیما کثيرا
https://www.tg-me.com/tafak_or
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
✍️ Qur’aana keessatti garaagarummaan jechoota armaan gadii maali….?

1) Halafa/حلف= kakate jechuudha…
ويحلفون با الله إنهم لمنكم
2) Qasam/قسم= kakatee…
وإنه لقسم لو تعلمون عظيم

Hiikni isaanii tokkoodha…garuu Rabbiin bakka garitti jecha tokkooffaa irra jiruun, iddoo tokko tokko immoo jecha 2ffaa irra jiruun ibsa….!!

Yaalaa mee👇🏻

https://youtube.com/@tafakkurmedia2709?si=eH6VYL_aHDW716Qv
https://www.tg-me.com/tafak_or
Adeemsa_barnootaa…!!(360p)
<unknown>
buufadhaa irraa fayyadamaa....tartiiba barnootaa isin barsiisa...
Forwarded from Nasiha mohammed

🌹اَلسَلامُ عَلَيْكُم وَرَحْمَةُ اَللهِ وَبَرَكاتُهُ‎♡♡
🤔 هل تعلم انك اذا توضيت قبل النوم يصلون عليك الف ملك؟؟!!
🤔 Ni beeytaa osoo hin rafin dura yoo wuduu'a godhatte sirratti araarama sii kadhatuu malaa'koonni 1000?!!
🤔 هل تعلم اذا قراءت سورة الدخان قبل النوم ستبشر بالجنة🌹🌹؟؟!!
🤔 Ni beeytaa osoo hin rafin yoo suuraa dukaan qaraate jannataan gammachiifamuu?!!
🤔هل تعلم انك اذا قراءت سورة الملك قبل ستؤجر من النار؟؟!!
🤔 Ni beeytaa ati yoo qaraate suuraa mulk osoo hin rafin dura ibidda jalaa nagaa bahuu??!!
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
✍️ Qur’aana keessatti garaagarummaan jechoota armaan gadii maali….? 1) Halafa/حلف= kakate jechuudha… ويحلفون با الله إنهم لمنكم 2) Qasam/قسم= kakatee… وإنه لقسم لو تعلمون عظيم Hiikni isaanii tokkoodha…garuu Rabbiin bakka garitti jecha tokkooffaa irra jiruun…
Garaagarummaa Halafaa fi qasamaa (lameenuu kakuudha)

Harka caalu hiika tokkotu kennamaaf….
1) Halafa/حلف
Jechi halafa jedhamaa kuni qur’aana keessatti bakka 13tti dubbatame…hunduu kakuu kijibaatiif Rabbiin jecha tanaan ibse…
Fkn: Rabbiin yeroo kakuu munaafiqtootaa irraa dubbatu ويحلفون isini wajjiin jirra jedhanii kakatan…garuu dubbiin dhugaa isaan isin wajjiin hin jiran jedhe…
2) Qasama/قسم
Garuu qasamni kakuu dhugaa qofarratti ykn kan paarsantiin olaanaan dhugaatti tilmaamamuun Rabbiin qasamaan ibse….!!
Kanaafuu:
Halafa: yoo kijibaan kakatte…!
Qasam: Yoo dhugaan kakate….

Wallaahu Aalam….

Share👇🏻

https://www.tg-me.com/tafak_or
2024/09/21 21:29:56
Back to Top
HTML Embed Code: