Telegram Web Link
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
١- إنما امره اذا اراد شيئاً ان يقول له كن فيكون "
٢- هو عليَّ هيّن "
٣- ولسوف يعطيك ربك فترضى "
٤- إن مع العسر يسرا "
٥- يدبر الأمر "
٦- وهو على كل شيء قدير "
ألا تكفيييييك......!!!
✍️ Abdii hin kutatin…sa’aatiin milkaahinna keetii sa’aatii ati abdii keessa kutatte sana tahuun malaa….!!

@tafak_or
✍️ Wantoota addunayaa kanarra jiran hundaa yoo sodaatte jalaa dheessita…Allaahaa malee…yoo isa sodaatte gara isaatti dheessita……!!

#Ibnul-Qayyim (Rahimahullaah)

#MALLATTOO GOGGOGINA QALBII🫀 IRRAA: -........ ?!
Gabrichi yeroo rafu.... ma'asiyarratti rafuudha.
Yeroo dammaqus ma'asiyama irratti ka'uu
😳
#Irra hedduun keenna keessaattu eega bilbila harkatti qabachuun nu qunname.... hedduun keenna yeroo rafu ma'asiyarratti rafaa beeki...
😳
#Gariin osoo ma'asiyaa laaluu... ma'asiyaan if dadhabsiisee rafa.
😢
#KUNI malattoo GOGGOGINA QALBIITI...🫀

share👇


https://www.tg-me.com/tafak_or
https://youtu.be/YK-mfMvGhtU?si=ZsUAB8sLZ_YNqJGE



Qawaa’ida kutaa 1ffaa…Video gabaabaa ergaa guddaa qabu

1) Garaagarummaa Hamdii fi Madhii maali….lamaanuu Faaruudha…?
2) Uluwwiin Rabbii bakka meeqatti qoodama….?
3) Ni’imaan Rabbii bakka meeqatti qoodama ?
4) Faaruun Rabbii/handiin bu’uura lamaarratti hundaahe…isaan sunniin?
5) Seensarratti kuxbaa kanaan eegaluun isaa ergaa maal uf keessaa qaba?
6) Hikmaa jechuun maali ? Iddoowwan hikmaaleen Rabbii keenyaa itti muldhattu keessaa lama dubbadhu?
7) Rabbiin akkamitti ergamaa isaa irratti salawaata buusa ?
8) Garaagarummaan Nabiyyii fi Rasuulaa maali ? Yeroo akkam addaan qabna ?
9) Rasuulli xumura ergamtootaa yoo jenne…Nabiyyallaahi Iisaan aakira zamanaa yoo dhufe…akkamitti Rasuulaan xumura ergamtootaa jennaan?
10) Aalii Rasuulaa kan jennuun eennuun fa’a?
Sahaabaaf Aaliin Rasuulaa iddoo takkatti yoo dubbataman akkamitti addaan qabna…?
11) Sahaabaa jechuun maal jechuudha…?

Yaalaa…Deebiin video keessa jira….

👇🏻
https://youtu.be/YK-mfMvGhtU?si=qH8IK4dAtPVAzsr1
FURTUU KEEYRII TAHUU QABDA…..🗝️
Special Sew….!!

✍️ Wanti hunduu ni dagatama… ishee onnee tee seentee harkaan tuttuqxe malee….
Iddoo hundaa irraa fagaattee ittiin ooduu hin dandeessa…ishee onnee tantee keessa seentee quphatte malee….!!
✍️ Namni hunduu ni jijjiirama nama onnee tantee biyya godhatee, akka mana jireenya isaatti keessa jiraatu malee…namni sun sitti hin jijjiiramu…!!
✍️ Ilma namaa hunda keessaa…nama jireenya kee keessatti altokko qofa aragamutu jira…fakkaataan isaa yoomuu jireenya kankee keessa kan seenuu hin dandeenye…!

✍️ Hanga feete nama kumaatamaan wal baraa ooltus…namoonni akkasii suniin Yeroo kamuu dhugaa isaaniitiin; dhalootaa fi adeemsa isaaniitiin; midhaaginnaa fi amala isaaniitiin; gara laafummaa fi bareedinna keessa isaaniitiin isaan yoomuu specialiidha….!!

Share👇🏻

https://www.tg-me.com/tafak_or
✍️ Badii tantee hunda altokkotti delete gochuu ni dandeessa…!!

📂 قال الشيخ صالح الفوزان حفظه الله:
(Shehk Saalih Alfowzaan akkana jedhan)

Ati ammaan tana jecha takka qofaan…Ikhilaasaa fi dhugaadhaan onnee qulqulluun jecha takka tana qofa jennaan badii tantee hundaa haquu ni dandeessa…inumaa badiin tantee toltutti ol siif guddattiihu….!!. Jechi sunis:

أستغفر الله وأتوب إليه
” Astagfirullaaha wa’atuubu ileeyhi….” Rabbii kankoo irra araarama barbaada…gara isaatti deebi’a…!!


Share 👇🏻

https://www.tg-me.com/tafak_or
🌹البخاري..... رتبته امه📚
🌹الشافعي .... رتبته امه📚
🌹احمد بن حنبل.... رتبته امه📚
🌹حافظ بن حجر......رتبته امه📚
🌹ابن تيميه..... كانت امه تسمى تيمية📚
🌹ابن باز...... رتبته امه📚

🍁النساء مصانع الرجال..... 👳‍♀
🍁فإذا صلحت المرئة....... صلح البيت والمجتمع....



🥀Imaamu BUKAARII....#haadhatu guddise📚
🥀Imaamj ASHAAFI'II....#haadhatu guddise.📚
🥀Imaamu AHMAD IBNU HANBAL...#haadhatu guddise.📚
🥀Imaamu HAAFIZ IBNI HAJAR....#haadhatu guddise.📚
🥀Imaamu IBNI YEYMIYAA....#HAADHATU teymiyaa jehdhama,isiin gorsituu turte.📚
🥀Imaamu IBNI BAAZ.....#haadhatu isa guddise.📚

🍁Dubartoota warri dhiira tolchanii...ibsanii...addunyaaf gadi baasan...
🍁Ati yoo tolte....manatu tola...hawaasatu tola ....biyyatu tola..

🫵GAAFII QABA??!!!.....
🫵Ati haadha eennuutii?????!!!
🫵Haadha eennuu ta'uuf deemata..???

😢AKKANUMATTI....Tik..Tok..jala oolaa haadha imaamaa ta'uuf moo???!!
😢 Hadha ati hadiisa mu'aaz ibni jabal haffazaa jirta moo...nashiidaa mu'aaz haffazaa jirta??!!
😢Hadha ati BUKAARII dahuuf moo...BUUKARII dahuuf qophaawaa jirta.???!!
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
🌹البخاري..... رتبته امه📚 🌹الشافعي .... رتبته امه📚 🌹احمد بن حنبل.... رتبته امه📚 🌹حافظ بن حجر......رتبته امه📚 🌹ابن تيميه..... كانت امه تسمى تيمية📚 🌹ابن باز...... رتبته امه📚 🍁النساء مصانع الرجال..... 👳‍♀ 🍁فإذا صلحت المرئة....... صلح البيت والمجتمع.... ﷽ 🥀Imaamu…
#Haadhaaf

✍️ Mucayyoo tantee akkamitti akka sirbitu osoo hin taane, akkamitti akka salaattu barsiifadhu…!
Akkamitti akka muuziqaa jettu osoo hin taane…akkamitti akka qur’aan qaraatu afaan kaahiin…!!
✍️ Meeshaa fuulaan babbareechifataniin bareedinna ishee muldhisuu osoo hin taane…hijaabaan bareechisiin…!!

✍️ Bar boru irraa gaafatamuu kankee ni wallaaltee…..!!, guyyaa firaa fi obboleessi; Haadhaa fi abbaan namarraa dheessan sana kophaa kankee ilmoo teetirraa gaafatamta….!!


Gaafa gaafatamtu…Deebiin kankee maal taha laata….!!, gaafa fuuldura Rabbii dhaabattu sana deebii kankee qopheeffadhu Yaa haadha ilmaa…!!!


Share👇🏻

https://www.tg-me.com/tafak_or

صباح الخیر🌸🌞
#FAYYAA barbaaddaa?!.....
🍃 sooma waajiba malee jiru soomi.
#IFNANA fuulaa barbaaddaa?!.....
🍃 halkan dhaabadhu.
#RAAHAA barbaaddaa?!....
🍃 Quraa'aana dubbisi.
#MILKAA'UU feetaa?!.....
🍃Salaataf yeroo isii eegi.
#TARAGAAGGA'UU barbaaddaa?!....
🍃 zikrii heddummeessi
#QABEENYAA FI ILMAAN feetaa?!....
🍃Istigfaara qabadhu.
#WAAN YAADA Sitti ta'e ofirraa deemsisuu feetaa?!....
🍃 Du'aa'ii qabadhu.
#BARAKAA feetaa.!?...
🍃 Salawaata heddummeessi......
🌸اللهم صل وسلم وبارك علی محمد وعلی آله وصحبه وسلم
share👇....

https://www.tg-me.com/tafak_or
✍️ Yoo ati guddisa ilmaan keetii irraa busy uf goote/ jaatanoofte nama isaan balleessuuf qofa taa’ee carraa eeggataarutu jiraa beeki…..!!
اللہم صل وسلم وبارك علی نبینا محمد وعلی آله وصحبه وسلم....♡♡♡♡
#SALAWAATA HEDDUMMEESSAA HALKAN JUM"AA... 🌹🌹
2024/09/21 23:21:25
Back to Top
HTML Embed Code: