Telegram Web Link
๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
โœ๏ธ Herreega kana dalagdee beektaa? Salaata shanan keessatti 1) Rakaโ€™aa meeqatu jira? Rakaโ€™aa 17 2) Sujuuda meeqatu jira? Sujuuda 34 3) Takbiiraa meeqatu jira ? Takbiiraa 94 4) Tashahhuda meeqatu jira? Tashahhuda ykn Attahiyyaata 9 5) Salaammata meeqatu jiraโ€ฆ
6ffaa fi 7ffaan

Deebii
6ffaaโ€ฆRakaโ€™aa 1 keessaa, Rukuuโ€™a meeqa fi sujuuda meeqa qabnaadha?
Rukuuโ€™a 1 +fi Sujuuda2 walitti edaanaโ€ฆ
Rukuuโ€™a tokko keessa tasbiiha 3,+Sujuuda 2n keessa 6=9
Rakaโ€™aa meeqa qabna jenne ?17
9*7= 153

7ffaa____? Yaalaa

๐Ÿ‘‡๐Ÿป

https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ๏ธ Jalqaba waan Rabbiin sirraa jaalatu dalagiโ€ฆachi booda waan jaalattu hundaa Rabbiin irra barbaadi ni argatta Wallaahiโ€ฆ..!!

@tafak_or
Israaโ€™il guyyaaa 8 keessatti mana barumsaa sagal muluu gazzaa keessatti barbadeessiteโ€ฆ..!!


Kaayyoon Israaโ€™il jaamaafuu ifaadhaโ€ฆ.Rabbiin isaaniif haa birmatu!
โœ๏ธ ATI akkamitti akka mallaqa tajaajiltu osoo hin taaneโ€ฆmallaqni akkamitti akka si tajaajilu barachuun dirqamaโ€ฆ.!!
๐Ÿƒ

โœ๏ธ Hiriyyummaan dhugaa waan mallaqaan bitamaa miti. Hiriyyummaan dhugaa Amanamummaa; jaalalaa fi kabajaa irratti waan ijaaramaatiโ€ฆ!!

@tafak_or
#Malli_keessan

โœ๏ธ Abbaa manaattu haadha manaatti hifziin qurโ€™aanaa natti jabaate jedhee itti himateโ€ฆ
Yoo ati waggaa takkatti qurโ€™aana guutuu qomatti haffazde, jaartii lammataa anatu sitti fuudha jettee kakatteefโ€ฆ!!

Abbaan manaas waggaa osoo hin guutin baatii jaha keessatti qurโ€™aana guutuu kattameโ€ฆ!

Haadha manaa lammeeffachuuf yoo inni qoqophaahuโ€ฆhaati manaa isaa sooma guyyaa sadihiitiin galmee xumurteertiโ€ฆ.๐Ÿ˜

(ุฅู† ูƒูŠุฏู‡ู† ุนุธูŠู…)๐Ÿ’”

Share๐Ÿ‘‡๐Ÿป

https://www.tg-me.com/tafak_or
Marathon ammaa irraa maal barattu meeโ€ฆ.??

โœ๏ธ Gatii yeroon qabdu nama second sadihiif 2ffaa bahetu beekaโ€ฆ
Garaagarummaa
1ffaa 2:22:55โ€ฆ.Siifan
2ffaan 2:22:58โ€ฆ.Tigistโ€ฆ

Yeroon hangana qaaliidha
Galaa jireenyaaโ€ฆ.obboleettii teenyarraaโ€ฆ.๐Ÿ‘‡๐Ÿป

#HABIIBII/HABIIBTII.......?!!
๐Ÿชต Ee bareedde ati bareedinna qaamaa qabda har'a.,Dirratti uffattee tolte๐Ÿ‘”.......
๐ŸชตXummurri uffata ati uffaattuu abjadii metter 2 hin caalle๐Ÿ˜ข
๐ŸชตEe bareedde...mana bareeda galta....xummurri mana ati galtuu.....mana raammoo๐Ÿ‰ fi rirmi nama bohaarsu sani..๐Ÿ˜ข
๐ŸชตEe bareeda bareeda yaabbatta yaabbii keessaa๐Ÿš˜... xummurri yaabbii ati yaabbattuu... siree dhiirti afur
ceekurraati baattu sani.. ๐Ÿ˜ข
๐Ÿซตilmi namaa kun waan argatutti hin quufu.( Duniyarraa)
โœ Osoo ilma namaa kanaaf lagni lma warqii๐ŸŽ–irraa ka yaa'uuf tahee.... sadaffaaf hamila....
๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
Galaa jireenyaaโ€ฆ.obboleettii teenyarraaโ€ฆ.๐Ÿ‘‡๐Ÿป #HABIIBII/HABIIBTII.......?!! ๐Ÿชต Ee bareedde ati bareedinna qaamaa qabda har'a.,Dirratti uffattee tolte๐Ÿ‘”....... ๐ŸชตXummurri uffata ati uffaattuu abjadii metter 2 hin caalle๐Ÿ˜ข ๐ŸชตEe bareedde...mana bareeda galta....xummurriโ€ฆ
‏ู…ู„ุงุจุณ ุงู„ู†ุณุงุก ุงู„ู…ุณู„ู…ุงุช ููŠ ุงู„ุดูˆุงุฑุน

ูŠูู…ุฒู‚ ุงู„ู‚ู„ุจ ุŒ ูˆูŠู†ุฏุฃ ู„ู‡ ุงู„ุฌุจูŠู† ุบูŽู„ุจุชู†

ุงู„ู†ูŽู‘ุตุงุฑู‰ ููŠ ุงู„ุชุจุฑุฌ  ูˆุงู„ุนูุฑูŠ ูŠุง ุจู†ุงุชู

ุงู„ุฅุณู„ุงู… ุŒ ูุงุชู‚ูŠู† ุงู„ู„ู‘ูฐู€ู‡.
Qoma yaadaan dhiphatte hunda Rabbiin haa baldhisuโ€ฆ..๐Ÿคฒ๐Ÿพ
โœ๏ธ Bilchinni ati hardha itti geette kunโ€ฆ.firii guyyoota jajjaboo, waan hin dabarre sitti fakkaataa turan, ati keessa dabartee sanii barโ€ฆโ€ฆ!!

Jireenyi barnootaโ€ฆ!!
Ergamaan Rabbii (Sallallaahu aleyhi wasallam ) akkana jedhan:
ู‚ุงู„ ุฑุณูˆู„ ุงู„ู„ู‡ ๏ทบ:

โ€ Wayta baldhinna qabdu Rabbiin wal bariโ€ฆwayta rakkatte Rabbiin si beekaaโ€ฆ."
ุชุนุฑู‘ูŽู ุฅู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ููŠ ุงู„ุฑุฎุงุก ูŠุนุฑููƒ ููŠ ุงู„ุดุฏู‘ูŽุฉู
โ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œ‏ ‏


https://www.tg-me.com/tafak_or
Jireenya gaarii jiraachuu namni hin barbaanne ni jiraaโ€ฆ!!?

Gaddaa fi gadadoo keessaa bahee, gammachuu fi tasgabbii keessa juraachuun hamilee hunda keenyaatiโ€ฆ!
Keessi kee boqonnaa qabaannaan :
1 Jireenya keettu bareeda,
2 Gammachuu fi tasgabbii onnee argatta..!
Garuu keessi kee boqonnaa argachuudhaaf sababoota gurguddoo adda addaattu jiraโ€ฆ:
A) Sababoota Diiniiโ€ฆB) Sababoota dhalootaaโ€ฆC) Sababoota beekkumsaa fi barnootaatu jiraโ€ฆ
Sababoota gammachuu hunda kan walitti qabachuu dandaโ€™u muโ€™umuntoota qofa. Namoonni biroo gammachuu kallattii tokkoon argatanis, kallattii biraatiin gammachuu gammachuu caalutu isaan dabra.
โœ๏ธ Wantoonni kaayyoo guddaa kanatti nama geessan maali beektuu laata?
Namoonni hedduun gammachuu jiraachuu ni barbaadan garuu:
1 Namoonni gariin Rabbiin laaffiseefii jireenya gaarii kan jiraatanii dabranii fi kan jiraataa jiranis jiru.
2 Namoonni gariin kan daangaa itti dabartee jireenya isaa gaddaan dabarsutu jira..akkasuma kan osoo gammachuu waan jedhamuu hin argin as gubbaa godaanes ni jiraโ€ฆ
3 Kan lamaanuu keessa hin jirre..giddugaleessa keessa kan jiraatutu jiraโ€ฆ
Sababoota jireenya gaariitti nama geessan keessaโ€ฆ.:
#Itti_fufa

Share๐Ÿ‘‡๐Ÿป

https://www.tg-me.com/tafak_or
Eessa jirraโ€ฆ..๐Ÿฅฒ

โœ๏ธ Ati masjidaa mitii mana keetittuu salaata subhii salaatuu dadhabiif raftaaโ€ฆguyyaa dheengaddaa namoonni 100 kan shahiidan hunduu salaata Subhii osoo salaataa jiraniidhaโ€ฆkan du'an caalaa warra madaahetu caalaโ€ฆ.!!

Nuti eessa jirraโ€ฆ..!!?
#Gaazaa
๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
https://youtube.com/watch?v=-jIJViLsgc0&feature=shared
Kitaabota hedduu karaa tora YouTube keenyaatiin yeroo muraasa booda seentanii barachuu dandeessuโ€ฆ

Qophii hunda xumurree jirraโ€ฆ#Subscribe godhaa irraa fayyadamaa maatiin Tafakkur
2024/09/21 23:39:00
Back to Top
HTML Embed Code: