Telegram Web Link
โœ Bakka keeyrii itti facaastetti sharriin yoo magarte baay'ee sin ajaa'ibin... dacheen gariin kan facaasaaf hin taanetu jira waan ta'eef....!
@Ibro
@tafak_or
๐Ÿชซ
โœYeroo bilbilli kee chaargii fixatee cufachuuf %1 hafu... fiigdee osoo hin cufatin chargessita... !



waan lubbuu ilma namaa du'aaf kaate wahii baraarte namatti hin fakkaatuu.... ๐Ÿ˜๐Ÿ‘Œ

hardha fetaa jedhaa๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ Dheessanii galuunis yeroo takka takka, furmaataas gootummaas ni jedhama.
Gaafa dheessite, takkaa lubbuu kee baraarta ykn nama biraa balaa jalaa baasta...!

Yeroo hunda dirree waraanaatti fuuldura deemuu qofa osoon taane, duubatti deebi'uunis iddoo itti fayyadu qaba.

๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
Poolisa ajajaa isaatti bilbilee...

๐Ÿšจ Police: Alaqaa wanjalanyaa tokkotu nu bira jira...Haadha manaattu Abbaa manaa Muka sibiilaatiin mataa dhahee jira.
๐Ÿš“ Ajajaa: maaliif ?
๐Ÿšจ Police: Isheen Alwaada/kushiinaa qulqulleessitee osoo hin gogin... abbaan manaa ishee waan kopheedhaan seeneef...
๐Ÿš“ Ajajaa: Qabdanii ree ?
๐Ÿšจ Police: hin qabne hanga ammaatti ?
Ajajaa ๐Ÿš“: Maaf qabuu diddan ree ?
๐Ÿšจ Police: Hanga Alwaadni/Kushiinaan goguuf eegaa jirra.......๐Ÿ˜
@Ibro

Oolmaa gaarii๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ๏ธ Sahaabaan Rasuulli (SAW) keessummaa tahuudhaan mana isaa qubatam eennu____?
Anonymous Quiz
13%
A) Usaamaa
21%
B) Zeydi binu Haaris
66%
C) Abbaa Ayyuub Al-ansaarii
#Sadaqaa....

โœ Gaafa duute qabeenya kankee qabattee qabrii seenuu hin dandeessu... garuu du'a kee dursitee uf dura erguu dandeessa...!

@tafak_or
Alhamdulillaah



hardha baay'ee gammadee jira... hunda keessan Rabbiin haa gammachiisu...
โœ Assalamualaikum warahmatullaahi wabarakaatuh....
Mee isin hunduu daqiiqaa 15 Tafakkur uf duuba deebi'aa sakatta'aa... achi keessaa ergaa isinitti bareedde tokko tokko .. garee keessatti forward โฉ godhaa....



let's go...... ๐Ÿ‘‡
#Isaan_bar....๐Ÿ˜

๐Ÿ‘—Jaartii: Osoo ani du'ee, hangam turtee jaartii 2ffaa fuuta ?
๐Ÿ‘” Jaarsa: Hanga biyyeen qabrii keetii goguuf/ hanga qabriin tee mooftuuf eegee fuudha.
๐Ÿ‘—Jaartii: Waadaadhaa...!?
๐Ÿ‘” Jaarsa: Sesseeqatee.... eeyyan waadaadha...!
Haati manaa erga duutee booda, naannoo waggaa tokko gahuuf, abbaan manaa qabrii ishee guyya guyyaan ziyaaraa ture.. garuu qabriin ishee guyyaa hundaa jiidhaadha, hin gogu...!

Guyyaa tokko jaarsi ziyaaraa qabrii galgalatti jijjiiratee, galgala ziyaare... garuu akka tasaa Obboleessa jaartii isaa qabrii moggatti arge.
๐Ÿ‘” Jaarsa: abboo maal asii hojjatta ?
๐Ÿ‘– Obboleessa jaartii: Dhaamsa obboleettii kootii galmaan gahaa jira... guyyaa lama lamaan dhufaa qabrii ishee jiisaaf...! ๐Ÿ˜

Duutee fi juraattteellee... malli ishee ulfaataadha...!, wy isin.
๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ Barattoota keenya kan mana barumsa bultii addaa #Baddallee jiraniif haa birmannuu





Muslimoonni eessa jirra?
๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
โœ Barattoota keenya kan mana barumsa bultii addaa #Baddallee jiraniif haa birmannuu Muslimoonni eessa jirra?
Waร a Islaamaah....

ูˆุข ุฅุณู„ุงู…ุขู‡.........๐Ÿ˜ญ

gadaa islaamummaan nama rifatuuf nama birmatuuf dhabde. gadaa islaamummaaf muslimoonni keessa tuffataman.... osoo arguu baadhee Rabbii kiyya.... ๐Ÿ˜ญ
โœIsaan xalayaa Page 30 raabsan, osoo arrabsuu barbaannee Kitaaba page 3000 barreessuu dandeenya...

hundaa ol barattoonni mana barumsaa hunduu dammaquu qabna... hardha Baddallee eegala... yoo tana manneen Barnootaa sagalee nama tahuuf hin qabne hedduu keessa maaltu jiraa tilmaamuun nama hin dhibu....

Koottaa islaamummaaf haa birmannuu....!
Assalamualaikum warahmatullaahi wabarakaatuh maatiin Tafakkur hunduu, dhimma Rasuula Rabbii Sallallaahu aleyhi wasallam arrabsuutiin Wal qabatee... boro galgala sa'aatii 2:30 walakkaa irraa Wal geenya inshallah
2024/09/23 19:26:59
Back to Top
HTML Embed Code: