Telegram Web Link
โœ Kufaatiin faallaa milkaahinnaa osoon taane damee milkaahinnaa irraahi.

@tafak_or
โ“FAANA SEENAA KEESSAA MAAL QABNA
--------------------------------------------
๐ŸŒฑHar'as waggaa Kumaatama of duuba si deebise Waa si yaadachiisa .
๐Ÿ’ŽGaafas Islaamumman Har'a Miseensa Bil. 2f walakkaa ol Horatte tun hagana hin geettu .
๐Ÿ’ŽHumnii fi Guddinni Har'aa Kun Jiru .
๐Ÿ’Ž Taankii fi Boombii Hiriirsanii Dhukaasuun kun hin jiru .
๐Ÿ’ŽDandeettii fi Qophiin lolaa Har'aa Kun hin jiru .
โ™ฆ๏ธMirgaa bakka fedhan jiraachuu hin jiru .
๐Ÿ’Ž Jabaan laafaan ukkaamsee jiraachuun isaan biratti waan guddaa miti .
๐Ÿ’Ž Gabrummaan isaan keessatti Bifa godhatte .
๐ŸฎRakkoo fi Lola sabummaa Wal xaxaa kana keessatti ifaan islaamumma Mul'ate .
โ™ฆ๏ธNabi Muhammadiin ergamaa xummuraa Ta'anii ergaman .
๐Ÿ”ฎErgaan Islaamummaa Kun dhufnaan ...
โ™ฆ๏ธYaadaa fi ilaalchi haaraa ija Nama hedduu Boojite .
๐Ÿ“ŒKuun yaadaan kuun gochaan simate .
๐Ÿ“ŒKa waa jedhu jedhee ka waa godhu godhe .
โ™ฆ๏ธKa Diinaa Barakaa dhabee Ka Diinii Barakaa Godhate .
โ™ฆ๏ธWaan dur hin qabne hedduu argate .
๐Ÿ“ŒKalema Nama tokkoo ka'ee Torbee osoon guutin Nama 7 ta'e .
๐Ÿ“gaafas irraa eegale jabinaan, Ciminaan, Tokkummaan ol ka'e .
๐Ÿ”ดGuyyaa guyyatti Mul'achaa , Guddachaa , Ajandaa Yeroo Ta'e .
๐Ÿ“Faanti keyrii fi sharrii hundi gara isii ta'e.
๐Ÿ“Ka danda'an miidhaa , Tumaa, Ari'aa Hidhaan Bakka hunda ga'e .
๐ŸบKaan sobaa Kaan sodaachisaa , jaarsummaa jedha wanni hedduu ta'e .
๐ŸบYeroo kana Hunda Islaamumma Guddachuun, Dagaaguun Diinatti yaaddoo ta'e.
๐ŸบGuyyaan As Deemaa Hundi ka Rakkoo fi Tumaa Ta'e .
๐Ÿ“Guddaan biyyi qabdu islaamumma fudhataa dhufnaan Jabaataa Mul'acha dhufe .
๐Ÿ“Rasuullis Daaw'aa ol qabnaan Oduun Gabaa hunda ga'e.
๐Ÿ“Naggaadee shaamiin deemtuuf galtu biraatti Oduu karaa ta'e.
๐ŸงถGaafas Tumamaa seenaa hojjatan .
๐ŸงถGaafas Ari'amaa seenaa hojjatan .
๐ŸงถGaafas Hidhamaa seenaa hojjatan .
๐ŸงถTakkaa Taankiin fi Boombiin hin lolle .
๐Ÿ”ดUffatanii Dibatanii raahaa hin goone .
๐Ÿ“ŒBiddeena garbuu nyaatanii hin Quufne .
๐Ÿ“ŒOo'aaf qorra Jalaa hin boqanne .
๐Ÿ“ŒKuun fuularraa faana imimmaanii qaba .
๐Ÿ“ŒKuun duydaa fi Qomarraa faana Miidhamaa qaba .
๐Ÿ’Ž Dhahaa fi Waraana hedduun Gadaannisa itti ta'e .
โšฑ๏ธHundayyuu Qaama isaanii irraa faana Wareegamaattu Mul'ata.
๐Ÿ”ดYeroo Hundaa Wareegama kafaluuf Qophaayaa jiraatan .
๐Ÿ”ดRakkoo keessa taa'aa Seenaa Rakkoo Fure nuun gahan .
๐Ÿ“Beelahaa Beela nu baasan .
โšฑ๏ธNamummaan Dhugaa isaan biraatti hafte .
๐Ÿ”ดDubartiin takka imaamu Ahmadiin Ani hojiin kiyya Uffata dhahee gurguraa .
โ™ฆ๏ธManni Koo Gamoo Mootummaa Bira jiraa
ifaa Halkan Waraanni ibsee naannoo eeguun Shaamaa kiyya dhaamse ifaa isaaniitiin Yoo Hojjadhe Rabbi na gaafataa ... jetteen
๐ŸŽฏHaqa tiisuu isaanii Akkasitti nuu ibsan .
๐Ÿ“ฟwaa'ee isaanii Kitaabni Miliyeenni Keessaa bahu hin dandeenne .
๐Ÿ’Ž Umariin Qofa Ibsuuf Kitaaba Mujallada itti kaayan.
๐Ÿ“ฟIslaamummaa Cuunfanii Xurii keessa fixanii nuu Kennan sana Har'a Dhoqqee goone .
๐Ÿ“ฟHar'a Osoo ka'anii nu laalanii
๐Ÿ’ŽSila nu booda Nama ู„ุง ุฅู„ู‡ ุงู„ุง ุงู„ู„ู‡ tti Taphatutu dhufee jedhan .
โ™‚๏ธNama Ifaajee teenna Dhoqqee dibetu dhufee jedhan.
โ™‚๏ธHin gammadan ni gaddu malee .
โ™ฆ๏ธNuun hin boonan nuu booyan malee .
โ™‚๏ธislaamummaa dhiiga itti tufanii nuun gahan
โšฑ๏ธBulleessinee Balleessine .
๐ŸงตSahaabaan Tokko Handalaa jedhama ...
โšฑ๏ธWaan Ittiin fuudhu dhabee usmaan kenneef .
โšฑ๏ธuffataa fi Waan mahrii Qopheeffadha jedhee Gabaa bahe .
๐Ÿ”ฎUffataa Nikaahaa Osoo barbaadu.
๐Ÿ”ฎOduu Rasuulli bor Duula Deemuufi Qophaayaa jedhanii lallaban dhagaye .
๐Ÿ”ฎHandalaan Uffata dhiisee Eboofi Wantee bitatee gale jedhan .
๐Ÿงถilaali Mee seenaan sarara 6 qofti akkatti isaan ibsu .
๐Ÿ’ŽSiin hoo maal Jenna .
๐ŸงถSeenaa KEESSAA MAAL qabda .
๐Ÿงถibaadaan Akkami salaataaf soomni ....
๐Ÿ’ŽHomaa hin Jennu jettaa.
๐Ÿ”ฎisaan Ramadaanaaf Jiini 6 Yeroo hafu urgaan itti dhaha .
โ™ฆ๏ธNu Ramadaana Haguma fixnuuf jarjarra
๐Ÿ’ŽWaan Dhiirtii qabdee 20 deebifne Jenna .
๐ŸฎJi'a 1 booda Hajjitu Dhufaa jira .
๐Ÿฎwarri Hajjii deemu Jecha wahii qaban
๐ŸงตBazziim Hajjii Bazziim Hajaanoo jedhan .
๐ŸงตIbaadaa Dhiirtii Dhoyfattee rabbitti baateen
๐Ÿงตinni ๐Ÿคณ Fotoon lafa guute.
๐ŸฎBakka Malaai'kaan kumni meeqa Guyyaan itti Bu'u dura dhaabate Fotoo ka'aa argaa .
๐ŸฎFagoo Addaan jirra
๐ŸŽฏgaruu Balballi jannataa nu hunduu seenuunii yaannu Tama isaanii sani .
๐Ÿ’ŽDhugaa Kee tokko sitti homuu
๐Ÿ“Rasuula sirritti akka jaalattu ni beeka .
๐ŸบYeroo isaan Tuqaman Akka Quuqamtu ni beeka .
โšฑ๏ธGaruu sunnaa isaanii irraa goomta .
โ™ฆ๏ธSeenaa isaanii baayyee hin Beektu .
โ™ฆ๏ธMaal keessa Akka Turan hin Beektu .
โ™ฆ๏ธjaalallema teetuu Seenaa isii Hanga akaakayyuutti beekta
๐Ÿ“ŒKa Rasuula hoo Maqaa Haadhama fi Akaakayyoota
๐Ÿ“Haala jireenyaa fi maatii isaanii hagam beeyta
๐Ÿ’ŽAsumatti dhaabii of qoradhu Mee
๐Ÿ“Gaafa Waan irra jirtu Barte
โ™ฆ๏ธMaal ta'uu qabnaan walitti deebina
๐ŸงถSeenaas Quban qabnu ๐ŸŒฑSeenaa keessaas Faanan qabnu !
๐Ÿ”‹Nagahatti ....

Hiriyyaa koo qaalii Sa'iid Muhammadiin...... ๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ๏ธ Yakka ajjeechaa gaala Nabiyyallaahi Saalih (Aleyhissalaam) keessatti namoota meeqatu hirmaate____?
Anonymous Poll
30%
A) Nama saddeet
60%
B) Nama sagal
19%
C) Nama kudhan
Magaalaa Hawaasaa Masjiida Hamzaa keessatti lafa masjidaa seera qabeessa tahe irratti charchii ijaarra sababaa namoota jedhaniitiin muddamni hamaan uumamuu ibsame.
#Haarun_Miidiyaaแฆ Caamsaa 3/2016

Naannoo Sidaamaa magaalaa Hawaasaa naannawa Bunnaa Qimshaa jedhamuun beekkamu Masjiida Hamzaa keessatti lafa masjidaa seera qabeessa tahe irratti charchii ijaarra sababaa namoota jedhaniitiin muddamni hamaan uumamuu, barreessaan mana marii dhimmoota Islaamummaa magaalaa Hawaasaa Haarun Miidiyaa dame kibbaatti himaniiru.

Itti gaafatamaan kun akka jedhanitti, yeroo ammoo namoonni seeraan ala sochoโ€™an kunniin seensaa fi baha masjidichaa dallahaan nurratti cufaniiru jedhan. Masjiidni kun bara 2003 ALI seeraan kaartaa qabiyyee mirkaneessu argatee kan ijaarame tahus, namoonni amma jeequmsa uumaa jiran boodarra masjiidicha cinatti mana nama dhuunfaa kireeffatanii sharaa diriirsuun charchii bananii tajaajila masjidichaa danquuf yaalaa turuu ibsan.

Itti fufa...
@Xaliburidallaahi
https://www.tg-me.com/tafak_or
Akkamitti Rasuula keenyaaf tumsuu dandeenya ?
Sa'aatii tokko qofa booda....

https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ Wanti hunduu guyyaa isaa eeggata waan taheef... hin jarjarin....!
ู„ูƒู„ ุดูŠุก ุฃูˆุงู† ูู„ุง ุชุณุชุนุฌู„.....!
๏ดฟููŽุชูŽูˆูŽูƒูŽู‘ู„ ุนูŽู„ูŽู‰ ุงู„ู„ูŽู‘ู‡ู ุฅูู†ูŽู‘ูƒูŽ ุนูŽู„ูŽู‰ ุงู„ุญูŽู‚ูู‘ ุงู„ู…ูุจูŠู†ู๏ดพ.
2024/09/23 21:27:41
Back to Top
HTML Embed Code: