Telegram Web Link
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
โœ Sahaabaabonni Rasuulaa (Sallallaahu aleyhi wasallam), Hadiisa Rasuularraa fuudhanii nutti geessan. isaan keessaa kan hedduu odeessetu jiras, kan muraasa odeessetu jiras.

1ffaan: #Abuu_Hureeyraadha...sahaร bota hunda keessaa, namni hadiisa hedduu hedduu himeedha. Hadiisa 5374 odeesse.
โ— ูุฃุจูˆ ู‡ุฑูŠุฑุฉูŽ ู‡ูˆ ุฃูƒุซุฑู‡ู… ุญุฏูŠุซุงู‹ ูู‚ุฏ ุฑูˆู‰ 5374 ุญุฏูŠุซุง
2ffaa:
#Abdallaa Ibnu Umar Hadiisa 2630 odeesse.
โ— ุซู… ุนุจุฏุงู„ู„ู‡ ุงุจู† ุนู…ุฑ ุฑูˆู‰ 2630 ุญุฏูŠุซุง
3ffaan:
#Anas binu Maalik Hadiisa 2286 odeesse.
โ— ุซู… ุฃู†ุณ ุจู† ู…ุงู„ูƒ ุฑูˆู‰ 2286 ุญุฏูŠุซุง
4ffaan:
Haadha muslima maraa @Aa'ishaadha Hadiisa 2210 odeessite.
โ— ุซู… ุฃู…ู‘ูู†ุง ุนุงุฆุดุฉ ุฑูˆุช 2210 ุญุฏูŠุซุง
5ffaan:
#Abdallaa binu Abbaasa Hadiisa 1660 odeesse.
โ— ุซู… ุงุจู† ุนุจุงุณ ุฑูˆู‰ 1660 ุญุฏูŠุซุง
6ffaan:
#Jaabir binu Abdillaah Hadiisa 1540 odeesse.
โ— ุซู… ุฌุงุจุฑ ุจู† ุนุจุฏุงู„ู„ู‡ ุฑูˆู‰ 1540 ุญุฏูŠุซุง
7ffaan:
#Abuu_Sa'iid Alkudriyyii Hadiisa 1170 odeesse....
โ— ุซู… ุฃุจูˆ ุณุนูŠุฏ ุงู„ุฎุฏุฑูŠ ุฑูˆู‰ 1170 ุญุฏูŠุซุง
ุฑุถูŠูŽ ุงู„ู„ูฐู‘ู‡ู ุนู†ู‡ู…
(Radiyallaahu anhum jamii'a).

โœSahaabonni torban kunniin warra hadiisa gurguddaa galmeessuudhaan beekamaniidha.... hin dagatinaa...

Share๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
Laamiyaa #Kutaa_6ffaa...



Wal geettiin keenya hardha galgala sa'aatii 3:00 irratti haa tahu.
#Faaya_jireenyaa

โœ Ati qur'aanaaf yeroo kennuun mallattoo ati qur'aanaaf jaalala qabaachuuti.
โœ Namni qur'aanaaf yeroo hin qabu jedhu; ykn busy tahuu isaa kan sitti himu.... Kuni hoongahaadha... sheeyxaanatu isa injifateera.
โœ Yeroo nyaataa hin dhabdu!, yeroo hujii hin dhabdu!, yeroo hirribaa hin dhabdu!, jireenya kankee keessatti wanti hunduu yeroo qaba, garuu qur'aanni si biratti yeroo hin qabu.

๐Ÿ‘‰ Amma eennuun sobaarta ? Rabbiin sobaarta moo lubbuu tanteeti....!!

Qur'aana sagantaa kankee keessaa, isa jalqabaa godhadhu...!

Share๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ Dubartiin islaamummaa irraa waan beektu taanaan, jaarsa ishees mataa nyaatti/dhukkubsiti; ijoollees Tarbiyaa balleessiti; tarbiyaan ijoollee bannaan hawaasas galaafatti.
ูุฅุฐุง ุฌู‡ู„ุช ุงู„ู…ุฑุฃุฉ ุนู„ูˆู… ุงู„ุฏูŠู† ุŒ ุฃุชุนุจุช ุงู„ุฒูˆุฌ ูˆ ุฃูุณุฏุช ุงู„ุฃูˆู„ุงุฏ ูˆ ุฃู‡ู„ูƒุช ุงู„ุฃู…ุฉ

๐Ÿ–‹#Ibnul_Qayyim (Rahimahullaah) akkana jedhan.
โ€Œ๐Ÿ–‹๏ธโฉ ุงุจู† ุงู„ู‚ูŠู… ุฑุญู…ู‡ ุงู„ู„ู‡

โœ Shamarran keenya islaamummaa haa barannu, dhaloonni isinitti hajamaa... Dubartiin walakkaa ummataa kan taatu... gaafa diinaa ishee jabeeffatteedha.... gaafa leenca deessee qartee hawaasaaf gumaachiteedha....!!

Share๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ Takka kijibde taanaan... dhugaan tantee tan achi boodaa hunduu shakkamtuudha.... !

@tafak_or
2024/09/23 21:32:25
Back to Top
HTML Embed Code: