Telegram Web Link
โœ Rabbii kankee yoo dagattee jiraatte yaadadhu....
*_๏ดฟ ูˆูŽุงุฐู’ูƒูุฑ ุฑุจู‘ูƒูŽ ุฅูุฐูŽุง ู†ูŽุณููŠุชูŽ ๏ดพุ›*
(Du'aa'ii baay'ee fayyadduudha haffazaa irraa fayyadamaa๐Ÿ‘‡)

Subhaanallaah...
*- ุณูุจุญุงู† ุงู„ู„ู‡.*๐ŸŒฑ
Alhamdulillaah
*- ุงู„ุญู…ุฏู„ู„ู‡.*๐ŸŒฑ
Allaahu Akbar
*- ุงู„ู„ู‡ ุฃูƒุจู‘ุฑ.*๐ŸŒฑ
Astegfirullaah
*- ุฃุณุชุบูุฑุงู„ู„ู‡.*๐ŸŒฑ
Laa ilaaha illallaahu
*- ู„ุง ุงู„ู‡ ุงู„ุง ุงู„ู„ู‡.*๐ŸŒฑ
laa howla walaa quwwata Illaa billaah..
*- ู„ุงุญูˆู„ ูˆู„ุง ู‚ูˆุฉ ุงู„ุง ุจุงู„ู„ู‡.*๐ŸŒฑ
Subhaanallaah Wabihamdihii
*- ุณูุจุญุงู† ุงู„ู„ู‡ ูˆุจุญู…ุฏู‡.*๐ŸŒฑ
Subhaanallaahil Aziim
*- ุณูุจุญุงู† ุงู„ู„ู‡ ุงู„ุนุธูŠู….*๐ŸŒฑ
laa ilaaha Illaa anta subhaanaka innii kuntu minazzaalimiin
*- ู„ุง ุงู„ู‡ ุงู„ุง ุงู†ุช ุณูุจุญุงู†ูƒ ุฑุจูŠ ุงู†ูŠ ูƒู†ุช ู…ู† ุงู„ุธุงู„ู…ูŠู†.*๐ŸŒฑ
Hasbiyallaahu laa ilaaha Illaa huwa, aleyhi tawakkaltu, wahuwa Rabbul arshil aziim
*- ุญุณุจูŠ ุงู„ู„ู‡ ู„ุง ุงู„ู‡ ุงู„ุง ู‡ูˆ ุนู„ูŠู‡ ุชูˆูƒู„ุช ูˆู‡ูˆ ุฑุจ ุงู„ุนุฑุด ุงู„ุนุธูŠู…ู‘.*๐ŸŒฑ
Allaahumma innaa nas'aluka husnalkaatumaa
*- ุงู„ู„ู‡ู‘ู… ู†ุณุงู„ูƒ ุญุณู† ุงู„ุฎุงุชู…ุฉ.*๐ŸŒฑ
Allaahumma salli wasallim alaa nabiyyinaa Muhammad (Sallallaahu aleyhi wasallam)
*- ุงู„ู„ู‡ู‘ู… ุตู„ ูˆุณู„ู… ุนู„ู‰ ู†ุจูŠู†ุง ู…ุญู…ุฏ ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆ ุณู„ู….*๐ŸŒฑ
Allaahumma sabbit qalbii alaa diinika...
*- ุงู„ู„ู‡ู‘ู… ุซุจุช ู‚ู„ุจูŠ ุนู„ู‰ ุฏูŠู†ูƒ.*๐ŸŒฑ
Allaahumma-rham man sabaquunaa ileyk....
*- ุงู„ู„ู‡ู‘ู… ุงุฑุญู… ู…ู† ุณุจู‚ูˆู†ุง ุฅู„ูŠูƒ.*๐ŸŒฑ
Allaahumma alhimna shahaadatan indalmowt....
*- ุงู„ู„ู‡ู‘ู… ุฃู„ู‡ู…ู†ุง ุงู„ุดู‡ุงุฏุฉ ุนู†ุฏ ุงู„ู…ูˆุชู.*๐ŸŒฑ
Allaahumma ajirnii mina-nnaar...
*- ุงู„ู„ู‡ู‘ู… ุฃุฌุฑู†ูŠ ู…ู† ุงู„ู†ุงุฑ.*๐ŸŒฑ
Allaahumma innii asalukal hudaa; wattuqaa; Wal afaafa; wal ginaa....
*- ุงู„ู„ู‡ ุงู†ูŠ ุฃุณุฃู„ูƒ ุงู„ู‡ุฏู‰ ูˆ ุงู„ุชู‚ู‰ ูˆ ุงู„ุนูุงู ูˆ ุงู„ุบู†ู‰.*๐ŸŒฑ
๐Ÿค๐Ÿ’š
Join&share๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ Suhuura irratti Muuzii/๐ŸŒ banana fayyadamuun bu'aa maal uf keessaa qaba naaf himaa mee.....?


Share godhaa hanga dhufuuf...
Iccitii Soomni dhufeef.....

1) Soomni sodaa Rabbii namaa geessuuf/namaa dhugoomsuuf kortoo namaaf taha...!
2) Yeroo beelaan turte qananii Rabbiin sitti oole hedduu akka yaadattuuf..
3) Lubbuu teenya fedhii ishee control gochuu fi dandeettii waa baadhachuu irratti guddisuudhaaf...!
4) Sooma keessa sheeyxaana injifachutu jira...!
5) Soomni Rahmataa fi gara laafummaa miskiinotaaf akka horannu nu barsiisa/ nu leenjisa...!
6) Soomni qaama keenya wantoota fofokkataa qaama keenyatti makaman irraa qulqulleessa... akkasuma fayyaa fi humna namaaf kennuu keessatti gahee guddaa qaba...!

๐Ÿ‘‰ Faayidaa kanneenii fi kan birootis gaafa dhugamaan Rabbiif jecha soomte baruu dandeessa....!
Join๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ Nama osoo xiyyaarrri lafarraa ol hin kaane dura, aduun seente/dhiite jechuudhaan sooma fure... erga xiyyaarrri qilleensa gubbaa balali'uu eegalee booda aduun akka hin dhiine arge.... hukmiin isaa maali____?
Anonymous Poll
57%
A) Soomni isaa sirriidha faxxaree jira..
40%
B) Hanga aduun seentuuf uf qabuu qaba....
15%
C) Soomni isaa badee jira..
โœ Mana sirreessaa Biraazil keessatti, hanga baay'inna Kitaaba ati dubbisteetiin adabbiin hidhaa guyyaa afur afuriin sirraa hirdhifama....!

Osoo seerri Kun biyya keenya jiraatee hoo ?
Dubbisaa.... ๐Ÿ‘‡
@tafak_or
โœ Qur'aanni onnee Kee keessa seene taanaan... ni jiraachisa; ni duroomsa; ni jabeessa....!
#Hattoota_Ramadaanaa eeggadhaa ...! isaanis:
(https://www.tg-me.com/tafak_or๐Ÿ‘‡)

1) Television ๐Ÿ“บ
Televisionni hattuu badaa sooma namaa nama jalaa balleessuu fi ajrii soomaas nama jalaa hirdhisuu danda'uudha... fiilmii fi sagantaa adda addaa kan bu'aa hin qabne; kan yeroo namaa guban heddutu dhihaata...!
2) Suuqotaa fi gabayaa...
Hattuu yeroo fi qabeenya namaa kallattii hin taanetti qisaasessuudhaan beekameedha... hattuu kana injifachuudhaaf osoo gabaa hin baane waan baatuuf murteessitee bahuu qabda...!
3) Gurzaa/hirriba malee buluu..
Kun hattuu yeroo qaaliiti... hattichi kuni Tahajjudaa fi Istigfaara halkanii si dhabsiisa...
4) Alwaada/kitchen....
Keessattuu dhimmi kun dubartoota ilaallata... nyaata adda addaa qopheessuuf-kan irra caalaan isaa gatamu- yeroo dheeraa achi keessatti dabarsiti... yeroon isheen boqonnaa fudhattu yeroo waa afaan kaahattu qofa... kunis hattuu cimaadha....
5) Bilbila yeroo dheeraa haasahuu...
Bilbilaan yeroo dheeraa haasahuu fi badii tokko tokko achirratti nama mudatu...
fkn: Nama hamachuu; oduu adda addaa kan bu'aa hin qabne odeessuu fi iccitii namaa facaasuu... kkf hedduudha...!
6) Dondhummaa...
Dondhummaa ajrii fi mindaa sadaqaa silaa ibiddarraa si eegduu si dhabsiisa...! keessattuu kennaa ati Ramadaana keessa kennattu si dhabsiisa... kunis hattuu cimaadha..!
7) Teessuma milkii hin qabne
Teessumni zikrii uf keessaa hin qabne... Teessuma guyyaa qiyaamaa nama sheenessituudha...!
8) Social media....
Inni dhumaa fi hattuun cimaan miidiyaa hawaasaati.... yoo karaa Rabbii keessatti itti hin fayyadamin baay'ee ulfaataadha...

โœ#@Ibro
Join&Share๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ Baatii isa keessa adeemsaa fi sochiin keenya, gara isa caaluutti nuuf jijjiiramu Rabbiin nuuf haa godhu... ๐Ÿคฒ

@tafak_or
๐Ÿ‘‰ Rabbiin kadhaa namaaf awwaatu.. waan kadhattan hundaa isiniif haa awwaatu... ๐Ÿคฒ
@tafak_or
โœ Onnee teessan hundaa waan dheebottan sana isin haa obaasu.... ๐Ÿคฒ
@tafak_or
#Never_give_up...
โœ Guyyaa tokko harka kennachuu dhabuu keetitti lubbuu tantee gakateeffatta....!
@tafak_or
Ramadaana keessa qur'aana yeroo meeqa buusuu yaaddu____?

tooftaa isaa isiniif hima...!
#Yeroo_meeqa_buusuuf/kattamuuf__?
๐Ÿ‘‡
โœ Baatii tokkotti....;

๐Ÿ‘‰ yeroo tokko qofa buusuu yoo barbaadde.... salaata shanan booda Fuula afur afur qara'uu qabda....
๐Ÿ‘‰ Yeroo lama buusuu yoo barbaadde.... salaata shanan booda Fuula saddeet(8) saddeet qara'uu qabda....
๐Ÿ‘‰ yeroo sadi buusuu yoo barbaadde.... salaata shanan booda Fuula 12 kudha lama lama qara'uu qabda...
๐Ÿ‘‰ yeroo afur buusuu yoo barbaadde.... salaata shanan booda Fuula 16 kudha jaha jaha qara'uu qabda..
๐Ÿ‘‰ Yeroo Shan buusuu yoo barbaadde.... salaata shanan booda Fuula 20 digdama digdama qara'uu qabda.
๐Ÿ‘‰ Yeroo jaha buusuuf hoo meeqa qara'uu qabda____?

Join๐Ÿ‘‡ share
https://www.tg-me.com/tafak_or
#Dhugaa...

โœ Osoo akka mobile/telephone keenya laallu Sanatti qur'aana lallee... silaa baatii keessatti yeroo hedduu irra deddeebinee buufna ture...!

@tafak_or
2024/09/26 21:56:00
Back to Top
HTML Embed Code: