Telegram Web Link
โœ Niyyaa tolaa.... hanga Niyyaa keessaniin Rizqiin teeysanis tolti...!
#Homaan_taane....!
โœ Yuusufiin (Aleyhissalaam ) yaalii ajjeechaa irratti gaggeessan... garuu Rabbiin du'a isa oolche....
akkamitti du'uu dhabe jedhanii mallaqa rikkaashatti gabra godhanii gurguratan... Rabbiin gabrummaa isaan feenee mootummaa isa godhe...
โœ Obboleessoo/ttii... tasgabbaayi... fedhiin Rabbii hundaa ol waan taateef... Yoo Rabbiin hin feene eennullee si miidhuu hin danda'u..

Join๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ Saree guyyaa sadihiif yoo nyaachiste .. wagga sadihiif si yaadata... Ilma namaa garuu waggaa sadi guutuu nyaachistee guyyaa sadi keessatti si dagata....!

@Ibro (@tafak_or)
๐ŸŒบ Simannaaa Ramaadaanaa ilaalchisee, qoqqoodamiinsa ilma namaa....:

๐Ÿ’ซ Namoonni gariin gabayaadhaan simatu.
๐Ÿ‘‰ Baatiin Ramadaanaa yoo dhihaatte, namoonni waa bitan heddummachuu irraa gabayaan gabayaa Ramadaanaati jedhamti..
๐Ÿ‘‰ Gosoota nyaataa hedduu bituudhaa fi nyaata hedduu Ramadaana keessa qopheessuuf baajanni isaan baasan gar malee guddaadha...
Bira dabree Irra hedduun isaanii Akka waan baatii nyaataa fi dhugaatii simataa jiraniitti, nyaataa fi dhugaatii mana keessatti qopheessuu irratti wal dorgoman....
๐Ÿ‘‰ Heddumminna nama waa bituu irraa hanga meeshaan rakasaas, miskiinota waan qabne irratti qaalahu takka, gabaan seensa Ramadaanaa qaaliidha...
๐Ÿ‘‰ Kanaafuu Ramadaana keessa namoota hedduu biratti nyaanni bifa addaatiin ka qophaahu garta... garuu gosoota nyaataa San hunda keessaa wanti irraa nyaatamu xiqqoodha... kan hafe Israafa...
#2ffaa: Namoota yeroo Ramadaanni seensaaf kalaahe, Meeshaa taphaa fi yeroo Ramadaanaa qaalii sana ittiin guban qopheeffatantu jira.
Ramadaana keessa dadhabbii fi beelli akka nutti hin dhagahamne jedhanii... Meeshaa taphaa kan yeroo ittiin guban, osoo Ramadaanni hin seenne dursanii qopheeffatu..!

3ffaa(#itti_fufa).... Share๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ Qalbiin ilma namaa ganama fi galgala yoo zikriidhaan dheebuu hin baanee...doomaa deema...!
ุงุฐูƒุฑูˆุง ุงู„ู„ู‡......!
ู‚ุงู„ ุชุนุงู„ู‰: ๏ดฟุฅูู†ูŽู‘ ุงู„ู„ูŽู‘ู‡ูŽ ูˆูŽู…ูŽู„ูŽุงุฆููƒูŽุชูŽู‡ู ูŠูุตูŽู„ูู‘ูˆู†ูŽ ุนูŽู„ูŽู‰ ุงู„ู†ูŽู‘ุจููŠูู‘ ูŠูŽุง ุฃูŽูŠูู‘ู‡ูŽุง ุงู„ูŽู‘ุฐููŠู†ูŽ ุขูŽู…ูŽู†ููˆุง ุตูŽู„ูู‘ูˆุง ุนูŽู„ูŽูŠู’ู‡ู ูˆูŽุณูŽู„ูู‘ู…ููˆุง ุชูŽุณู’ู„ููŠู…ู‹ุง๏ดพ

@tafak_or
โœ Obsa qabaannaan waan barbaaddu qofa osoo hin taane... waan barbaadduu olis argachuu dandeessa...!
@tafak_or
โœ Iccitii 10 Psychologically kan namoota sirrii tokko ittiin madaaltuun....;

1) Namoota biraa faarsuu fi jajjabeessuun amala isaaniiti..!
๐Ÿ‘‰ garuu gadaa tana kan uf faarsutu heddummaata...!
2) Tasallee dogoggoranii uf hin faarsan; jabummaa ufii hin himatan...!
3) Yeroo hundaa ni seeqatu..
4) Namni isa wajjiin jiru akka haasahuuf carraa kennaniif...!
5) Haasaa Kee seeraan si dhaggeeffatan..
6) Osoo sin qeeqne miira gaariidhaan dogoggora irraa si deebisu...!
7) Namoota biroo qarqaaru... yeroo isaaniitti hajamte hundaa isaan argatta..!
8) Yoo si gorfatan onnee irraa si gorfatan...!
9) Namaaf bakka kennan... haqa abbaaf deebisan...!
10) Milkaa'inna irratti si kakaasan...!
โœ@Ibro

Join&Share๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
ู‚ุฏ ุฌุงุกูƒู… ุฑู…ุถุงู†ุŒ ุดู‡ุฑูŒ ู…ุจุงุฑูƒูŒ......

๐Ÿ‘‰ Rasuulli seensa Ramadaanaatiif ummata isaanii waan gammachiisaniif.... isinis Wal gammachiisaa....!
@tafak_or
#Rahmata_Rabbii....
โœ Rabbiin akkana jedha:

โ€œ Gabrichi kiyya badii dalaguu yoo barbaade, hanga inni dalagutti irratti hin barreessinaa, yoo inni dalagellee takka qofa godhaa barreessaafi, yoo inni anaaf jecha badii sana dhiise immoo toltuu godhaa barreessaafi..
Yoo toltuu dalaguu barbaadee osoo hin dalagin dhiise immoo, toltuu takka godhaa barreessaafi... yoo dalage immoo dachaa kudhan godhaa barressaafii... hanga dachaa dhibba torbaatti โ€

โœ Rabbiin osoo akka toltuu keenya dachaa nuuf godhu kana, badii teenna dachaa godhee... badiin teenya hagam geessi laata__?

#Madda: Hadiisa Abuu Hureeyraa kan Bukaariin gabaase keessatti..
Sahiiha Bukaarii lakk/fuula 7501

Share๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
โ€ข|| แˆจแˆ˜แ‹ณแŠ• แŠจแˆชแˆ ๐Ÿคฉ

แ‹›แˆฌ แŒจแˆจแ‰ƒ แˆ˜แ‰ณแ‹จแ‰ทแŠ• แ‰ฐแŠจแ‰ตแˆŽ แ‰ณแˆ‹แ‰ แ‹จแˆจแˆ˜แ‹ณแŠ• แ‹ˆแˆญ แ‰ แŠแŒˆแ‹ แ‹•แˆˆแ‰ต แŒ…แˆ›แˆฎแ‹แŠ• แ‹ซแ‹ฐแˆญแŒ‹แˆแข แˆ˜แˆแŠซแˆ แ‹จแ†แˆ แ‹ˆแˆญ แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆ†แŠ•แˆ‹แ‰ฝแˆ แŠฅแŠ•แˆ˜แŠ›แˆˆแŠ•แข

แˆจแˆ˜แ‹ณแŠ• แŠจแˆชแˆ !
https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ Ramadaanni yeroo hundaa yeroo murteessaa fi barbaachisatti nutti dhufa...!
๐Ÿ’ซ Yeroo jireenyi nu hammeessitee; abjuun keenya nu dadhabsiisee... fiigichaa fi boo'icha keessatti bakka silaa nurraa eeggamu geenyetti nutti dhufa...!
๐Ÿ’ซ yeroo keessa keenyatti nuti dadhabnee akka daa'immaniitti lafarra shunquuqnu dhufa...!
๐Ÿ’ซ Yeroo guyyoonni lubbuu keenya xuuxee .. erga nu laamshessee lafaan nu gahee booda nuuf dhufa....
Imala ajaa'ibaa... Rabbiin akkanatti ummata isaa qurca...!

Baga nuuf dhufte baatii Rahmataa...
Join๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ Ramadaanni waan guyyoonni qalbii kee keessatti balleessite hedduu tolcha inshallah...!
@tafak_or
๐Ÿ’ซ#Sadarkaa_Soomaa....!
(https://www.tg-me.com/tafak_or)

1) Rabbiin (Subhaanahu wata'ala) Soomni kiyya... galata isaa ana qofatu beeka jedhe..!
2) Gosoonni obsaa sadeenuu soomaa keessatti walitti qabamte...Obsi bakka meeqatti qoodama ?
3) Soomni guyyaa qiyaamaa manguddummaa siif dhaabbata...!
4) Dalagaale Rabbiin nama dalageef, araaramaa fi ajrii guddaa beellameef keessaa Soomni isa tokkoodha....!
5)Soomni diliiwwanii fi dogoggora hedduu namarraa harcaasa...!
6)Soomni ibiddarraa wantee namaaf taha...!
7)Sooma heddummeessuun wantoota Jannata nama geessan keessaa isa tokko...!
8) Hafuura shittoo caala hafuura nama soomaannoolettu Rabbiin biratti urgaawa....
9) Soomanni halkan barakaa fi kabajaa... halkan leeylatulqadrii uf keessaa qaba....
10) Soomni.....(#Itti_fufa....)

Join&share๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
2024/09/27 00:11:53
Back to Top
HTML Embed Code: