โSadarkaa beelli qabuu fi faayidaa beelli fayyaa keenyaaf qabu beektuu laata....!
ยซ..ููุฃูู ุชูุตููู ููุง ุฎูููุฑู ูููููู ู ุฅูู ูููุชูู ู ุชูุนูููู ูููู

Bakkatti hafaan Rabbuma....
Anaa dhufu Ustaaz Raayyaa Nashiidaa Manzuumaa 37ffaa

#Sirreeffadhaa...
โQur'aana eessa geettan jechuu osoo hin taane, qur'aanni eessa isin gahe ? ta'uu qaba gaafiin....!
@tafak_or

Rasuulli (Sallallaahu aleyhi wasallam) Umraa yeroo meeqa godhan_____?
Anonymous Quiz
32%
A) 6
19%
B) 5
49%
C) 4
#Maaliif_soomta__?
โ Ganamaa hanga galgalaa nyaataa fi dhugaatii Kee wanti dhiisteef; wantoota hedduu siif haalala tahan irraa wanti fagaattuuf maali__?
uf gaafattee beektaa...!!
โ Beelaa fi dheebuu cimaa dabarsita, maaliif ?gurzaa fi dadhabbii sitti dhagahama maaliif ?
โ Gosoota nyaataa hedduu fuuldura kee jira; bishaan qabbanaawaa ija teetiin ilaaltee argaa jirta... garuu beelaa fi dheebuun osoo sitti hammaattee jirtuu maaf hiixxattee hin fudhanne sila__?
โ kana hunda maal barbaadeeti? kaayyoon kankee maali ? eessa gahuudhaaf sadarkaa kana hunda obsite?
Garuu deebiin kankee beelumaaf dheebuu akka hin taane.. ๐ข
Join๐
https://www.tg-me.com/tafak_or

Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf

#Gaafiidha..... !
โ Ramadaanni wanti waajiba ta'eef akka nuti onnee keenya Sodaa isaatiin gabbisnuuf jedhama...!
Nyaataa fi dhugaatii dhiisuun garaadhaan wal qabata; Sodaan Rabbii qalbiidhaan wal qabatti...garuu nyaataa fi dhugaatii irraa uf qabuun akkamitti onnee teenya fayyada___?
Deebii barbaada....
๐

โ Qaamni namaa yoo beelahu ufii uf nyaata... ykn ufiin uf qulqulleessa....!
โ Irra milkaawaan namaa Ramadaana keessa nama waa 7n armaan gadii walitti qabateedha. Isaanis:
#1ffaa: Ramadaanni kaayyoo guddaadhaaf dhufe... kaayyoon Ramadaanni dhufeef tuni Rabbiin biratti waa hunda caalaa gatii qabdi... namni Ramadaana keessa kaayyoo tanatti gahe dhugaa milkaahee jira... kaayyoon tunis #Iklaasa jedhamti..
Ati Rabbiif jecha guyyoota 29/30 ni soomanta... Ramadaanni gochaa fi jecha kee keessattis akka uf madaaltu si godhร ...!
โ Yoo dubbattu Rabbiif jecha dubbatta; yoo dalagdu Rabbiif jecha dalagda..
Ati gabricha Rabbiiti.. hanga yoomii lubbuu kankee sossobda...!, maaliif waan dalagdu isaaf qofa hin qulqulleessine...?
Ramadaanni akkamitti akka lubbuu kankee sirreesaituu fi uf leenjistu si barsiisa... hanga yoomii kijibaan; munaafiqummaan; gantummaa fi jireenya sobaa keessa jiraatta...?
Ramadaanni akkamitti akka Rabbiif qofa hojjattu.. akka fedhii nama tokkoo guutuuf jecha ati hin deemne si barsiisa...!
โ
Namoonni Ramadaana iccitii guddaa kanaan banattan baga gammaddan... innis Rabbiin eeggachuudha.
ูุนููู ุชุชููู......
#2ffaa....
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
#1ffaa: Ramadaanni kaayyoo guddaadhaaf dhufe... kaayyoon Ramadaanni dhufeef tuni Rabbiin biratti waa hunda caalaa gatii qabdi... namni Ramadaana keessa kaayyoo tanatti gahe dhugaa milkaahee jira... kaayyoon tunis #Iklaasa jedhamti..
Ati Rabbiif jecha guyyoota 29/30 ni soomanta... Ramadaanni gochaa fi jecha kee keessattis akka uf madaaltu si godhร ...!
โ Yoo dubbattu Rabbiif jecha dubbatta; yoo dalagdu Rabbiif jecha dalagda..
Ati gabricha Rabbiiti.. hanga yoomii lubbuu kankee sossobda...!, maaliif waan dalagdu isaaf qofa hin qulqulleessine...?
Ramadaanni akkamitti akka lubbuu kankee sirreesaituu fi uf leenjistu si barsiisa... hanga yoomii kijibaan; munaafiqummaan; gantummaa fi jireenya sobaa keessa jiraatta...?
Ramadaanni akkamitti akka Rabbiif qofa hojjattu.. akka fedhii nama tokkoo guutuuf jecha ati hin deemne si barsiisa...!
โ
Namoonni Ramadaana iccitii guddaa kanaan banattan baga gammaddan... innis Rabbiin eeggachuudha.
ูุนููู ุชุชููู......
#2ffaa....
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
โ Nyaataa fi dhugaatii dhiisuun akkamitti sodaa Rabbiitti nama geessa__?
Nyaataa fi dhugaatiin garmaleedhaa.... qalbii namaa miidhuu fi balleessuu keessatti gahee guddaa qaba...!
Garaan guutame, sammuu beelessa... quufni qalbii namaa jaamsa..!
Qalqalli sharrii tan garaa caaltu inuma hin jirre... garaan guutamnaan sharriin isa boodaan dhufu hedduu waan taheef...
" ู ุง ู ูุฃ ุขุฏู ููู ูุนุงุกู ุดุฑูุงู ู ู ุจุทู....."
๐ Wantoota qalbii namaa balleessan keessaa inni tokko nyaata. innis gosa lama:
#1ffaa: Matama isaattu qalbii balleessa... (fkn: nyaata haraamaa nyaachuun)
#2ffaan: Nyaanni nuti nyaannu kuni yoo humnaa ol tahe qalbii keenyaa fi sammuu keenyas jaamsaa dhufa. Fkn: Haaluma daangaa dabrsinee nyaachuu fi quufa daangaa malee...
#Itti_fufa..๐

โ Sheeyxaanni hidda namaa keessa yaa'a... Soomni hidda sana sheeyxaanatti dhiphisa... quufni immoo karaa hiddaa sana sheeyxaanaaf baldhisa...
Kanaafuu garmalee quuftanii balbala sharrii ufitti hin baninaa...!!
@tafak_or
Kanaafuu garmalee quuftanii balbala sharrii ufitti hin baninaa...!!
@tafak_or
โ Rabbiin humna/power mu'umintootaa qaama keessa osoo hin taane, qoma isaanii keessa kaahe...
laalaa wayta manguddoon umriin isaa waggaa dhiibbaa olii, guyyaa aduu keessa soomaan oolaa... halkan qorraan taraawiha dhaabbataa bulu.. Garuu dargaggeessi akka kiyyaaf keetii..lafaa dhufaan; kan qaamaan cufaa/guutuu dhaabachuu hin dandeenye... kun dubbiin duuba osoo hin taane, keessa akka taate Ragaa guddaadha...
Ustaazni koo; hayyuun baale qabdu; Abbaan Madrasaa Salafiyyaa; nama hin beekneef magaalaa Roobeetti imaamaa fi kaxiiba....
#Shek/Abdurrahmaan Aadam jedhamu amma waggaa 103 caalanii jiru,... garuu Taraawiha guutuu Raka'aa 23 salaatanii galu....
Rabbiin umrii nuuf haa dheeressu jedhaa mee....

Suuraa Anbiyaa'ii keessatti Nabiyyoota meeqatu dubbatame...
Anonymous Quiz
52%
A) Nabiyyoota 12
27%
B) Nabiyyoota 14
20%
C) Nabiyyoota 16
โ Rabbii keenya ba'aa nuti hin dandeenye nun baachisin...!
ุฑูุจููุง ูููุง ุชูุญูู ููููุง ู ุง ูุง ุทุงููุฉููููุง ุจููู.๐คฒ๐ค

Yeroo Ifxaaraa.... akkana jedhaa... ๐
ุฐูุจ ุงูุธููู ุฃูุ ูุงุจุชูููุชู ุงูุนุฑูููุ ูุซุจูุช ุงูุฃุฌุฑู ุฅู ุดุงุก ุงูููู.
Zahabaz-zama'u, wabtallatil uruuqu, wasabatal ajru inshallah...
@tafak_or
ุฐูุจ ุงูุธููู ุฃูุ ูุงุจุชูููุชู ุงูุนุฑูููุ ูุซุจูุช ุงูุฃุฌุฑู ุฅู ุดุงุก ุงูููู.
Zahabaz-zama'u, wabtallatil uruuqu, wasabatal ajru inshallah...
@tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
Waan na ajaa'ibeeef...!!
โXayyaara โ๏ธ keessa yoo seentu, nama xayyaara balaliisu sana hin beektu... garuu ufitti amanamummaadhaan rafta..
Markaba ๐ณ yoo yaabbattes, eennutu markaba sana harkaa qabaa hin beektu... garuu keessatti boqonnaa fudhatta... Jireenya kankee garuu akka Rabbiin harkaa qabu tolchitee beekta... garuu maaliif keessi kee boqonnaa hin arganne__?
#Join&share๐

Ramadaana guyyaa 9ffaa
โ Kaayyoon Soomaa, Sodaa Rabbiin Aayata soomaa (....ูุนููู ุชุชููู) jedhee ittiin goolabe sana argachuudha...
โ Sodaa Rabbii horachuun; waa hunda keessatti Rabbiin eeggachuun; ajaja Rabbii fudhachuun; Rabbiin jaalachuu fi karaa Rabbii irra deemuun... hunduu kaayyoo Soomaa Jala seena.
โ Nyaataa fi dhugaatii qofarraa soomuu yoo taate... eennullee nyaataa fi dhugaatii dhiisuu ni danda'a... garuu yoo soomte, ijaa fi gurri keetis haraamarraa soomuu qaba...!
โ Yeroon ati sooma qabduu fi yeroon ati sooma hin qabnes si biratti tokko tahuu hin qabu... irra hedduun keenya osoo hin jijjiiramne Ramadaanni seenee keessaa baha...!
Rabbiin nu haa eegu...!

โ Faaruun kan Rabbiiti.... akka isa gabbarruuf; akka isa galateeffannuu fi akka towbannuuf guyyaa haaraadhaan nu gahe...
#Alhamdulillaah
@tafak_or
#Alhamdulillaah
@tafak_or
#Beeksisa...
โ Namni Suuraa Faatihaa keessaa Arkaana Iimaanaa 6 fi Arkaana islaamaa 5n naaf hime... badhaasa kaardii Abbaa 100 kennaaf...
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
โ Namni Suuraa Faatihaa keessaa Arkaana Iimaanaa 6 fi Arkaana islaamaa 5n naaf hime... badhaasa kaardii Abbaa 100 kennaaf...
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
#Beeksisa... โ Namni Suuraa Faatihaa keessaa Arkaana Iimaanaa 6 fi Arkaana islaamaa 5n naaf hime... badhaasa kaardii Abbaa 100 kennaaf... Share๐ https://www.tg-me.com/tafak_or
Faatihaa guyyaatti yeroo 17 ol qaraatu... garuu waan faatihaan qabattee jirtu hin beektan moo.... ๐