Telegram Web Link
#Gaarummaan...!

๐Ÿ‘‰ Namni dhiphinna keessa jiru tokko yoo Sababa kee seeqate; ๐Ÿ‘‰ namni mucucaataa jiru tokko yoo sitti irkate;
๐Ÿ‘‰ namni kophummaan isa liqimsite tokko yoo siin boohare; ๐Ÿ‘‰ namni nama hin beekne tokko yoo sitti makame;
๐Ÿ‘‰ namni biyyaa bahe tokko yoo biyya si godhate...
๐Ÿ‘‰ namni muukuu keessa jiru tokko yoo muukuu sitti bahe...dhugamatti ati gaarii namaa jedhamta...
โœ Gaarummaan kankee hanga wantoonni biroo siin bareedan... gaarummaan kankee kan madaalamu hamma ati gaarummaa nama keessatti dhiistee deemteen...!

Share๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
#Ramadaana...
โœ Baatiin Ramadaan fuulaan as garagalee jira... 1... 2... 3... jechaa guyyaa 5 qofatu nuuf hafe...
โœ Baatiin Ramadaan dhufuun muslimtoota gatii isaa beekan biratti bakka guddaa qaba...
โœ Dhufiinsa isaa hawwiidhaan; seensa isaa qalbii gammachuutiin eegaa waan turaniif...yeroo hafuurri isaa as kalaahu baay'ee gammadu.. gaafa inni seene immoo gatii isaa waan beekaniif, gammachuun isaanii likkii hin qabu...!

@tafak_or
#Sin_baana...!

โœ Nama garitu jira.... lubbuu isaanii onnee keenya keessatti facaastanii.... burqaa Jaalala isaanii nu obaasanii.... kunuusa addaa nuuf laatanii jedhan...
โœ Namoota akkanaa kanneen... yoo nurraa fagaatan nutis isaan barbaanna... yoo nu bira jiraatanis onnee keenya gammachiisu; gaddaa fi gadadoo nurraa fageessu....!
โœ Seequun isaanii dawaa onneeti; furmaata Rakkooti; madda gammachuuti....
โœ Namoonni nuti qalbii keenya keessatti jajjabeeffachuu qabnu namoota akkanaa kana...

๐Ÿ‘‰Namni sun bar sihii....Rabbiin Hamtuu hundarraa si haa eegu..... gammachuu gaddi keessa hin jiraanneen si haa eegu....!!

Join๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ Niyyaa tolaa.... hanga Niyyaa keessaniin Rizqiin teeysanis tolti...!
#Homaan_taane....!
โœ Yuusufiin (Aleyhissalaam ) yaalii ajjeechaa irratti gaggeessan... garuu Rabbiin du'a isa oolche....
akkamitti du'uu dhabe jedhanii mallaqa rikkaashatti gabra godhanii gurguratan... Rabbiin gabrummaa isaan feenee mootummaa isa godhe...
โœ Obboleessoo/ttii... tasgabbaayi... fedhiin Rabbii hundaa ol waan taateef... Yoo Rabbiin hin feene eennullee si miidhuu hin danda'u..

Join๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ Saree guyyaa sadihiif yoo nyaachiste .. wagga sadihiif si yaadata... Ilma namaa garuu waggaa sadi guutuu nyaachistee guyyaa sadi keessatti si dagata....!

@Ibro (@tafak_or)
๐ŸŒบ Simannaaa Ramaadaanaa ilaalchisee, qoqqoodamiinsa ilma namaa....:

๐Ÿ’ซ Namoonni gariin gabayaadhaan simatu.
๐Ÿ‘‰ Baatiin Ramadaanaa yoo dhihaatte, namoonni waa bitan heddummachuu irraa gabayaan gabayaa Ramadaanaati jedhamti..
๐Ÿ‘‰ Gosoota nyaataa hedduu bituudhaa fi nyaata hedduu Ramadaana keessa qopheessuuf baajanni isaan baasan gar malee guddaadha...
Bira dabree Irra hedduun isaanii Akka waan baatii nyaataa fi dhugaatii simataa jiraniitti, nyaataa fi dhugaatii mana keessatti qopheessuu irratti wal dorgoman....
๐Ÿ‘‰ Heddumminna nama waa bituu irraa hanga meeshaan rakasaas, miskiinota waan qabne irratti qaalahu takka, gabaan seensa Ramadaanaa qaaliidha...
๐Ÿ‘‰ Kanaafuu Ramadaana keessa namoota hedduu biratti nyaanni bifa addaatiin ka qophaahu garta... garuu gosoota nyaataa San hunda keessaa wanti irraa nyaatamu xiqqoodha... kan hafe Israafa...
#2ffaa: Namoota yeroo Ramadaanni seensaaf kalaahe, Meeshaa taphaa fi yeroo Ramadaanaa qaalii sana ittiin guban qopheeffatantu jira.
Ramadaana keessa dadhabbii fi beelli akka nutti hin dhagahamne jedhanii... Meeshaa taphaa kan yeroo ittiin guban, osoo Ramadaanni hin seenne dursanii qopheeffatu..!

3ffaa(#itti_fufa).... Share๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ Qalbiin ilma namaa ganama fi galgala yoo zikriidhaan dheebuu hin baanee...doomaa deema...!
ุงุฐูƒุฑูˆุง ุงู„ู„ู‡......!
ู‚ุงู„ ุชุนุงู„ู‰: ๏ดฟุฅูู†ูŽู‘ ุงู„ู„ูŽู‘ู‡ูŽ ูˆูŽู…ูŽู„ูŽุงุฆููƒูŽุชูŽู‡ู ูŠูุตูŽู„ูู‘ูˆู†ูŽ ุนูŽู„ูŽู‰ ุงู„ู†ูŽู‘ุจููŠูู‘ ูŠูŽุง ุฃูŽูŠูู‘ู‡ูŽุง ุงู„ูŽู‘ุฐููŠู†ูŽ ุขูŽู…ูŽู†ููˆุง ุตูŽู„ูู‘ูˆุง ุนูŽู„ูŽูŠู’ู‡ู ูˆูŽุณูŽู„ูู‘ู…ููˆุง ุชูŽุณู’ู„ููŠู…ู‹ุง๏ดพ

@tafak_or
โœ Obsa qabaannaan waan barbaaddu qofa osoo hin taane... waan barbaadduu olis argachuu dandeessa...!
@tafak_or
โœ Iccitii 10 Psychologically kan namoota sirrii tokko ittiin madaaltuun....;

1) Namoota biraa faarsuu fi jajjabeessuun amala isaaniiti..!
๐Ÿ‘‰ garuu gadaa tana kan uf faarsutu heddummaata...!
2) Tasallee dogoggoranii uf hin faarsan; jabummaa ufii hin himatan...!
3) Yeroo hundaa ni seeqatu..
4) Namni isa wajjiin jiru akka haasahuuf carraa kennaniif...!
5) Haasaa Kee seeraan si dhaggeeffatan..
6) Osoo sin qeeqne miira gaariidhaan dogoggora irraa si deebisu...!
7) Namoota biroo qarqaaru... yeroo isaaniitti hajamte hundaa isaan argatta..!
8) Yoo si gorfatan onnee irraa si gorfatan...!
9) Namaaf bakka kennan... haqa abbaaf deebisan...!
10) Milkaa'inna irratti si kakaasan...!
โœ@Ibro

Join&Share๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
ู‚ุฏ ุฌุงุกูƒู… ุฑู…ุถุงู†ุŒ ุดู‡ุฑูŒ ู…ุจุงุฑูƒูŒ......

๐Ÿ‘‰ Rasuulli seensa Ramadaanaatiif ummata isaanii waan gammachiisaniif.... isinis Wal gammachiisaa....!
@tafak_or
#Rahmata_Rabbii....
โœ Rabbiin akkana jedha:

โ€œ Gabrichi kiyya badii dalaguu yoo barbaade, hanga inni dalagutti irratti hin barreessinaa, yoo inni dalagellee takka qofa godhaa barreessaafi, yoo inni anaaf jecha badii sana dhiise immoo toltuu godhaa barreessaafi..
Yoo toltuu dalaguu barbaadee osoo hin dalagin dhiise immoo, toltuu takka godhaa barreessaafi... yoo dalage immoo dachaa kudhan godhaa barressaafii... hanga dachaa dhibba torbaatti โ€

โœ Rabbiin osoo akka toltuu keenya dachaa nuuf godhu kana, badii teenna dachaa godhee... badiin teenya hagam geessi laata__?

#Madda: Hadiisa Abuu Hureeyraa kan Bukaariin gabaase keessatti..
Sahiiha Bukaarii lakk/fuula 7501

Share๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
2024/09/30 23:36:31
Back to Top
HTML Embed Code: