โข|| แจแแณแ แจแชแ ๐คฉ
แแฌ แจแจแ แแณแจแทแ แฐแจแตแ แณแแ แจแจแแณแ แแญ แ แแแ แแแต แ แแฎแแ แซแฐแญแแแข แแแซแ แจแแ แแญ แฅแแฒแแแแฝแ แฅแแแแแแข
แจแแณแ แจแชแ !
https://www.tg-me.com/tafak_or

Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf

โ Ramadaanni yeroo hundaa yeroo murteessaa fi barbaachisatti nutti dhufa...!
๐ซ Yeroo jireenyi nu hammeessitee; abjuun keenya nu dadhabsiisee... fiigichaa fi boo'icha keessatti bakka silaa nurraa eeggamu geenyetti nutti dhufa...!
๐ซ yeroo keessa keenyatti nuti dadhabnee akka daa'immaniitti lafarra shunquuqnu dhufa...!
๐ซ Yeroo guyyoonni lubbuu keenya xuuxee .. erga nu laamshessee lafaan nu gahee booda nuuf dhufa....
Imala ajaa'ibaa... Rabbiin akkanatti ummata isaa qurca...!
Baga nuuf dhufte baatii Rahmataa...
Join๐

#Aamiin_jedhaa....
๐คฒ Rabbiin waa sadi isinirraa haa fageessu:
hiyyummaa; dhiphinnaa fi yaaddoo..
๐คฒ waa sadi Rabbiin isiniif haa tiksu:
lubbuu teessan; maatii fi Diinii keessan..!
๐คฒ Rabbiin gammachuu sadii isiniif haa hiru:
Rizqii baldhoo; Qananii qabdutti Rabbiin galateeffachuu fi umrii dheertuu...
๐คฒ Rabbiin waa sadi jalaa isin haa baasu:
Ibidda Jahannam; ija hamtuu fi qalbii waanyitu...!
Sooma_nagahaa...! ๐

โ Ramadaanni waan guyyoonni qalbii kee keessatti balleessite hedduu tolcha inshallah...!
@tafak_or
@tafak_or
๐ซ#Sadarkaa_Soomaa....!
(https://www.tg-me.com/tafak_or)
1) Rabbiin (Subhaanahu wata'ala) Soomni kiyya... galata isaa ana qofatu beeka jedhe..!
2) Gosoonni obsaa sadeenuu soomaa keessatti walitti qabamte...Obsi bakka meeqatti qoodama ?
3) Soomni guyyaa qiyaamaa manguddummaa siif dhaabbata...!
4) Dalagaale Rabbiin nama dalageef, araaramaa fi ajrii guddaa beellameef keessaa Soomni isa tokkoodha....!
5)Soomni diliiwwanii fi dogoggora hedduu namarraa harcaasa...!
6)Soomni ibiddarraa wantee namaaf taha...!
7)Sooma heddummeessuun wantoota Jannata nama geessan keessaa isa tokko...!
8) Hafuura shittoo caala hafuura nama soomaannoolettu Rabbiin biratti urgaawa....
9) Soomanni halkan barakaa fi kabajaa... halkan leeylatulqadrii uf keessaa qaba....
10) Soomni.....(#Itti_fufa....)
Join&share๐

โ Rabbii kankee yoo dagattee jiraatte yaadadhu....
*_๏ดฟ ููุงุฐูููุฑ ุฑุจููู ุฅูุฐูุง ููุณููุชู ๏ดพุ*
(Du'aa'ii baay'ee fayyadduudha haffazaa irraa fayyadamaa๐)
Subhaanallaah...
*- ุณูุจุญุงู ุงููู.*๐ฑ
Alhamdulillaah
*- ุงูุญู ุฏููู.*๐ฑ
Allaahu Akbar
*- ุงููู ุฃูุจูุฑ.*๐ฑ
Astegfirullaah
*- ุฃุณุชุบูุฑุงููู.*๐ฑ
Laa ilaaha illallaahu
*- ูุง ุงูู ุงูุง ุงููู.*๐ฑ
laa howla walaa quwwata Illaa billaah..
*- ูุงุญูู ููุง ููุฉ ุงูุง ุจุงููู.*๐ฑ
Subhaanallaah Wabihamdihii
*- ุณูุจุญุงู ุงููู ูุจุญู ุฏู.*๐ฑ
Subhaanallaahil Aziim
*- ุณูุจุญุงู ุงููู ุงูุนุธูู .*๐ฑ
laa ilaaha Illaa anta subhaanaka innii kuntu minazzaalimiin
*- ูุง ุงูู ุงูุง ุงูุช ุณูุจุญุงูู ุฑุจู ุงูู ููุช ู ู ุงูุธุงูู ูู.*๐ฑ
Hasbiyallaahu laa ilaaha Illaa huwa, aleyhi tawakkaltu, wahuwa Rabbul arshil aziim
*- ุญุณุจู ุงููู ูุง ุงูู ุงูุง ูู ุนููู ุชูููุช ููู ุฑุจ ุงูุนุฑุด ุงูุนุธูู ู.*๐ฑ
Allaahumma innaa nas'aluka husnalkaatumaa
*- ุงููููู ูุณุงูู ุญุณู ุงูุฎุงุชู ุฉ.*๐ฑ
Allaahumma salli wasallim alaa nabiyyinaa Muhammad (Sallallaahu aleyhi wasallam)
*- ุงููููู ุตู ูุณูู ุนูู ูุจููุง ู ุญู ุฏ ุตูู ุงููู ุนููู ู ุณูู .*๐ฑ
Allaahumma sabbit qalbii alaa diinika...
*- ุงููููู ุซุจุช ููุจู ุนูู ุฏููู.*๐ฑ
Allaahumma-rham man sabaquunaa ileyk....
*- ุงููููู ุงุฑุญู ู ู ุณุจูููุง ุฅููู.*๐ฑ
Allaahumma alhimna shahaadatan indalmowt....
*- ุงููููู ุฃููู ูุง ุงูุดูุงุฏุฉ ุนูุฏ ุงูู ูุชู.*๐ฑ
Allaahumma ajirnii mina-nnaar...
*- ุงููููู ุฃุฌุฑูู ู ู ุงููุงุฑ.*๐ฑ
Allaahumma innii asalukal hudaa; wattuqaa; Wal afaafa; wal ginaa....
*- ุงููู ุงูู ุฃุณุฃูู ุงููุฏู ู ุงูุชูู ู ุงูุนูุงู ู ุงูุบูู.*๐ฑ
๐ค๐

โ Suhuura irratti Muuzii/๐ banana fayyadamuun bu'aa maal uf keessaa qaba naaf himaa mee.....?
Share godhaa hanga dhufuuf...
Share godhaa hanga dhufuuf...
Iccitii Soomni dhufeef.....
1) Soomni sodaa Rabbii namaa geessuuf/namaa dhugoomsuuf kortoo namaaf taha...!
2) Yeroo beelaan turte qananii Rabbiin sitti oole hedduu akka yaadattuuf..
3) Lubbuu teenya fedhii ishee control gochuu fi dandeettii waa baadhachuu irratti guddisuudhaaf...!
4) Sooma keessa sheeyxaana injifachutu jira...!
5) Soomni Rahmataa fi gara laafummaa miskiinotaaf akka horannu nu barsiisa/ nu leenjisa...!
6) Soomni qaama keenya wantoota fofokkataa qaama keenyatti makaman irraa qulqulleessa... akkasuma fayyaa fi humna namaaf kennuu keessatti gahee guddaa qaba...!
๐ Faayidaa kanneenii fi kan birootis gaafa dhugamaan Rabbiif jecha soomte baruu dandeessa....!
Join๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
1) Soomni sodaa Rabbii namaa geessuuf/namaa dhugoomsuuf kortoo namaaf taha...!
2) Yeroo beelaan turte qananii Rabbiin sitti oole hedduu akka yaadattuuf..
3) Lubbuu teenya fedhii ishee control gochuu fi dandeettii waa baadhachuu irratti guddisuudhaaf...!
4) Sooma keessa sheeyxaana injifachutu jira...!
5) Soomni Rahmataa fi gara laafummaa miskiinotaaf akka horannu nu barsiisa/ nu leenjisa...!
6) Soomni qaama keenya wantoota fofokkataa qaama keenyatti makaman irraa qulqulleessa... akkasuma fayyaa fi humna namaaf kennuu keessatti gahee guddaa qaba...!
๐ Faayidaa kanneenii fi kan birootis gaafa dhugamaan Rabbiif jecha soomte baruu dandeessa....!
Join๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
โ Nama osoo xiyyaarrri lafarraa ol hin kaane dura, aduun seente/dhiite jechuudhaan sooma fure... erga xiyyaarrri qilleensa gubbaa balali'uu eegalee booda aduun akka hin dhiine arge.... hukmiin isaa maali____?
Anonymous Poll
57%
A) Soomni isaa sirriidha faxxaree jira..
40%
B) Hanga aduun seentuuf uf qabuu qaba....
15%
C) Soomni isaa badee jira..
#Hoongahaa....!
Irra hoongahaan namaa duniyaa fi aakirattis dondha...!
โ Addunyaa gubbatti duniyaa walitti qabuuf dhakaa mukatti bu'a; aakirattis waan qabeenya Rabbiin itti kenne irraa kennuu dideef ni qormaatama...!
โ Addunyaa gubbatti jiruu hiyyeessaa osoo jiraatu asirraa kuta.... aakiratti garuu qormaata dureessaa qormaatama....!
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Irra hoongahaan namaa duniyaa fi aakirattis dondha...!
โ Addunyaa gubbatti duniyaa walitti qabuuf dhakaa mukatti bu'a; aakirattis waan qabeenya Rabbiin itti kenne irraa kennuu dideef ni qormaatama...!
โ Addunyaa gubbatti jiruu hiyyeessaa osoo jiraatu asirraa kuta.... aakiratti garuu qormaata dureessaa qormaatama....!
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
โ Mana sirreessaa Biraazil keessatti, hanga baay'inna Kitaaba ati dubbisteetiin adabbiin hidhaa guyyaa afur afuriin sirraa hirdhifama....!
Osoo seerri Kun biyya keenya jiraatee hoo ?
Dubbisaa.... ๐
@tafak_or
Osoo seerri Kun biyya keenya jiraatee hoo ?
Dubbisaa.... ๐
@tafak_or
โ Qur'aanni onnee Kee keessa seene taanaan... ni jiraachisa; ni duroomsa; ni jabeessa....!
#Hattoota_Ramadaanaa eeggadhaa ...! isaanis:
(https://www.tg-me.com/tafak_or๐)
1) Television ๐บ
Televisionni hattuu badaa sooma namaa nama jalaa balleessuu fi ajrii soomaas nama jalaa hirdhisuu danda'uudha... fiilmii fi sagantaa adda addaa kan bu'aa hin qabne; kan yeroo namaa guban heddutu dhihaata...!
2) Suuqotaa fi gabayaa...
Hattuu yeroo fi qabeenya namaa kallattii hin taanetti qisaasessuudhaan beekameedha... hattuu kana injifachuudhaaf osoo gabaa hin baane waan baatuuf murteessitee bahuu qabda...!
3) Gurzaa/hirriba malee buluu..
Kun hattuu yeroo qaaliiti... hattichi kuni Tahajjudaa fi Istigfaara halkanii si dhabsiisa...
4) Alwaada/kitchen....
Keessattuu dhimmi kun dubartoota ilaallata... nyaata adda addaa qopheessuuf-kan irra caalaan isaa gatamu- yeroo dheeraa achi keessatti dabarsiti... yeroon isheen boqonnaa fudhattu yeroo waa afaan kaahattu qofa... kunis hattuu cimaadha....
5) Bilbila yeroo dheeraa haasahuu...
Bilbilaan yeroo dheeraa haasahuu fi badii tokko tokko achirratti nama mudatu...
fkn: Nama hamachuu; oduu adda addaa kan bu'aa hin qabne odeessuu fi iccitii namaa facaasuu... kkf hedduudha...!
6) Dondhummaa...
Dondhummaa ajrii fi mindaa sadaqaa silaa ibiddarraa si eegduu si dhabsiisa...! keessattuu kennaa ati Ramadaana keessa kennattu si dhabsiisa... kunis hattuu cimaadha..!
7) Teessuma milkii hin qabne
Teessumni zikrii uf keessaa hin qabne... Teessuma guyyaa qiyaamaa nama sheenessituudha...!
8) Social media....
Inni dhumaa fi hattuun cimaan miidiyaa hawaasaati.... yoo karaa Rabbii keessatti itti hin fayyadamin baay'ee ulfaataadha...
โ#@Ibro
Join&Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
(https://www.tg-me.com/tafak_or๐)
1) Television ๐บ
Televisionni hattuu badaa sooma namaa nama jalaa balleessuu fi ajrii soomaas nama jalaa hirdhisuu danda'uudha... fiilmii fi sagantaa adda addaa kan bu'aa hin qabne; kan yeroo namaa guban heddutu dhihaata...!
2) Suuqotaa fi gabayaa...
Hattuu yeroo fi qabeenya namaa kallattii hin taanetti qisaasessuudhaan beekameedha... hattuu kana injifachuudhaaf osoo gabaa hin baane waan baatuuf murteessitee bahuu qabda...!
3) Gurzaa/hirriba malee buluu..
Kun hattuu yeroo qaaliiti... hattichi kuni Tahajjudaa fi Istigfaara halkanii si dhabsiisa...
4) Alwaada/kitchen....
Keessattuu dhimmi kun dubartoota ilaallata... nyaata adda addaa qopheessuuf-kan irra caalaan isaa gatamu- yeroo dheeraa achi keessatti dabarsiti... yeroon isheen boqonnaa fudhattu yeroo waa afaan kaahattu qofa... kunis hattuu cimaadha....
5) Bilbila yeroo dheeraa haasahuu...
Bilbilaan yeroo dheeraa haasahuu fi badii tokko tokko achirratti nama mudatu...
fkn: Nama hamachuu; oduu adda addaa kan bu'aa hin qabne odeessuu fi iccitii namaa facaasuu... kkf hedduudha...!
6) Dondhummaa...
Dondhummaa ajrii fi mindaa sadaqaa silaa ibiddarraa si eegduu si dhabsiisa...! keessattuu kennaa ati Ramadaana keessa kennattu si dhabsiisa... kunis hattuu cimaadha..!
7) Teessuma milkii hin qabne
Teessumni zikrii uf keessaa hin qabne... Teessuma guyyaa qiyaamaa nama sheenessituudha...!
8) Social media....
Inni dhumaa fi hattuun cimaan miidiyaa hawaasaati.... yoo karaa Rabbii keessatti itti hin fayyadamin baay'ee ulfaataadha...
โ#@Ibro
Join&Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
Garaagarumma jechoota kanneen lamaanii naaf himaa mee____?
Sooma/ุตูู & Siyaama/ุตูุงู
โ Rabbiin qur'aana Suuraa baqaraa keessatti maaliif Sooma jechuu didee.... Siyaama jedhe....!!? jechi kunneen lamaan garaagarumma qabu moo tokko?
ูุชุจ ุนูููู ุงูุตูุงู .....
โ

โ Baatii isa keessa adeemsaa fi sochiin keenya, gara isa caaluutti nuuf jijjiiramu Rabbiin nuuf haa godhu... ๐คฒ
@tafak_or
@tafak_or
๐ Rabbiin kadhaa namaaf awwaatu.. waan kadhattan hundaa isiniif haa awwaatu... ๐คฒ
@tafak_or
@tafak_or
โ Onnee teessan hundaa waan dheebottan sana isin haa obaasu.... ๐คฒ
@tafak_or
@tafak_or
Namni yeroo jalqabaatiif Salaata Taraawihaatiif walitti qabe eenyu___?
Anonymous Quiz
39%
A) Abuu Bakri Assiddiiq
50%
B) Umar binu kaxxxaab
11%
C) Aliyyi binu Abii Xaalib
#Kaayyoo...
โ Namni guyyaa isaa guuttachuuf qofa nyaataafii dhugaatii irraa uf qabu; kan seensa aduu eeguu fi namni kaayyoo guddaatti gahuuf jecha waan hunda dhiisu garaagarumma guddaa qaba....
โ Kaayyoon Soomaa guyyaa lakkaahachuu osoo hin taane, sodaa isaa horachuudha....!
Rabbiin sodaa isaa nuuf haa kennu....!