Telegram Web Link
#Barii....!
โœ Wanti hunduu barii wajjiin dhalata.... [ Barakaan; Abjuun; hamileen; milkaa'inni fi kkf...]
Seenaan kaleessaa dhumatee jira... seenaan guyyaa hardhaa immoo eegalee jira...
ูˆุนู„ูŠูƒ ุชูˆูƒู„ู†ุง ูŠุง ูƒุฑูŠู….....

Oolmaa gaarii qabaadhaa....!!
Join ๐Ÿ‘‰ @tafak_or
#Eeyyan....!

โœ Namoonni hirribaa dammaqxanii... nama nagaa bultee isiniin jedhu/text isiniif barreessu hin qabne hunduu Nagaa bultanii isiniin jechuu barbaada....!

Yeroo hundaa nagaa naaf jiraadhaa.... ๐Ÿ‘
@tafak_or
#Addaan_baafadhaa....!!



๐Ÿ‘‡
#Axxowlu/ุงู„ุทู‘ูŽูˆู„&
#Axxuulu/ุงู„ุทู‘ููˆู„

Xowliin(ุทูŽ.....) Durummaa fi guddinnaan jedhama....
Xuuliin(ุทู.....) Dheerinna waan tokkootiin jedhama....!

Join๐Ÿ‘‡
@tafak_or
โœ Rabbiin hangam takka akka ati isa galateeffattu si madaaluuf baldhisee siif kenna.. akkasuma hangam takka akka ati obsa qabaattu si qormaatuf si dhoorgatas....

๐Ÿ‘‰ Warra obsee mindaa Rabbiin irratti hirreegatu Rabbiin nu haa taasisu....
ุฃู„ู„ู‡ู… ุงุฌุนู„ู†ุง ู…ู† ุงู„ุตุงุจุฑูŠู† ุงู„ู…ุญุชุณุจูŠู†.....

@tafak_or
#Hin_dagatinaa...

Namni : ยซ Laa ilaaha illallaahu wahdahuu laa shariika lah, Lahul mulku; walahul hamdu; wahuwa Alaa kulli sheyin qadiir... ยป jedhe...
‏ู…ู† ู‚ุงู„: ู„ุงุฅู„ู‡ ุฅู„ุง ุงู„ู„ู‡ ูˆุญุฏู‡ ู„ุงุดุฑูŠูƒ ู„ู‡ ู„ู‡ ุงู„ู…ู„ูƒ ูˆู„ู‡ ุงู„ุญู…ุฏ ูˆู‡ูˆ ุนู„ู‰ ูƒู„ ุดูŠุก ู‚ุฏูŠุฑ ููŠ ูŠูˆู… ู…ุงุฆุฉ ู…ุฑุฉ..

Wantoota armaan gadii kana argata. Isaanis:
‏ูƒุงู†ุช ู„ู‡:

1) likkii nama morma/nama kudhan bilisoomsee isaaf hirreegama...
‏ูก-ุนุฏู„ ุนุดุฑ ุฑู‚ุงุจ
2) Hasanaa/toltuu dhibba tokkotu isaaf barraaha...!
‏ูข-ูƒุชุจ ู„ู‡ ู…ุงุฆุฉ ุญุณู†ุฉ
3) Hamtuu dhibba tokkotu irraa haqama...!
‏ูฃ-ู…ุญูŠุช ุนู†ู‡ ู…ุงุฆุฉ ุณูŠุฆุฉ
4) Ganama sanirraa hanga lafti dhiitutti sheeyxaana irraa isa tiksiti...!
‏ูค-ูƒุงู†ุช ู„ู‡ ุญุฑุฒุง ู…ู† ุงู„ุดูŠุทุงู† ูŠูˆู…ู‡ ุฐู„ูƒ ุญุชู‰ ูŠู…ุณูŠ
5) Nama isaa ol dalage malee... namni dalagaa isa caaltu dalage inuma hin jirre....!!
‏ูฅ-ู„ู… ูŠุฃุช ุฃุญุฏ ุจุฃูุถู„ ู…ู…ุง ุฌุงุก ุฅู„ุง ุฑุฌู„ ุนู…ู„ ุฃูƒุซุฑ ู…ู†ู‡" ู…ุชูู‚ ุนู„ูŠู‡

Bukhaarii fi muslimtu gabaase...

Share godhaa๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ #Abdul_eyniin beektuu....๐Ÿ˜‚

ยซ Innamaa Huwa Abdu Eynin/
ุฅู†ู‘ู…ุง ู‡ูˆ ุนุจุฏ ุนูŠู†.....ยป
" Inni bar gabricha ijaati...."

๐Ÿซต Nama fakkeeffatuu fi mumuldhifachuu jaalatu...nama yoo ijji namaa itti baay'atte malee ykn ๐Ÿ“ธ malee hin mirqaanneen #Abdul_eyni jetti ummanni Arabaa...

Join๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ #Fayyee jira jechuu yoo barbaadde Akka afaan Arabaatti:

๐Ÿ‘‰Yoo gaggabee ture... #Afaaqa/ุฃูุงู‚ ykn bayfate jenna...
fkn: Afaaqa minalgashyi/
ุฃูุงู‚ ู…ู† ุงู„ุนุดูŠ....
๐Ÿ‘‰ Yoo waan biraa dhibame... #Sahha/ุตุญู‘ูŽ jenna...!
Fkn: Sahha Minal Illaa/
ุตุญู‘ูŽ ู…ู† ุงู„ุนู„ุฉ
๐Ÿ‘‰ Yoo machaayee ture... #Sahaa/ุตุญูŽุง... irraa galee jira jenna...!
Fkn: Sahaa mina-ssukri...
ุตุญุง ู…ู† ุงู„ุณู‘ููƒู’ุฑ
๐Ÿ‘‰ Yoo madaahee ture immoo #Indamala/ุงูู†ุฏู…ู„..... Madaan isaa qooree jira jechuu dandeenya....
Fkn: Indamala minaljurhi/
ุงู†ุฏู…ู„ ู…ู† ุงู„ุฌุฑุญ....
Join๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ Dogongoroota Afaan Arabaa keessaa....

๐Ÿ‘‡
( Malaabisii saarat dayyiqah/
‏( ู…ู„ุงุจุณูŠ ุตุงุฑุช ุถูŠู‚ุฉ ....!!
"Uffanni koo na qabee jira..." jechuudha....


โœ Jechi sirriin akkana jechuudha..
ูˆุงู„ุตูˆุงุจ ู‚ูˆู„ :
๐Ÿ‘‡
(Inna waznii zaada/
( ุฅู† ูˆุฒู†ูŠ ุฒุงุฏ.....
Kiiloon koo dabalee jira..



Uffanni as keessatti badii Raawwate tokkos hin qabu... Rakkoo keetiin uffata qeequun akka Afaan arabaatti Nowriidha๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚

#Seeqadhaa.....
https://www.tg-me.com/tafak_or
Yuunivarsiitiin Islaamaa Minnesota barattoota damee Itiyoophiyaatti isaan barsiisaa turan 66 eebbisiiseera!
โ˜†โ˜†โ˜†โ˜†โ˜†โ˜†โ˜†โ˜†โ˜†โ˜†โ˜†โ˜†โ˜†

Keebor Multimedia Mar 01-2024

Ityoophiyaa Addis Ababaatti Yuunivarsiitiin Islaamaa Minisootaa har'a Hoteela Sheraton Addis keessatti barattoota digirii lammaffaa fi dippiloomaa 16 eebbisiiseera.

Sirna eebbaa kanarratti Pirezedaantiin Mana Maree Waliigalaa Dhimma Islaamummaa Itiyoophiyaa, Sheek Hajii Ibraahim Tufaa, Pireezidaantiin Yuunivarsiitii Islaamaa Minnesota, Piroofeesar Waliid Almunes fi ulamaaโ€™onni biyyaalessaa gurguddoon, hooggantoota majlisa, akkasumas keessummoonni affeeramanii maatii eebbifamtootaa argamaniiru.

Yuunivarsiitiin Islaamaa Minnesota Yuunivarsiitii Islaamaa Ameerikaa kutaa Minnesota keessatti hundeeffame yoo taโ€™u balโ€™inni isaa iskuweer meetira 15000 (kuma kudha shan) taโ€™a.

Yuunivarsiitichi Waajjira Barnoota Olaanoo Naannoo Minnesota irraa beekamtii kan argate yoo taโ€™u, eebbifamtootaaf mirkaneessa kennuudhaaf Ministira Dhimma Alaa Ameerikaatiin beekamtii argateera.

Xumura sagantichaa irratti Manni Maree Olaanaa Dhimma Islaamummaa Itiyoophiyaa Pireezidaantii Yuunivarsiitii Islaamaa Minnesota Prof. Waliid Almunes badhaasa kenneera.

Share๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
#Araboonni akkana jedhu:
"Fulaanun nawa-azzeytuun..."
ูู„ุงู† ู†ูˆู‰ ุงู„ุฒูŠุชูˆู†ุŒ...
ยซEbalu firee zeeytuunaati....!ยป

kana jechuun: waan gaarii irraa hin eeginaa jechuudha...!

Firee zeytunaa Rabbiin isin hin godhin...!
@tafak_or
#Success...

ุฅู† ุฃุนุธู…ู ุงู„ู†ุฌุงุญุงุช ุชุฃุชูŠ ุจุนุฏ ุชุฎุทูŠ ุฃุตุนุจ ุงู„ุนูˆุงุฆู‚๐Ÿฉบโ™ฅ๏ธ
๐‘‡๐’‰๐’† ๐’ˆ๐’“๐’†๐’‚๐’•๐’†๐’”๐’• ๐’”๐’–๐’„๐’„๐’†๐’”๐’”๐’†๐’” ๐’„๐’๐’Ž๐’† ๐’‚๐’‡๐’•๐’†๐’“ ๐’๐’—๐’†๐’“๐’„๐’๐’Ž๐’Š๐’๐’ˆ ๐’•๐’‰๐’† ๐’Ž๐’๐’”๐’• ๐’…๐’Š๐’‡๐’‡๐’Š๐’„๐’–๐’๐’• ๐’๐’ƒ๐’”๐’•๐’‚๐’„๐’๐’†๐’”...!
โœ Maalummaa nama tokkoo isa sirrii kan beekuu dandeessu... waan barbaadu gaafa si biraa dhabeedha...!
gaafa sana maalummaa isaanii isa dhugaa siif ibsu...!
@tafak_or
โœ๏ธ Rakkoon hawaasni keenya qabu; Rakkoon irra hedduu keenya harkaa qabdu... uf caala dhimma nama borootiin busy tahuudha..!

โœ Hanga hanqinnaa fi dadhabinna keenya hin hordofne, hanqinnaa fi laafinna nama biraa duuka buuna..!
โœ Jireenyi kee si jaalachiisee...!, jireenyi kee si gammachiisee..!, dhimma kee fixattee kan nama biraa yaaduu eegallaan... ati nama cimaadha...!
๐Ÿ‘‰ Namoonni hundaa ol lubbuu teessan too'attan; namoonni Rabbiin wajjiin qalbii teessan inaarattan... namoonni karaa keessan isa sirrii Irra bobba'uuf jirtan... galanni keessan Jannata haa tahu...!

Join๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
#Hiyyummaa...

โœ Waan gaarii hiyyummaan na barsiiste keessaa:
Dhiira dhugaa qofatu hiriyyaa si godhata...!, Intala namummaan qabdu qofatu si jaalata...
โœ Hiyyummaan hiriyyaa bu'aaf si jaalatu sirraa fageessa...!

Join๐Ÿ‘‡
@tafak_or
โœ Hardha Istigfaara gootee jirtaa___?
ู‡ู„ ุฅุณุชุบูุฑุช ุงู„ู„ู‡ ุงู„ูŠูˆู… ุŸ

Akkana jedhi:๐Ÿ‘‡

ยซAstagfirullaahal Aliyyal aziima, Wa'atuubu ileyhi.... ยป
ุฃุณุชุบูุฑ ุงู„ู„ู‡ ุงู„ุนู„ูŠ ุงู„ุนุธูŠู… ูˆุฃุชูˆุจ ุฅู„ูŠู‡


Join๐Ÿ‘‡@tafak_or
โœ๏ธ Hardha Tasbiiha gootee Jirtaa_?
ู‡ู„ ุณูŽุจู‘ุญุช ุงู„ู„ู‡ ุงู„ูŠูˆู… ุŸ

Irra deddeebi'i:
๐Ÿ‘‡
โ€œ Subhaanallaah Wabihamdihii; adada kalqihii; waridaa nafsihii; wazinata arshihii; wamidaada kalimaatih. โ€
ุณูุจุญุงู† ุงู„ู„ู‡ ูˆุจุญู…ุฏู‡ ุนุฏุฏ ุฎู„ู‚ู‡ ูˆุฑุถุง ู†ูุณู‡ ูˆุฒู†ุฉ ุนุฑุดู‡ ูˆู…ุฏุงุฏ ูƒู„ู…ุงุชู‡....


Share godhaa๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
2024/10/01 01:50:02
Back to Top
HTML Embed Code: