Telegram Web Link
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
Fakkeenyummaa obsaa… Seenaa tana hanga dhumaa hordofaa….kutaa 1ffaa https://youtu.be/RVavEDlkQH8?si=lPWhNqeEzdlWQyVx
Rabbiin Nabiyyallaahi Ayyuubiin (Aleyhissalaam) ilaalchisee qur’aana keessatti kallattii sadi qofaan irraa dubbate…mee naaf tarreessaa ?

1)
2)
3)
#Isin_moo🤔

✍️ Haati manaa koo hijaaba ittiin salaattu lama qabdi ture. Tokko ishetu ufumaa bitate, tokko immoo anatu bitee akka kennaatti kenneef.
Dhumarratti wayta tasa afaan keessa walitti buune…isheen kiyya sana dhiiftee kan ufii saniin ka salaattu arge….akka anaaf ajriin hin yaaneef bar..😁

👇🏻

https://www.tg-me.com/tafak_or
Hiikkaan aayata tanaa____?
👇🏻
قال تعالى: ﴿وَٱلَّیۡلِ إِذَا عَسۡعَسَ﴾ [التَّكۡوِير: ١٧] (Walleyli izaa as as)
Anonymous Poll
47%
A) Halkan wayta fuula achi deebifate
41%
B) Halkan wayta fuula as deebifate…
23%
C) lameenuu deebiidha
Hiikkaan jecha Tanaffasa/تنفس jedhuu maali____?
قال تعالى: ﴿وَٱلصُّبۡحِ إِذَا تَنَفَّسَ﴾ [التَّكۡوِير: ١٨]
Anonymous Poll
36%
A) Wayta Hafuura baafate
21%
B) wayta bariin bahee muldhate
14%
C) Wayta lafti bariite
43%
D) Deebiin B fi C
Ilmi namaa erga salaata eegalee /salaata keessatti bakka 5tti qoodama. Isaanis:

1) Nama salaataan adabamu ykn Rabbiin salaata inni salaate saniif isa adabu jira…!
2) Nama salaata salaateef qormaatamu jira…
3) Nama Rabbiin salaata isaa sana mindeessuu baatus garuu irra darbuuftu jira…!
4) Nama salaata saniin Rabbiin isa mindeessu ykn galateeffamu jira…
5) Nama salaata saniin Rabbitti kalaahutu jira….

Ibsa isaa nu eegaa…..😢
Wlh xalayaa tana dubbisee imimmaan qabachuu dadhabe…ani lakkoofsa 1ffaa keessa waan jiru uf sehe…..

👇🏻

https://www.tg-me.com/tafak_or
👳🏿Waan ebaluun tokko tahe dhageettee bada abboo🤔
👳🏻‍♀️hii…hin ani homaan dhageenye…
👳🏿 Ati biyyan jirtu moo akkamitti dhaghuu dhabdee🤔 👳🏻‍♀️ Ani jireenya koo keessa jiraa maal godha tan nama
Anonymous Poll
88%
A) Deebii sirrii
17%
B) Deebii sirrii miti
✍️ Ilmi namaa erga salaata eegalee /salaata keessatti bakka 5tti qoodama. Isaanis:

1) Nama salaataan adabamu ykn Rabbiin salaata inni salaate saniif isa adabu jira…!
2) Nama salaata salaateef qormaatamu jira…
3) Nama Rabbiin salaata isaa sana mindeessuu baatus garuu irra darbuuftu jira…!
4) Nama salaata saniin Rabbiin isa mindeessu ykn galateeffamu jira…
5) Nama salaata saniin Rabbitti kalaahutu jira….
#1ffaan: Nama wuduu’a keessatti, shuruuxa, waajibaataa fi sunana salaataa keessatti akkuma fedhe godhu…nama seerota salaataatiif bakka hin kennine.. Kun salaata kanaan Rabbiin isa adaba…
#2ffaa: Nama arkaanallee, waajibaataa fi shuruuxa salaataallee sirritti guutee garuu erga salaatatti seenee booda…seensa salaataa irraa hanga xumura salaataa maal akka jedhee fi akkamitti akka salaate kan hin beekne…hanga salaama baafatuuf kan onnee fi sammuun isaa Ethiophiaa kaatee hanga Amerikaa naannawaa turteedha…
Salaata kanarratti Rabbiin isa qormaata jedhan…
#3ffaa: Nama salaata keessatti arkaanallee, waajibaataa fi shuruuxa salaataallee sirritti guutee garuu seensarraa hanga xumura salaataa lubbuu isaatii fi sheeyxaanaan wajjiin taaggalaa/ waldhaansoo bahaa ture…nama salaata isaa tolchuuf hanga dhumaatti falmachaa ture….nama akkanaa Rabbiin irra dabraaf….
#4ffaa: Nama arkaanallee, waajibaataa fi shuruuxa salaataallee sirritti guutee…dabalataan salaata kushuu’a qabdu…salaata rogaa…salaata tashwiisha hin qabne salaate…kun Rabbiin biratti ni mindeeffama…!
#5ffaa: Nama arkaanallee, waajibaataa fi shuruuxa salaataallee sirritti guutee…ammas salaata kushuu’a qabdu salaatee…dabalataan akka Rabbiin wajjiin qofa jiru uf beeke…
Niyyaa isaa keessa namni ani maqoo itti bahe kuni Rabbiin tahuu kan hubateedha…Rabbiin laalee na argaa jiraa kan beeke…
Garaagarummaan 4ffaa fi 5ffaadhaa…4ffaan, maqoo Rabbiin jiraachuu isaa dagate…
Namoota wayta salaata seenan…osoo isaan biratti sagalee kee baastee waan feete haasoftee ykn dalagdee quba kee hin qabnetu jira….
Anaaf ati lakkoofsa meeqaffaa keessa Jirra laata….🥲

Ibnul-Qayyim Rahimahullaah kitaaba الوابل الصيب jedhamu keessatti akkana nuun jedhan.
Share👇🏻

https://www.tg-me.com/tafak_or
✍️ Hiriyyaan kankee gaariin hanqinna kee siif muldhisa, dadhabinna ati qabdu sitti akeeka….
Hasan Albasriin (Rahimahullaah) akka jedhanitti:
« Mu’uminni daaw’itii/mastaawatii waliiti…waan isa hin gammachiisne yoo irraa arge ni sirreessa…ni qajeelchaan..marsee irraa dhoorgaan..keessaa fi duubaan wardiyyaa siif taha…»
✍️ Hiriyyaan jaalala kee barbaadaaf jecha hanqinna kee siif hin himne hiriyyaa dhugaa miti…sababa inni dogongora kee irratti hamilee sitti horeef jecha qilee keessaan baane seenuu dandeessa….!!

Hiriyyaa gaarii Rabbiin isiniif haa kennu…👇🏻

https://www.tg-me.com/tafak_or

اَلسَلامُ عَلَيْكُم وَرَحْمَةُ اَللهِ وَبَرَكاتُهُ‎
صباح الخیر...🌹🌞
تذکرة اذکار الصباح......
اللهم بك اصبحنا وبك أمسینا وبك نحیا وبك نموت والیك النشور.......
~
☆ل
ا إلٰه الا الله وحده لا شریك له, له الملك وله الحمد وهو علی کل شیٸ قدیر

☆لآ الٰه الا الله وحده لا شريك له،له الملك وله الحمد وهو على كل شيئ قدير

☆لا الٰه الا الله وحده لا شريك له، له الملك وله الحمد وهو على كل شيئ قدير

☆لا الٰه الا الله وحده لا شريك له، له الملك وله الحمد وهو على كل شيئ قدير

☆لا الٰه الا الله وحده لا شريك له،له الملك وله الحمد وهو على كل شيئ قدير.........

https://www.tg-me.com/tafak_or
Gaafii tana yaalaa👇🏻
✍️ Sahaabota armaan gadii keessaa kan fakkaattii malaa’ikaa/شبيه الملائكة jedhamuun moggaafame eennu___?
Anonymous Poll
42%
A) Zeydi binu Haarisaa
32%
B) Imraan binu Huseen
30%
C) Abdallaa binu Mas’uud
✍️ Hiriyyaan kankee gaariin bakka ati bira jirtuu fi bira hin jirrettis si tiksa….
Iccitii kee baasee hun kennu, kabajaa fi ulfinna kee hin xureessu….!!

@tafak_or
✍️ Haati goofaree tuni amma gaafa guddatte, mana addatti akka nama gaafattu beektuu laata..!🤔

Hhhhh…. Rabbiin shamarran teenyaa fi dubartoota muslimaa hunda keessa barakaa haa kaahu🤲🏿
☆☆☆﷽☆☆☆
الحسن البصري ......👳‍♀
《وذكر للحسن البصري رجل يخرج من النار بعد الف عام 》فبكى😭 الحسن فقال : ياليتني مثل ذالك لرجل 😢
🌸 gaaf tokko hasan al basriidhaaf himame... 《namni tokko nijiraa bar! kan eega waggaa kuma tokko ibidda keessatti gubatee booda... achi keessaa baafamu jedhanii》....
😭hasan booyee akkana jedhe: aah! hawwii kiyya osoo akka nama sanii ta'ee😢jedhe.

👆Imaamni hagas gahu yoo akkanatti of sodaate... anaafii ati hoo?
https://www.tg-me.com/tafak_or
Yaadadhaa…
Abjuun kaayyoo malee Aabajatan eebjuu qofa taatee si jalaa hafti…..!!
2024/09/27 00:23:26
Back to Top
HTML Embed Code: