#Gaarummaan...!
๐ Namni dhiphinna keessa jiru tokko yoo Sababa kee seeqate; ๐ namni mucucaataa jiru tokko yoo sitti irkate;
๐ namni kophummaan isa liqimsite tokko yoo siin boohare; ๐ namni nama hin beekne tokko yoo sitti makame;
๐ namni biyyaa bahe tokko yoo biyya si godhate...
๐ namni muukuu keessa jiru tokko yoo muukuu sitti bahe...dhugamatti ati gaarii namaa jedhamta...
โ Gaarummaan kankee hanga wantoonni biroo siin bareedan... gaarummaan kankee kan madaalamu hamma ati gaarummaa nama keessatti dhiistee deemteen...!
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or

Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf

#Ramadaana...
โ Baatiin Ramadaan fuulaan as garagalee jira... 1... 2... 3... jechaa guyyaa 5 qofatu nuuf hafe...
โ Baatiin Ramadaan dhufuun muslimtoota gatii isaa beekan biratti bakka guddaa qaba...
โ Dhufiinsa isaa hawwiidhaan; seensa isaa qalbii gammachuutiin eegaa waan turaniif...yeroo hafuurri isaa as kalaahu baay'ee gammadu.. gaafa inni seene immoo gatii isaa waan beekaniif, gammachuun isaanii likkii hin qabu...!
@tafak_or

#Simannaa_Ramadaanaa..
โ Namni Rabbiin isa ulfeessee/kabajee; Baatii ulfaataa kana akka dhaqqabatuuf umrii isaaf dheeresse... wlh kuni tola ooltummaa guddaadha gabroottan islaamaa irratti..
โ Rabbiin akka ati asmaraa guddaa kana keessa... firee barakaa kana akka guurattuuf si kaahuun qananii guddaadha waan taheef #Alhamdulillaah jechuu hin dagatin...!!
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
โ Namni Rabbiin isa ulfeessee/kabajee; Baatii ulfaataa kana akka dhaqqabatuuf umrii isaaf dheeresse... wlh kuni tola ooltummaa guddaadha gabroottan islaamaa irratti..
โ Rabbiin akka ati asmaraa guddaa kana keessa... firee barakaa kana akka guurattuuf si kaahuun qananii guddaadha waan taheef #Alhamdulillaah jechuu hin dagatin...!!
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
#Sin_baana...!
โ Nama garitu jira.... lubbuu isaanii onnee keenya keessatti facaastanii.... burqaa Jaalala isaanii nu obaasanii.... kunuusa addaa nuuf laatanii jedhan...
โ Namoota akkanaa kanneen... yoo nurraa fagaatan nutis isaan barbaanna... yoo nu bira jiraatanis onnee keenya gammachiisu; gaddaa fi gadadoo nurraa fageessu....!
โ Seequun isaanii dawaa onneeti; furmaata Rakkooti; madda gammachuuti....
โ Namoonni nuti qalbii keenya keessatti jajjabeeffachuu qabnu namoota akkanaa kana...
๐Namni sun bar sihii....Rabbiin Hamtuu hundarraa si haa eegu..... gammachuu gaddi keessa hin jiraanneen si haa eegu....!!
Join๐

โ Niyyaa tolaa.... hanga Niyyaa keessaniin Rizqiin teeysanis tolti...!
#Homaan_taane....!
โ Yuusufiin (Aleyhissalaam ) yaalii ajjeechaa irratti gaggeessan... garuu Rabbiin du'a isa oolche....
akkamitti du'uu dhabe jedhanii mallaqa rikkaashatti gabra godhanii gurguratan... Rabbiin gabrummaa isaan feenee mootummaa isa godhe...
โ Obboleessoo/ttii... tasgabbaayi... fedhiin Rabbii hundaa ol waan taateef... Yoo Rabbiin hin feene eennullee si miidhuu hin danda'u..

๐บ Simannaaa Ramaadaanaa ilaalchisee, qoqqoodamiinsa ilma namaa....:
๐ซ Namoonni gariin gabayaadhaan simatu.
๐ Baatiin Ramadaanaa yoo dhihaatte, namoonni waa bitan heddummachuu irraa gabayaan gabayaa Ramadaanaati jedhamti..
๐ Gosoota nyaataa hedduu bituudhaa fi nyaata hedduu Ramadaana keessa qopheessuuf baajanni isaan baasan gar malee guddaadha...
Bira dabree Irra hedduun isaanii Akka waan baatii nyaataa fi dhugaatii simataa jiraniitti, nyaataa fi dhugaatii mana keessatti qopheessuu irratti wal dorgoman....
๐ Heddumminna nama waa bituu irraa hanga meeshaan rakasaas, miskiinota waan qabne irratti qaalahu takka, gabaan seensa Ramadaanaa qaaliidha...
๐ Kanaafuu Ramadaana keessa namoota hedduu biratti nyaanni bifa addaatiin ka qophaahu garta... garuu gosoota nyaataa San hunda keessaa wanti irraa nyaatamu xiqqoodha... kan hafe Israafa...
#2ffaa: Namoota yeroo Ramadaanni seensaaf kalaahe, Meeshaa taphaa fi yeroo Ramadaanaa qaalii sana ittiin guban qopheeffatantu jira.
Ramadaana keessa dadhabbii fi beelli akka nutti hin dhagahamne jedhanii... Meeshaa taphaa kan yeroo ittiin guban, osoo Ramadaanni hin seenne dursanii qopheeffatu..!
3ffaa(#itti_fufa).... Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
๐ซ Namoonni gariin gabayaadhaan simatu.
๐ Baatiin Ramadaanaa yoo dhihaatte, namoonni waa bitan heddummachuu irraa gabayaan gabayaa Ramadaanaati jedhamti..
๐ Gosoota nyaataa hedduu bituudhaa fi nyaata hedduu Ramadaana keessa qopheessuuf baajanni isaan baasan gar malee guddaadha...
Bira dabree Irra hedduun isaanii Akka waan baatii nyaataa fi dhugaatii simataa jiraniitti, nyaataa fi dhugaatii mana keessatti qopheessuu irratti wal dorgoman....
๐ Heddumminna nama waa bituu irraa hanga meeshaan rakasaas, miskiinota waan qabne irratti qaalahu takka, gabaan seensa Ramadaanaa qaaliidha...
๐ Kanaafuu Ramadaana keessa namoota hedduu biratti nyaanni bifa addaatiin ka qophaahu garta... garuu gosoota nyaataa San hunda keessaa wanti irraa nyaatamu xiqqoodha... kan hafe Israafa...
#2ffaa: Namoota yeroo Ramadaanni seensaaf kalaahe, Meeshaa taphaa fi yeroo Ramadaanaa qaalii sana ittiin guban qopheeffatantu jira.
Ramadaana keessa dadhabbii fi beelli akka nutti hin dhagahamne jedhanii... Meeshaa taphaa kan yeroo ittiin guban, osoo Ramadaanni hin seenne dursanii qopheeffatu..!
3ffaa(#itti_fufa).... Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
โ Qalbiin ilma namaa ganama fi galgala yoo zikriidhaan dheebuu hin baanee...doomaa deema...!
ุงุฐูุฑูุง ุงููู......!
ุงุฐูุฑูุง ุงููู......!
ูุงู ุชุนุงูู: ๏ดฟุฅูููู ุงูููููู ููู
ูููุงุฆูููุชููู ููุตููููููู ุนูููู ุงููููุจูููู ููุง ุฃููููููุง ุงูููุฐูููู ุขูู
ููููุง ุตูููููุง ุนููููููู ููุณููููู
ููุง ุชูุณููููู
ูุง๏ดพ
@tafak_or
@tafak_or
โ Obsa qabaannaan waan barbaaddu qofa osoo hin taane... waan barbaadduu olis argachuu dandeessa...!
@tafak_or
@tafak_or
โ Iccitii 10 Psychologically kan namoota sirrii tokko ittiin madaaltuun....;
1) Namoota biraa faarsuu fi jajjabeessuun amala isaaniiti..!
๐ garuu gadaa tana kan uf faarsutu heddummaata...!
2) Tasallee dogoggoranii uf hin faarsan; jabummaa ufii hin himatan...!
3) Yeroo hundaa ni seeqatu..
4) Namni isa wajjiin jiru akka haasahuuf carraa kennaniif...!
5) Haasaa Kee seeraan si dhaggeeffatan..
6) Osoo sin qeeqne miira gaariidhaan dogoggora irraa si deebisu...!
7) Namoota biroo qarqaaru... yeroo isaaniitti hajamte hundaa isaan argatta..!
8) Yoo si gorfatan onnee irraa si gorfatan...!
9) Namaaf bakka kennan... haqa abbaaf deebisan...!
10) Milkaa'inna irratti si kakaasan...!
โ@Ibro
Join&Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
1) Namoota biraa faarsuu fi jajjabeessuun amala isaaniiti..!
๐ garuu gadaa tana kan uf faarsutu heddummaata...!
2) Tasallee dogoggoranii uf hin faarsan; jabummaa ufii hin himatan...!
3) Yeroo hundaa ni seeqatu..
4) Namni isa wajjiin jiru akka haasahuuf carraa kennaniif...!
5) Haasaa Kee seeraan si dhaggeeffatan..
6) Osoo sin qeeqne miira gaariidhaan dogoggora irraa si deebisu...!
7) Namoota biroo qarqaaru... yeroo isaaniitti hajamte hundaa isaan argatta..!
8) Yoo si gorfatan onnee irraa si gorfatan...!
9) Namaaf bakka kennan... haqa abbaaf deebisan...!
10) Milkaa'inna irratti si kakaasan...!
โ@Ibro
Join&Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
#Ahlan_Ramadaan....!! ๐ซ
โ Ummanni muslimaa seensa Ramadaanaatti maaliif gammada beektรบu___?
๐ Ramadaanni baatii soomanaati,
๐ Ramadaanni baatii dhaabbataati,
๐ Ramadaanni baatii qur'aanaati,
๐ Ramadaanni baatii Araaramaati,
๐ Ramadaanni baatii ilmi namaa isa keessa ibiddarraa baraaramu,
๐ Ramadaanni baatii isa keessa balballi Jannataa banamee balballi Azaabaa cufamuudha...!
Yaa Rabbi ittiin nu gahi... ๐คฒ

ูุฏ ุฌุงุกูู
ุฑู
ุถุงูุ ุดูุฑู ู
ุจุงุฑูู......
๐ Rasuulli seensa Ramadaanaatiif ummata isaanii waan gammachiisaniif.... isinis Wal gammachiisaa....!

โIlmi namaa hanguma gatii isaa beekaa dhufuun... wantoonni armaan gadii jireenya isaa keessaa dhokatti :
1) nama hamachuu fi foon namaa nyaataa ooluun...!
2) Namaan qoosuu fi nama qeequun...!
3) Kallattii negative ta'een namaan uf madaaluun...
4) Namatti murteessuu fi nama xiqqeessuun jireenya isaa keessaa dhokataa dhufti..
isin hoo yoom nama guddaa taatan laata____?
Join&Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
1) nama hamachuu fi foon namaa nyaataa ooluun...!
2) Namaan qoosuu fi nama qeequun...!
3) Kallattii negative ta'een namaan uf madaaluun...
4) Namatti murteessuu fi nama xiqqeessuun jireenya isaa keessaa dhokataa dhufti..
isin hoo yoom nama guddaa taatan laata____?
Join&Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
#Rahmata_Rabbii....
โ Rabbiin akkana jedha:
โ Gabrichi kiyya badii dalaguu yoo barbaade, hanga inni dalagutti irratti hin barreessinaa, yoo inni dalagellee takka qofa godhaa barreessaafi, yoo inni anaaf jecha badii sana dhiise immoo toltuu godhaa barreessaafi..
Yoo toltuu dalaguu barbaadee osoo hin dalagin dhiise immoo, toltuu takka godhaa barreessaafi... yoo dalage immoo dachaa kudhan godhaa barressaafii... hanga dachaa dhibba torbaatti โ
โ Rabbiin osoo akka toltuu keenya dachaa nuuf godhu kana, badii teenna dachaa godhee... badiin teenya hagam geessi laata__?
#Madda: Hadiisa Abuu Hureeyraa kan Bukaariin gabaase keessatti..
Sahiiha Bukaarii lakk/fuula 7501

โ Sa'aatii muraasa booda seenaan gaariin tokko ni eegalama... sagalee qur'aanaa fi du'aa'iitiin masjidni ni bareeda... Onneen teenya ammaa gammachuudhaan guutamti...
ู ุจุงุฑู ุนูููู ุดูุฑ ุฑู ุถุงู ููู ุนุงู ูุฃูุชู ุจุฎูุฑ....๐ซ
Join&share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
ู ุจุงุฑู ุนูููู ุดูุฑ ุฑู ุถุงู ููู ุนุงู ูุฃูุชู ุจุฎูุฑ....๐ซ
Join&share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
#Breaking News
RAMADAAN MUBAARAK
Baga jiโa Ramadaanaatiin isin gahe.
Baatii jiโa Ramadaanaa guyyaa harโaa mulโattee waan jirtuuf boru guyyaan Ramadaana 1 taโa. bifuma Kanaan Ramadaana bara kanaa guyyaa boruu March 11, bara 2024 kan jalqabnu taโa.
Rabbi warra jiโa kanarraa fayyadamu nu haa taasisu.
@Alrisala1