Telegram Web Link
#10ffaa .....
(Baatii simannaa keessummaa)

Osoo keessummaa jabaa wahiittu torbaan dhufu keessa, mana kankee dhufuu heda siin jedhanii ... garuu manni kankee qulqullinna hin qabnee... mana kee osoo hin qulqulleessine bareechita moo...!?, qulqullinna manaa irratti hojjatta....!?
Kanaafuu ...:
👇
🧎Waajibaata kankee seeraan jajjabeeffachuun....!
🧎‍♂Daangaa Rabbii bira kutuu dhabuu...
🧎 Badii baatii 11 guutuu keessa dalagaa baate keessatti lubbuu kee qormaatuun... !
🧎‍♂Osoo badii waggaa dabartee irraa hin qulqullaahin... Ramadaanaa haaraa eegaluu hin qabdu...!
🧎Shakkii fi shirkii adda addaa irraa onnee tantee qulqulleessuun....!
🧎Haraama ijji kee laalte; gurraan dhageeffatte; harka itti diriirsite; miilaan itti deemte hundarraa towbaa deebi'uun...!
🧎‍♂ Rabbiin daangaan isaa yoo cabdu ni hinaafa... kana yeroo hundaa yaadachuu qabda ..!
🧎Towbaadhaaf qaxaroo kennuu dhabuu....!
🧎‍♂Obsi Rabbii si dagee... zulmii keessatti akka hin hafne...!

11ffaa....Share 👇
@tafak_or
https://www.tg-me.com/tafak_or
Hariiroon koo nama wajjiin akka baala mukaati...
kan na wajjiin hafe ni daraara; kan narraa kufe yoomuu hin deebi'u...!

@tafak_or
Yaada addaa yoo qabaattan
karaa @boti keenyaatiin nu qunnamaa....

👇
@ibro2_bot
#Séequu...
(Haadha manaatiin qoosuu barbaadeeti....)

👖 Jaarsa: Rabbiin sammuu tana qofa isin hirdhise malee, faayuma wahii isin uumee bar..!
🥻 Jaartii: Rabbiin wanti bareechee nu uumeef akka nu jaalattaniif...wanti sammuu nu hirdhiseef akka nuti isin jaalannuuf....
Jaarsa: akkana jedhaa weeddisaa lixe:
لــهــا لِســانٌ براه اللهُ منـصلِـتًا
كــانه حــيّــة أو سيــف قتّــالِ

شـاغِبتُـها مــازحـاً حتــى أُغازلها
فقَسّمتْ جبهتي نصفين في الحالِ

Haa isiniif hiikuu... 👇
https://www.tg-me.com/tafak_or
#Obboleetti
(Na dhageessaa...!)
👇
Qullaa deemuun jaarsas namaa hin fidu; gammachuttis nama hin geessu...!

Qullaa deemuun;
💁‍♀ Gatii shamaraa gadi buusa,
💁‍♀ Jeedala fayyaan qabne/durriyyee karaa balleessa....!
💁‍♀ Nama xiqqoo sodaa onnee keessaa qabu challenge godhà...!
💁‍♀Rabbiin sitti dallansiisa....!

Share👇
https://www.tg-me.com/tafak_or
Live stream finished (47 minutes)
Yaada asiin nuuf kennaa

@ibro2_bot
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
#Obboleetti (Na dhageessaa...!) 👇 Qullaa deemuun jaarsas namaa hin fidu; gammachuttis nama hin geessu...! Qullaa deemuun; 💁‍♀ Gatii shamaraa gadi buusa, 💁‍♀ Jeedala fayyaan qabne/durriyyee karaa balleessa....! 💁‍♀ Nama xiqqoo sodaa onnee keessaa qabu challenge…
Inni xumurarratti tan gurra/maqaa isaa; Amantaa isaa fi ijoollee isaa isaaf tiksitu waan filatuuf.... akkanumaan gatii kankee hin buusin....!!
وفي النِهایة یَختارُ مَن تَصونُ عِرضه ودینهُ وأولاده ِلذلك لا ترخصي نَفسك❤️
In the end, he chooses the one whose honor, religion, and children you protect, so don’t make yourself cheap ❤️
@Barii.....

🤲 Gaddaa fi gadadoon onnee teessan keessatti bakka hin argatin....
haalli amma keessa jirtan ulfaataa tahus bakka jirtanitti Rahmanni Rabbii Aalamaa isin hin hanqatin.... 🤲

Aaamiin Yaa Allaah...
@tafak_or
#Yaa_Allaah_jannata_kee

Namni muslimaa tokko yeroo sadi Jannata kadhatee hin hafu... Jannanni isaan jettu malee:
"Yaa Rabbi Jannata seensisi..."
ما سأل رجلٌ مسلمٌ اللهَ الجنةَ ثلاثًاإلَّا قالتِ الجنةُ: اللهم أدخلْهُ الجنةَ.

Rabbiin nu haa seensisu...!
Rasuulatu jedhan (Sallallaahu aleyhi wasallam)..
👇
Sahiih Aljaami'i (Fuula 5630 ).
رسول اللهﷺ صحيح الجامع (٥٦٣٠)

Share👇
https://www.tg-me.com/tafak_or
Akka waan addunyaan guutuun harka kee jirtuutti tattaafadhu:

Hin sodaatin,
hin dhaabbatin,
hoogganaa tahi,
gara fuulduraatti tarkaanfadhu,
Yaada negative irraa sammuu Kee qulqulleessi,
Qalbii kankee addunyaa kanaaf bani... addunyaan tuni bar Imala gabaabduu wahiitii...!
Yoo kufte carraa kufaatii keetitti fayyadamuudhaan hirdhinna kee sirreeffattee...deemsa kee jabeeffachuu qabda.
Yoo boosse... imimmaan keetiif iddoo baldhifadhu... imimmaan daraa madaa kankeetii kan dabre irraa dhiqa waan taheef..!
Kaayyoo guddaadhaaf lubbuu keetii waadaa gali... akka waan nama takkaa hin kufneetti hidha hidhadhuu ka'i....!

@Ibro
https://www.tg-me.com/tafak_or
#Islaamummaan.....!!

Rabbiin (Subhaanahu wata'ala) ufii isaatii karaa kana naaf filate...
takkii karaa kana naaf laaffisa yookiin karaa kana irratti na jabeessa....!!

@tafak_or
Ufitti amanamummaa...

I'm working on myself,
for myself,
by myself,

@tafak_or
#Istigfaaraan_Razzaqamtan...

Jecha tana heddummeessaa:

﴿ رَبِّ اغْفِرْ لِي وَلِوَالِدَيَّ ﴾
"Yaa Rabbi anaa fi haadhaa Abbaa kiyyaafis naa araarami.."
Jecha tana yoo jette.. jechi tuni Ibaadaa sadi uf keessatti hammatti. isaanis:
Du'aa'ii; tola ooltummaa haadhaa fi Abbaa; Istigfaara uf keessatti hammata.

Share👇
https://www.tg-me.com/tafak_or
#Jaalala......

🌹 Jecha tana maaltu akkana bareeche....!
🌷 hiika ishee maaltu akkanatti gadi fageesse....!
🌷 itti gaafatamummmaa ishee maaltu akkana namatti ulfeesse/guddise....!!

Waan na ajaa'ibeeef....!!

@tafak_or
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
#10ffaa ..... (Baatii simannaa keessummaa) Osoo keessummaa jabaa wahiittu torbaan dhufu keessa, mana kankee dhufuu heda siin jedhanii ... garuu manni kankee qulqullinna hin qabnee... mana kee osoo hin qulqulleessine bareechita moo...!?, qulqullinna manaa…
#11ffaan
(Baatii heexoo irraa .....)

Niyyaa tantee tolchi, lubbuu tantee leenjisi.

Dalagaan tantee qulqulluu fi karaa sirrii irratti, akkasuma tan shari'aadhaan Wal galtu yoo taate malee Rabbiin sirraa hin qeebalu.
Kanaafuu waa'ee soomaa ofiifis barattee maatii kankeetis ammumarraa barsiisuu qabda. Sodaa Rabbii irratti uf leenjisuu qabda.
Ramadaanni Mana Barumsaa warra sodaa Rabbii onnee keessaa qabuuti....!!
#12ffaan:
✍️ Ammuma irraa Rahimaa fi firoottan kee sufadhu... firummaa kutuu irraa fagaadhu...!
👌 Nama firummaa sufe Rabbiin isa sufa... nama firummaa namaa kute Rabbiin isa kuta...!
👌 Nama Rahima sufu jechuun nama harka galata namaaf deebisu osoo hin taane; nama yoo kutanis deebisee nama sofu....!!

#13ffaa....
👇
https://www.tg-me.com/tafak_or
#Seequuu.....

Takkatu Abbaa manaa Iphone 13 pro max qabatee busy ta'u argitee akkana jetteen:

Maal qaba osoo Abbaa manaa keenya biratti akka Iphone kana taanee... silaa sa'aatii 24 harkaa nun buufatan turee....!!
#Abbaa_warraa: Yoo maal jedhe bareeda..... 😁





Abbaan warraas uf duuba mildhatee..... Aaamiin jedhe...!

Silaa hanguma baraa baraan moodelli haaraa dhufuun isin jijjiiraa deemnaa..... 😄

Share👇
https://www.tg-me.com/tafak_or
2024/09/27 07:32:47
Back to Top
HTML Embed Code: