Telegram Web Link
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
#11ffaan (Baatii heexoo irraa .....) Niyyaa tantee tolchi, lubbuu tantee leenjisi. Dalagaan tantee qulqulluu fi karaa sirrii irratti, akkasuma tan shari'aadhaan Wal galtu yoo taate malee Rabbiin sirraa hin qeebalu. Kanaafuu waa'ee soomaa ofiifis barattee…
💫#Ramadaanaaf_
qoophiidhaa....!

#13ffaa
✍️ Ramadaana keessa namoonni hedduun qur'aana qara'uu fi yeroo hedduu kattamuudhaan beekkama. Obboleessa koo bareedaa..!, Ramadaana keessa qara'uun akka siif salphatuuf, hedduu deddeebitee buusuu akka dandeessuuf amma baatii sha'abaanaa kana keessa sochii jabeeffachuu qabda.
Yoo asiin dura guyyatti juz'a takka qofa kan kattamtu taate... amma gara juz'a 2 fi 3... inumaa torbaaniin kattamuutti ol guddisuu qabda....!!
#14ffaa
Baatiin Ramadaanaaa baatii Salaanni keessa heddummaatuun beekkamuudha... (Sunnaa; Taraawihaa fi Salaata leeyli...)
garuu Ramadaana keessa dadhabbii fi cinqaa tokko malee dhaabbatuu yoo barbaadde.. ammumarraa ibaadaa keetitti jajjabaachuu qabda...!
Ammumarraa Rukuu'aa fi sujuuda Kee dheereffachuu qabda...!
#15ffaa..
Qananii addunyaa kana keessa jiran keessaa qananiin keessi kee nagaa qabaachuu caalu hin jiru....!!
Yeroo namni waa'ee namaatiin cinqamu, ati immoo jibbaa fi waanyoo namaa irraa keessi kee qulqulluu tahuun nageenyaa fi tasgabbii addaa siif kenna...!!
Kanaafuu osoo Ramadaanni hin seenne.... keessa kee qulqulleessuun dirqama...!!

16ffaa.... (#Itti_fufa..)
Share👇
https://www.tg-me.com/tafak_or
#Gara_laafessa....!
Gara laafummaan gowwummaa miti.... gara laafummaan/keessi kee qulqulluu tahuun.... kennaa Rabbiin nama ufii jaalateef kennuudha.....!!

@tafak_or
Seequuf.....!
Shamarran gaafa jalqaba heerumtu laakkofsa bilbilaa Abbaa manaa ishee akkanatti save godhatti..... 😂
Guyyaa jalqabaa... My 💕 love...
xiqqoo bubbullaa .... Gaalii/qaalii koo....😮
yoo ijoollee horan.... Abbaa Abdallaa... 👨‍👧‍👦
Gaafa manguddooamn.... Jaarsattii..... 😁

#Oolmaa_gaarii👇
https://www.tg-me.com/tafak_or
☞የዑመር ኢብኑልኸጣብ ረዲየላሁ ዐንሁ 20 ምርጥ አባባሎች፤

1. ‹የምትጠላውን ሰው ተጠንቀቅ፤›

2. ‹ብልጥ ሰው የእለት ስራዎቹን ከራሱ ጋር
ይተሳሰባል፡፡›

3. ‹የዛሬን ስራ ለነገ አታሳድር፡፡›

4. ‹ከሰዎች ጥያቄ ተነስተህ አስተሳሰባቸውን
መለካት ይቻላል፡፡›

5. ‹ለሌሎች ዳዕዋ በምታደርግበት ወቅት
እራስህን አትርሳ፡፡›
  
6. ‹ከዱንያ ትንሽን ብቻ ስትፈልግ ይበልጥ
ነፃነትን እያገኘህ ትሄዳለህ፡፡›

7. ‹ወንጀል አለመስራት ከፀፀት ይሻላል፡፡›

8. ‹ታጋሽ ሁን፤ ትዕግስት የእምነት ምሶሶ
ነችና፡፡›

9. ‹አሏህን ፈሪ መሆን እድለኛነት ነው፤
ከዚህ ውጭ ያለው እድለቢስ መሆን ነው፤›

10. ‹ወደ አኺራ የሄዱ ሰዎችን ንግግር
ጠብቁ፤ እነርሱ የተናገሩት አሏህ እንዲናገሩ
ያገራላቸውን ብቻ ነውና፡፡›
`` `` ``
11. ‹አሏህን ፍራ፤ እርሱ ሁሌም ህያው፤
ከርሱ ውጭ ያሉ ሁሉ ጠፊ እና አላቂ
ናቸውና፡፡›

12. ‹ጥፋቴን በነገረኝ ሰው ላይ የአሏህ
እዝነት ይውረድ፡፡›

13. ‹እውቀትን ገብያት፤ ከዚያም ለሰዎች
አስተምር፡፡›

14. ‹የተከበርክ፣ ታማኝ እና እውነተኛ ሁን፡፡›
   
15. ‹ትምክህተኛ ምሁር አትሁን፤
ትምክህተኛነት እና እውቀት አንድ ላይ
አይሄዱምና፡፡

16. ‹ለዚህች አለም ፍቅር ያለው አዋቂ
ባየህ ግዜ እውቀቱ አጠራጣሪ መሆኑን
ተረዳ፡፡›

17. ‹ትንሽ አውርቶ ብዙ በሚሰራ ሰው ላይ
የአሏህ እዝነት ይውረድ፡፡›

18. ‹ታማኝነት ማለት በምትሰራው፣
በተናገርከው እና በምታስበው ነገሮች ልዩነት
አለመኖር ማለት ነው፡፡›

19. ‹የሰው ልጅ ምንም እንኳ እንደ ቀስት
ቀጥ ያለ ስራ ቢሰራ ተቃውሞ አያጣውም፡፡›

20. ‹አዕምሮህ እንዲሰፋ ከፈለግክ፤ ከፈሪሀ
አሏሆች ጋር ተቀመጥ፤

"ወደ መልካም ነገር  ያመላከተ ሰው የሰራውን ሰው ያህል አጅር ያገኛል" ረሱል (ﷺ)

https://www.tg-me.com/tafak_or
#Dubbiseeti....
Hariiroo ilma namaa keessatti Wal hubachuun waa hundaa olitti ijoodha...!
Nama sin hubanne wajjiin jiraachuu goonkumaa hin dandeessu...! Nama kallattii hin taanetti si hiiku...!
Nama qalbii Kee fi waan qalbii Kee keessa jiru hubachuu hin dandeenye wajjiin ati tasgabbii hin argattu....!
Kanaafuu... kophaa kee jiraachutu irra siif bareeda....

Kophaa kee jiraattee waan keessa keetitti dhagahamu dhokafachutu, nama wajjiin jiraattee kallattii ati hin yaannetti si fudhachuu irra siif gaariidha....!
@Ibro

Join 👇
https://www.tg-me.com/tafak_or
#Fetah... 😂

Jaalala jechuun kan qulfii qabu kana....
itti cuftee furtuu gatta... achi booda hanga dhumaa tura... 😂

https://www.tg-me.com/tafak_or
Hardha jechoota Afaan Arabaa... hanga 10 isin barsiisuuf deema.... na eegaa...



Share.... @tafak_or
#Al-ajazu/العجز& #Alkasalu/الكسل
Jechoota walitti dhihaatan... (dadhabbii fi ceem'aa)....
👇
👉 Fedhii dhabuu irraa ykn keessi kee hayyamamaa tahuu dhabuu irraa kan maddu yoo taate... #Alkasal/الكسل jedhama...!
👉 Dandeettii dhabuu ykn laafinna irraa yoo kan maddu taate... #Al-ajaz/العجَز jedhama...

Join👉 @tafak_or
@tafak_or
#Aljubnu/الجبن&
#Albuklu/البخل... Jechoota walitti dhihaatan lamaan...:
(Luynummaa/Jubnii fi Dondhummaa/Buklii....)

👉 Qaama Rabbiin siif kenne arjoomuu dhabuun Jubnii/الجبن jedhama...!
👉 Qabeenya Rabbiin siif kenne baastee arjoomuu dhabuun Buklii/البخل jedhama...!

Join👇
@tafak_or
✍️#Taqriiz/تقريظ&
#Taqriid/تقريض
Faaruu/Taqriiza fi qeequu/Taqriida....( jechoota ollaa)


👇👇
👉 Humnaa ol nama faarsuu fi nama ililchuun Taqriiza/التقريظ jedhama....!!
👉 Humnaa ol nama qeequun ykn miilaan namarra deemuun immoo Taqriida/التقريض jedhama...!!

Join👇
@tafak_or
✍️ #Alwasab/الوصب&
#Annasab/النصب
{ Dhibee/Wasab fi Dadhabbii/Nasab... }



👇👇
👉 Dhibeen gar malee namatti jabaateen #Wasaba/الوصب jedhama....!
👉 Dadhabbiin gar malee namatti hammaates #Nasaba/النَّصب jedhama... !

Join👇
@tafak_or
«Jaartii ilkaan hin qabne » jechuun maal jechuudha mee Afaan arabaatiin_?




comment barreessaa
Aa'il/ عائل
( Hiyyeessa/Faqiira.... )


👇
قالَ اللهُ تعَالَى: ﴿وَوَجَدَكَ عَاۤئِلࣰا فَأَغۡنَىٰ﴾
{Hiyyeessa turte, Rabbiin si duroomse....)

@tafak_or
#Barii....!
Wanti hunduu barii wajjiin dhalata.... [ Barakaan; Abjuun; hamileen; milkaa'inni fi kkf...]
Seenaan kaleessaa dhumatee jira... seenaan guyyaa hardhaa immoo eegalee jira...
وعليك توكلنا يا كريم.....

Oolmaa gaarii qabaadhaa....!!
Join 👉 @tafak_or
#Eeyyan....!

Namoonni hirribaa dammaqxanii... nama nagaa bultee isiniin jedhu/text isiniif barreessu hin qabne hunduu Nagaa bultanii isiniin jechuu barbaada....!

Yeroo hundaa nagaa naaf jiraadhaa.... 👍
@tafak_or
#Addaan_baafadhaa....!!



👇
#Axxowlu/الطَّول&
#Axxuulu/الطُّول

Xowliin(طَ.....) Durummaa fi guddinnaan jedhama....
Xuuliin(طُ.....) Dheerinna waan tokkootiin jedhama....!

Join👇
@tafak_or
Rabbiin hangam takka akka ati isa galateeffattu si madaaluuf baldhisee siif kenna.. akkasuma hangam takka akka ati obsa qabaattu si qormaatuf si dhoorgatas....

👉 Warra obsee mindaa Rabbiin irratti hirreegatu Rabbiin nu haa taasisu....
أللهم اجعلنا من الصابرين المحتسبين.....

@tafak_or
2024/09/27 09:21:45
Back to Top
HTML Embed Code: