๐ Ibaadaa keessatti Niyyaan gahee maalii qabdi_____?
Anonymous Poll
78%
A) Sharxiidha
25%
B) Rukniidha...
#Eeyyan....
โ Lola hunda keessatti injifannoof hin yaalin... yeroo tokko tokko injifaannoo galmรฉessuu caala, booji'amtee qalbii booji'utu caalaa waan taheef....
โ Dildila/Riqicha Irra deemtee ceete, bira dabre jettee akka hin gubne.. maaltu beeka gaafa tokko ittiin deebi'uuf jecha itti hajamuu dandeessaa...!!
โ Dogoggora balaleeffadhu, garuu nama dogoggore jibbuu irraa uf qusadhu....!!
โ Dilii takka yoo argite onnee keetirraa jibbi, garuu nama dilii dalaguuf Rahmata godhuu hin dagatin....!!
โ Jecha dubbatame tokko qeequu dandeessa... garuu nama jecha sana dubbate kabajuun qabda..!
๐ Gaheen kankee dhibamaa osoon taane... dhibee irratti duuluudha.... sii galee ....!!
@Ibro
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or

Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf

โ #Ibnul_Jowziin (Rahimahullaah) akkana jedhan:
๐ท Gabrichi muslimaa tokko Ergamaa isaa irratti Salawaata buusee jennaan, Rabbiin...:
๐ Qalbii isaa iimaanaan ibsa....,
๐ badii isaa irra isaaf tara,
๐ qoma isaaf baldhisa...,
๐haajaa isaa hunda isaaf laaffisa...,
โ kanaafuu hamma dandeettaniin Salawaata buusaa, maaltu beeka Rabbiin.....
warra karaa isaa irra deemu; nama sunnaa isaatti dalaguu fi guyyaa boruu Jannata keessatti ollaa isaa nama galu Rabbiin nu taasisuus mala...
๐ Kuni tola ooltummaa Rabbiin keenya nurratti oole Alhamdulillaah...
ุตูููุง ุนููู ูุณููู ูุง ุชุณููู ุง...๐

#Kitaaba_baname....!
๐ Namni si dubbisuu hin dandeenye yeroo si kukkutu, tasumallee taatee miira aarii keessa akka hin seenne. Maaliif beektaa___?
situ jaalatee ufiin banameef waan taheef.....!
@tafak_or

๐ท Waa'ee Baatii @Rajab maal beektu mee__?
1) Baatii Rajab jechuun akka lakkoofsa hijraatti baatii amma keessa jirru, baatii 7ffaa irratti argamuudha.
@Rajab jechuun guddifamaa ulfeeffamaa jechuudha..
โ Rajab maaliif Rajab jedhamee moggaafame__?๐
Osoo islaamummaan hin dhufiniin duratti ummanni Jaahiliyyaa kabaja baatii kanaaf qaban irraa kan ka'e, baatii kana keessa Wal hin lolan ture ..
2) Baatiin Rajab baatii kabajaa fi ulfinnaan beekaman afran keessaa baatii takkaadha. isaanis;
Zul-qada, zulhijjaa, muharramii fi Rajabiidha....!!
3) Baatiiwwan amma maqaa isiniif dhahe kunniin, Baatiiwwan Rabbiin biratti sadarkaa qabaniidha.... baatii kana keessa Wal miidhuu fi badii adda addaa irratti bobba'uun garmalee jajjabaata....!
{ ููุง ุชุธูู ูุง ููููู ุฃููุณูู ....}
Badii dalaguu fi zulmiin baatii biroo keessas dhoorkamaadha... garuu Baatiiwwan afran kana keessa akka malee dhoorkamaadha...
4) Daangaa Rabbii kabajuun; Salaata irratti jajjabaachuun; waajibaata sirra jiru geessuun; dalagaa keeyrii irratti bobba'uun muslimni kamuu baatii kana kabajuu qabna.
5) Baatii Rajabaa qofa addatti kabajuu fi, isa keessa soomuu; halkan dhaabachuun Wal qabsiisee hadiisni tokkos hin jiru ...
Ramadanaaf guyyoota 56tu hafe.....
@6ffaaa.... itti fufa...
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
1) Baatii Rajab jechuun akka lakkoofsa hijraatti baatii amma keessa jirru, baatii 7ffaa irratti argamuudha.
@Rajab jechuun guddifamaa ulfeeffamaa jechuudha..
โ Rajab maaliif Rajab jedhamee moggaafame__?๐
Osoo islaamummaan hin dhufiniin duratti ummanni Jaahiliyyaa kabaja baatii kanaaf qaban irraa kan ka'e, baatii kana keessa Wal hin lolan ture ..
2) Baatiin Rajab baatii kabajaa fi ulfinnaan beekaman afran keessaa baatii takkaadha. isaanis;
Zul-qada, zulhijjaa, muharramii fi Rajabiidha....!!
3) Baatiiwwan amma maqaa isiniif dhahe kunniin, Baatiiwwan Rabbiin biratti sadarkaa qabaniidha.... baatii kana keessa Wal miidhuu fi badii adda addaa irratti bobba'uun garmalee jajjabaata....!
{ ููุง ุชุธูู ูุง ููููู ุฃููุณูู ....}
Badii dalaguu fi zulmiin baatii biroo keessas dhoorkamaadha... garuu Baatiiwwan afran kana keessa akka malee dhoorkamaadha...
4) Daangaa Rabbii kabajuun; Salaata irratti jajjabaachuun; waajibaata sirra jiru geessuun; dalagaa keeyrii irratti bobba'uun muslimni kamuu baatii kana kabajuu qabna.
5) Baatii Rajabaa qofa addatti kabajuu fi, isa keessa soomuu; halkan dhaabachuun Wal qabsiisee hadiisni tokkos hin jiru ...
Ramadanaaf guyyoota 56tu hafe.....
@6ffaaa.... itti fufa...
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
โ Meeshaan kamuu qur'aana malee, yoo itti fayyadamuu dhiiste ni dooma/zaaga.... qur'aana garuu yoo qara'uu dhabde situ doomaa ykn zaagaa dhufa.....!!
ุงูููู ุงุฌุนููุง ู ู ุฃูู ุงููุฑุขู.....ุฃูู ุงููู ูุฎุงุตุชู.....
@tafak_or
ุงูููู ุงุฌุนููุง ู ู ุฃูู ุงููุฑุขู.....ุฃูู ุงููู ูุฎุงุตุชู.....
@tafak_or
โ Namni sammuun qabne maraattuu jedhama, namni qalbiin qabne hoo maal jedhama____?
Anonymous Poll
76%
A)______
38%
B)_______
โ Mee hardha seera/qaa'idaa tokko jalatti ergaa guddaa isiniif dabarsuun fedha....
karaa salphaadhaan Akka fayyadamuu dandeessan...
Seerri Kun maal jedha seetan....
ุงููููู ูุง ูุฒูู ุจุงูุดู.....
Yaqiinni shakkiidhaan hin deemu/bakkaa hin sosso'u jedha .... maal jechuudha....?
@Nu__eegaa
Share๐
@tafak_or
karaa salphaadhaan Akka fayyadamuu dandeessan...
Seerri Kun maal jedha seetan....
ุงููููู ูุง ูุฒูู ุจุงูุดู.....
Yaqiinni shakkiidhaan hin deemu/bakkaa hin sosso'u jedha .... maal jechuudha....?
@Nu__eegaa
Share๐
@tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
โ Mee hardha seera/qaa'idaa tokko jalatti ergaa guddaa isiniif dabarsuun fedha.... karaa salphaadhaan Akka fayyadamuu dandeessan... Seerri Kun maal jedha seetan.... ุงููููู ูุง ูุฒูู ุจุงูุดู..... Yaqiinni shakkiidhaan hin deemu/bakkaa hin sosso'u jedha .... maalโฆ
#Hiika_seeraa_kanaa?
@Yaqiina jechuun; waan sirritti sure ta'uu isaa shakkii tokko malee beektu tokko jechuudha...
@Shakkii jechuun immoo waan lama adda baafachuu dadhabdee... gidduu sanatti yaadaan deddeebi'uu jechuudha... Waan tokko argamuu fi argamuu dhabuu isaa giddutti shakkiin sitti argamuudha....!!
Kanaafuu....
@hiikni_isaa:
Waan jiraachuu isaa sure taatee beektu tokko, Sababa shakkiin si keessatti argameef jecha irraa hin sochootu....!
Yaqiinni waan humna qabu, shakkiin laafaadha humna hin qabu.... Yaqiinni kan bakkaa deemu Yaqiina isa fakkaatu ykn isatti qixxaatu qofaan....!!
Fakkeenyaaf....
๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
@Yaqiina jechuun; waan sirritti sure ta'uu isaa shakkii tokko malee beektu tokko jechuudha...
@Shakkii jechuun immoo waan lama adda baafachuu dadhabdee... gidduu sanatti yaadaan deddeebi'uu jechuudha... Waan tokko argamuu fi argamuu dhabuu isaa giddutti shakkiin sitti argamuudha....!!
Kanaafuu....
@hiikni_isaa:
Waan jiraachuu isaa sure taatee beektu tokko, Sababa shakkiin si keessatti argameef jecha irraa hin sochootu....!
Yaqiinni waan humna qabu, shakkiin laafaadha humna hin qabu.... Yaqiinni kan bakkaa deemu Yaqiina isa fakkaatu ykn isatti qixxaatu qofaan....!!
Fakkeenyaaf....
๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
@Mashallaah.... jedhaa ...
โ Ijoolleen armaan gaditti isin argitan kunneen hunduu obbolaadha; hunduu walirratti dhalatan; hunduu baratanii sadarkaa leenjisummaa gahanii jiru.... guyyaa boruu magaalaa Roobee, stadium maddaa walaabuu keessatti Eebba qaban.... irraan hafinaa....
1ffaa; Leenjisaa Bilaal Aadam
2ffaa: Leenjisaa Abdulhafiiz Aadam,
3ffaa: Leenjisaa Mus'ab Aadam
4ffaa; Leenjisaa Muhammaddiin Aadama....
ijoollee maqaa fi bifaanis, bira kutee guddinni isaanii bareedu kanneen naaf eebbisaa....
Namni ijoollee tana qaree akkanatti baase....
coach and judge instructor Imaaduddiin Sa'id Huseen....

๐ Namni wuduu'a qabu tokko wuduu'a diiguu isaa yoo shakke.....
Anonymous Poll
75%
A) Diigee jira... qulqulleeffachuu qaba.
30%
B) Wuduu'a qaba .....
@Ufitti_gaddi....!
โ Yeroon Kee waa hundaafuu gahaadha, garuu qur'aana qofa siif hanqata....!!
@tafak_or
โ Yeroon Kee waa hundaafuu gahaadha, garuu qur'aana qofa siif hanqata....!!
@tafak_or
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐ Namni wuduu'a qabu tokko wuduu'a diiguu isaa yoo shakke.....
Deebiin B) dha.....
Sababni isaa Yaqiinni shakkiidhaan hin deemu waan taheef.... wuduu'a qaba jechuudha...

โ Nama gadi bahee achi buuteen isaa dhabamee, garuu hin jiraa fi du'ee isaa hin beekne tokko hukmiin isaa maali____?
du'ee jira jettee qabeenya isaa dhaalta moo,... ? Sababni isaa hoo_____?
du'ee jira jettee qabeenya isaa dhaalta moo,... ? Sababni isaa hoo_____?
Anonymous Poll
41%
A) Gatii nama du'eetiin dhaalama..
63%
B) Hin jira waan taheef hin dhaalamu....
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
โ Nama gadi bahee achi buuteen isaa dhabamee, garuu hin jiraa fi du'ee isaa hin beekne tokko hukmiin isaa maali____?
du'ee jira jettee qabeenya isaa dhaalta moo,... ? Sababni isaa hoo_____?
du'ee jira jettee qabeenya isaa dhaalta moo,... ? Sababni isaa hoo_____?
Deebiin isaa....
โ Namni achi buuteen isaa dhabame tokko hanga gaafa du'ee fi jiraan isaa adda baafamutti, ykn hanga gaafa seera nama dhabamee guutuutti hin dhaalamu, jaartii isaatiinis adda hin baafamu....
Nama kana gaafa manaa bahu lubbuun jiraachuun isaa Yaqiina... garuu duuti isaa shakkii/mamii keessa nama galchee waan jiruuf gatii nama lubbuun jiruutu kennamaaf....
Deebi... B
@https://www.tg-me.com/tafak_or

Gaafa makkaan banamtu baay'inni muslimtootaa hangam ture_____?
Anonymous Quiz
23%
A) 8000
16%
B) 9000
61%
C) 10000
#Gorsaaf.....!!
โ Memoryn sammuu keetii virus guutee yoo jiraate, dafii keessaa format godhi.. yoo kan akkasitti dhiistu taate deemee sagantaa kankee gaggaarii si jalaa balleessuu waan danda'uuf....;
โ Maal qaba osoo waan keessa keenya miidhaa; waan miidhaa malee bu'aa nuuf hin qabnee fi waan jireenya keenya keessatti hiika hin qabne, keessa keenyaa haqnee... mee maalumatu nurraa bada..?!
Fakkeenyaaf...;
๐ Mudannoo bira dabarre, kan Akka malee nu madeesse yaadachuu irraa uf qusachuu...!
๐ Miira nama miidhu keessa galuu dhabuu ykn daftee keessaa bahuu...!
๐ Aadaa fokkataa irraa uf fageessuu...!
๐ Waanyoo, jibbaa fi hinaaffaa nun fakkaanne, tan nu keessaa dhangalaatu.. irraa fagaachuu...!
๐ Hiriyyaa gatiin qabne ufirraa hirdhisuu....
๐ Namoota yeroo hedduu -negative yaadan irraa fagaachuu...!
๐ hariiroo miidhaa malee bu'aa hin qabne keessaa bahuu...!
๐ Waan jireenya Kee keessatti si rifachiisuu fi si gaddisiisu hundarraa uf fageessuu....!!
โ Keessa keenya eeguu fi keessa keenya qulqulleessuun bilbila keenya qulqulleessuu caala nu barbaachisa....!!๐
โ Waan gaarii lubbuu keetiiif dabarfadhu.... waan jireenya Kee booressaa irraa uf qusadhu...!!
@Ibroo.....
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
โ Memoryn sammuu keetii virus guutee yoo jiraate, dafii keessaa format godhi.. yoo kan akkasitti dhiistu taate deemee sagantaa kankee gaggaarii si jalaa balleessuu waan danda'uuf....;
โ Maal qaba osoo waan keessa keenya miidhaa; waan miidhaa malee bu'aa nuuf hin qabnee fi waan jireenya keenya keessatti hiika hin qabne, keessa keenyaa haqnee... mee maalumatu nurraa bada..?!
Fakkeenyaaf...;
๐ Mudannoo bira dabarre, kan Akka malee nu madeesse yaadachuu irraa uf qusachuu...!
๐ Miira nama miidhu keessa galuu dhabuu ykn daftee keessaa bahuu...!
๐ Aadaa fokkataa irraa uf fageessuu...!
๐ Waanyoo, jibbaa fi hinaaffaa nun fakkaanne, tan nu keessaa dhangalaatu.. irraa fagaachuu...!
๐ Hiriyyaa gatiin qabne ufirraa hirdhisuu....
๐ Namoota yeroo hedduu -negative yaadan irraa fagaachuu...!
๐ hariiroo miidhaa malee bu'aa hin qabne keessaa bahuu...!
๐ Waan jireenya Kee keessatti si rifachiisuu fi si gaddisiisu hundarraa uf fageessuu....!!
โ Keessa keenya eeguu fi keessa keenya qulqulleessuun bilbila keenya qulqulleessuu caala nu barbaachisa....!!๐
โ Waan gaarii lubbuu keetiiif dabarfadhu.... waan jireenya Kee booressaa irraa uf qusadhu...!!
@Ibroo.....
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
#Salaata_Fajrii....
โ Yaa midhaaginna salaata Fajrii.... โค๏ธ
๐ Waajibni isaa: Tika Rabbii keessa si oolcha...
๐ Sunnaan isaa: Duniyaa fi waan duniyaa tana keessa jiraa hundaa caala...!
๐ Qur'aanni isaa: Malaa'ikatu irratti hirmaatee dhageeffata....!
๐ Akkuma Subhii salaatteen... hiriyyaa keef share godhi... ๐
โโ @tafak_or โโ

#Nama_qalbii_qabuuf....!
โ Golga duwwaa baadhattee deemuuf boorsaa qarshii $400 hin bitin. boorsaa $10niin bittee 390 immoo boorsaa san keessa kaahatuu siif wayyaa....
โ Nama kiisha qullaa kan iphone 13 pro max qabatee deemu; nama waan Makiinaan yaabbatu hin qabne erbee $1000 uffatee deemu hedduu Rabbiin nu garsiise.....!! ๐
Share๐
๐ฑ๐ฑhttps://www.tg-me.com/tafak_or๐ฑ๐ฑ

Fala barbaada...?
๐ Faaris Ibraahimiin irraa mallaqa qabaachuu himate. Ibraahim ammoo mallaqa Faarisiif deebisuu/kafaluu irratti Ragaa dhiheeffate. Faarisis mallaqa naan deebifnee irratti Ragaa dhiheeffate.... kan eennuuttu fudhatama qaba___?

60%
A) Ibraahim ....
50%
B) Faaris...