Telegram Web Link
๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
Fala barbaada...?

๐Ÿ“ž Faaris Ibraahimiin irraa mallaqa qabaachuu himate. Ibraahim ammoo mallaqa Faarisiif deebisuu/kafaluu irratti Ragaa dhiheeffate. Faarisis mallaqa naan deebifnee irratti Ragaa dhiheeffate.... kan eennuuttu fudhatama qaba___?
@Deebiin.....

โœ Nama mallaqa sirraa qaba jedhe tokko... mallaqa isaa deebisuu keetiif Ragaa gahaa yoo qabaatte... ammas sirraa qaba jedhee ragaadhaan yoo si himate....
Ragaan nama si himate kanaa, hanga mallaqni inni ittiin si himate Kun, kan ati kafale jettu sanaan adda tahuu isaa ragaa dhiheeffatutti....hin qeebalamu.
@Maaliif_?
Ati bilisa tahuun kankee, erga Ragaa dhiheeffattee booda Yaqiina... garuu himanni isaa waa lama fakkaata...;
๐Ÿ‘‰ Mallaqa dura sirraa qabus ni fakkaata; mallaqa biraas waan si himatu fakkaata....kanaafuu kankee Yaqiina...kan isaa shakkiidha jechuudha...!!
Deebiin A)dha....!

Share ๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
๐Ÿ“ž Firummaan gidduu Nabiyyallaahi Ya'aquubii fi gidduu Nabiyyallaahi Ibraahim (Aleyhimassalaam) jiru maali_____?
Anonymous Quiz
30%
A) Ya'aquub Akaakayyuu Ibraahim (Aleyhimassalaam)
64%
B) Ibraahim Akaakayyuu Ya'aquub (Aleyhimassalaam)
5%
C) Firummaa hin qaban...
@Guyyaa_gaarii

โœ Dubbiin gaggaariin ati dubbattu ykn barreessitu dhiibbaa guddaa qaba....!
โœ Dhiifamni atin nama gaafattu gatii guddaa qaba...!
โœ Nama hubachuun kankee naamusa ati qabdu garsiisa...!
โœ Dogoggora namni sitti dogoggore, akka nama hin garreetti Irra kutuun bilchinna Kee muldhisa....!!
โœ Miira namaa eeguun, miira namaa cabsuu dhabuun qarummaa kee muldhisa...!
โœ Jaalala tiksuun mataan isaatuu jaalala...!
โœ Wanti ati nama biraatiif gumaachitu,... deemee simatti deebi'a...!
โœ Hariiroon gaariin ati nama wajjiin jiraattu sun, bu'aa isaaniif buusu caala simaaf bu'aa buusa...!
โœ Wanti Normaalli ati dalagaa ooltu kamuu... maalummaa kankee ibsa...!

#Yaadachiisa; Bareedinna qabdu namarraa hin dondhoomin... ufillee qullaa haftaa....!

Hiriyyaa keetiif... ๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
#Falmii.... (@Seenaa_dhugaati)

โœ Osoo isheen elementary barattu fuudhe... inni yeroo sana ogeessa ijaarsa manaa/ginbenyaa ture...
Barumsa ishee barattee akka xumurtu hayyama godheef... ergasii isheenis barnoota qabxii gaarii galmeessuun kaamphaasii seente...

โœ Kaamphaasii akkuma seenteen, qabxii guddaa waan qabduuf... damee fayyaa barachuu eegalte... dafqa isaa irraa, waggaa torba guutuu kafaleefii barsiisaa ture.
โœ Garuu isheen eebbifamtee waggaa tokko booda, sadarkaan barnoota keenyaa Wal hin gitu waan taateef...Ani sin barbaaduu na xalaaqi jetteen..!

๐Ÿค” Ana kan gaafii natti tahe... badiin isaa waan utubaa taheefii; ufii miidhamee isii mataa ol qabeef moo ? ishimatu lafee yarattuu intalaati....?

โœ Namni hunduu deebii kana irratti Akka hirmaatu abdiin qaba... mee maaluma jettan....

๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
@Palestine..... Gaza...

Yaman.... (San'aan), biyyi goototaa, bifa kanaan Palestinef deeggarsa gooteef.....

Rabbiin isiniif haa tumsu....
๐Ÿ“ž Aanota armaan gadii keessaa Aanaan A'araaf/ุงู„ุฃุนุฑุงู jedhamu eessatti argama____?
Anonymous Quiz
23%
A) Makkaa fi madiinaa gidduu.
47%
B) Jannataa fi Azaaba gidduu.
21%
C) Gaara Uhudii fi gaara Nuur gidduu...
10%
D) Yamanii fi Shaam gidduu...
โœ Namni qur'aana homa takka qoma keessaa hin qabne, akka mana onaati....!

ุงู„ู„ู‡ู… ุงุฌุนู„ ุงู„ู‚ุฑุขู† ุฑุจูŠุน ู‚ู„ูˆุจู†ุง โค๏ธ
#Waliin_hin_ifaajin....๐Ÿ‘‡

โœ Waanyoodhaaf... yeroon gammachuu keetuu isa gaddisiisuun isaaf adabbii guddaadha....!

Share๐Ÿ‘‡
โž–โž–โž–@tafak_orโž–โž–โž–
๐Ÿ“ž Malaa'ikoota armaan gadii keessaa wardiyyaa Azaabaa kan tahe isa kam____?
Anonymous Quiz
4%
A) Jibriil
30%
B) Riduwaan
66%
C) Maalik...
#Nama_garii

โœ Namoonni tokko tokko dogoggora kee fageenya 500km laalanii argu, garuu gaarii kankee arguuf ๐Ÿ”ฌ microscopen laaluu isaan gaafata...!!
โœ Kana jechuun sa'aatii hirribaa dammaqerraa eegalee hanga yeroo rafuutti dogoggoruma isaa eega....!!
@Ibro

Share๐Ÿ‘‡
โž–@tafak_orโž–
Jechi qabrii jedhu qur'aana keessatti bakka meeqatti dubbatame___?
Anonymous Quiz
26%
A) Yeroo tokko
30%
B) yeroo lama
45%
C) yeroo sadi..
2024/09/28 19:34:53
Back to Top
HTML Embed Code: