Telegram Web Link
" ุฅู† ุงู„ู„ู‡ ูˆู…ู„ุงุฆูƒุชู‡ ูŠุตู„ูˆู† ุนู„ู‰ ุงู„ู†ุจูŠ
ูŠุง ุฃูŠู‡ุง ุงู„ุฐูŠู† ุขู…ู†ูˆุง ุตู„ูˆุง ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู…ูˆุง ุชุณู„ูŠู…ุง "
@tafak_or
Hirmaadhaa....
Hudeybiyyaa booda Dubartoota Rasuulaa keessaa, tan muslimtoota dallansuu Rasuulaa jalaa baraarte eennu_____?
Anonymous Poll
38%
A) Aa'ishaa (Radiyallaahu anhum)
15%
B) Zeynabaa (Radiyallaahu anhaa)
19%
C) Sowdaa (Radiyallaahu anhaa)
34%
D) Ummu salamaa (Radiyallaahu anhaa)
โœ Uf duuba deebitee jalqaba kee jijjiiruu hin dandeessu, garuu bakka amma irra jirtu irraa kaatee xumura kee jijjiiruu ni dandeessa.....!!

@tafak_or
๐Ÿ“žNamni tokko Janaabaa dhiqatee, garuu yoo bishaan afaan hin lulluuqatin ykn funyaan keessa ol hin fudhatin, dhiqatee jira moo hin dhiqanne jettu________?
Anonymous Poll
63%
A) Janaabaa irraa qulqullaahee jira ..
41%
B) Hin qulqulleeffanne....
@Dadhabbiidha....

โœ Waan ija namaatti bareeduuf jecha kophee siin taane/si qabu kaawwachuun mallattoo dadhabbii keetii ibsa....!!

@tafak_or
๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
๐Ÿ“žNamni tokko Janaabaa dhiqatee, garuu yoo bishaan afaan hin lulluuqatin ykn funyaan keessa ol hin fudhatin, dhiqatee jira moo hin dhiqanne jettu________?
Deebiin....B

Yeroo qaama dhiqattan, afaanis lulluuqattanii... funyaanis bishaan keessa fudhachuu qabdan...
โœ Rabbiin qur'aana keessatti akkana nuun jedhe...;

:{ูˆุฅู† ูƒู†ุชู… ุฌู†ุจุงู‹ ูุงุทู‡ุฑูˆุง}ุŒ
"Yoo janaabdan qulqulleeffadhaa....",
Qulqulleeffadhaa jechuun qaama keessan guutuu jechuudha. Funyaan keessaa fi afaan keessis qaamota nuti qulqulleeffachuun dirqamaa keessaa isa tokkoodha...
๐Ÿ‘‰ Kanaafuu Rasuulli keenyas (SAW) yeroo wuduu'a goonu akka afaan lulluuqannuu fi funyaan keessa bishaan ol fudhannus nu ajajan....!
๐Ÿ‘‡
{ูุงุบุณู„ูˆุง ูˆุฌูˆู‡ูƒู….....}
โœ Fuulli keenya wantoota hadasa guddaa fi xiqqaa keessattis qulqulleessuun nurratti dirqamaati....

#Hubachiisa: Kanaafuu Yeroo qaama dhiqannu lulluuqachuu fi bishaan funyaan keessa ol fudhachuunis waajiba jechuudha.
Sheek Muhammad Saalih Al-Useymiin... (Rahimahullaah).

Share ๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
๐Ÿ“žNama tokkotu Ibraahimiin salaama hin gaafadhu jedhee kakate, garuu osoo karaa deemaaru hiriyyoota isaa hedduu bakka tokkotti argee salaama gaafate. garuu Ibraahimis achuma keessa jira. hukmiin kakuu isaa maal taha_____?
Anonymous Poll
44%
A) Guyyaa sadihii soomuu qaba.
59%
B) Soomuu hin qabu..
‏" ูู†ุงุฏู‰ ููŠ ุงู„ุธู„ู…ุงุช "
"Dukkana keessaa lallabate... "

โœ Dukkana garaa qurxummii... Dukkana bahraa.... Dukkana halkanii....
โœ Dukkanti ati keessa ciisaa jirtu hanga fedhe guddatus, dukkana Nabiyyallaahi Yuunus (Aleyhissalaam) keessa jiraate sana inuma hin geenye...

๐Ÿ‘‰ Rabbiin Tasbiiha qofaan dukkana sadi keessaa isa baase sun, rakkoo fi dhiphinna ati keessa jirtu kana keessaa sin baasu jettee yaaddaa....!!
Wlh si baasa.....!!
(( ู„ูŽุง ุฅูู„ูŽู‡ ุฅูู„ูŽู‘ุง ุฃูŽู†ู’ุช ุณูุจู’ุญูŽุงู†ูŽูƒูŽ ุฅูู†ูู‘ูŠ ูƒู†ุช ู…ู† ุงู„ุธูŽู‘ุงู„ูู…ูŠู† ))

Share๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
๐Ÿ“ž Osoo bishaan hin barbaadin biyyeedhaan Tayammuma godhee salaate, ergasii akka bishaan hin argamne adda baafate. hukmiin isaa______?
Anonymous Poll
69%
A) Salaanni isaa sirriidha...
34%
B) Irra deebi'ee salaatuu qaba.
@Ufitti_amanamummaa....!!

โœ Namni yeroo jalqabaa ati itti amanuu qabdu, sima mataa keeti....!!
@tafak_or
#Eennuuf....?

โœ Barreeffama kana eennuuf barreessite jettanii nan gaafatinaa...!
โœ Barreeffamni koo nama waa dubbisuu fi nama barreeffamaaf bakka kennuudha.
๐Ÿ‘‰ yoo si biratti fudhatama qabaate simaaf barreesse, yoo si biratti fudhatama dhabde immoo; yoo kan sitti ulfaatu tahe nama biraatiif barreesse.
@Maaltu_beeka....;

๐Ÿ‘‰ dheebotaa hedduu dheebuu baasuu danda'a...
๐Ÿ‘‰ nama madaa hedduu qabu fayyisuu danda'a...
โœ Barreeffamni koo nama hundaaf malee, nama tokkoo fi lamaaf miti...
๐Ÿ‘‰ Warra qalbiin isaanii hoo'ite; ๐Ÿ‘‰ warra ilaalcha gaarii qabaniif; ๐Ÿ‘‰ warra dubbiin isaanii bareeduu fi.....warra jaalala namaatiif onnee isaanii keessatti bakka qaban hundaaf barreeffama...

โœ Miseensonni @Tafakkur Waan isiniin jedhu dhageessuuu...!!
๐Ÿ‘‰ Jaalalli an isiniif qabu hanga qubeen barraahe kanaan osoon taane, waan keessa koo jiru kan ani isiniif ibsuu dadhabetu caala...!!

Share๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
#Gorsaaf....!

โœ Yoo akka tasaa baabura dogoggoraa yaabbatte, station ๐Ÿš‰ jalqabaatti bu'uuf yaali... maaliif beektaa____?
hammuma fagaataa deemtuun, gatiin deebiif kafaltus guddataa deema waan ta'eef...!

#tafak_or
@Salaata...

โœ Namni gariin ittiin boqatuuf, namni gariin immoo dafee irraa boqatuuf salaata...!
Yaa Rabbi warra boqonnaa ittiin fudhatu keessa nu oolchi...!!

@tafak_or
2024/09/28 19:35:25
Back to Top
HTML Embed Code: