Yaa barataa.....By Sa'iid.pdf
1.3 MB
Share Yaa barataa.....By Sa'iid.pdf
Barreeffama jireenya barataa ibsu... dubbisaa....
Barreessaan
@Said_Muhammad

Qur'aana..
โ Qur'aanni arraba koo na qajeelche; haasawa koo na bareeche; wantoota hedduu keessatti ilaalcha koo isa dogoggoraa naaf sirreesse.
โ Qur'aanni maalummaa duniyaa ishee dhumtuu tanaa, gadi fageenyaan na garsiise... qananii Aakiraa kan fuulduratti na eegu sana fidee na fuunfachiise..
โ Jireenyi... wantummaan jireenya jedhamaa hunduu galaana qur'aanaa giddutti akka walitti qabamte na barsiise.
โ Yoo qur'aana kana harkatti qabanne... osoo qoree agamsaa irras deemnaa jiraannee, jireenya bareedduu keessa jiraachuu akka dandeenyu na barsiise.
Nama wahiittu qur'aana bifa kanaan nuuf ibse... @Ibro
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or

Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf

โข
โ Yeroo ati addunyaa kanarraa deemte, gaarii ati dalagattetu gubbaa kanarratti hafa.. bareedinni fuula keetii biyyee keessatti gadi hafa.
ุณูููุจูููููฐ ุญูุณูู ุตููุนูููู ุญููููู ุชูููููููฐ
ูู ููุฏููููู ุญูุณูู ููุฌููููู ููููู ุงููุฑููู ูุงูู..!
@tafak_or

โ Jannanni warra dogoggora dalage irraa deebi'een guutamte...
ammuma dogoggora kee irraa deebi'i.
@tafak_or
ammuma dogoggora kee irraa deebi'i.
@tafak_or
#Dhaloota_ammaa
แญแ แตแแแต โผ
1) Dhaloota bilbila Smart qabataa... ufii smart ta'uu dadhabe..
๐ Smart phone แญแ แฃ แแซแฑ แตแแญแต แแแ แซแแปแ แตแแแต แข
2) Dhaloota fuudhaa fi heeruma du'a caala sodaatu..
๐ แจ แแต แ แแญ แตแณแญแ แจแแแซ แตแแแต แข
3) Dhaloota barnoota xumuree... itti fayyadama wallaale...
๐ แฅแตแจ แซแ แฐแแฎ แฃ แแ แ แ แแแแ แซแแแแ แต แตแแแต
4) Dhaloota jireenyi isaa guutuun harka namaatti kufe ( Jaalala; suusii fi wantoota kana fakkaata)
แ แญแแฑ แ แแ แ แฐแ แฅแ แแญ แจ แแฐแ แตแแแต ( แ แแ แญ แฃ แ แฑแต แฃ แแแฐ ....)แข
5) Dhaloota Bareedinna Rabbiin isaaf kenne caalaa mekap/dibatatti amanu (Dhaloota copy jechuudha).
๐ แจ แซแฑ แแ แณ แญแแ แ แแณแ แแซแ แจแแฐแแแ แตแแแต
6) Dirqama isarraa eeggamu sirnaan osoo hin bahatin... dhaloota yeroo hunda mirga ufii eegsifachuuf iyyu...
๐ แจแฑ แแ แ แแแ แแดแณ แ แ แแฃแฅ แณแญแแฃ แแ แแฅแฑแ แแแตแ แ แ แจแแฎแ แตแแแต แข
7) Dhaloota harkuma ufiitiin technology hujjatee/bitatee... gabra isaaf ta'ee isa tajaajilu.
๐ แ แแ แฅแ แดแญแแแแ แฐแญแถ แฃ แแฑ แฃแชแซ แจแแแแต แตแแแต แข
8) Qur'aana fuula takka dubbisuuf masjida seenee... achumaan suuraa takka ka'ee manatti galu.. (Dhaloota na argaaf jiraatu).
๐ แแฐ แแฒแแต แ แแต แแ แแญแแ แแแ แซแต แแถ แฃ แ แแต แแถ แฐแแตแถ แจแแแแต แตแแแต แข
9) Rabbii isa uume irraa abdii kutatee.. harka namaatti dhaloota abdii horatu.
๐ แ แแ แจแ แ แแ แแฐแแแ แตแถ แ แฐแ แแ แจแแฐแแแ แตแแแต แข
10) Nama jireenya isaatiif waan gaarii isa gorsu; nama dhugaa itti himu akka diinaatti ilaala... garuu diina isaa Obboleessa isaa caala ufitti qaba....
๐ แ แ แญแแฑ แแแซแ แแแญแ แฃ แแ แ แจแแแแจแแ แฐแ แฅแแฐ แ แแต แฅแซแจ แฃ แ แแฑแ แแฐ แซแฑ แแซแแญแฅ แตแแแต
โ Rabbiin qalbii nuuf haa kennu... if nu haa beeksisu... ๐คฒ
แขแ แแ แแฐ แแแฃแฝแ แญแแแฐแ๐คฆ๐คฒ
@Ibro
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
แญแ แตแแแต โผ
1) Dhaloota bilbila Smart qabataa... ufii smart ta'uu dadhabe..
๐ Smart phone แญแ แฃ แแซแฑ แตแแญแต แแแ แซแแปแ แตแแแต แข
2) Dhaloota fuudhaa fi heeruma du'a caala sodaatu..
๐ แจ แแต แ แแญ แตแณแญแ แจแแแซ แตแแแต แข
3) Dhaloota barnoota xumuree... itti fayyadama wallaale...
๐ แฅแตแจ แซแ แฐแแฎ แฃ แแ แ แ แแแแ แซแแแแ แต แตแแแต
4) Dhaloota jireenyi isaa guutuun harka namaatti kufe ( Jaalala; suusii fi wantoota kana fakkaata)
แ แญแแฑ แ แแ แ แฐแ แฅแ แแญ แจ แแฐแ แตแแแต ( แ แแ แญ แฃ แ แฑแต แฃ แแแฐ ....)แข
5) Dhaloota Bareedinna Rabbiin isaaf kenne caalaa mekap/dibatatti amanu (Dhaloota copy jechuudha).
๐ แจ แซแฑ แแ แณ แญแแ แ แแณแ แแซแ แจแแฐแแแ แตแแแต
6) Dirqama isarraa eeggamu sirnaan osoo hin bahatin... dhaloota yeroo hunda mirga ufii eegsifachuuf iyyu...
๐ แจแฑ แแ แ แแแ แแดแณ แ แ แแฃแฅ แณแญแแฃ แแ แแฅแฑแ แแแตแ แ แ แจแแฎแ แตแแแต แข
7) Dhaloota harkuma ufiitiin technology hujjatee/bitatee... gabra isaaf ta'ee isa tajaajilu.
๐ แ แแ แฅแ แดแญแแแแ แฐแญแถ แฃ แแฑ แฃแชแซ แจแแแแต แตแแแต แข
8) Qur'aana fuula takka dubbisuuf masjida seenee... achumaan suuraa takka ka'ee manatti galu.. (Dhaloota na argaaf jiraatu).
๐ แแฐ แแฒแแต แ แแต แแ แแญแแ แแแ แซแต แแถ แฃ แ แแต แแถ แฐแแตแถ แจแแแแต แตแแแต แข
9) Rabbii isa uume irraa abdii kutatee.. harka namaatti dhaloota abdii horatu.
๐ แ แแ แจแ แ แแ แแฐแแแ แตแถ แ แฐแ แแ แจแแฐแแแ แตแแแต แข
10) Nama jireenya isaatiif waan gaarii isa gorsu; nama dhugaa itti himu akka diinaatti ilaala... garuu diina isaa Obboleessa isaa caala ufitti qaba....
๐ แ แ แญแแฑ แแแซแ แแแญแ แฃ แแ แ แจแแแแจแแ แฐแ แฅแแฐ แ แแต แฅแซแจ แฃ แ แแฑแ แแฐ แซแฑ แแซแแญแฅ แตแแแต
โ Rabbiin qalbii nuuf haa kennu... if nu haa beeksisu... ๐คฒ
แขแ แแ แแฐ แแแฃแฝแ แญแแแฐแ๐คฆ๐คฒ
@Ibro
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
@Update
โ Hariiroo qur'aana wajjiin qabdu @Update godhi. qur'aana kattamuu; tafsiira qara'uu; qur'aana xiinxalluu fi dhageeffatuudhaan wal qabatee Karoora haaraa baafadhu.
โ Qur'aanatti kan duraa caala harka kudhan itti dhihaadhu... guyyร an dafee... akka malee ariifataa si jalaa deemaa jira waan taheef..

โข ุฃูุงู ูุงูุชุฎูู ุนู ุฃุญููุงู
ู โฐ .
โข ๐ฝ๐ด๐ ๐ด๐ ๐ถ๐ธ๐ ๐ด ๐๐ฟ ๐๐พ๐๐ ๐ณ๐๐ด๐ฐ๐ผ .

@Fatwaa
โ Fatwaan warra nama gorsan; Du'aatotaa fi warroota social media irratti beekkamtii qaban irraahii miti fatwaan kan fudhatamu. Fatwaan Abbaa qaba.
โ Abbootiin fatwaadhaa Ulmaa'iidha. Warra gatii hadiisaa fi qur'aanaa beeku; warra yoo ati Aayata qur'aanaa itti qaraate achi bira hin kunne; warra qur'aanatti harka kennatee waan shari'aan jettu guututti jala deemu ykn hujitti hiiku; warra waan beeketti nama yaamu irraa fatwaa fudhatan.
โ Fetwaan sheekkota beekkamtii qaban irraa osoo hin taane sheekkota beekkumsa qaban; Hayyoota phalaasama fi siyaasaadhaaf jedhanii qur'aana ragaa godhachuu hin dhiisne; kan yaada namaa fudhatanii Hadiisa Rasuulaa lafa hin keenne irraa fudhatama.
โ( Aalima jechuun isaan sana malee... ijoollee akka kiyyaaf kee akkanumaan haasahan kanaa miti ....)
Fatwaan waan guddaadha... ok
Shek @Salihalfowzaan (hafizahullaah) irraan dhagahe ergaa tana.
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
โ Fatwaan warra nama gorsan; Du'aatotaa fi warroota social media irratti beekkamtii qaban irraahii miti fatwaan kan fudhatamu. Fatwaan Abbaa qaba.
โ Abbootiin fatwaadhaa Ulmaa'iidha. Warra gatii hadiisaa fi qur'aanaa beeku; warra yoo ati Aayata qur'aanaa itti qaraate achi bira hin kunne; warra qur'aanatti harka kennatee waan shari'aan jettu guututti jala deemu ykn hujitti hiiku; warra waan beeketti nama yaamu irraa fatwaa fudhatan.
โ Fetwaan sheekkota beekkamtii qaban irraa osoo hin taane sheekkota beekkumsa qaban; Hayyoota phalaasama fi siyaasaadhaaf jedhanii qur'aana ragaa godhachuu hin dhiisne; kan yaada namaa fudhatanii Hadiisa Rasuulaa lafa hin keenne irraa fudhatama.
โ( Aalima jechuun isaan sana malee... ijoollee akka kiyyaaf kee akkanumaan haasahan kanaa miti ....)
Fatwaan waan guddaadha... ok
Shek @Salihalfowzaan (hafizahullaah) irraan dhagahe ergaa tana.
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
1โฃ@Abuukii....(Radiyallaahu anhu)
โ Abuu bakri ( Abdullaah binu Abii Quhaafaa jedhama).
Siddiiq jedhamuun beekkama.
โ Sababaan @Siddiiq( Irra dhuga dubbataa namaa) jedhameef ?
Gahee guddaa inni guyyaa Rasuulli gara samii ol bahan sana taphateef...
@Mushrikoonni Abuu bakriin wayta argan... "Saahibni Kee tokko halkan edaa #Beytalmaqdas dhaqe jedhee haashaa dhageetteeyii? " jedhaniin.
@Abuu Bakris: Dhugama akkas isiniin jedhee ? jedhee mushrikoota gaafate.
@Mushrikoota: Eeyyan kan akkas jedhee odeessu dhageenyaa jedhaniin.
@Abuu Bakris: Afaan isaatii bahe taanaan ani waan inni jedhe ni dhugoomsa.
kanaaf @Siddiiq jedhame.

2โฃ@Umar_binu_kaxxaab(Kaliifaa 2ffaa)
โ Faaruq jedhamuun moggaafamee jira..
โ Umaral-faaruq wanti jedhameef maaliif beektuu laata ?๐
Umar wanti @Alfaaruuq (kan sirritti waan addaan baasu) jedhameef... isatu dhugaa fi dhara addaan baase. ๐ Namni Faaruuq jedhee moggaaseef... #Rasuula aalmaati(SAW).
Kun kan tahuu danda'e guyyaa inni islaamummaa qabate saniidha.
Umar "Amantiin keenya silaa amantii dhugaati; salaanni dhugaadha maalumaaf dhokannee salaanna Yaa Rasuulallaahi?! Wayta jedhe irraa islaamummaan ol baate...
๐ Kanaaf @Alfaaruq jechuudhaa beekkame.
@Ibro
๐

#Kaliifaa_4ffaa
โName :@Aliyyi_binu_Abii_xaalib (Radiyallaahu anhu).
@Abaa_Turaab/Abbaa biyyee jedhamuun beekkama.
โ Sababaan inni Abaa Turaab jedhameef maali ?
Guyyaa tokko Aliyyi mana isaa seenee haadha manaa isaa Faaximaa erga dubbisee booda bahee masjida keessa ciise.
Achumaa Nabiin dhufanii (SAW) "Ilmi Abbeeraa keetii eessa deeme?" jedhee Faaximaa gaafate.
@Faaximaanis "Masjida jira" jetteen.
Achumaa Nabiin isa barbaachaaf bahee, yoo deemee Masjida seenu uffanni dugda isaa irraa mulqamee jira; awwaarri dugda isaatti dhahee jira.
Biyyee dugda isaa irraa dhadhahaa "Ol ka'i mee Abaa Turaab" jedhaniin.

โ Mallattoo Rabbiin jaalachuu keessaa inni tokko qur'aana Rabbii. jaalachuudha.
ู ู ุนูุงู ุงุช ุญุจ ุงููู: ุญุจ #ุงููุฑุขู.
๐
Tafsiira Ibnu_Rajab keessatti(438) laalaa.
ุชูุณูุฑ #ุงุจู_ุฑุฌุจ [ูคูฃูจ].

4โฃfffaa
Maqaan: #Usmaan_binu_Affaan (Radiyallaahu anhu) jedhama.. Kaliifaa 3ffaa turan.
โ @Zunnuureyni jedhamuun beekkama.
Sababni isaan moggaasa kana argataniif____?
โ Jalqabarratti Mucayyoo Rasuulaa (SAW) @Ruqayyaa tan jedhamtu fuudhee ture... isheen immoo halkan Lola Badrii sana addunyaa tanarraa godaante.
isiin jalaa duunaan obboleettima isii @Umm_Kulsuumiin ammas itti gurguran Rasuulli Aalamaa (SAW).
โ Namni yeroo lama ergamaa Aalamaatti soddoome Usmaaniin qofa (Radiyallaahu anhum ajma'iin), kanaaf @Zunnuureyni jedhamuun moggaafame.
https://www.tg-me.com/tafak_or
Maqaan: #Usmaan_binu_Affaan (Radiyallaahu anhu) jedhama.. Kaliifaa 3ffaa turan.
โ @Zunnuureyni jedhamuun beekkama.
Sababni isaan moggaasa kana argataniif____?
โ Jalqabarratti Mucayyoo Rasuulaa (SAW) @Ruqayyaa tan jedhamtu fuudhee ture... isheen immoo halkan Lola Badrii sana addunyaa tanarraa godaante.
isiin jalaa duunaan obboleettima isii @Umm_Kulsuumiin ammas itti gurguran Rasuulli Aalamaa (SAW).
โ Namni yeroo lama ergamaa Aalamaatti soddoome Usmaaniin qofa (Radiyallaahu anhum ajma'iin), kanaaf @Zunnuureyni jedhamuun moggaafame.
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
@5ffaa
Maqaa: Xalhaa ilma Ubeydillaa Alteymi; Alqurashi (Radiyallaahu anhu)jedhama.
โ Waa'ee isaa keessaa;
Kurnan warra Jannataan gammachiifamanii keessaa tokko isaadha...
Warroota jalqabarratti islaamummaa qabatan keessattis maqaan isaa galmaahee jira....
โก๏ธ Namoota jahan akka Isa booda Kaliifaa filataniif Umar binu Kaxxaab filatee lafa kaaheen keessaa innis adda dureedha.
โก๏ธ Rasuulli inni Shahiidetu dachee tana gubbaa deema nama jedhanii Shahiidummaa isaa Rasuulli nagaa bahniif keessahi.
ููุงูู ุนูู ุงููุจู ุตูู ุงููู ุนููู ูุณูู : ยซู ููู ุณูุฑูููู ุฃูู ูููุธูุฑู ุฅููููฐ ุดููููุฏู ููู ุดูู ุนูููููฐ ููุฌูู ุงูุฃุฑุถู ูููููููุธูุฑ ุฅููููฐ ุทููุญูุฉู ุจูู ุนูุจููุฏู ุงููููููู..!

โ Humna du'aa'iin qabdu hin tuffatin.... wanti ati barbaaddu hamma fedhe guddatus... dandeettii Rabbiin qabu hin dagatin.
Rabbiin biratti wanti hin danda'amne inuma hin jirre...
@tafak_or
Rabbiin biratti wanti hin danda'amne inuma hin jirre...
@tafak_or
Waa afurtu qaama namaa diiga. isaanis;
1) Yaada,
2) Rifannoota,
3) Beela,
4) Gursaa
1) Yaada,
2) Rifannoota,
3) Beela,
4) Gursaa
6โฃffaa
@Keessoo_Rasuulaa(SAW).
โ Sahaabaa guddaa @Zubeyri_Awwaam... (Radiyallaahu anhu)gosa Qureeyshaa, balbala Asad jedhamtu keessaa bahe.
โ Zubeyri keessoo Rasuulaa ykn nama Rasuulli iccitii bira kaahatan ta'uudhaan beekkama.
โก๏ธ Waa'ee isaa keessaa muraasni :
โ Kallattii tokkoon Zubeyri jechuun ilma abbeertittii/adaadaa Rasuulaa (SAW) yoo tahu... kallattii biraan immoo ilma Obboleessa haadha mu'umintootaa; haadha manaa Nabii keennaa Kadiijaati...
โ Warroota kurnan Jannataan osoo lubbuun jiran Rasuulli Ragaa bahniif san keessaahis nama tokkoodha.
โ Ammas warroota islaamummaa qabachuu. keessatti namoota hunda firrisan keessattis lakkaawama.
โ Keessoo Rasuulaa wanti jedhameef... Ergamaan Aalamaa SAW guyyaa tokko akkana jedhan:
"Nabiyyoonni hunduu keessoo/nama iccitii isaanii eegu qaban, keessoon koo Zubeyri.."
ุฅู ููู ูุจู ุญูุงุฑูุง....ูุญูุงุฑูู ุงูุฒุจูุฑ.....
โ Islaamummaa keessatti namni yeroo jalqabaaf Seyfii luqqifate... ykn Jihaada karaa bane.... Zubeyri jedhan.
โ Namoota mana maree Umar filate; (ุฃุตุญุงุจ ุงูุดูุฑู) namoota jahan San keessas ni jira...
โ Inni Abbaa Abdallaahi bar... warroota Kaliifummaadhaaf filame keessas jira... garuu Kaliifummaan isaa yeroo dheeraa hin turre... yeroo gabaabaaf turte.
โ Zubeyri jechuun Abbaa manaa haadha sabbata lamaati...; Abbaa manaa intala nama @guddaa/Asmaa Binti Abii bakriiti....
(Radiyallaahu anhum ajma'iin)
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
@Keessoo_Rasuulaa(SAW).
โ Sahaabaa guddaa @Zubeyri_Awwaam... (Radiyallaahu anhu)gosa Qureeyshaa, balbala Asad jedhamtu keessaa bahe.
โ Zubeyri keessoo Rasuulaa ykn nama Rasuulli iccitii bira kaahatan ta'uudhaan beekkama.
โก๏ธ Waa'ee isaa keessaa muraasni :
โ Kallattii tokkoon Zubeyri jechuun ilma abbeertittii/adaadaa Rasuulaa (SAW) yoo tahu... kallattii biraan immoo ilma Obboleessa haadha mu'umintootaa; haadha manaa Nabii keennaa Kadiijaati...
โ Warroota kurnan Jannataan osoo lubbuun jiran Rasuulli Ragaa bahniif san keessaahis nama tokkoodha.
โ Ammas warroota islaamummaa qabachuu. keessatti namoota hunda firrisan keessattis lakkaawama.
โ Keessoo Rasuulaa wanti jedhameef... Ergamaan Aalamaa SAW guyyaa tokko akkana jedhan:
"Nabiyyoonni hunduu keessoo/nama iccitii isaanii eegu qaban, keessoon koo Zubeyri.."
ุฅู ููู ูุจู ุญูุงุฑูุง....ูุญูุงุฑูู ุงูุฒุจูุฑ.....
โ Islaamummaa keessatti namni yeroo jalqabaaf Seyfii luqqifate... ykn Jihaada karaa bane.... Zubeyri jedhan.
โ Namoota mana maree Umar filate; (ุฃุตุญุงุจ ุงูุดูุฑู) namoota jahan San keessas ni jira...
โ Inni Abbaa Abdallaahi bar... warroota Kaliifummaadhaaf filame keessas jira... garuu Kaliifummaan isaa yeroo dheeraa hin turre... yeroo gabaabaaf turte.
โ Zubeyri jechuun Abbaa manaa haadha sabbata lamaati...; Abbaa manaa intala nama @guddaa/Asmaa Binti Abii bakriiti....
(Radiyallaahu anhum ajma'iin)
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
#Jireenya_gaarii
โ Bareedinni jireenya keetii... hanga hariiroon ati Rabbiin wajjiin qabdu ittiin bareedduun.
๐ Jireenya bareedaa jiraachuu yoo barbaadde, akka ufii barbaaddutti osoo hin taane akka Rabbiin sirraa barbaadutti jiraadhu.