Abdii....page 100.pdf
439.9 KB
Share Abdii....page 100.pdf
✍ Kitaaba kana barattoota jaalattan hundaaf Share godhaa...

#Gaflaa👇
✍ Gaflaa jechuun keessi kee rafuudha. Kanaafuu namoota hedduu ijaan yóo ilaaltu kan silaalan, garuu keessi isaanii kan rafe hedduu argita.
فتحسبُهم أيقاظًا وهم رُقود.
@Ibnul_Qayyim
(Madaarijussaalikiin)
ابن القيم | مدارج السالكين
@tafak_or

Maatii_ijoollee-WPS Office.pdf
860.1 KB
Share Maatii_ijoollee-WPS Office.pdf
#Ergaa_ariifachiisaa
✍ Dhiifama wajjiin namoota shanan kana Suuraa hin kaasinaa. isaanis;
1) Nama dhibamee siree irra ciisaa jiru.
• المريضُ على سريرِه. 🤒
2) Nama Umraa deemee... ibaadaa dalagataa jiru.. yeroo inni Umraatti jiru.
• المُعتمرُ أثناء مناسِكه. 🕋
3) Hiyyeessa yeroo inni kadhaatti jiru.
• الفقيرُ في حاجَته. ❤️🩹
3) Nama balaan irra gahee.. madaayee birmannaa barbaadutti jiru.
• الجَرحى في الحوادِث. 🩸
4) Nama keessummummaa dhufee.. mana keetitti laaqana soorataa jiru.
• الضَّيف على مائدَتك!" 🍱
Share👇
https://www.tg-me.com/tafak_or

Telegram
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf

@Habiibii....
✍ Wantoota jireenya kee keessatti gammachuu dabalan keessaa inni tokko, gaddaa fi gadadoo si keessa jiru dursa yaadattee yaadaan sammuu kee booressaa ooluu caala, wantoota hedduu Rabbiin siif kenne yaadattee isaaf dursa galata galchuudha.👇
.. ﴿ وَإِن تَعُدُّوا نِعْمَةَ اللَّهِ لَا تُحْصُوهَا ۗ إِنَّ اللَّهَ لَغَفُورٌ رَّحِيمٌ﴾ [ النحل: 18]

✍ Namoota yeroo hunda gammachuu kee barbaadan; namoota yeroo hunda si gammachisan, kanneen akka ati hin gaddine barbaadan qabaannaan, ati qananii guddaa keessa jirta. Kanaafuu Rabbii keenna haa galateeffannuu.
Namoota sanas seeraan jabeeffadhuun.
👇
@tafak_or
Namoota sanas seeraan jabeeffadhuun.
👇
@tafak_or
✍ Guyyaa kankee keessa daqiiqaa 1440 qabda, daqiiqaa kana hunda keessaa daqiiqaa meeqa qur'aanaaf kennita_?
Qur'aana guyyaatti daqiiqaa 1fis taatu haa dubbisnuu.
@tafak_or
Qur'aana guyyaatti daqiiqaa 1fis taatu haa dubbisnuu.
@tafak_or
✍ Osoo salaataa jirtu yoo dubartiin takka fuuldura keetiin dabrite salaata keettu bada moo ajrii salaata keetiittu hirdhata_?
👇
👇
✍ Sadarkaan ilmi namaa addunyaa kanarratti qabu akka sin dagne. Qiyaamaan tartiiba ilma namaa hundaa bakkatti deebisti waan taateef.
*خافضة رافعة*
👇
@tafak_or
*خافضة رافعة*
👇
@tafak_or
#Hin_hafu...
"Rabbiin oofeetuma fida... "
"يأت بها اللّه"
✍ Yeroo hundaa Rabbiin akka nuti barbaannutti nuuf fida, inumaa hanga nu barbaannu caalaa bareechee nuuf fida.
✍ Sababa inni beeku, kan nuti hin beekneefis nurraa barfatu inuma nuuf fida.
✍ Yeroo Isaan madaalutti, karaa ufii isaatii filateen; karaa inumaa sammuu keenna keessa hin yaaneen oofee inuma nuuf fida.
✍ Rabbiin ammaa gaafa tokko wanta nuti barbaannu hundaa nuuf kennee... argannee gammanna.
✍ Baldhinna fuuldura keessanitti isin eegaa jiruun gammadaa....!
@halkan_gaarii
https://www.tg-me.com/tafak_or
"Rabbiin oofeetuma fida... "
"يأت بها اللّه"
✍ Yeroo hundaa Rabbiin akka nuti barbaannutti nuuf fida, inumaa hanga nu barbaannu caalaa bareechee nuuf fida.
✍ Sababa inni beeku, kan nuti hin beekneefis nurraa barfatu inuma nuuf fida.
✍ Yeroo Isaan madaalutti, karaa ufii isaatii filateen; karaa inumaa sammuu keenna keessa hin yaaneen oofee inuma nuuf fida.
✍ Rabbiin ammaa gaafa tokko wanta nuti barbaannu hundaa nuuf kennee... argannee gammanna.
✍ Baldhinna fuuldura keessanitti isin eegaa jiruun gammadaa....!
@halkan_gaarii
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
Hanga ammaatti, Masjidotaa mana amantaa biroo kan Gazzaa keessatti barbadaawan. hanga ammaatti masjida 17 olii fi betakiristaana tokkotu barbadaawee jira.
1) Masjidoota keessaa:
1. مسجد اليرموك في مدينة غزة
2. مسجد أحمد ياسين في مدينة غزة
3. مسجد الغربي في مدينة غزة
4. مسجد العباس في مدينة غزة
5. مسجد السوسي في مدينة غزة
6. مسجد اشتيوي في مدينة غزة
7. مسجد كاتب ولاية في مدينة غزة
8. مسجد الشيخ شعبان في مدينة غزة
9. مسجد الشمعة في مدينة غزة
10. مسجد الجامعة الإسلامية في مدينة غزة.
11. مسجد الحبيب محمد في خان يونس
12. مسجد سعد الأنصاري في بيت لاهيا
13. مسجد الإمام علي في معسكر جباليا
14. مسجد شهداء الأقصى في النصيرات.
15. مسجد العمري في مدينة جباليا.
16. مسجد أنور عزيز في معسكر جباليا.
17. مسجد فاطمة الزهراء في مدينة الزهراء.
2ffa; Mana amantaa kiristaanaa 1 qofa. innis:
1. كنيسة الروم الأرثوذكس "برفيريوس" قرب مسجد كاتب ولاية بغزة.

✍ Baay'ee hin yaadin...
✍️لا تقلق كثيرًا
Rabbiin yaada kaleessaa siif xumure, yaada hardhaas isumatu siif xumura.
Rabbiin xiqqenya keetirraa kunuusee si guddisuu hin dadhabin... gaafa guddatte homaanuu isa hin dhibdu.
✍ Rabbiin irkoo namaa tahuun gahaadha....!
﴿ وَكَفى بِاللَّهِ وَكيلًا ﴾..

Inatala gaarii yoo argattan dargaggeessaan naa laali hin jedhinaa....! 😁👇
✍ Sahaabaan Mugiiraa jedhamu tokko (Radiyallaahu anhu) addunyaa tanarratti namni tokko na injifatee hin beeku dargaggeessa tokko malee jedhe.👇
Yeroo tokko intala wahii fuudhuu barbaadee, mee intalli tun akkam jirti naa laali ibboo jedhee marii dargaggeessa kanarra fide.
Dargaggeessichis akkana naan jedhe:
"Yaa amiira keenya, ani intala tana fuudhi jedhee yoomuu sin gorsu.."
👉 Anis "Maaliif na dhoorgita mee ?" jedhee gaafadheen.
👉 Gurbaanis "nama wahii dheengadduma kana kan qabee dhungatu argeefan siin jedhe yaa amiira koo" naan jedhe.
✍ Guyyoota muraasa booda gurbaan ani mariidhaaf itti dhaqe... mucayyoo fuudhee uf jalaa qabaan dhagahe.. achumaa deemee
"Abboo gaafa ani fuudhaaf waa'ee isii sitti mari'adhu, namatu badhetti ka qabee dhungatu arge naan jettee ati akkamitti fuute ree?" jedheen.
" Ee bar dhugamaan nama dhungatu argee; Abbaa isheettu yeroo ijoollummaa kan ishee dhungatu waan argeef"... 😁
@akkanatti_nyaatame...