#Haadhaa_fi_abbaadhaafโฆ.
โ๏ธ Ijoolleen tantee guyyaa boruu Rabbiin biratti haadhaa abbaan koo Computer fi bilbila smart naaf bituu didde jettee himannaa sitti hin bantuโฆykn uffata fashion haaraa seene naan binne, ykn touristf biyyoota adda addaa keessa naan hin baane jettee sin kassastu/himattu.
๐๐ผ Garuu himannaan isaanii bifa armaan gadiitiin sitti banamaa beeki:
๐ Maaliif akkaataa Rabbii kankoo itti gabbaruu fi Rabbiin itti dhihaadhu nan barsiisneโฆ!
๐ Hiikkaa maqoota Rabbii gaggaarii maaliif na barsiisuu didde, silaa rabbii koo bifa gaariin kadhadha tureeyyuโฆ!!
๐ Wayta Rakkadhe akkamitti akka Kara Rabbii kootii dheessuu fi wayta baldhinnaas akkamitti akka Rabbiin yaadadhu maaf na barsiisuu diddeโฆ!
๐ Qurโaanaa fi hadiisa maaf na barsiisuu diddeโฆqurโaanaa fi hadiisatti akkamitti akka dalagu maaf na barsiisuu didde jettee si himattiโฆ!!
๐ Maaliif Salaata fajriitiif na dammaqsuu diddeโฆ!, akkamitti akka salaata fajrii hordofu maaf naaf hin himne sila?
๐ Yeroo ani salaata laaffisu maaf na loluu diddeeโฆyeroo ani fedhii lubbuu jalatti kufu maaf na loluu diddeeโฆ!
๐ Hiriyyaa badaa irraa na fageessuu maaf diddeedha himannaanโฆ!
๐ Akka ani qaanfadhuu fi qaama koo guutuus dhokfadhuuf maaf na kakaasuu diddan silaโฆ!, maaf ilma abbaan qabne gootanii badheetti na gattanโฆ!
๐ Fiilmii qaanaa fi fiilmii haraamaa hedduu wayta ani laalu maaf na seeruu didde ummaaโฆ๐ข
๐๐ผ Addunyaa tanarratti sababa isin nutti laaftaniif jecha dhamaatii guddaa keessa turreโฆsababa keessan akkanatti halaakamne jedhanii himannaa sitti banuuf deemanโฆ.!!
๐๐ผ Boru fuuldura Rabbiitti deebii akkamii akka kennitan uf qopheessaaโฆ.!!
Share๐๐ป
https://www.tg-me.com/tafak_or

Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf

Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Dilbata dhufaa jiruโฆ3/11/2024
Guyyaa badhaasaa fi guyyaa free yaalii keessanii itti argattaniidhaโฆโฆ!!
Keessummooonni affeeramanii isin eegaa jiruโฆ.!
Guyyaa badhaasaa fi guyyaa free yaalii keessanii itti argattaniidhaโฆโฆ!!
Keessummooonni affeeramanii isin eegaa jiruโฆ.!
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
#Gaarummaan_simaafโฆ.!!
โ๏ธ Gaarummaan ati namaaf taate, galanni isaa nama biratti badus, garuu Rabbii kankee biratti hanga firee goommanaas lafa hin badduโฆ.!!
Kanaafuu gaarii dalagdu namaaf osoon taane, Rabbumaaf jecha dalaguu qabdaโฆโฆ!!
Akkkana jedhan๐๐ป
ุฅู ุถุงุน ุนูุฏ ุงููุงุณู ุญูุณู ุตููุนู
ู ุง ุถุงุน ุนูุฏ ๏ทฒู ุญุจุฉู ุฎุฑุฏูู
๐๐ป
https://www.tg-me.com/tafak_or
โ๏ธ Gaarummaan ati namaaf taate, galanni isaa nama biratti badus, garuu Rabbii kankee biratti hanga firee goommanaas lafa hin badduโฆ.!!
Kanaafuu gaarii dalagdu namaaf osoon taane, Rabbumaaf jecha dalaguu qabdaโฆโฆ!!
Akkkana jedhan๐๐ป
ุฅู ุถุงุน ุนูุฏ ุงููุงุณู ุญูุณู ุตููุนู
ู ุง ุถุงุน ุนูุฏ ๏ทฒู ุญุจุฉู ุฎุฑุฏูู
๐๐ป
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ุณูุฑุฉ ุงูููู
ุงููุงุฑุฆ: ูุงุตุฑ ุงููุทุงู
ู
Suuraa kahfii qaraโuu hin dagatinaaโฆ
Affeerraa keenya
Affeerraa keenya
#Hijaabeeโฆ.
โ Akkaa hin barannee jedhan niqaaba uffattee
๐ธ Ajajaa baasani -> rakkiisuu fedhani::
๐ธ demee yaani isaanis -> kanuma hin milkoofneef::
๐ธ niqaba uffatani -> baruumsi hin ta,u jedhuu::
๐ธ sammuu isaani dadhabaa -> sanin yoo yaadanu::
๐ธ isheenis uffannaan -> isaanis maraatan::
๐ธ isheen wan bareeddef -> hedduu ittii hinafuu::
๐ธ ajajaa rabbii ishii -> isheenis osoo kabajjuu::
๐ธ karaara akkaa maqtuuf yaadni isanii guddaan -> isheenis sun hin ta,uu jettee::
๐ธ niqaaba koo uffadhee -> ni baradha jetteen
๐ธ isheen kan uffattee -> haguuggatteef ::
๐ธ Ajajaa rabbii bektee -> isaaf ajajamtee::
๐ธ isheen fuula malee -> sammuu hin Haguggannee::
๐ sammuun ishee banaadha isheen ni barattii....
Ukti tiyya haadha niqabaa...๐ฅฐ...ni bareedda yomuu Ammas ni bay,annaa bilaasha maf hinafuu...๐
Le degree nw inji uket ke rasuul ...๐

#Hijaabeeโฆ. โ Akkaa hin barannee jedhan niqaaba uffattee ๐ธ Ajajaa baasani -> rakkiisuu fedhani:: ๐ธ demee yaani isaanis -> kanuma hin milkoofneef:: ๐ธ niqaba uffatani -> baruumsi hin ta,u jedhuu:: ๐ธ sammuu isaani dadhabaa -> sanin yoo yaadanu:: ๐ธ isheenis uffannaanโฆ
Xalayaan bareedduun tuni keessaan naaf ergamteโฆ
Waliifis dabarsaaโฆnama barreesses naaf eebbisaaโฆ!

The history of Damascus (Book)
ุชุงุฑูุฎ ุฏู ุดูโฆ
Seenaa Damaaskoo ykn DimashqaaโฆBiyya tana maaliin beektu mee ?
โ๏ธ Seenaa islaamaa keessatti kitaaba akkaan ijoo taheedhaโฆ, kitaabni hangana guddatus seenaa keessatti hin jiraata jedhamee hin yaadamuโฆ
is the most important books in the history of Islamโฆ
๐๐ผ is considered the largest biographical dictionary produced in history by a medieval Muslim historian, Ibn Asakir
๐๐ผ Kitaabni kun Jildii 80 olitti kan xumurameedha..waliigalatti fuullisaa 21568โฆ
๐๐ผ Kitaaba akkanaa kana barreessuun umrii guutuu nama gaafata jedhu hayyoonniโฆ.
๐๐ผ Barreessaan kitaabaa #Ibnu_Asaakir jedhamaโฆ.(Rahimahullaah)โฆ
โ๏ธ Seenaa biyya takkaa qofa barreessuuf kan hangana xaare, osoo Rabbiin laaffiseefii seenaa biyyoota islaamaa guutuu eegalee hoo ?
Garuu namni akka kiyyaaf keetii kan page 100/150 dubbisuun gaara nutti tahuโฆfuula 21568 dubbisuun ni yaadamaa ree ๐ค
Seenaa islaamaa baradhaaaโฆ
https://www.tg-me.com/tafak_or
ุชุงุฑูุฎ ุฏู ุดูโฆ
Seenaa Damaaskoo ykn DimashqaaโฆBiyya tana maaliin beektu mee ?
โ๏ธ Seenaa islaamaa keessatti kitaaba akkaan ijoo taheedhaโฆ, kitaabni hangana guddatus seenaa keessatti hin jiraata jedhamee hin yaadamuโฆ
is the most important books in the history of Islamโฆ
๐๐ผ is considered the largest biographical dictionary produced in history by a medieval Muslim historian, Ibn Asakir
๐๐ผ Kitaabni kun Jildii 80 olitti kan xumurameedha..waliigalatti fuullisaa 21568โฆ
๐๐ผ Kitaaba akkanaa kana barreessuun umrii guutuu nama gaafata jedhu hayyoonniโฆ.
๐๐ผ Barreessaan kitaabaa #Ibnu_Asaakir jedhamaโฆ.(Rahimahullaah)โฆ
โ๏ธ Seenaa biyya takkaa qofa barreessuuf kan hangana xaare, osoo Rabbiin laaffiseefii seenaa biyyoota islaamaa guutuu eegalee hoo ?
Garuu namni akka kiyyaaf keetii kan page 100/150 dubbisuun gaara nutti tahuโฆfuula 21568 dubbisuun ni yaadamaa ree ๐ค
Seenaa islaamaa baradhaaaโฆ
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
The history of Damascus (Book) ุชุงุฑูุฎ ุฏู
ุดูโฆ Seenaa Damaaskoo ykn DimashqaaโฆBiyya tana maaliin beektu mee ? โ๏ธ Seenaa islaamaa keessatti kitaaba akkaan ijoo taheedhaโฆ, kitaabni hangana guddatus seenaa keessatti hin jiraata jedhamee hin yaadamuโฆ is the mostโฆ
Kitaaba umrii guutuu barreeffameโฆ
Hanga gaafa asirraa deemuutti barreessaa ture jedhan Rahimahullaah

Dilbata boruuโฆ.
Guyyaa badhaasaa, badhaafamaan jiraannaan๐
Guyyaa deebiin gaafii itti kennamuโฆ
Guyyaa muhaadaraaโฆ
Guyyaa Duโaaโii
Guyyaa affeerraa keessummota hedduuโฆ.maatiin Tafakkur akka hin daganne,โฆ
Namoonni ergaa gabaabaa fi walaloo gabaabduu ergaa guddoo qabdu asirraan dabarfachuu feetan ๐ฅ nu dubbisaaโฆ.
Galgala saโaatii meeqarraa isiniif wayya??
2:00/3:00โฆ.
Comment ๐๐ป

Saganataan boruu yeroo kam irratti irra isiniif mijataadha____?
Dafaa harkaan filadhaaโฆ
Dafaa harkaan filadhaaโฆ
Anonymous Poll
79%
GroupA) Galgala saโaatii 3:00 irraa
28%
GroupB)Galgala saโaatii 2:00 irraa
Erga hundeeffamnee waggaa 5 caallee jirraโฆ.
Guyyaan boruu family Tafakkuriif sagantaa addaatiโฆergaa guddaas qabaโฆteessoon osoon guutinโฆ.!