๐
โ Ani yoo sababa waan beekneef caldhise wallaalaa hin jedhamu. wallaalaa namaa jechuun nama waan hin beekne irraa haasahu.
{ Isa waan beekne, Akka waan beeknes kan ufin beekne....!}.
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or

Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf

โ Irra guddaan toltuu/badii namoota jaarraa keenya keessa jiraatanii social media/miidiyaa hawaasaa irraa taha.
๐ Kanaafuu waan barreessituu fi Share gootu sirritti ilaaluu qabda. Waan barreessituu fi Share gootu hundarraahuu ni gaafatamata, irrattis qormaatamta waan taheef...!!
@tafak_or

โ Nama amala keessaa... Amala #gadhee qaba jedhamu, nama gaafa siin wal dhabe ykn sitti aare:
Tola kee waakkatu....,
iccitii kee facaasu...,
hiriyyummaa kee dagatu...,
waan ati hin qabneen sirraa dubbatu....!!
Nu haa baraaru Rabbiin... ๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Tola kee waakkatu....,
iccitii kee facaasu...,
hiriyyummaa kee dagatu...,
waan ati hin qabneen sirraa dubbatu....!!
Nu haa baraaru Rabbiin... ๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
Seensa Aqiidaa kutaa 1ffaa
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
Kutaa 2ffaa Sanbata galgala
ุซู
ูู ุฅููู ุงูููู ูุนูู
ู ูููุงููุงููุง ุ ููุฐุง ููููููู !โค๏ธ
- ููุทู ุฆููู ููุจู ๐๐
- ููุทู ุฆููู ููุจู ๐๐
โฝ โฝ โฝ โฝ โฝ โฝ
โ Osoo nama Shurraaba ykn T-shirt ๐ Fir'owna; Abuu Jahal; Abuu lahab jettu uffatu wahii laaltanii badhetti gartanii maal jettuun silaa?
Deebima san nama T-shirt Mesi, Rolando, Nueymaarii fi fakkaattota isaa uffatee nama deemuufis...Hunduu kuffaara garaagarumma hin qaban.
Sammuun dargaggoota islaamaa eessa deemteeyii...!?
#Pls...Share
๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
โ Osoo nama Shurraaba ykn T-shirt ๐ Fir'owna; Abuu Jahal; Abuu lahab jettu uffatu wahii laaltanii badhetti gartanii maal jettuun silaa?
Deebima san nama T-shirt Mesi, Rolando, Nueymaarii fi fakkaattota isaa uffatee nama deemuufis...Hunduu kuffaara garaagarumma hin qaban.
Sammuun dargaggoota islaamaa eessa deemteeyii...!?
#Pls...Share
๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
๏ทฝ ๏ดฟุฅูููู ุงูููููู ููู
ูููุงุฆูููุชููู ููุตููููููู ุนูููู ุงููููุจูููู ููุง ุฃููููููุง ุงููููุฐูููู ุขูู
ูููููุง ุตููููููุง ุนูููููููู ููุณููููู
ููุง ุชูุณููููู
ูุง๏ดพ [ุงูุฃุญุฒุงุจ ูฅูฆ]
โ ููุงูู ุฑูุณูููู ุงูููููู ๏ทบ : " ู ููู ุตููููู ุนูููููู ุตูููุงุฉู ููุงุญูุฏูุฉู ุตููููู ุงูููููู ุนููููููู ุนูุดูุฑู ุตูููููุงุชูุ ููุญูุทููุชู ุนููููู ุนูุดูุฑู ุฎูุทููุฆูุงุชูุ ููุฑูููุนูุชู ูููู ุนูุดูุฑู ุฏูุฑูุฌูุงุชู ".
[ุตุญูุญ || ุงููุณุงุฆู]
ูููููููููููููููููููููููููููููููููููููููููููููููููููููููููููููููููููููููููู
โจ ู ู ุงูุณูุฉ ุงูุฅูุซุงุฑ ู ู ุงูุตูุงุฉ ุนูู ุงููุจู ๏ทบ ููู ุงูุฌู ุนุฉ ููููุชูุง
โจุงููููููู ูู ุตููููู ููุณูููููููู ู ุนููู ููุจูููููููููุง ู ูุญู ููุฏ ๏ทบโจ
๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
โ ููุงูู ุฑูุณูููู ุงูููููู ๏ทบ : " ู ููู ุตููููู ุนูููููู ุตูููุงุฉู ููุงุญูุฏูุฉู ุตููููู ุงูููููู ุนููููููู ุนูุดูุฑู ุตูููููุงุชูุ ููุญูุทููุชู ุนููููู ุนูุดูุฑู ุฎูุทููุฆูุงุชูุ ููุฑูููุนูุชู ูููู ุนูุดูุฑู ุฏูุฑูุฌูุงุชู ".
[ุตุญูุญ || ุงููุณุงุฆู]
ูููููููููููููููููููููููููููููููููููููููููููููููููููููููููููููููููููููููููู
โจ ู ู ุงูุณูุฉ ุงูุฅูุซุงุฑ ู ู ุงูุตูุงุฉ ุนูู ุงููุจู ๏ทบ ููู ุงูุฌู ุนุฉ ููููุชูุง
โจุงููููููู ูู ุตููููู ููุณูููููููู ู ุนููู ููุจูููููููููุง ู ูุญู ููุฏ ๏ทบโจ
๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
โ Gammachuu bakka itti argatte hundattuu hatuu qabda.... ๐
#Hubachiisa: hatii gammadii osoon taane gammachuu hatiidha, Akka na jalaa hin dogongorre...!!

ุณูุฑุฉ ุงูุฅููุทุงุฑ
Mansoor Al-Salmi
ุชูุงูุฉ ุฎุงุดุนุฉ ูุณูุฑุฉ ุงูุงููุทุงุฑ
ุจุตูุช ุงููุงุฑูุก ู ูุตูุฑ ุงูุณุงูู ู
ุงูููู ุงููุนูุง ูุงุฑูุนูุง ุจุงููุฑุขู ุงูุนุธูู
Aaaaaaah boqonnaa qalbii kootii....
https://www.tg-me.com/tafak_or
ุจุตูุช ุงููุงุฑูุก ู ูุตูุฑ ุงูุณุงูู ู
ุงูููู ุงููุนูุง ูุงุฑูุนูุง ุจุงููุฑุขู ุงูุนุธูู
Aaaaaaah boqonnaa qalbii kootii....
https://www.tg-me.com/tafak_or
โ Bilbilli keessan Sunnaa fi Towhida facaaauudhaaf kan isin hin qarqaarre; kan keeyritti kakaasuu fi hamtuu irraa wal seeruuf isin hin tajaajille yoo ta'e keeyrii isiniif hin qabu.
Bilbila keessan Haraama keessaa dhiqaa....
โ Rabbiin keeyrii isiitii fi keeyrii isiin tolfamteef hunda isiniif haa hiru... hamaa isheetii fi hamtuu isheen tolfamteef isin haa baraaru.
๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Bilbila keessan Haraama keessaa dhiqaa....
โ Rabbiin keeyrii isiitii fi keeyrii isiin tolfamteef hunda isiniif haa hiru... hamaa isheetii fi hamtuu isheen tolfamteef isin haa baraaru.
๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
#Ashaaraa_Gaarii....
โ Hordoftoota Chanala ykn Group kee hordofan keessaa, kan afaaniin hin dubbanne, garuu kan ergaan ati dabarsitu isaan jala hin dabarretu jira. Namoota ergaa kee yoo dubbisan onneerraa gammaddan heddutu jiru.
โ Hordoftoota xiqqoo qaba jettee yookiin hordoftoonni koo hedduun hin fayyadaman jettee, keeyrii dalagaa jirtu irraa hin dhaabatin.
โ Kuni dhugaa kophummaa islaamummaan qabdu/Gurbaa muldhisa... homa qabdu sana wajjiin haala gaariin jiraadhu...
Ergaan ati dabarsitu Kun qabeenya ani boru uf duubatti dhiisee deemaa jiru; dalagaa boru fuuldura Rabbiitti irraa gaafatamu jedhii sirritti itti yaaddahi.
Osoo abbaan addunyaa tanarraa fagaatellee...ashaaraan gaariin duuba isaatti hafa.
ูุงุฑุชูู...... ูุงูุชูู......ูุงุชูู.....๐ฑ
@Ibro

Hardha galgala
Bid'aan akkamitti akka eegale gudii dhageettanii koottaa....
๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Bid'aan akkamitti akka eegale gudii dhageettanii koottaa....
๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
#Iccitiin_dalaguu....
๐
ูุงุณุชุนูููุง ุนูู ูุถุงุก ุญูุงุฆุฌูู ุจุงููุชู ุงู...."
โ Kaayyoon dhaamsa kanaa waanyoo fi ija namaa dheefaaf qofa, waan dhoksaadhaan dalagaa jedhamni sehee ture. yoo xiinxallee guyyaa keessa Hadiisa kana ilaalu, kaayyoon isaa kanarra guddaadha.
#Iccitiidhaan_dalagaa
Yaada keessan dirree baaftanii gaafa dalagdan, milkaahuu dhabuus dandeessu..., miidhamni isin achi booda miidhamtan, miidhama kaayyoo keessan kufuu sana caala waan taheef....
#Iccitiidhaan_dalagaa...
Waa'ee abjuu keessanii fi karoora keessan fuulduraaf itti deemaa jirtan ol baastanii irraa dubbachuun, lubbuu keessan irraa waan guddaa wahii akka eegdan, bakka guddaa gahuu akka yaaddan isin godhร ... garuu yoo haasaha booda waan xiqqoo wahii milkooftan garuu, hamileen isin beeksisaa turtan sun addunyaa keessa faffaca'ee jira... hangam takka ufitti qaanfattu.
#Iccitiidhaan_dalagaa...
Abjuun keetis akkuma qabeenya keetii si jalaa hatamuu danda'a waan ta'eef....
#Iccitiidhaan_dalagaa...
Gammachuun kophaa keessanii fi dadhabbii keessan qofaan bakka yaaddan gahuudhaa... gammachuu mallaqaan hin tilmaamamne waan taheef...!
#Iccitiidhaan_dalagaa...
Dandeettii namoota hedduu hanga hujiidhaan hin geenye haasaa keessatti dhumata waan taheef....
@Ibro keessan...

Bid'aa fi Firqaa wanni jedhamu bara kam keessa eegale_?
Anonymous Poll
37%
A) Hijraa irraa waggaa 25 hanga 37
39%
B) Hijraa irraa waggaa 37 hanga 100
34%
C) Hijraa irraa waggaa 100 hanga 150