Telegram Web Link
ุงู„ู‚ุฑุขู† ุงู„ูƒุฑูŠู…
ุงู„ู‚ุงุฑุฆ: ุณุนูˆุฏ ุงู„ุดุฑูŠู…
- ๏ดฟูˆูŽุฅูู†ู‘ูŠ ู„ูŽุบูŽูู‘ุงุฑูŒ ู„ูู…ูŽู† ุชุงุจูŽ๏ดพ .
- ุณูˆุฑุฉ: ุทู‡ .
Nama gara kiyya deebi'eef ani isaaf araarama.... jedha Rabbiin...
ุงุณุชุบูุฑุงู„ู„ู‡
#Nagaa_jirtuu

โœWarri yoo imimmaan dhangala'u argitan namarraa haqxan,
โœ Warri gaarummaa namaa yoo gartan raabsaa, hammeenya namarraa yoo dhageessan namaaf dhoksitan...!
โœ Nama yaada keessa seene yoo gartan booharsaa, nama mucucaate yoo gartan ciqilchaa, kan laafe yoo gartan dhaabaa bira kuttan.
โœ Baga nagaa jiraattan... warri gammachuun namaa isa gammachiisu... warra gaddi namaa isa gaddisiisu.. anaa jiraatu, irra deebi'ee baga jiraattan isiniin jedha.
โœ Isaan bar... "karaan tokkochi jaalalatti nama geessu, dursitee nama jaalachuudha" warra jedhanii amananiidha.

Hiriyyoonni koo fi warroonni na jaalattan hunduu nagaan naaf jiraadhaa...!
๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ Eennus eennuun hin kasaaru... ๐Ÿ‘‡



kan si dhiisee deeme, isa biraa argata... atimmoo uf argatta...!

@tafak_or
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
#TikTok... irra hedduu nama dirree sana seenee karaa irraa maqsee jira....!
ุงู„ู‚ุฑุขู† ุงู„ูƒุฑูŠู…
ุงู„ู‚ุงุฑุฆ: ุฃุญู…ุฏ ุงู„ู†ููŠุณ
- ๏ดฟูˆูŽุฅูุฐูŽุง ุณูŽุฃูŽู„ูŽูƒูŽ ุนูุจูŽุงุฏููŠ ุนูŽู†ู‘ููŠ ููŽุฅูู†ู‘ููŠ ู‚ูŽุฑููŠุจูŒ๏ดพ ุŒ
- ุณูˆุฑุฉ: ุงู„ุจู‚ุฑุฉ .

Yaa Allaah.....
https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ Ibliis addunyaa tanarratti nama yeroo jalqabaatiif kijibee Rabbiin kakateedha. Nabiyyallaahi #Aadam(Aleyhissalaam) namni sobaan Rabbiin kakatu hin jira jedhee waan hin yaanneef... sobamee isa amanuu danda'e. Ibliisis waan hin yaadamne akka yaadamu gochuu danda'ee jira.
ยซ ูˆู‚ุงุณู…ู‡ู…ุง ุฅู†ูŠ ู„ูƒู…ุง ู„ู…ู† ุงู„ู†ุงุตุญูŠู†ยป
โœ Ammas ani isiniif yaadeeti jedhee... Akkuma gadaa teenya keessa maqaan wantoota hedduu jijjiiramaa jiru, maqaa mukattii Jannata keessaa san, muka badii kan jedhuunii qabu "#Shajaratul-Kuld"/Muka yoo namni isii nyaate zalaalam Jannata keessa jiraatuudha jedhee jijjiire.
โœ Karaa Ibliis kana irra... hardhaan tana Ibliisni ilma namaa hedduunis deemaatiin jira.
Akkuma isaa sobaan kakataa jiru, akkuma isaa maqaa waa hedduu jijjiiraa jiru. Maqaan dhala nyaachuu; maqaan qullaa deemuu; maqaan sagaagalummaa; maqaan haraqee dhuguu gara maqaa qaroominnaa fi badhaadhinnaatti jijjiiramee jira.
hanga fedhe maqaan jijjiiramus, ati ittiin hin sobamin.

๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ Hattuun dur Itoophiyaatti caammaa namaa Masjidaa hattu sun jirti moo hin jirtu... yoo jiraatte ergaa qabaafii.....



natti_himaa... ๐Ÿ‘‡
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
โœ Hattuun dur Itoophiyaatti caammaa namaa Masjidaa hattu sun jirti moo hin jirtu... yoo jiraatte ergaa qabaafii..... natti_himaa... ๐Ÿ‘‡
Waa'ee hattuu kophee masjidaa ilaalchisee... Page ๐Ÿ“„ fi walakkaa erga barreessee booda... gidduudhaan addaan kute wlh....!

maaliif beektuu? eennutu biraan naaf gaha gaafii jedhutu? sammuu keessa na seene... moo hattuun kophee garee kana jalas ni jira.....! ๐Ÿ˜
๐Ÿ‘‰ Hattoota kophee masjidarraa nama jalaa hataniif dhaamsa gabaabaa....biraan naaf gahaa.

โœ Akkuma beekkamu kophee masjidatti nama jalaa hatuu jechuun, karaa biraatiin keeyrii irraa nama baqachiisuu fi karaa Rabbii irraa nama deebisuu jedhama.
โœ Hattuun kopheedhaa qajeelatti duula muslimtootatti godhaa jira jechuudha... (Mana Rabbii hin seeninaa, masjida deemtanii hin salaatinaa jechaa jira).
โœ Nama meeqatu Sababa daasni ykn kopheen isaa jalaa badeef jecha salaata Masjidaa dhiise... gariin isaa inumaa isaa reef towbatee ganaa gara Masjidaa dhufaa jiruu yoo kopheen jalaa hatamu.... bakka isaatti deebi'uuf galgala sanillee hin eegu... ๐Ÿ˜
โœ Nama masjidatti azaa godhuun, qajeelatti Masjidaan loluu jechuudha... kanaafuu wantoonni akkanaa kunniin, itti yaadameefii yaadamuu baatus, masjida irraa wal dhoorkuu jedhama.
Rabbiin qur'aana isaa kabajamaa keessatti akkana nuun jedha:
๏ดฟูˆูŽู…ูŽู† ุฃูŽุธู„ูŽู…ู ู…ูู…ู‘ูŽู† ู…ูŽู†ูŽุนูŽ ู…ูŽุณุงุฌูุฏูŽ ุงู„ู„ู‘ูŽู‡ู ุฃูŽู† ูŠูุฐูƒูŽุฑูŽ ููŠู‡ูŽุง ุงุณู…ูู‡ู ูˆูŽุณูŽุนู‰ ููŠ ุฎูŽุฑุงุจูู‡ุง ุฃููˆู„ุฆููƒูŽ ู…ุง ูƒุงู†ูŽ ู„ูŽู‡ูู… ุฃูŽู† ูŠูŽุฏุฎูู„ูˆู‡ุง ุฅูู„ู‘ุง ุฎุงุฆูููŠู†ูŽ ู„ูŽู‡ูู… ูููŠ ุงู„ุฏู‘ูู†ูŠุง ุฎูุฒูŠูŒ ูˆูŽู„ูŽู‡ูู… ูููŠ ุงู„ุขุฎูุฑูŽุฉู ุนูŽุฐุงุจูŒ ุนูŽุธูŠู…ูŒ๏ดพ
"Nama akka maqaan Rabbii masjida keessatti hin dubbatamneef jecha, masjidarraa nama deebise caalaa, namni lubbuu ufii miidhe hin jiru...."
Akka Ibnu_Kasiir(Rahimahullaah) filatetti, Aayata kana kan itti baaname ijaarsa keessaati malee ijaarsa mukaa miti. fkn: itti salaatuu, zikrii keessatti godhuu fi ilmii keessatti baruudhaan. As keessa ijaarsi mukaas inuma seena, garuu ijaarsa keessaattu irra caala.
โœ Namichaan kophee masjidaa hatus, Aayata tana keessatti gahee guddaa qaba. gochi isaa Kuni, masjida irraa deebisuu fi masjida onsuu/qullaa hanbisuu uf keessaa qaba.
โœ Dalagaan isaa tuni dirree nageenyaa fi tasgabbiin beekkamte, dirree qulqullinnaa gara dirree dilii fi zulmiitti geeddaruudha.

#itti_fufa...
https://www.tg-me.com/tafak_or
2024/09/23 15:32:11
Back to Top
HTML Embed Code: