Telegram Web Link
Assalamualeykum warahmatullaahi wabarakaatuh.

โœ Obboleessa koo Haasofni ati nama wajjiin taasiftu akka hodhaa uffataati. Ati hodhaadha, dubbiin tantee immoo lilmoo ittiin hodhamu san.
Yoo hodhaa tolchite, uffata akka gaarii nama hawatuu fi gatii bareeda baasu qopheessita.
yoo hodhaa balleessite immoo, uf qofa madeessita.
@Ibro

๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ Pireezidaantiin Iraan Ibrahim Raa'isii fi qoondaalonni biyyaatti ol'aanoon saddeet balaa helikooptaraan lubbuun isaanii darbuu miidiyaan biyyattii gabaasee jira.
ุงู„ุชู„ูุฒูŠูˆู† ุงู„ุฅูŠุฑุงู†ูŠ ุงู„ุฑุณู…ูŠ ูŠุนู„ู† ูˆูุงุฉ ุงู„ุฑุฆูŠุณ ุฅุจุฑุงู‡ูŠู… ุฑุฆูŠุณูŠ ูˆู…ุฑุงูู‚ูŠู‡ ุจุชุญุทู… ู…ุฑูˆุญูŠุชู‡ู….

odeeffannoo dabalataaf๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ Earphone gurraa sa'aatii tokkoof fayyadamte taanaan... baakteriyaan gurra keenyaa dachaa 700 dabalaa dhufa.

๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
#Nagaa_bultanii... ๐Ÿซต

โœ Hanga fedhe gadaan jijjiiramee, hanga fedhe sadarkaa fi qilleensi isaanii jijjiiramus warroonni gaarummaa fi qulqullinni keessa isaanii hin jijjiiramne.
โœ Warroonni qoreen hammeenyaa fi xiqqeenyaa osoo koomee isaanii jalaan waraantu, abaaboo abdiidhaa namaaf qooddan nagaa bultanii...!
โœ Warroota jireenyi isin hadheessitee, sanumaan wajjiinuu harka kennachuu diddan.
๐Ÿ‘‰ warroonni gaddaan raftanii, abjuu guddaadhaan hirribaa dammaqxan,
๐Ÿ‘‰ warroonni qilleensi jireenya keessanii hammam hadhaahus seeqataa deemtan....
๐Ÿ‘‰ warroonni ganamaaf galgala Rabbii keessanitti warwaattan hunduu nagaa bultanii....
@Ibro...

Rabbiin barii hardhaa uume Kuni gammachuu guyyaa tanaa isin haa dhageessisu... ๐Ÿคฒ
Share๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ Naannoo sin madaalle jiraachuu jechuun gabaabinnumatti teessoo kanarra taa'uu jechuudha.




akkam Mee Yimechal? ๐Ÿ˜
https://www.tg-me.com/tafak_or
ูŠุง ุฃู…ุงู†ูŽ ุงู„ุฎูŽุงุฆูููŠู†ูŽุŒ ูŠูŽุง ู…ูŽู„ุงุฐูŽ ุงู„ุชู‘ูŽุงุฆู‡ููŠู†ูŽุŒ
ุฑูุญู’ู…ูŽุงูƒูŽ ุฑูุญู’ู…ูŽุงูƒูŽ ุจูุงู„ู…ูŽุณูŽุงูƒููŠู†ู...... ๐Ÿคฒ
Aa'ishaan haati mu'imintootaa ( Radiyallaahu anhumaa) waggaa meeqatti duute____?
Anonymous Quiz
72%
A) 66
14%
B) 80
14%
C) 85
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
โœ Rizqii halaalaa argachuun dugda nama cabsa, garuu akka mataa ol qabattee jiraattu si godhร ...!

Rizqii halaalaa Rabbiin isiniif haa hiru.
@tafak_or
โœ Nama afaaniin caldhisee waa hunda bira dabru tahuun kee isaaniif hin galu. Suutumaan bira dabree.... bira dabree.... bira dabree....
.............., Hanga namni si argu kamuu wan guyyaa takka kufuu mitii mucucaatte sin seene takka.

Obsi kee simaafuu raajiidha...!
@tafak_or
https://www.tg-me.com/tafak_or
#Special

โœ Nama addaa tahuudhaaf yoo onnatte, แŒฅแ‰ƒแ‰ตdhaaf/miidhamaaf uf qopheessuu qabda. Nama addaa tahuun gatii guddaa akka nama gaafatu dursitee beekuun waajiba.

Share๐Ÿ‘‡
@tafak_or
โœ Hanga feete jabeenya qabaattus, waan siif barraahee ol inuma hin fudhanne...!

#Tasgabbiif...๐Ÿ‘‡

โ˜˜@tafak_orโ˜˜
โœ Harki Kara Rabbii ol diriirte, hoongoo deebitiin waan hin yaadamne....!

@Warwaannaa....!
2024/09/23 15:27:01
Back to Top
HTML Embed Code: