#Dinqiidha....!
โ Social media yoo seentu muslimoonni miliyoonaan lakkaawaaman waa'ee Masjida #Aqsaatiif kan dallanan ta'uu argita...
Garuu waan dinqii, salaata Subhiitiif Masjida yoo seentu namoota shanii hanga jahaa qofa masjida keessatti argita...!!
๐ Subhii Akka salaatteen hiriyyaa keetiif.... ๐
https://www.tg-me.com/tafak_or

Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf

๐ฑ Sammuu Kee kunuunsuudhaaf...wantoota armaan gadii kanatti fayyadamuu qabda... (@Ibro);
1) Dogoggora jettee waan yaaddu kamuu akka hin raawwanne ( Don't do anything that you feel is wrong).
2) Sammuu keetitti amanuu qabda..
(แ แ แแแฎแ แญแแ)
3) Hamaa/badooma kankee akka hin haasofne...(Don't speak badly about yourself).
แตแ แซแตแ แแฅแ แแแญ แ แตแแแญ
4) Abjuu Kee milkeessuu irraa akka uf duubatti hin deebine...ykn harka hin kennanne.. (Do not give up on achieving your dream).
แ แแแ แ แแแณแซแต แฐแตแ แ แตแแจแฅแข
5) Eeyyan/miti jechuudhaaf akka keessa keetitti sodaan hin uumamne... (Don't be afraid to say no/yes).
แ แญ/แ แ แแแแต แ แตแแฉแข
6) Akka garaa ufitti hin jabaanne..(Be kind to yourself)
แแซแตแ แฐแ แแแข
7) Waan too'annoo kee Jala oolchuu hin dandeenye itti dhiisu qabda...
(let go of what you cannot control)
แแแฃแ แญ แจแแตแฝแแแ แแแญ แแแแแข
8) Diraamaa fi yaadota negative irraa fagaachuu qabda...!
( stay away from drama and negativity)...
ุงุจุชุนุฏ ุนู ุงูุฏุฑุงู ุง ูุงูุณูุจูุฉ."
Share๐

Gaafii_hirmaachisaa...
๐ Yeroo hedduu Rakkoo furuu barbaannu tokko, maaliif furuu hin dandeenye___?

Anonymous Poll
7%
A) Furmaata waaraa waan barbaannuuf...
10%
B) Furmaata gahaa fi quubsaa waan barbaannuuf...
41%
C) Furmaata namarraa waan eegnuuf
42%
D) Hunduu deebiidha....
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
Gaafii_hirmaachisaa...
๐ Yeroo hedduu Rakkoo furuu barbaannu tokko, maaliif furuu hin dandeenye___?
๐ Yeroo hedduu Rakkoo furuu barbaannu tokko, maaliif furuu hin dandeenye___?
Deebiin .....๐
๐ท Jireenya kankee keessatti yeroo hedduu Rakkinna si mudate tokkoof furmaata ni barbaadda... garuu furmaanni Kee siif hin milkaahu maaliif beektaa___?
๐) Ammuma, osoo hin turin furmaata waaraa waan barbaadduuf...
๐) Furmaata qofa barbaaduu osoo hin taane... furmaata gahaa fi quubsaa waan barbaadduuf...
๐) Furmaata argachuuf, dirqama dhimma kee keessatti yaada namoota biraa irraa waan eegduuf....
๐ Obboleessa/tti koo na dhageessaa.....!!
โ Furmaanni hedduun argamuuf yeroo gaafata; suuta suutaan deemuu gaafata; obsa gahaa ai gaafata;
โ furmaanni hedduun quubsaa fi gahaas tahuu baatu... garuu furmaata kaayyoo keetitti si geessuudha.... kanaafuu amala akkasii kana aadeffachuu qabda...
โ Furmaata argachuuf yaada namoota biroo eeggachuu sin barbaachisu.... yoo ati uf fayyaduu hin dandeenye eennullee si fayyaduu hin danda'u...
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
๐ท Jireenya kankee keessatti yeroo hedduu Rakkinna si mudate tokkoof furmaata ni barbaadda... garuu furmaanni Kee siif hin milkaahu maaliif beektaa___?
๐) Ammuma, osoo hin turin furmaata waaraa waan barbaadduuf...
๐) Furmaata qofa barbaaduu osoo hin taane... furmaata gahaa fi quubsaa waan barbaadduuf...
๐) Furmaata argachuuf, dirqama dhimma kee keessatti yaada namoota biraa irraa waan eegduuf....
๐ Obboleessa/tti koo na dhageessaa.....!!
โ Furmaanni hedduun argamuuf yeroo gaafata; suuta suutaan deemuu gaafata; obsa gahaa ai gaafata;
โ furmaanni hedduun quubsaa fi gahaas tahuu baatu... garuu furmaata kaayyoo keetitti si geessuudha.... kanaafuu amala akkasii kana aadeffachuu qabda...
โ Furmaata argachuuf yaada namoota biroo eeggachuu sin barbaachisu.... yoo ati uf fayyaduu hin dandeenye eennullee si fayyaduu hin danda'u...
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
#Argitee_beektaa!!....๐ค
โ Hanga feete duniyaan waa irraa fudhattus isaan dureeyyiidha.... gariin immoo hanga fedhan duniyaa irraa waa fudhatanis isaan yoomuu hiyyeeyyiidha....!
Share
@tafak_or

Kanneen armaan gadii keessaa kan Arkaana salaataa keessa hin jirre isa kam_____?
Anonymous Quiz
14%
A) Suuraa faatihaa qara'uu
51%
B) Wuduu'a godhuu
22%
C) Takbiiraa Ihraamaa
13%
D) Salaataaf dhaabbatuu
#Siif_galeeraa...
โWaan barbaaddu ni beekta taanaan.... shakkii tokko malee gara fuulduraatti tarkaanfatta.
waan barbaaddu hin beektu taanaan...., nama biraattu waan ufii barbaadu irratti si qajeelcha... ergasii waan ati barbaaddutu kana jedhanii si amansiisuu...!!
ุฅุฐุง ููุช ุชุนุฑู ู ุงุฐุง ุชุฑูุฏ ูุณุชู ุถู ูุฏู ูุง ุฏูู ุชุฑุฏุฏุ ุฃู ุง ุฅุฐุง ููุช ูุง ุชุนุฑู ู ุงุฐุง ุชุฑูุฏ ูุณูุฑุดุฏู ุงูุขุฎุฑูู ูู ุง ูุฑูุฏููู ูู ุซู ูููุนููู ุฃูู ู ุง ุชุฑูุฏ.
โ แจแแตแแแแแ แซแแ แญ แซแแแแ แแแแณแต แแฐ แแต แตแแณแแ แแแญ แแ แจแแตแแแแแ แซแแแ แญ แแแฝ แแฐแแแแแต แแแญ แญแแฉแแ แจแแซแ แจแแแจแแ แฅแแฐแแ แซแณแแแแแข
โ If you know what you want, go ahead without hesitation, but if you don't know what you want, others will guide you to what they want, and then convince you that it is what you want.
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
โWaan barbaaddu ni beekta taanaan.... shakkii tokko malee gara fuulduraatti tarkaanfatta.
waan barbaaddu hin beektu taanaan...., nama biraattu waan ufii barbaadu irratti si qajeelcha... ergasii waan ati barbaaddutu kana jedhanii si amansiisuu...!!
ุฅุฐุง ููุช ุชุนุฑู ู ุงุฐุง ุชุฑูุฏ ูุณุชู ุถู ูุฏู ูุง ุฏูู ุชุฑุฏุฏุ ุฃู ุง ุฅุฐุง ููุช ูุง ุชุนุฑู ู ุงุฐุง ุชุฑูุฏ ูุณูุฑุดุฏู ุงูุขุฎุฑูู ูู ุง ูุฑูุฏููู ูู ุซู ูููุนููู ุฃูู ู ุง ุชุฑูุฏ.
โ แจแแตแแแแแ แซแแ แญ แซแแแแ แแแแณแต แแฐ แแต แตแแณแแ แแแญ แแ แจแแตแแแแแ แซแแแ แญ แแแฝ แแฐแแแแแต แแแญ แญแแฉแแ แจแแซแ แจแแแจแแ แฅแแฐแแ แซแณแแแแแข
โ If you know what you want, go ahead without hesitation, but if you don't know what you want, others will guide you to what they want, and then convince you that it is what you want.
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
@Hin_dagatin....
โ Ilmi namaa hanga fedhe bahaa fi dhihaa, kaabaa fi kibbaa si faarsus kan ilaalamu ati eennu Rabbiin biratti....?!
๐ Ati Rabbiin biratti eennu jedhamta laata...? Allaaaah...

#Ergamaa_Aalamaa....
โ Guyyaan Jum'aas mataa/sayyida guyyoota hundaati, Ergamaan Aalamaas (SAW) sayyidaa fi irra caalaa ilmaan Aadam hundaati.... kanaafuu guyyaa kana keessa Salawaata isaan irratti buusuun waan guyyaa kana adda godhu keessaa isa tokkoodha .....
โ Iccitiin biraas....;
qananiin; keeyrii fi milkaa'inni ummanni isaa addunyaa fi aakirattis guyyaa boruu argattu kallattii Rasuulaatiin SAW....
Rabbiin ummata isaatiif keeyrii duniyaa fi Aakiraa walitti qabeef.... Alhamdulillaah
Kanaafuu Salawaata buusaa....
ุตูู ุงููู ุนููู ูุขูู ูุตุญุจู ูุณูู ....
Share ๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
โ Guyyaan Jum'aas mataa/sayyida guyyoota hundaati, Ergamaan Aalamaas (SAW) sayyidaa fi irra caalaa ilmaan Aadam hundaati.... kanaafuu guyyaa kana keessa Salawaata isaan irratti buusuun waan guyyaa kana adda godhu keessaa isa tokkoodha .....
โ Iccitiin biraas....;
qananiin; keeyrii fi milkaa'inni ummanni isaa addunyaa fi aakirattis guyyaa boruu argattu kallattii Rasuulaatiin SAW....
Rabbiin ummata isaatiif keeyrii duniyaa fi Aakiraa walitti qabeef.... Alhamdulillaah
Kanaafuu Salawaata buusaa....
ุตูู ุงููู ุนููู ูุขูู ูุตุญุจู ูุณูู ....
Share ๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
๐ชด Shamarran keenyaaf kabaja guddaan qaba.....๐
โ Dhiirri waan dhiirummaa isaatii fi qarummaa isaaf dabalaa tokko onnee dubartii irraa barachuun gadhummaa/gadi aantummaa miti....
โ Shamarran lamaan keessaa takka siif hin dhabdu....:
takkaa dhukkuba guddaa sitti taati yookiin immoo fala guddaa siif taati.., garuu kan lamaanuu murteessuu danda'u sihi.
โ Yoo kan ati ishee gowwoomsuuf yaaltu taate, isheen More si gowwoomsuu dandeessi.
yoo kan ishee kabajju taate, isheen immoo matร a irra si kaahatti.
โ Dubartiin hanga feete guddattus, yeroo hundaa akka waan isheen daa'imaatti wajjiin haa jiraattuu barbaaddi....
โ Dubartiin waan impossible ta'e wahii ykn waan addunyaa tanarra hin jirre wahii sirraa hin barbaaddu..... isheen kan sirraa eegdu, dhiira akka obboleettii teetiif hawwituu san akka isheef taatu sirraa hawwiti.
Nagahaan naaf turaa... Jum'aa barakaa isiniif haa tahu....
@Ibroo

#Ati_gowwaadhaa....!
โ Gowwaan waa hedduun beekkama. isaan keessaa :
1) Sababa tokko malee aarii heddummaata....
2) Bakka silaa kennuu hin barbaachisnetti mallaqa isaa baasa...!
3) Haasaa bu'aa hin qabne haasaha...
4) Nama hundaa ni amana...
5) Iccitii eegee hin danda'u...
6) hiriyyaa fi diina isaa addaan baasee hin beeku....!
7) Waan keessi isaa yaade hunda dubbata...
8) irra beekaa namaa uf seha...
9) gaafii deebisuuf ariifata...
10) gadi dhaabbanaa hin qabu...
@Hayyootaan....

โ Warroonni milkaa'innaan beekkaman....( Successful people):
1) Ganama yeroodhaan hirribaa dammaqana...
They wake up early
2) Baay'ee hin haasahan.... (yeroo isaanii oduudhaan hin guban)....
they talk little
3) Waan dalagan hundaafuu sirritti xiyyeeffannaa Kennan....
They focus well
4) Yeroo isaanii hin qisaasessan/ Yeroo qabanitti seeraan fayyadaman...
They don't waste their time ...
5) Fayyaa isaaniif dursa kennan...(They take care of their health)...
6) Wantoota bu'aa hin qabne irraa qaamaa fi qalbiidhaan fagaatan....
ูุจุชุนุฏูู ุนู ุงูุชูุงูุงุช....
โ Ati qabxiiwwan armaan olii keessaa kamiin qabda mee?
@Ibro

#ุญูููุฉ.....
โ Hiriyyaa jireenyi isaa sin fayyanne....duuti isaa homaa sirraa hin hirdhisu....!!

@Garaa_nutti_laafaa....!
โ Shamarran mana haadhaa fi Abbaa ishee osoo waa takkaan milkaa'innatti hin gahin waggaa 20 ol jiraattu..
garuu waa nama ajaa'ibu, gaafa heerumte immoo ganamuma sana abbaan warraa ishee waan isheen barbaaddu hunda; hawwii ishee hunda akka guutuuf irra barbaaddi.....!! ๐ค
โ Sila ani ka jedhu, Abbaa qabeenyaa obbo Alamuddiinitti heerumte seeta moo... maal yaaddeeti kan mucaa akkanatti cinqituuf..... ooooh
โ Dhiirota keessaniif garaa laafaa... Nama obsa Nabiyyallaahi Ayyuub qabutu jiraataa jira malee, jireenyi danda'amutti hin jirtuu....
ูุฑููุงู ุจุงูุฑุฌุงู ........
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
โ Shamarran mana haadhaa fi Abbaa ishee osoo waa takkaan milkaa'innatti hin gahin waggaa 20 ol jiraattu..
garuu waa nama ajaa'ibu, gaafa heerumte immoo ganamuma sana abbaan warraa ishee waan isheen barbaaddu hunda; hawwii ishee hunda akka guutuuf irra barbaaddi.....!! ๐ค
โ Sila ani ka jedhu, Abbaa qabeenyaa obbo Alamuddiinitti heerumte seeta moo... maal yaaddeeti kan mucaa akkanatti cinqituuf..... ooooh
โ Dhiirota keessaniif garaa laafaa... Nama obsa Nabiyyallaahi Ayyuub qabutu jiraataa jira malee, jireenyi danda'amutti hin jirtuu....
ูุฑููุงู ุจุงูุฑุฌุงู ........
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
Jundub binu Junaadaa jechuun (Radiyallaahu anhu) eennu_____?
Anonymous Quiz
13%
A) Abuu Hureeyraa... (Radiyallaahu anhu)
70%
A) Abuu Zarri Algifaarii (Radiyallaahu anhu)
9%
C) Abuu Bakri Assiddiiq (Radiyallaahu anhu)
9%
D) A fi C
#Shamarraniif....
โ " Nama beektu tokko, Sababa diinii isaatiif jaalattee... akka Rabbiin isatti si qabu yoo Rabbiin gaafatte, akka shari'aa Islaamaatti ni hayyamama... "
๐
๐ฑ Shek Saalih Alfowzan....
๐ฑ ุงูุดูุฎ ุตุงูุญ ุงูููุฒุงู ุญูุธู ุงููู.

โ Haadhaa fi Abbaan kankee hamilee guddaa sirraa qaban.... Abjuun isaanii suni akka hin fashaloofneef.... tattaaffii guddaa gochuu qabda ...!
@tafak_or
@tafak_or
โ Wantoota ati yoomuu namatti himuu hin qabne....
(Things you never tell people)
โซ๏ธ - แแฐแแฝ แ แแแ แแแแญ แจแแแฃแธแ แแแฎแฝแก- ๐๐๐ป
1) Mindaa kankee yookiin madda mindaa kankeetii nama tokkottuu akka hin himne.
yeroo hundaa akka isaan hin beekne gochuu qabda... xumurarratti waan sitti roorrisaniif.
๐ แแแแ แแขแ แ แแญแ แจแแข แแแซแ แ แ แตแแแญ แแ แแ แจแแฅแแต แญแแ แ แแแ แ แตแญแแข
2) Karoora kankee kan fuulduraaf baafatte eennutuu hin himin.... nama karoora kee karaa irraa maqsuuf deemtutu jira waan taheef....
(
๐แ แแณแแฑ แแซแฐแแ แ แตแแแแแ แจแแฐแแต แฅแ แตแ แ แ แตแแแซแธแแข
3) kallattii dadhabinna keetii namatti hin himin.... namoonni gariin bakka saniin sitti fayyadama waan taheef....
๐ แตแ แตแญแแถแฝแ แแแแ แ แตแแแญ แฃ แแญแแซแฑแ แ แแณแแถแน แ แ แแฐ แแญ แญxeqemubahal____แข
4) Kufaatii kankeetis namatti hin himatin .... namoonni hedduun yeroo hundaa gatii kufaadhaa siif kennuun.... carraa biraa si daangessuu waan danda'aniif...
(Do not tell anyone about your failure. Some will always treat you as a failure, and will not give you any other chance.)
๐แตแ แแตแแตแ แแแแ แ แตแแแญแก- แ แแณแแถแฝ แแแ แฅแแฐ แแตแแต แญแแฅแฉแแ แฅแแ แแ แฅแตแ แ แญแฐแกแ แแข
5) Iccitii kankee nama tokkottuu hin himatin.....dhimma dhuunfaa keetii... hawaasa hundaaf facaasee bahaaf gala si dhoorkaati...!
(Do not tell anyone your secrets, you will make your privacy public for everyone.)
๐ แแตแฅแญแ แ แแแแ แ แตแแแญแก แแแแแตแ แ แแแแ แญแ แณแฐแญแแแ แข
6) Tarkaanffii kankee Isa itti aanu eennuttis hin himin.... yeroo hundaa sagalee kee dhokfadhuu socho'i.... Surprise nama gochuu qabda... ati ufirraa haasahuu osoon taane... milkaa'inni kee bakka Kee sirraa haa haasahuu itti dhiisi....
(Do not tell anyone your next steps. Always move in silence. Surprise people and let your success speak for you.)
@Ibro
Nama jaalattuuf๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
(Things you never tell people)
โซ๏ธ - แแฐแแฝ แ แแแ แแแแญ แจแแแฃแธแ แแแฎแฝแก- ๐๐๐ป
1) Mindaa kankee yookiin madda mindaa kankeetii nama tokkottuu akka hin himne.
yeroo hundaa akka isaan hin beekne gochuu qabda... xumurarratti waan sitti roorrisaniif.
๐ แแแแ แแขแ แ แแญแ แจแแข แแแซแ แ แ แตแแแญ แแ แแ แจแแฅแแต แญแแ แ แแแ แ แตแญแแข
2) Karoora kankee kan fuulduraaf baafatte eennutuu hin himin.... nama karoora kee karaa irraa maqsuuf deemtutu jira waan taheef....
(
๐แ แแณแแฑ แแซแฐแแ แ แตแแแแแ แจแแฐแแต แฅแ แตแ แ แ แตแแแซแธแแข
3) kallattii dadhabinna keetii namatti hin himin.... namoonni gariin bakka saniin sitti fayyadama waan taheef....
๐ แตแ แตแญแแถแฝแ แแแแ แ แตแแแญ แฃ แแญแแซแฑแ แ แแณแแถแน แ แ แแฐ แแญ แญxeqemubahal____แข
4) Kufaatii kankeetis namatti hin himatin .... namoonni hedduun yeroo hundaa gatii kufaadhaa siif kennuun.... carraa biraa si daangessuu waan danda'aniif...
(Do not tell anyone about your failure. Some will always treat you as a failure, and will not give you any other chance.)
๐แตแ แแตแแตแ แแแแ แ แตแแแญแก- แ แแณแแถแฝ แแแ แฅแแฐ แแตแแต แญแแฅแฉแแ แฅแแ แแ แฅแตแ แ แญแฐแกแ แแข
5) Iccitii kankee nama tokkottuu hin himatin.....dhimma dhuunfaa keetii... hawaasa hundaaf facaasee bahaaf gala si dhoorkaati...!
(Do not tell anyone your secrets, you will make your privacy public for everyone.)
๐ แแตแฅแญแ แ แแแแ แ แตแแแญแก แแแแแตแ แ แแแแ แญแ แณแฐแญแแแ แข
6) Tarkaanffii kankee Isa itti aanu eennuttis hin himin.... yeroo hundaa sagalee kee dhokfadhuu socho'i.... Surprise nama gochuu qabda... ati ufirraa haasahuu osoon taane... milkaa'inni kee bakka Kee sirraa haa haasahuu itti dhiisi....
(Do not tell anyone your next steps. Always move in silence. Surprise people and let your success speak for you.)
@Ibro
Nama jaalattuuf๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
Nama tokko qofa kan Rasuulli (SAW) harka isaatiin ajjeesan eennu_____?
Anonymous Quiz
19%
A) Abdallaa binu Ubayyi binu Saluul
24%
B) Uqbaa binu Abii Mu'eyxi
29%
C) Ubayyi binu Kalaf..
28%
D) Hin beeku...