Telegram Web Link
Ofeeggannoo cimaa godha namoota bayyee wanta kana beeku dhabuun isani isan midhaa jira kampaniin whatsapp wantoota kana irraa akka isin of Egaachu qabdan akeekkachiise jira!๐Ÿ‘‡

๐˜ผ๐™จ ๐™ฉ๐™ช๐™ฆ๐™ช๐™ช๐™ฃ ๐™™๐™ช๐™—๐™—๐™ž๐™จ๐™–๐™– ๐Ÿ‘‡
https://bigtechoro.com/2022/07/21/whatsapp-sobaa-kana-irraa-of-eeggannoo-cimaa-godhaa-iccitiin-nama-baayee-hatamaa-jira/
Bilbilli keenya sababa adda addaan nujalaa guutuudhaan nu jeequu ni dnda'a akkasumas osoo hin beekamiin Faayiloonni bayyeen 2 2 taโ€™anii iddoo qabachuun mobaayila keenya irraa storage isa full gochuu ni dandaโ€™u.

Kanaaf furmaanni ni jira Innis immoo faayiloota isin hin barbaachisneef akka silkiin keessan dafee guutuu godhan kan qulqulleessuu App kanatti fayyadamu ni dandeessu kunooti as tuquun buufadhaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://bigtechoro.com/2022/07/21/bilbiloota-guutuu-tae-salphaatti-kan-qulqulleessuu-duplicate-file-fixer/
imo haaraa beeksisa adda addaa irra bilisa ta'e fi saffisa ajaa'iba qabu bufadha fayyadamaa. Imon kun update kan ta'edha kanaa jechuun haaromsameera jechuu keenya fayyidaan isaas bayyeedha Fknf yeroo bilbila haasoftan addaan ciccitee isin hin rakkisu, beeksisoota hin barbachiifne amma ammaa fidee isin hin jeequu, suuraa video fi Text salphaatti saffisaan isiniif erguu dandaโ€™a kana qofa mitti waa hedduuf isin fayyada. Fkn system ibubble jedhamu kan amma dura messenger qofa irratti fayyadama turree kuno imo isa haaraa kana irrattis nuf gadhifame jira!

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐—œ๐—บ๐—ผ ๐—ต๐—ฎ๐—ฎ๐—ฟ๐—ฎ๐—ฎ ๐—ธ๐—ฎ๐—ป๐—ฎ ๐—ฎ๐˜€ ๐˜๐˜‚๐—พ๐˜‚๐˜‚๐—ป ๐—ฏ๐˜‚๐˜‚๐—ณ๐—ฎ๐—ฑ๐—ต๐—ฎ๐—ฎ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://wanofi.com/imo-haaraa-saffisa-guddaan-dalaguu-bufadha-bayyee-itti-gammadu/
Yeroo bayyee namoonni bilbila keenya karaalee adda addaan ni hordofuu akkasumas virus n garagaraa silkii keenyatti galuun nu jeequu ni danda'a ta'a Kanaaf immoo furmaatni ni jira innis app spywear kana fayyadamuun qulquleessuu qabna waan hedduuf isin gargaraa buufadhaa as tuqaatti
โœ…๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://bit.ly/3zW1685
https://bit.ly/3zW1685
Namoonni vidiyoo editarii haaraa fi kan bilbila nama hunda irratti salphaatti hojjetu akkasumas silkii RAM isa xiqaa ta'e irratti sirriitti dalagu fayyadamuu yoo barbaadan kunoo Appiin ajaa'ibaa free ta'e isiniif gaddhiifame jira ๐Ÿ‘‹๐Ÿ‘

Milikkitaa ykn maliin akka video keessan edit gootan hin muldhisu /NO watermark โœ…
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
โœ… https://bit.ly/3SpfzRh
Addunyaa kana irratti ammallee namoonni shakkii qaban kanneen interneetii irratti maallaqa argachuun ni dandaโ€™ama jedhanii hin amanne baayโ€™eedha.

Dhugaa jiru yoo ilaalle, seenaa milkaaโ€™ina namoota qabeenya isaanii toora interneetii irratti argatan hedduudha.

YouTuben karaalee baayโ€™een qarshii hedduu ni kaffalaa garuu dursitee sirriitti wantoota si barbaachisaan kanatti beekuu qabdu jira. Sana booda salphaatti yeroo gabaabaa keessatti milkoofte qarshiin yeroo yerootti akka sif kaffaluu tasisuu ni dandeessa jechudha๐Ÿ‘๐Ÿ’ต๐Ÿ’ต

Kanafuu wantoonni isin barbaachisaan maal maal akka ta'aniif Youtube irraa mallaqa hagami argachuun akka danda'amu barrefama kana irraa dubbisuu dandeessu
๐Ÿ“Guutuu isa dubbisuuf as tuqaa
โœ…๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ”ฅ
https://bit.ly/3QnDa2R
https://bit.ly/3QnDa2R
Dandeettiiwwan bilbila ismaartii keessanii hedduu keessaa tokko maaykiroofooniin fayyadamuun sagalee waraabuu dha. Appilee fayyadamuun yaadannoo sagalee waraabuu, yaadachiisa qabachuu, akkasumas qophii sirrii ta'een sirboota illee waraabuu, taphoota mobaayila keessanii kallattiin dabarsuu fi kkf ni dandeessu. Bilbila Android keessan irratti sagalee alaa fi keessaa akkamitti akka waraabdan kunooti.

Guutuu isa bakka kana irra dubbisaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ‘‡
https://bit.ly/3bDgYmL
https://bit.ly/3bDgYmL
Baatiriin lithium-ion bilbila Android keessan keessa jiru umurii daangeffame qaba. Marsaan chaarjii-discharge hunduu dandeettii isaa xiqqoo gadi buusa (sababni isaas chaarjiin litiyeemii naannoo baatirii ziip godhu walnyaatinsa keemikaalaatiin waan baduuf).

Garmalee hoโ€™isuu fi garmalee chaarjii gochuun adeemsa kana saffisiisuu dandaโ€™a. Garuu dhumarratti, marsaan chaarjii jiru hundi ni dhumata. Akkasumas baatiriin kana booda chaarjii harkisuu ykn kuusuu hin danda'u.

Baatirii bilbila Android keessanii adda baasuuf furmaata salphaa baay'eedha. Umurii baatirii qorachuuf koodii bilbilaa punch gochuu dandeessa (karaa XDADevelopers). Akkasumas, ilaalcha waliigalaa amanamaa fi bal'aa ta'eef appii qaama sadaffaa fayyadamuu dandeessu. Tokkoon tokkoon isaaniif qajeelfamni bal'aan kunooti.๐Ÿ‘‡

Itti fufii dubbisi ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡โœ…โœ…๐Ÿ‘‡
https://stmoro.com/baatiriin-bilbila-keessanii-yeroo-dheeraaf-akka-turu-karaa-itti-gochuu-dandeessan/
Barruun nuti barreessinee galii argannu bifa hedduutu jiru garuu bakkaa fi akkaataan itti nuuf kaffalamu garaagara. Haatahu malee barruulee adda addaa barreessuudhaan internet irraa galii nuti argannu bakka hundatti miti. Garuu kan nuti kaffaltii gaarii argannu website mataa keenyaa yoo qabaanne qofa kan gorfamus kanaadha.
SEEROTA BARRUU (CONTENT) NURRAA EEGAMU seera 5 kana dubbisi as tuqi๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ’ฅ https://bit.ly/3Qo6mXy
๐Ÿ’ฅ https://bit.ly/3Qo6mXy
ELSAY TECH pinned ยซYeroo bilbilli keessan hakii ta'u ykn hordofamaa jirachuu isa off irratti beeku yoo feetan salphaatti mallattoolee 7'n kana beekuun dirqama keessanidha! Kanaaf as tuqaa dubbisaa๐Ÿ‘‡ https://bigtechoro.com/2022/01/08/malattoo-7-kan-bilbilli-keessan-hakii-tau-isaโ€ฆยป
Akkam jirtuu hordoftoonni maatiiwwan website BIGTECHORO.COM hundi akka nagaa tatan abdii guddaa qabna.
Guyyaa harโ€™aa wanti nuun isiniif qabanee dhufne APPI suuraa haala ajaa'iba taโ€™een bilbila kessan irrati edit gochuuf isiin gargaaran gosoota 3 kan qarshiin bitaman PRO GOLD isanii tolan isiniif kennuuf dhufne jira Kanaaf website kenyaa kana irraa salphaatti gadi buufachuun itti gargaaramuu ni dandeessu hundii isani update kan taโ€™aniidha dabalataniis yeroo hunda hordoofne ni haromsiina ykn update ni gona Kanaaf akka fedha kessanitti kan barbaadan Download godhachuun install gotani itti fayyadamuu ni dandeessu isiniin jenna.

Hunda isa asii argatu
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐ŸŒ๐ŸŒโœ…
https://bit.ly/3bIdI9Q
Yeroo barreeffama barreesitan haala salphaan dogoggora tokko malee barreessuun hojiilee adda addaaf itti fayyadamuu akka dandeessan kan isin godhu App ajaa'iba kanatti gargaaramaa.

Appiin kun Yemmuu isin dogoggortanii barreesitan ofiin isinitti hima bakka isin dogoggortan hunda!๐Ÿ‘‡
https://stmoro.com/grammarlyn-faayidaan-isa-maali/
Video sayiziin isa guddaa ta'e kan iddoo bayyee mobaayila keessan irraa qabachuun silkiin akka dafe guutuu godhuu salphaatti osoo qulqulina isati hin bu'iin sayizii isa qofaa hirdhisuu kan isiin dandeessisu app ajaa'iba kana fayyadamaa
Aa tuqaati๐Ÿ‘‡โœ…โœ…๐Ÿ‘‡
https://bit.ly/3dcwmH2
Bayyeen keenya appi kana ni beekna jedheen yadaa kessattuu video yeroo bayyee namoonni edit gootan ni beektu kaneen youtubera tatan immoo yeroo yerootti update gocha akka jirtan abdii guddaan qaba.!

Namoonni hojii youtube fi tktok akkasumas hojii videio kamiyyuu hojechaa jirtan hundi kinemaster kana ni barbaaduu jedheen yadan ykn kan youtubera ta'uuf yadaa jirtan sabaabni isa kinemaster dirqama isin barbaachisa waan ta'eef waantin akkas jedhef immoo sababoota hedduu wanaan qabuuf jecha! Sababni koos isaan kana

1.Hojii gurguddaa taโ€™an kan computer irratti qofa dalagamuu danda'an hedduu isa salphaatti bilbila keenya irratti bakka barbaadne teenyee hojechuu akka dandeenyu kan gochuu danda'udha!

App kinemaster isa haaraa asirratti odeeffannoo guutuu waliin ni argatu
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡โœ…
https://bit.ly/3QvE65C
https://bit.ly/3QvE65C
Bilbila keessan gara sistemi kompiitara ti jijjiiruu yoo barbaadan app ajaa'iba kanatti gargaramu qabdu salphaatti gara dizayyini kompiitara ti waan isiniif jijiruuf itti fayyadamni isaas salphaa waan taโ€™eef App kana playstore irratti argachuu ni dandeessu free dha maqan isa computer launcher jedhama yoo search gootan argachuu ni dandeessu ykn immoo as website keenya irraa dhuma barreeffama kana irra deemun bakka download jedhu xuquun bufadha gara bibila keesaanti galatoma.๐Ÿ™

App isa argachuuf as tuqaa buufadhaaโœ…๐Ÿ‘‡
https://bit.ly/3QHk2xc
Dhaloonni itti aanu kan wireless standard akka jiru dhageessanii jirtu ta'a. Istaandardiin kun 5G jedhamuun kan beekamu yoo ta'u, bakka fedhetti yoo argamnu saffisa waan guyyaa guyyaan hojjennu baayyee fooyyessa jedhamee eegama. Dhaabbileen oomishtummaa hojjettootaa dabaluu, muuxannoo daldala moobaayilaa fooyyaโ€™aa fi guddina biroo hedduu irraa kan kaโ€™e gara 5Gtti ol guddisuun faayidaa guddaa argachuu dandaโ€™u.

5G Maal Dhiyeessa

Fakkeenyaaf, faayilli giigaabaayitii lamaa (GB) qabu tokko qunnamtii 4Gโ€™n buufachuuf gara daqiiqaa sagal yoo fudhate, faayila walfakkaatu 5Gโ€™n sekondii muraasa keessatti buufachuu dandeessa.

๐Ÿ‘‡itti fufii dubbisi as link kana tuqiiti๐Ÿ‘‡
โœ… https://bit.ly/3JSrpPO
โœ… https://bit.ly/3JSrpPO
Nama tokko enyummaa isa beekuuf suuraa isa argachuuf lakkoofsa bilbila abba sana beeku qofatu isin irraa egama! Sababni isaas Appiin lakkofsa bilbila qofan oddeeffannoo hedduu nuuf keenuu danda'u waan jiruuf!

App isaaf oddeeffannoo guutuu isa asirraa argatu
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://bit.ly/3piB09m
โ˜๏ธlink kana tuqa
Yeroo vidiyoo fi sagalee adda addaa waraabdan ykn RECORD gootan sagaleewwan nama meeqa garagaraan yoo isin jeequ ta'e akkasumas ergii waraabbii xumurtanii booda salphaatti qulquleesu kan ittin dandeessan App haaraa kanatti fayyadamaa

Wantoota vidiyoo fi sagalee isin waraabdan gidduu akka tasa senaan hunda isiniif ni qulquleessa as tuqaa buufadhaa app isa
โœ…๐Ÿ‘‡
https://bit.ly/3QrbWsI
2024/09/23 20:14:38
Back to Top
HTML Embed Code: