Telegram Web Link
MasterCard karaa salphaan argadheera itti fayyadameeras Tutorial isa isiniif qopheessan jira na eegadhaa #ELSAYTECH
Sekondoota muraasa keessatti intro ajaa'iba hedduu isa argachuu yoo barbaadan appiin kun isiniif kennu ni danda’a! Qulqullina hanga 4k tti export gochuus waan danda'uuf video keessa kamirrattiyyuu gargaramu ni dandeessu as tuqaa bufadhaa👇👇👇🌎🌎🌄🌄
https://stmoro.com/intro-qulqullina-olanaa-qabu-salphaatti-kan-nuuf-dalagu-best-intro-maker-app/
Spin2money.com

Qarshii kaffaluu dhaabeera yeroo amma kana
Akkamitti website mata keessanii irraa qarshii argachuu dandeessu??
Kun gaffii namoota baay'eedha garuu hedduu tokko salphaadha jalqaba irratti STEP muraasa beekuun isin irra jiru jira sana booddee salphaatti website keessan irra ji'a ji’aan qarshii akka isiniif argamsiisuu tasiisuu ni dandeessu! Kunooti dubbisaa
👇👇👇👇👩‍💻👩‍💻👩‍💻
https://stmoro.com/website-irraa-akkamitti-monetize-goone-mallaqa-argachuu-dandeenya/
Loogoo hojjechuudhaaf waantotni nu barbaachisan program adda addaa fi application nu fayyadan hedduu qabaachuu fi beekuudha. Isaan keessaa garuu baayee beekamaa fi bal’aa kan ta’an 5 isaan kana hubachuu qabdu👇👇👇 as tuqaa dubbisaa👇
https://app.stmoro.com/loogoo-fi-intro-hojjechuudhaaf-maal-fayyadamuu-qabna/
Afaanota isin barbachisu kamiyyuu salphaatti barreesuuf akkasumas nama afaan ykn qooqa isa hin beekne waliin haasa’uuf yoo barbaadan Appin Fyngeez keyboard kun dirqama isin barbachisaa daqiiqaa muraasa keessatti rakkoo tokko malee feetan Ingiliffaan feetan amhariifan feetan immoo Tigraay akkasumas afaan Arabic akka ajaa'ibati barreesu isin dandeessisa.

Ani yoo xiqqaate keyboard App kana waggaa 4 oliif itti fayyadameera Sababiin isammoo yeroon barbaadeeti English irra oromooti irra Amhara ti jijijjiiruun wanan itti fayyadamuuf hojii narraa salphisa! Appi kana argachuuf dhuma barreeffama kana irra dhaqa bakka download jedhu tuqa plahstore irra isin geessa achirraa install ni godhatu.

Appiin usa kana bufadhaa👑👇👇👇👇👇👇👇
https://stmoro.com/afaanota-kamiyyuu-salphaatti-dogoggora-malee-barreessuuf-app-ajaaiba-kanatti-fayyadamaa/
2024/09/23 22:24:51
Back to Top
HTML Embed Code: