Telegram Web Link
Haala salphaan wifi nannoo keenya keessatti argaman akkasumas wifi kamiyyuu karaa gabaabaa passwordii isanii argachuuf yoo barbaanne Appii salphaatti nutti agarsiisu danda'an qabaachuu nurra jira.

Kanaaf bakka wifi'n jiruuf password isa barbaadee kan nutti himu App ajaa'iba 3 isiniif qabadhee dhufeen jira isin kan fedhii keessan ilaaltanii download gochuun itti gargaramu ni dandeessu.

Haalli hojii Appiwwaan kana 3'n waal fakkeenya qaba haa ta'u malee waan ittiin adda addaa ta'aniis hedduu qabu fknf wantoota armaan gadi ni dalagu

Bakka wifi jiru barbaadu

Password isa agarsiisu

Namaaf share gochuu

Saffisa wifi dabalu

humna data fi wifi agarsiisu dha

๐—”๐—ฃ๐—ฃ ๐—ช๐—œ๐—™๐—œ ๐—ฃ๐—”๐—ฆ๐—ฆ๐—ช๐—ข๐—ฅ๐—— ๐—”๐—š๐—”๐—ฅ๐—ฆ๐—œ๐—œ๐—ฆ๐—จ ๐—”๐—ฆ ๐—ง๐—จ๐—ค๐—”๐—” ๐—•๐—จ๐—จ๐—™๐—”๐——๐—›๐—”๐—”
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡โœ…๐ŸŒ๐ŸŒ
https://bit.ly/3w86bI9
https://bit.ly/3w86bI9
oddeeffannoo guutuu waliin ni argatu
ELSAY TECH pinned a photo
FilmoraGo Pro APP fayyadamtoota Android hundaaf application viidiyoo gulaaluu sadarkaa olaanaa fi ogummaa qabudha. Asitti fayyadamtoonni viidiyoo akka trim, resize, apply effects, audio, images, slow-motion fi kkf gulaaluu danda'u. FilmoraGo Pro fayyadamtoota isaa hundaaf amaloota premium hunda caalan dhiyeessa.

Kanaafuu, yoo pro features hunda bilisaan fayyadamuu barbaaddan sana booda asitti fayyadamuun keessan hin oolu. Faayila MOD APK jedhu buufachuu qofaan mobile keessan irratti install gochuu qofa.
๐ŸŒ๐ŸŽฅ๐ŸŽฅโœ…โœ…๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ“ธ
https://stmoro.com/video-editari-bareeda-ajaaiba-tae-pro-isa-kana-buufadhaa/
Nama milkaโ€™a fi hoggana cima taate hojii kee geggeessu yoo barbaade wantootni ati beeku qabdu kan dirqama ta'e waa 3 jira sirriitti guutuu isa website kana irraa dubbisi โœ…๐Ÿ‘‡
https://wanofi.com/hoggana-cimaa-tauuf-waan-3-kana-beekuun-dirqama-keetti/
Yeroo bakka tokko gara bakkatti demu barbaadan odeeffannoo nannoo sana guutummaatti karaa salphaan bilbila keessan irratti argachuu yoo barbaadan App google earth fayyadamuun keessan dirqama Sababiin isa akka fedha keessanitti 3D Teekinooloojii offirraa waan qabuuf akka fedha keessanitti wantoota barbaadan iddoo garagaraa fi biyyoota kamiyyuu qulqulinaan ilaallu isiin dandeessisa.

Odeeffannoo guutuu App bakka kana irraa argatu link kanaan seena๐Ÿ‘‡โœ…๐ŸŒ
https://bit.ly/3PxkAo4
Akka saffisni data ykn WiFi keessan isiniif dabalu akkasumas Intarneetii irraa gonkumaa akka virus isinitti hin ergamne ni barbaaddu?

Akkas tanaan dirqama App firewall qabu kanatti fayyadamu qabdu Appin kun bayyee powerfull kan ta'edha VPN jabaa taโ€™es kan of keessa qabu waan ta'ef nageenya amansiisaa ttin bilbila keessanitti gargaramuu dandessu %100 yoo App buufachuuf as tuqaaโœ…๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰ https://bit.ly/3c278uO
Yeroo amma kana bilbila hedduutu gabaa irra jira akkasumas qarshiin isan ittiin bitaman akkasuma wal caala. Kanaaf silkii garii taโ€™e kan kaameeraan isa bareeda fi Ram guddaa qabu dabalataan kan storage isa guddaa gatii madalawa dhaan bitachuu yoo barbaadan kunoo bilbiloota haaraa gosa adda addaa 5 bara 2022 keessa ba'an ilaalu ni dandeessu kunooti
waliin haa ilaallu ; dubbisaa itti fufaa!
โœ…๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://stmoro.com/bilbiloota-doolaara-300-gadi-ajaaiba-taan/
๐—ช๐—ถ๐—™๐—ถ ๐—ณ๐—ถ ๐——๐—ฎ๐˜๐—ฎ ๐˜๐—ผ๐—ธ๐—ธ๐—ผ ๐—บ๐—ฎ๐—น๐—ฒ๐—ฒ ๐˜„๐—ฎ๐—ป๐˜๐—ผ๐—ผ๐˜๐—ฎ ๐—ถ๐—ป๐˜๐—ฎ๐—ฟ๐—ป๐—ฒ๐—ฒ๐˜๐—ถ ๐—ถ๐—ฟ๐—ฟ๐—ฎ ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฟ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฎ๐—ฑ๐—ฎ๐—ป ๐—ธ๐—ฎ๐—บ๐—ถ๐˜†๐˜†๐˜‚๐˜‚ ๐˜†๐—ฒ๐—ฟ๐—ผ๐—ผ ๐—ผ๐—ณ๐—ณ๐—น๐—ถ๐—ป๐—ฒ ๐—ท๐—ถ๐—ฟ๐˜๐—ฎ๐—ป ๐˜†๐—ธ๐—ป ๐—ฏ๐—ฎ๐—ธ๐—ธ๐—ฎ ๐—ฑ๐—ฎ๐˜๐—ฎ ๐—ณ๐—ถ ๐˜„๐—ถ๐—ณ๐—ถ'๐—ป ๐—ต๐—ถ๐—ป ๐—ท๐—ถ๐—ฟ๐—ฟ๐—ฒ๐˜๐—ถ ๐—ณ๐—ฎ๐˜†๐˜†๐—ฎ๐—ฑ๐—ฎ๐—บ๐˜‚ ๐˜†๐—ผ๐—ผ ๐—ณ๐—ฒ๐—ฒ๐˜๐—ฎ๐—ป ๐—”๐—ฝ๐—ฝ๐—ถ๐—ถ๐—ป ๐—ฎ๐—ท๐—ฎ๐—ฎ'๐—ถ๐—ฏ๐—ฎ ๐—ธ๐˜‚๐—ป ๐—ถ๐˜€๐—ถ๐—ป ๐—ด๐—ฎ๐—ฟ๐—ด๐—ฎ๐—ฟ๐—ฎ ๐—ฏ๐—ฎ๐—ธ๐—ธ๐—ฎ ๐—ธ๐—ฎ๐—ป๐—ฎ ๐˜๐˜‚๐˜‚๐—พ๐˜…๐—ฎ๐—ป๐—ถ ๐—”๐—ฝ๐—ฝ ๐—ถ๐˜€๐—ฎ ๐—ฏ๐˜‚๐˜‚๐—ณ๐—ฎ๐—ฐ๐—ต๐˜‚๐˜‚ ๐—ป๐—ถ ๐—ฑ๐—ฎ๐—ป๐—ฑ๐—ฒ๐—ฒ๐˜€๐˜€๐˜‚ ๐—ผ๐—ฑ๐—ฑ๐—ฒ๐—ณ๐—ณ๐—ฎ๐—ป๐—ป๐—ผ๐—ผ ๐—ด๐˜‚๐˜‚๐˜๐˜‚๐˜‚ ๐—ถ๐˜€๐—ฎ ๐˜ƒ๐—ถ๐—ฑ๐—ฒ๐—ผ ๐˜„๐—ฎ๐—น๐—ถ๐—ถ๐—ป๐Ÿ‘‡โœ…
https://wanofi.com/data-fi-wifi-malee-intarneetii-karaa-fayyadamnu/
Haala salphaatti muziiqaa bilbila keessaniin dalagu yoo barbaadan Appiin kun isin gargaaru danda'a qooqa adda addaa free ta'aniif bess fi kaneen biro hedduu of keessa qaba waan Appii kana keessatti record gootan immoo save gochuun bakkaa feetan kamitti share gochuus ni dandeessu! Kuno as tuqa bufadha๐Ÿ‘‡
https://stmoro.com/groovepad-music-and-beat-maker/
Suuraalee keenya dugda duuba isa sekondii keessatti jijjiruun wantoota mimmidhaga irra kaaโ€™achuuf akkasumas namoota waal bira hin jirre walitti fiduun bakka tokko ka'uuf kan isin dandeessisu App ajaa'iba haaraa kana buufadhaa๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡โœ…
https://wanofi.com/app-duubbee-suuraa-keenya-nuuf-jijjiiruun-bareechu/
sharafni maalaqa meeqan akka oole kan biyyoota hunda haala salphaa ta'een oddeeffannoo guutuu isa bilbila keessanitti fayyadamuun argachuu kan isin dandeessisu App barbaachisa kana gargaramaa.

sharafni meeqa akka ta'e ilaalu qofa osoo hin tane fknf qarshii meeqa yoo gara biyyattii ergitan meeqa akka ta'u danda'u salphumatti ilaalu ni dandeessu
As tuqaa buufadhaaโœ…๐Ÿ‘‡
https://bigtechoro.com/2022/08/23/sharafa-maalaqaa-biyya-hunda-kan-itiin-ilaalu-app-haaraa/
Namoonni Antivirus orijinaala isa kan sirriitti vayirasii bilbila keessan irraa baleesuu danda'u barbaadan baga gammdan Appin kun sirriitti isiniif dalagu kan danda'u pro isaa kan ta'e ads ykn beeksisa adda addaa offirraa hin qabne akkasumas Appiwwaan bilbila nama hordoofu danda'an kan iccitii keesan kaneen basaasan danda'an qootatee isiniif kan himu fayyadamuuf yoo barbaadaan as tuqaa buufadhaa๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://stmoro.com/waaee-avast-antivirus-wantoota-beeku-qabdan/
Odeeffannoo guutuu as irraa argatuโ˜๏ธ
Rakkoo inni qabuuf download kan isiniif ta'u dide akkasumas update godhe bifa haaraan sirreesseera buufadhaa Kinemaster Professional video editor
๐Ÿ“ฝ๏ธโœ…โœ…โœ…


Bayyeen keenya appi kana ni beekna jedheen yadaa kessattuu video yeroo bayyee namoonni edit gootan ni beektu kaneen youtubera tatan immoo yeroo yerootti update gocha akka jirtan abdii guddaan qaba.!

Namoonni hojii youtube fi tktok akkasumas hojii videio kamiyyuu hojechaa jirtan hundi kinemaster kana ni barbaaduu jedheen yadan ykn kan youtubera ta'uuf yadaa jirtan sabaabni isa kinemaster dirqama isin barbaachisa waan ta'eef waantin akkas jedhef immoo sababoota hedduu wanaan qabuuf jecha! Sababni koos isaan kana

1.Hojii gurguddaa taโ€™an kan computer irratti qofa dalagamuu danda'an hedduu isa salphaatti bilbila keenya irratti bakka barbaadne teenyee hojechuu akka dandeenyu kan gochuu danda'udha!

App kinemaster isa haaraa asirratti odeeffannoo guutuu waliin ni argatu
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡โœ…
https://bit.ly/3QvE65C
https://bit.ly/3QvE65C
Haala salphaan namoota hedduu al takkatti ergaa ykn message qofaa erguun hordofuu yoo barbaadan Appi iplogger jedhamu fayyadamu ni dandeessu haali hojii isa salphaa kan ta'edha. Jalqaba irratti wanti isin gootan link wanuma feetan tokko kooppii ni gootu sana boodee app iplogger irra dhaquun paste ni gootu achi boode short isiniif godha link keessan dhuma irratti Link short gootan sana kooppii gochuudhaan gara nama hakii gochuu barbaadan sanati ni ergitu namoota hedduufis ergu ni dandeessu!
As irra odeeffannoo guutuu ni argatu
๐ŸŒ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://stmoro.com/akkamitti-message-tokkoon-nama-hordofuu-dandeenya/
Akkamitti Netflix argachuu danda'a?
App netflix fayyadamuun qarshii nama gafata garuu furmaati ajaa'iba jira innis akka Netflix dalagutti kan filmii kamiyyuu ittiin dawwachuu dandeessan ni jira innis Exstream jedhama appiin kun playstore irratti hin argamu garuu salphaatti website keenya kana irraa da'ireekti gadi buufachuu ykn download gofhachuun ittk fayyadamu ni dandeessu. free dha homaayyuu hin kaffaltan namoota kan biroof illee share godhaa.๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://bit.ly/3B2Yki9
https://bit.ly/3B2Yki9
Asirraa buufadhaaโ˜๏ธ
New updatedโœ…๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ
Yoo bilbilli isin qabdan dandeettii hin qabu ta'e suuraan isin ittiin kaasstan qulqullina kan hin qabne isin jala ta'a!
Wanta Kanaaf furmaatni ni jira innis kaameeraa Appillikeeshini garii ta'e fayyadamudha garuu kaameeraa App bayyeetu playstore fi google irra jira.

Isaan keessaas isa bareeda taโ€™eef waan foyya'a of keessa qabu yeroo yerootti ilaalee isiniif dhiyyeessaa akka turre ni beektu! Haraโ€™as kun App haaraa tokkoo isiniif qabannee dhufne jirraa innis HD CAMERA jedhama Free dha playstore irratti ni argatu dhuma barreeffama kana irratti argama!

As tuqaa buufadhaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ’•๐Ÿ’ฏ
https://wanofi.com/HD-Camera-App
Yeroo keessan kan isiniif qusachuu danda'u akkasumas bilbila keessan osoo bizii hin godhin itti fayyadamuu akka dandeessan kan isiniif godhu๐Ÿ”ฅ App haaraa fi ajaa'iba t'e kanatti fayyadamaa๐Ÿ”ฅ๐Ÿ‘‡โœ…
https://stmoro.com/Sidebar
As tuqaaโ˜๏ธ buufadhaa
Yoo akka tasaa bilbilli keessan bishaan bu'ee silkiin ispiikeeriin isaa isiniif hojechuu didee ykn mobaayillin keessan yeroo bilbila nama waliin hasooftan sirriitti dhageesisuu dideef Appiin isiniif sirreessuu danda'u ni jira WATER WAVE jedhama sound speaker silkii qulqulleessu of keessa qaba Haali appiin kun itti dalagu hedduu takka salphaadha playstore irratti kan argamu yoo ta'u yeroo amma kanatti namoota miliyoona 1+ ooltu itti fayyaadama jira. Akka appi kana keessa seentaniin wanti isin gootan bakka water Eject jedhu tuquun press ni gootu saniin boode volume๐Ÿ”ˆ silkii keessani amma dhumati itti dabaluun Amma parsantii 100% guutuutti ni obsitu innimmoo hojii isa ni dalaga saniin boode jijirama ajaa'iba qulqullina ispikeeri keessan 2n isa irratti ni agartu sagaleen bilbila keessani isiiniif qulqulla'uun ni guddata.
โœ…๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://wanofi.com/water-rejection
Mensur Jemal, hundeessaa Yetim Delivery, Mazon Technologies, Jakarta qabeenya naannoo ETB Miliyoona 112 qabu dha,

Mensur Jemal kan dhalate Becho kebele keessatti yoo ta'u, barnoota isaa kan jalqabe magaalaa dhaloota isaa keessatti yoo ta'u, barnoota isaa sadarkaa lammaffaaf gara mana barumsaa sadarkaa lammaffaa Metutti ce'uu isaa dura. Mana barumsaa
itti fufii ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://wanofi.com/qabeenyii-mensur-jemal-meeqa/
Baga gammada namoonni DATA fi WIFI fayyadamtan hundi amma boode humni WIFI fi data keessan isiin jalaa gadi bu'ee isin hin rakkisu Sababiin isaas bakkeewwan toorri data/wifi jabaa ta'e fi kan waliirraa hin cinne eessa akka argachuu dandeessan salphumatti isiniif agarsiisu kan danda'u app haaraan isiniif dhufee jira WIFI AR jedhama free dha playstore irratti kan argamudha. Premium isaas asuma website keenya irra jira waan ta'eef kan fedhii keessani buufachuu ni dandeessu! link isa dhuma barruulee kana irratti isiiniif maxxansine jirra bakka download jedhu tuquun buufadha.๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡โœ…โœ…๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ
https://wanofi.com/data-fi-wifi-humna-guddaa-qabu-haala-kan-itti-argatan/
2024/09/23 22:20:02
Back to Top
HTML Embed Code: