Walaaloo aja'ibaa kana Dawwadha.
Youtube channel keenyas subscribe godha.
https://youtu.be/coSXx8urIIU

YouTube
FUGGISOO, Walaloo Dr Zelalem Abera
Channel keenya Subscribe Godha
Seenaa Baroo Tumsaa
Kutaa 2ffaa
Oromoo bakka maree akka hindhabneef Waldaa Dhaaba
Dhidheessaa jedhu uume. Mul’anni Baaroo keessaa finiinaa
ture sun boqonnaa waan isaaf hinlaanneef yoo isaan karaa
tokko cufan inni ammoo karaa biraan mala dhaha malee
sodaachisiifamuu mootummaa kanaaf goota
hinjilbeenfanne ture. Faayidaalee yeroo qabsoo bilisummaa
Oromoof jedhee dhabes homaa tokkottuu hin lakkoofne.
Baaroo Tumsaa bara 1964 aadde Warqinash Bultoo wajjin
bultii ijaarrate. Aadde Warqinash Bultoo biyya Eertiraa
keessatti dirqama loltummaarra utuu jirtuu bara 1982
loltoota amanamoo Mangistuu Haayilamaariyaamiin
ajjeefamte. Aadde Warqinash Bultoo obboleettii jeneraal
Demisee Bultoo yoo taatu, abbaanshii obbo Bultoo
Ejersaammoo Waldaa Maccaafi Tuulamaa keessatti
miseensa turani. Cidhi Baaroo Tumsaa Oromoota sadarkaa
hojii adda addaarra bakka adda addaarra jiran hundaa biratti
haala ho’aadhaan waan kabajameef, diina biratti akka sochii
siyaasaatti fudhatamee isaan sodaachisaa ture.
Barruu amma ammaatti saba Oromoo hedduu biratti akka
gaariitti dubbifamuu fi jaallatamu The Oromos voice against
tyranny document 1971 jedhamu garee hojjetootasaa wajjin
namoota hedduu bira akka ga’u taasiseera. Barreeffamni
kun gara Amaariffaattillee hiikamee dubbifamaa ture. Kan
inni barruu kana raabsaa tureefimmoo waan Waldaan
maccaafi Tuulamaa cufameef Oromoota jajjabeessuuf
qofaa utuu hintaane, baroota dheeraadhaaf cunqursaafi
dabaa saba Oromoorra ga’aa ture barruun kun of keessatti
waan qabatee jirtuufidha. Dararfamaafi cunqursaa tureef jiru
saba Oromoo ittiin bariisuuf jedheetu. Baaroon bara 1972tti
Afaan Oromoo akka qubee laatiiniin barreeffamuuf Hayilee
Fidaa wajjin qo’atee yeroodhaaf garuu gaazeexaan Bariisaa
qubee saabaatiin akka maxxanfamu taasisaniiru. Garuu utuu
hinturiin mootummaan Dargii itti inaafuudhaan fuudhee
ministeera beeksisaa jala galche.
Har'a gaazeexaan Bariisaa faayidaa siyaasaatiif jedhamee
kan qophaa'u malee faayidaa eenyummaa saba Oromootiif
jedhee miti. Baay’inaan waa’ee eenyummaa Oromoo irrattis
kan hojjetaa jiru miti. Maqaa kana qabatee gaazexaan
bahaa jiru garuu ammayyuu biyya Oromiyaa keessa jira.
Qubee Afaan Oromoo har’a sabni Oromoo itti fayyadamu
Baaroo Tumsaa fi Hayilee Fidaafaatu bara lubbuun jiran
qopheessani. Bara 1973 qabsoon Oromoo akka inni
sadarkaa olaanaarra ga’uuf kaayyoo balla’aa baasuudhaan
Wiirtuu Qaama Qindoominaa dhaaba jedhu hundeesseera.
Kunis immoo turee dhaaba Adda Bilisummaa Oromoo
jedhutti jijjiirameera.
Bara 1974 daba mootummaan Hayila Sillaaseefi jaleensaa
uummaatarratti geessisaa turan qaamni qoratu hundaa’e.
Kana keessattis Baaroon miseensa ta’ee akka hojjetu erga
taasifameen booda namoota Oromoo hinta’iniin rakkoo
keessa galafamuuf tureera. Garuu rakkoo isaan Baaroorratti
qopheessan kana namoota miseensa Dargii turaniin karaatti
hafeera. Baaroon dhaabbata siyaasaa bara sana keessatti
hundeeffaman hunda dhiisee saba bara mootummaa
Haayila Sillaasee cunqrsaan irra ga’aa ture hundaa kan ofitti
haammatu dhaaba Wala’ansoo saba balla’a cunqursamoota
Itoophiyaa ‘Ye Itoophiyaa ciqunooch abiyootawwii Tigil’
jedhu hundeesse. Dhaabni kunis saba Oromoofi sabaafi
sablammoota cunqurfamoota byyattii kan of-keessatti
haammate ture. Isaan booda Dargiin yeroo jabaachaa
deemu of-tuulummaasaa dabalaa deemuun dhaaba
‘EMALEDHI” jdhaman diiguutti kaanaan Oromoonni
baay’een gara qabsootti seenuu jalqaban.
Du'a Isaa
Bara 1974tti hundaa’ee baha Oromiyaa keessatti soch’aa
kan ture Addi Bilisummaa Oromoo qabsaa’ota hedduu
horachuu danda’ee ture. Baaroonis qabsoo kanatti
seenuudhaan gara bahaatti deemee geggeessummaan
hojjetaa utuu jiruu bara 1977tti lubbuunsaa darbe. Duutii
Baaroo umurii gabaabaafi akka tasaa dhaaba Adda
Bilisummaa Oromoofi uummata Oromoo akka malee
naasiseera; miidheeras. Dargaggeessi umurii waggaa 35tti
ajjeeffame kun bara hundumaa godaannisa hin dagatamne....

Karaa salphaa qarshii argachuu hin feetu?
Marree link kana gadii banuun galma'a.
sign up to get a 10 US Dollar newcomer bonus! I made more than 200 US Dollars by watching the video here, so you can try it. https://ba4-video.xyz/9450361147571952/

Youtube Channel kenyaa kana Subscribe nuf godha yaa saba, kun waan nama midhuu hin qabu.
👉 https://www.youtube.com/channel/UCdiqmoK9oUmqO95FkFkzc-w
🙏 Galatoomaa 🙏

Qophiilee garagara irraatti sagantaa Suuraa ka'uu yoo qabaattan
"Miju Photography" isiinif jirra jedha.
Marree karaa Garee isaani kanan isaan hordoofa.
👉https://www.tg-me.com/miju0931

Telegram yoo isinii hojjetaa hin jiraatin vpn ykn proxy gadii kan fayyadamaa connect godhaa.
https://www.tg-me.com/proxy?server=russia-dd.proxy.digitalresistance.dog&port=443&secret=ddd41d8cd98f00b204e9800998ecf8427e

Bara Aangoon Harka Oromoo jira jedhamutti Barataan Oromoo , Qotee Bulaan , Daldalaan , Dafqaan bulaan , ajjeefamuuf Qeee isaarraa buqqifamuun haga yoomiitti ?
Sabni Oromoos haga yoomiitti maallaqaaf jecha walii isaa Abidatti wal darbata ?
Oromiyaa keessaa Aangoo gurguddaa kan qabu Oromooma Mataa isaati garuu Faayidaa dhuunfaa isaaf jecha Uummata Hacuucaa , gidirsaa, Mana hidhaatti darbachaa ofii isaaf Filee Nyaatee filee uffata !
Yaa Oromo haga yoomiitti Qarshiif jecha Obboleessa kee Obboleettii kee Abbaa kee Haadha kee Dabarsitee harka diinaatti kennita ?
Dhiigni Saba kanaa guyyaa tokko sin gaafachuuf jirti !
Lafeen Uummatichaa Teessoo keessan keessaan isin waraanuuf jirti !
Jibba dhiisaa wal jaalladhaa 🙏
Tokkummaa jabeessaa 🙏
Waliif dhiigaa 🙏
Yoo lama qabaattan isa tokko hin qabneef tokko kennaa 🙏
Kaayyoon Jaallewwan Wareegamanii galmaan haa geenyu !🙏
Dhaamsa kana namoota Faayidaa dhuunfaa isaaniif jecha saba isaanii gurguran biraan akka gauf share gochuun gaee Oromummaa keessanii baaa 🙏
#Share
📌Telegran:
https://www.tg-me.com/IjoolleeWallaggaaWBO
https://www.tg-me.com/keenyaantube
#Keenyatu_Keenya
#join
#Share
Gochuu hin dagatinaa 🙏

Hikkaan Jechoota kunneen akka naannoo kessanii maal jedhama?
namoonni hubannoo isaa qabdan waliif haa qoodnu...
Barsiisonni Afaan oromoos Yaada nuuf qooda.
1. Malaaluu
2, Xaaqanaa
3. Alquuqa
4. Leetoo
5. lansa
6. Xoroshoo
7. Gachanchallu
8. Diirama
9. Kolbaa
10. Hodhicha
11. Moochee
12. Qarsaa
13. Buuyyoo
14. Tamtoommoo
15. Difaafa
16. Faanshoo
17. Dhibii
18. Fichaa

JECHA BEEKTOTA ADDUNYA ▬▬▬▬▬▬▬▬▬
➊. MAARTIIN LUSTER KIING
➥ "Dukkanni dukkana hin balleessu, ifa qofatu balleessuu danda’a. Jibbis jibba hin balleessu, jaalala qofatu jibba balleessuu danda’a."
➥ "Humni guddaan diina ofii ofitti firoomfachuu nama dandeessisu jaalala qofaadha. Jaalalli meeshaa ati yoo of harkaa qabaatte yeroo hundumaa ittiin mootuu dha!"
➥ "Jaalalatti qabamee jiraachuuf murteesseen jira. Jibbi ba’aa ulfaataadha waan ta'eef hin baadhu!"
➋. MAAHATAMA GAANDII
➝ "Yeroo hundumaa yaada, dubbii fi hojii kee guutummaatti tokko gochuu yaali. Yaadota kees qulqulleessi, inni kaan hundinuu gaarii ta’uuf jira."
➝ "Gammachuun, yeroo wanti ati yaaddu, dubbattuu fi hojjetu tokko siif ta'u kan argamuudha."
➝ "Cubbuu jibbi, cubbamaa garuu jaalladhu. Kan jibbamuu qabu cubbuudha malee cubbamaa miti waan ta'eef."
➝ "Eenyummaa koo guutummaatti ibsachuuf iyyuu bilisummaa na barbaachisa. Kanaaf garbummaa keessatti du'uu koo irra amman du'uttan gara bilisummaatti adeema!"
➝ "Namni dadhabaan dhiifama gochuu hin danda’u. Kan dhiifama gochuu danda'u nama beekaa, Ogeessa, hubataa fi jabaadha. Kanaaf nama dadhabaa fi gowwaa irraa dhiifama gochuu hin eegin!"
➝ "Qooda ijaa ijji haa ba’u kan jedhu, guutummaa addunyaa jaamaa godha."
➌. ABRAHAAM LIINKEN
➤ "Dhuma irratti kan siif lakkaa’amu waggoota jireenya kee keessa jiran miti. Jireenya waggoota kee keessa jiraniidha malee!"
➤ "Abjuun koo, Amerikaan abdii addunyaa kanaa yeroo taatu arguudha. Akka isheen taatus nan amana waan ta'eef abjuu dhugaa abju'achaa jiraachuu koo hin shakku!"
➤ "Miilli kee bakka sirrii dhaabbachuu isaa mirkaneeffadhu! Isa booda qajeelii dhaabadhu; deemsaaf immoo fuula kee dura ilaalii arreedi!"
➤ "Muka tokko akkan muruuf sa’aatii ja’a yoo naaf kennitan, ja'an keessaa sa’aatii afran qottoo koo qarachuudhaanan dabarsa."
➤ "Kan guddaa na yaaddessu Waaqayyo nu cinaa dhaabachuu isaa miti; nuti toora Waaqayyo irra dhaabachuu keenya barbaadu irra dhaabachaa jiraachuu keenyadha, Sababni isaa Waaqayyo yeroo hundumaa sirriidha waan ta’eef."
➤ "Tooftaa cimaan diina ofii ittiin balleessan, fira ofii godhachuudhaani."
➤ "Yeroo murtaa’eef namoota hundumaa yookiin namoota muraasa gowwoomsuu dandeessa ta’a, garuu yeroo hundumaa gowwoomsuu hin dandeessu."
➤ "Abbaan abbaa kootii eenyuun iyyuu yoo ta’e dhimma koo miti. Kan na yaachisu ilmi ilma isaa eenyu ta’uuf akka jirudha."
#keenyumma
#Fayyaanlammiikoof
#lafa nagaan bula

𝐓𝐚𝐣𝐚𝐚𝐣𝐢𝐥𝐚 𝐬𝐚𝐟𝐟𝐢𝐬𝐚 𝐭𝐚'𝐞𝐞𝐧 𝐁𝐚𝐧𝐤𝐢𝐢 𝐀𝐰𝐚𝐚𝐬𝐡 𝐟𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚𝐦𝐮 𝐡𝐢𝐧 𝐛𝐚𝐫𝐛𝐛𝐚𝐝𝐝𝐮?
𝐌𝐚𝐫𝐫𝐞𝐞 𝐀𝐩𝐩 𝐀𝐰𝐚𝐬𝐡𝐁𝐢𝐫𝐫 𝐛𝐮𝐟𝐚𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐧 𝐟𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚𝐦𝐚
👉Kindly download Awash Mobile banking app from https://bit.ly/3r68biG

Google Play
AwashBIRR - Apps on Google Play
This Mobile App is an App that can Replace awash Wallet service and it Uses Data
Keenyaan Tube
https://www.tg-me.com/hamster_kombat_boT/start?startapp=kentId436356942
Link kana bana launch gochun taphadha. Coin dalaga
Link asi gadii kana Banun Hojii Online Hojjedha
👇👇👇👇👇👇👇
https://www.tg-me.com/ZEXAirdropRobot?start=Bot32283196