Telegram Web Link
Afaan beektanin Amaantii fi Lagan utuu wal hin qoodiin wa'ee saba keenya badii tokko malee Lubbuun isaani darbaa jiruf harkaa kessan gara Waaqayyootti ol kaasa kadhadhaa.
Waaqayyoo Deebii waan hundumaa waan ta'eef.
Link armaan gadi tuquun hojii online hojjedha...

๐Ÿ‘‰ https://drojob.com/?r=matia7
Hikkaan Jechoota kunneen akka naannoo kessanii maal jedhama?
namoonni hubannoo isaa qabdan waliif haa qoodnu...
Barsiisonni Afaan oromoos Yaada nuuf qooda.

1. Malaaluu
2, Xaaqanaa
3. Alquuqa
4. Leetoo
5. lansa
6. Xoroshoo
7. Gachanchallu
8. Diirama
9. Kolbaa
10. Hodhicha
11. Moochee
12. Qarsaa
13. Buuyyoo
14. Tamtoommoo
15. Difaafa
16. Faanshoo
17. Dhibii
18. Fichaa
JECHA BEEKTOTA ADDUNYA โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ

โžŠ. MAARTIIN LUSTER KIING

โžฅ "Dukkanni dukkana hin balleessu, ifa qofatu balleessuu dandaโ€™a. Jibbis jibba hin balleessu, jaalala qofatu jibba balleessuu dandaโ€™a."

โžฅ "Humni guddaan diina ofii ofitti firoomfachuu nama dandeessisu jaalala qofaadha. Jaalalli meeshaa ati yoo of harkaa qabaatte yeroo hundumaa ittiin mootuu dha!"

โžฅ "Jaalalatti qabamee jiraachuuf murteesseen jira. Jibbi baโ€™aa ulfaataadha waan ta'eef hin baadhu!"

โž‹. MAAHATAMA GAANDII

โž "Yeroo hundumaa yaada, dubbii fi hojii kee guutummaatti tokko gochuu yaali. Yaadota kees qulqulleessi, inni kaan hundinuu gaarii taโ€™uuf jira."

โž "Gammachuun, yeroo wanti ati yaaddu, dubbattuu fi hojjetu tokko siif ta'u kan argamuudha."

โž "Cubbuu jibbi, cubbamaa garuu jaalladhu. Kan jibbamuu qabu cubbuudha malee cubbamaa miti waan ta'eef."

โž "Eenyummaa koo guutummaatti ibsachuuf iyyuu bilisummaa na barbaachisa. Kanaaf garbummaa keessatti du'uu koo irra amman du'uttan gara bilisummaatti adeema!"

โž "Namni dadhabaan dhiifama gochuu hin dandaโ€™u. Kan dhiifama gochuu danda'u nama beekaa, Ogeessa, hubataa fi jabaadha. Kanaaf nama dadhabaa fi gowwaa irraa dhiifama gochuu hin eegin!"

โž "Qooda ijaa ijji haa baโ€™u kan jedhu, guutummaa addunyaa jaamaa godha."

โžŒ. ABRAHAAM LIINKEN

โžค "Dhuma irratti kan siif lakkaaโ€™amu waggoota jireenya kee keessa jiran miti. Jireenya waggoota kee keessa jiraniidha malee!"

โžค "Abjuun koo, Amerikaan abdii addunyaa kanaa yeroo taatu arguudha. Akka isheen taatus nan amana waan ta'eef abjuu dhugaa abju'achaa jiraachuu koo hin shakku!"

โžค "Miilli kee bakka sirrii dhaabbachuu isaa mirkaneeffadhu! Isa booda qajeelii dhaabadhu; deemsaaf immoo fuula kee dura ilaalii arreedi!"

โžค "Muka tokko akkan muruuf saโ€™aatii jaโ€™a yoo naaf kennitan, ja'an keessaa saโ€™aatii afran qottoo koo qarachuudhaanan dabarsa."

โžค "Kan guddaa na yaaddessu Waaqayyo nu cinaa dhaabachuu isaa miti; nuti toora Waaqayyo irra dhaabachuu keenya barbaadu irra dhaabachaa jiraachuu keenyadha, Sababni isaa Waaqayyo yeroo hundumaa sirriidha waan taโ€™eef."

โžค "Tooftaa cimaan diina ofii ittiin balleessan, fira ofii godhachuudhaani."

โžค "Yeroo murtaaโ€™eef namoota hundumaa yookiin namoota muraasa gowwoomsuu dandeessa taโ€™a, garuu yeroo hundumaa gowwoomsuu hin dandeessu."

โžค "Abbaan abbaa kootii eenyuun iyyuu yoo taโ€™e dhimma koo miti. Kan na yaachisu ilmi ilma isaa eenyu taโ€™uuf akka jirudha."
#keenyumma
#Fayyaanlammiikoof
#lafa nagaan bula
๐“๐š๐ฃ๐š๐š๐ฃ๐ข๐ฅ๐š ๐ฌ๐š๐Ÿ๐Ÿ๐ข๐ฌ๐š ๐ญ๐š'๐ž๐ž๐ง ๐๐š๐ง๐ค๐ข๐ข ๐€๐ฐ๐š๐š๐ฌ๐ก ๐Ÿ๐š๐ฒ๐ฒ๐š๐๐š๐ฆ๐ฎ ๐ก๐ข๐ง ๐›๐š๐ซ๐›๐›๐š๐๐๐ฎ?
๐Œ๐š๐ซ๐ซ๐ž๐ž ๐€๐ฉ๐ฉ ๐€๐ฐ๐š๐ฌ๐ก๐๐ข๐ซ๐ซ ๐›๐ฎ๐Ÿ๐š๐š๐œ๐ก๐ฎ๐ฎ๐ง ๐Ÿ๐š๐ฒ๐ฒ๐š๐๐š๐ฆ๐š

๐Ÿ‘‰Kindly download Awash Mobile banking app from https://bit.ly/3r68biG
Link asi gadii kana Banun Hojii Online Hojjedha

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/ZEXAirdropRobot?start=Bot32283196
Hanga ammati waan kn hn jalqabne yoo tae
Bot armaan gadii Banun jalqaba.

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/gemzCoin_bot/tap?startapp=TWuNC-UIFVo22NzVVLDpD4
Guy's Online irraa taa'aa bot waan kaardii isiniif argamsiisuu tokko isiniif argineerra.

Hiriyyaan koo tokkos bifa argaa jirtaniin hojjatee argateera. isinis yaalaa...

jalqaba akkuma link armaan gadii tuqxaniin channel lamaan isiniif dhufu tuquun join godhaa sana booda referral link mataa keessanii argachuu dandeessu. nutis wanta achirraa argannuu giveaway isinii dhiheessuuf yaadneerraa.

๐Ÿ‘‰https://www.tg-me.com/BirrMineBot?start=436356942 ๐Ÿ‘ˆ
Keenyaan Tube
Photo
Warri waan kana hn jalqabne jalqaba....
Warrii hanga Amma Dogs hin hojjetiin jirtan link armaan jirun Hojjedha.
Binance irratti List ta'uf guyya 5 qofatu hafee wn ta'eef.
Carraa kessan yaala, waa yaaluun nama Hun midhu waan ta'eef.

๐Ÿ‘‰https://www.tg-me.com/dogshouse_bot/join?startapp=Yd4LYwgeSXOJ8NHeR3Q1GA
Warren hanga Amma airdrop kana hn jalqabiin jirtan link kana gad jirun jalqaba

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/Euritebot?start=r0158744543
Waan kana dalaga hin kaffala Jedhama Jira...

https://www.tg-me.com/Tomarket_ai_bot/app?startapp=0000W8Wy

Hey, if you're a Hamster, DOGS, Blum or Catizen user... you have something very special to claim in the Tomarket app now.

The Tomarket airdrop is coming! ๐Ÿช‚

Claim with this link.
Forwarded from Keenyaan Tube
Waan kana dalaga hin kaffala Jedhama Jira...

https://www.tg-me.com/Tomarket_ai_bot/app?startapp=0000W8Wy

Hey, if you're a Hamster, DOGS, Blum or Catizen user... you have something very special to claim in the Tomarket app now.

The Tomarket airdrop is coming! ๐Ÿช‚

Claim with this link.
Link Tele Birr kana Bana nama Afferun Badhafama...

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
telebirr SuperApp buufachuun, galmaa'uu fi daldala raawwachuun badhaasa akka argattan isin afeereera. https://superapp.ethiomobilemoney.et:38443/customer/mgm/index0902.html#/?notoolbar=true&CampaignId=MGM1635518748044544&inviterId=1107825966822400&language=om&time=Sept-03-2024-Dec-02-2024
Air drop kana Bana Hojjedha guyyan Isa dhuma Jira waan taef...


www.tg-me.com/catsgang_bot/join?startapp=HHimRCxr_ewQOWqVXcsy-
Meow, lets see who is OG ๐Ÿ˜ผ
2024/09/26 04:42:47
Back to Top
HTML Embed Code: