Forwarded from JAARRAA ABBAA GADAA (Δ¨ Γ£m ΒͺbΔΔ ΓΔ)
Watch "NEW COMEDY OROMIA NEWS" on YouTube
https://youtu.be/nmC55lz6T5Y
https://youtu.be/nmC55lz6T5Y
YouTube
NEW COMEDY OROMIA NEWS
Like subscribe godhu hin dagatina jenna
Forwarded from MADDA BEEKKUMSAAπ³ (Δ¨ Γ£m ΒͺbΔΔ ΓΔ)
Watch "NEW OROMO MUSIC 2021" on YouTube
https://youtu.be/F6I-Udu3t_c
https://youtu.be/F6I-Udu3t_c
YouTube
NEW OROMO MUSIC 2021
Saahiban koo qaqaali sanyii lencoota subscribe godhuu hin dagatinaa !
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
γ GORSA 6FFAA γ
γ1γNama haasaa keetif gatii hin kennine jalaa cal jechuun deebii sirriidha. Kanaaf nama yeroo baay'ee haasaa keetiin barsiisuf dhamaatee garuu haasaan kee bu'aa buusuu dide, al takka takka immoo callisuun kee isa barsiisa waan ta'eef calluma jedhii usi!
γ2γNamatti iccitii kee himuu keetin dura sirritti irra deddeebi'i itti yaadi! Sababni isaas har'a inni michuu kee fakkaatu boru deebi'e diina sitti ta'uu danda'a waan ta'eef.
#Galmadhugaa
https://www.tg-me.com/joinchat-SzrzXBiDiku9bKzH

Telegram
JECHOOTA HAYYOOTA
Channel kana baanuf kanaan
murtesse dhalli nama jireenya
Isa guutuu waan gaarii hojjete
itti gamadu Caalaa waan tokkole
hojjechu akka hin dandenye
waanan hubadhefii!!!!!
YOUTUBE KEENYA ARGACHUUF
ππππππ
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
murtesse dhalli nama jireenya
Isa guutuu waan gaarii hojjete
itti gamadu Caalaa waan tokkole
hojjechu akka hin dandenye
waanan hubadhefii!!!!!
YOUTUBE KEENYA ARGACHUUF
ππππππ
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
Forwarded from JAARRAA ABBAA GADAA (Δ¨ Γ£m ΒͺbΔΔ ΓΔ)
OMN akka fooyyessinuuf yaadotni hedduun isin biraa dhufaa turuun ni yaadatama. Dhugaadha; OMN fooyyaβuu qaba. OMN yeroo biyya gale sadarkaa olβaanaa irra gahuun mootummaa fi warra sabboonummaa Oromoo jibbanitti yaaddoo tahee turuun ni yaadatama. Haatahu malee akka tasaa OMN Finfinnee cufuu fi meeshaas saamuun miidhaa guddaa dhaabbaticha irraan gahee jira. Nutis abdii hin kutanne. Rakkina san keessatti OMN dandamachiisuuf carraaqqii cimaa goone. Yeroo kanatti humni namaa xiqqaachuu irraa kan kaβe akka barbaachisutti hojjatamuu dhabuun fooyyaβiinsi akka godhamu gaggaafataa turtan. Gaafiin ummataa hojiirra oolchuun OMN fooyyessuuf kutannee kaanee jirra. Yeroo ammaa waahela keenya Mohammad Abdoosh kan itti aanaa Daayrektaraa tahuun Jawaritti aanee bulchiinsa OMN keessatti qooda guddaa bahaa ture murtii boordii OMNtiin nutti dabalamee amma Daayrektara OMN tahee jira. Aadde Raamii Mohammad yeroo rakkinaa san keessatti Daayrektara tahuun kan dhaabbaticha utubaa turtes ni galateenfanna. Gabaabumatti OMN jabaatee akka itti fufu hin shakkinaa. Waadaa Jawar Oromoof seene nuti itti fufsiifna.
#via ferhanabdulselam
https://www.tg-me.com/joinchat-TtN28hkRRpfu4o8z
#via ferhanabdulselam
https://www.tg-me.com/joinchat-TtN28hkRRpfu4o8z
Telegram
JAARRAA ABBAA GADAA
Goota falmuu dhiifnee
Qeerroon Galee ciifnee
Oromiyaa Dachii Goota
Gantuu fi Yartuu Akkam Goggootaa !!!
YAADAFπ @JAARRAABOT
Qeerroon Galee ciifnee
Oromiyaa Dachii Goota
Gantuu fi Yartuu Akkam Goggootaa !!!
YAADAFπ @JAARRAABOT
Suuraa kana bara 2017 kaane. Mirgaa gara bitaatti Mohammed Abdosh kan harβa Daayrektara OMN tahuun muudame, JM, ana (Ferhan Abdulselam), Dereje Hawaaz. Gareen kun harβas walumaan hojjataa jirra JM kan diinni nurraa ukkaamseen alatti. OMN jabaatee itti fufa! https://www.tg-me.com/ferhanabdulselam
Forwarded from JAARRAA ABBAA GADAA (Δ¨ Γ£m ΒͺbΔΔ ΓΔ)
Watch "NEW HACEE KOO 2021" on YouTube
https://youtu.be/plRltHiY9b8
https://youtu.be/plRltHiY9b8
YouTube
NEW HACEE KOO 2021
Please subscribe saahiban koo
Forwarded from Bbb
πAfaan Oromoo guddisuu barbaaddaa?
πAadaa kan kee baruu barbaaddaa?
πDuudhaa Oromoo baruu barbaaddaa?
πSeenaa qabsaawoota Oromoo baruu barbaaddaa?
βοΈKoottaa waliin taanee afaan keenya haa guddifnuu! Maarreegaa kunoo chaanaaloota babbareedoo afaan oromoo guddisuu keessatti gahee guddaa taphachaa jiran hedduu isiniif qabannee dhufnee jirra. Isinirraa kan eeggamu join godhuu qofa ππ

Hanga carraa argattutti teessee hin eegin, yeroo takka takka lafaa kaatee karaa mataa keetii baafatuu qabda.
https://www.tg-me.com/joinchat-SzrzXBiDiku9bKzH
https://www.tg-me.com/joinchat-SzrzXBiDiku9bKzH
Ayyaanni Cuuphaa guutuu biyyattiitti sirnoota garaagaraan kabajamaa jira!
Ayyaanni Cuuphaa guutuu biyyattiitti kadhannaa, faaruu fi sirnoota garaagaraan kabajamaa jira. Ayyaannichi magaalotaa fi godinaalee Oromiyaa garaagaraatti sirna hoo'ina qabuun babajamaa jira. Sirnichi dureewwan mana amantii Ortoodooksii, hoggantoonni mootummaa fi hordooftoonni amantichaa hedduun bakka argamanitti kabajamaa jira.

Forwarded from Qadde Naik Oro officials
KIILIYOOPAATRAA
KIILIYOOPAATRAA
Kiliyoopaatraan dubartii bulchituu motummaa Pitoleemi fi kan ijiptiin hogganuu fi firownaa tan tatedhaa.akkasuma namaa bareddinan hedduu dinqisifamudhaa barreddinaa isii irra kan ka'ee filmiin hojjatamefi jiraa maqaa isiiti.
Ammalee dhirii takka takka jartii isani maqaa isii kana basaf akka isiti bareddii jachuf
*Kiliyoopatraan Dh.K.D baraa 69 magalaa aleeksandariyaatti dhalatee isii Pitolemy XII auletes fi haadha isii Cleopatra VI phalma irra akka dhalatee himama.
bara 69 magaala aleeksaanderiyaattii abba isheeβ Ptolemy XII auletesβ fi haadha ishee βCleopatra VI phalmaβ irraa akka dhalatte himama.
Aleeksaandar guddichi erga ijiptiin weerareen booda aleeksaander lubbuun isaa ni darbitee; innis daangaa baldhaa inni qabatee jiruu kana jeneraalotaaf hirame akka bulchan dhaammatee duβee.
Itti fufaa...
Share
Joinπ
@qadee143

Jawar faa Jimaata beellama qabu. Abukaatoon isaanii Kadir Bulloo βJawar faa haal duree tokko malee himanni dhaabatee hiikamuu qabuβ jedhe. Ummatni Oromoo guutuunis akkas jechaa jira. Kanaafuu Jawar faa hatattamaan hiikamuu qabu! https://www.tg-me.com/ferhanabdulselam
Forwarded from Bbb
Dhaddacha Obbo Jawaar mahaammad faa guyyaa har'aa ooleen himata garagaraa manni murtii kufaa godhee jira. Himanni manni murtichaa kufaa godhees......
Himatawwan jaha Jawaarfaa irratti banama akka adda citan murtaa'e.
Himatawwan 10 namoota galmee Jawaar Mahaammad jalatti himatan 24 irratti dhiyaatan keessaa jaha akka adda citu manni murtii murtee kenne.
Himatawwan adda akka citan taasifaman Obbo Jawaar Mahaammad dabalatee namoota 12 irratti labsii bulchiinsa fi to'annoo meeshaa waraanaa 1177/2012 bu'uura godhachuun kan banamanidha.

Forwarded from Deleted Account
Forwarded from MADDA BEEKKUMSAAπ³ (Δ¨ Γ£m ΒͺbΔΔ ΓΔ)
Garee IJOOLLEE OROMOO JOIN godhaa hiriyyoota keessanis INVITE godhaa!
π @VIPOFFICIA
Nama 20 Invite yoo goote #Admin taata!
@VIPOFFICIA
@VIPOFFICIA
π @VIPOFFICIA
Nama 20 Invite yoo goote #Admin taata!
@VIPOFFICIA
@VIPOFFICIA