Telegram Web Link
#Waan_Dubbisee_irraa
Naannoo keenya Namoota Gosa Aturtu
jira
1 .wallaalaa wallaalummaasaa of irratti hin
beekne:
Namni akkasii gowwaa waan ta'eef
irraa baqadhu
2.Wallaalaa wallaalummaasaa beeku:
Namni Kun bilchina waan hin
qabneef barsiisi.
3.Beekaa akka beekaa tale hin beekne:
Namni Kun goota rafe waan taheef
dammaqsi.
4.beekaa akka beekaa ta'es hubate:
Namni Kun geggeessaa waan taheef
hordofi.
Miiltoo
@HARARGETUB
@HARARGETUB
Forwarded from MADDA BEEKKUMSAA🌳 (Ĩ ãm ªbđĕ Ñę)
Watch "NEW HACEE KOO 2021" on YouTube
https://youtu.be/plRltHiY9b8
Forwarded from MADDA BEEKKUMSAA🌳 (Ĩ ãm ªbđĕ Ñę)
Oduu Ammee:
Har’a mana hidhaa Qaallittii keessatti hokkorri dhalate. Akka maddeen irraa odeeffadhetti dura mana hidhaa keessatti hidhamtoota jidduutti lolli ka’e. Billawaan wal waraanan jedhan. Billawni akkamitti akka mana hidhaa keessa seenes wanti beekamu hanga ammaatti hin jiru. Sana boodas hidhamtootni miliquuf yaalanii osoo fiigu kan rukutames jiraachuutu himama. Kan du’es jira jedhamaa jira. Haa tahu malee bakka Jawar faa itti hidhaman irraa fagoodha. Jawar faa nagaa qabaachuu isaanii mirkaneeffadheen jira. Dhimma kana hordofaa jirra. Waan tahaa jiru gurra isin buusa.

VIA👉ferhan Abdulselam

@OROMOTOO
@OROMOTOO
Dubbii Abiy tana qulqulleeffachuuf hedduun yaalii godhe. Abiy waan ta’eefuu achumattuu namni isa argaa hin jiru. Kuni qabatama. Maaliif mul’achuu dide kan jedhu qoradhee deebii gahaa argachuu hin dandeenye. Wanti himamu hojiin itti baay’achuudha. Kuni ammoo amansiisaa miti. Wajjirri MM nagaa qaba; hojii irra jira kan jedhu caasaatti dabarsaa jira. Kanumatu wal jalaa fuudhamaa jira. Qaamaan garuu hin argan. Nagaa qaba jedhanii osoo isa hin mul’ifne kana hunda miidiyaaleen isa deeggaran rakkachuun rakkoon jiraachuu nu agarsiisa. Facebook maqaa Abiyyiitiin jiru akka inni irratti hin maxxansine amma dura gaafiif deebii Seeyfuu waliin godhe irratti dubbatee ture. Kanaafuu fb irratti barreesseef amanuun hin danda’amu. Dhugaa jirtu garuu qorachaan jira. Gama biraatiin waan namni ABIN kun barreesse irraa waatu hubatama. “Yeroon amma” jedha. Amma waatu mijate jechuudha. Maal godhanii waa mijeeffatan kan jedhu gaafiidha.
https://www.tg-me.com/ferhanabdulselam
Yellow challenge
💛Oromo juwar 💛
💛💛💛💛💛💛💛💛💛
Oromo yellow movement challenge
💛💛💛
💛💛💛
💛💛💛
Yeroon Tolasaa qabamuu isaanii fb irratti barreessee ture.
Uffata halluu feete keewwattee mana murtii dhaquun mirga. Dhaddachi ummataaf banaa ture. Kuni mirga heeraan kennamedha. Garuu Oromoon waan mirga dhabeef hidhamaa jira. Oromoon biyya san keessatti akka mirga hin qabne kunis ragaa dabalataati. https://www.tg-me.com/ferhanabdulselam
Bitaa gara mirgaatti Yeroon Tolasaa, Masarat Dhaabaa fi Wabii burqaa faa warra har’a hidhaman keessa jiru. Koree qindeessituu Oromo Yellow Movement dha. Qabsoo karaa nagaa naamusa qabu geggeessan. Sirni Abiy sirna hundarra hamaa tahuu isaatiin kanas akka hin hayyamne hidhuun agarsiise. Qabsoon wareegama gaafatti. Abdii kutuun hin barbaachisu. Qabsoon itti fufa!
Oduu Ammee: namootni uffata keelloo uffatanii hidhaman yeroo ammaa baay’inni isaanii 90 gahuu maddeen irraa hubannee jirra.




@OROMOTOO
Oduu Ammee: “Hanga warra uffata keelloo uffate hiitan hiiktanitti gurra ittiin isin dhageeffannu hin qabnu” jechuun Jawar faa dhaddachaa har’aa didanii jiru. Sababa kanaan beellamni biroo torbee dhufutti qabamee jira.
@OROMOTOO
Oduu Ammee: Hiriirri mormii namoota hedduu hirmaachise ganama kana sa'aa 3:00 irraa hanga sa'aatii 5:00tti Harargee bahaa Aanaa Dirree Xiyyaarraatti gaggeeffamee jira.


@OROMOTOO
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Jawar faa dhaddacha lagatanii yeroo mana murtii keessaa bahan viidiyoo agarsiisuudha. @OROMOTOO
@OROMOTOO
Channalota kana yoo kessaa hin jiraane join godhi Oromoo tiyya waan hedduu irra barattani
@OROMOTOO
@ISLAMTUB
@HARARGETUB
@DEDRORO
@JECHOOTAHAYYOOTA
@JIRUU_TEENYA
@MADDAJAALAL
@VIPOFFICIA
Wallisaa Michuu seenaa hiikameera. Hundi hiikamuu qaba! Yoo hin hiikne tasgabbii hin eeginaa! Biyyi isin harkatti bututtee jirti jarana!.
Forwarded from MADDA BEEKKUMSAA🌳 (Ĩ ãm ªbđĕ Ñę)
Channalota kana yoo kessaa hin jiraane join godhi Oromoo tiyya waan hedduu irra barattani
@OROMOTOO
@ISLAMTUB
@HARARGETUB
@DEDRORO
@JECHOOTAHAYYOOTA
@JIRUU_TEENYA
@MADDAJAALAL
@VIPOFFICIA
Warra kaleessa hidhan keessaa nama 39 amma hiikanii jiru. Warra keessaa hambisan sanis dafanii hiikuu qabu. Hidhaan qabsoo jabeessiti malee hin laaffiftu. Dafaa hiikaa!
Gaazexeessaa OMN kan ture Udii Muussaa warra kaleessa hidhaman keessa ture galgala kana hiikamee jira.
2024/09/24 14:24:08
Back to Top
HTML Embed Code: