Telegram Web Link
Abbay Tsaayyee fi Siyyum Masfin ajjeefaman jedhan. Bara β€œlikkiitti isin galchina” jedhe san kuni itti hin mul’atu ture. Dhiigni ilmaan hiyyeessaa garuu nama hin dhiisu. Booddeen abbootii irree salphinaan addunyaarraa galuudha. Namni waan gaarii hojjate garuu yoomuu ni faarfama.
Forwarded from JAARRAA ABBAA GADAA (Δ¨ Γ£m ΒͺbΔ‘Δ• Γ‘Δ™)
Watch "NEW COMEDY OROMIA NEWS" on YouTube
https://youtu.be/nmC55lz6T5Y
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
γ€Š GORSA 6FFAA 》

γ€Š1》Nama haasaa keetif gatii hin kennine jalaa cal jechuun deebii sirriidha. Kanaaf nama yeroo baay'ee haasaa keetiin barsiisuf dhamaatee garuu haasaan kee bu'aa buusuu dide, al takka takka immoo callisuun kee isa barsiisa waan ta'eef calluma jedhii usi!

γ€Š2》Namatti iccitii kee himuu keetin dura sirritti irra deddeebi'i itti yaadi! Sababni isaas har'a inni michuu kee fakkaatu boru deebi'e diina sitti ta'uu danda'a waan ta'eef.

#Galmadhugaa

https://www.tg-me.com/joinchat-SzrzXBiDiku9bKzH
Forwarded from JAARRAA ABBAA GADAA (Δ¨ Γ£m ΒͺbΔ‘Δ• Γ‘Δ™)
OMN akka fooyyessinuuf yaadotni hedduun isin biraa dhufaa turuun ni yaadatama. Dhugaadha; OMN fooyya’uu qaba. OMN yeroo biyya gale sadarkaa ol’aanaa irra gahuun mootummaa fi warra sabboonummaa Oromoo jibbanitti yaaddoo tahee turuun ni yaadatama. Haatahu malee akka tasaa OMN Finfinnee cufuu fi meeshaas saamuun miidhaa guddaa dhaabbaticha irraan gahee jira. Nutis abdii hin kutanne. Rakkina san keessatti OMN dandamachiisuuf carraaqqii cimaa goone. Yeroo kanatti humni namaa xiqqaachuu irraa kan ka’e akka barbaachisutti hojjatamuu dhabuun fooyya’iinsi akka godhamu gaggaafataa turtan. Gaafiin ummataa hojiirra oolchuun OMN fooyyessuuf kutannee kaanee jirra. Yeroo ammaa waahela keenya Mohammad Abdoosh kan itti aanaa Daayrektaraa tahuun Jawaritti aanee bulchiinsa OMN keessatti qooda guddaa bahaa ture murtii boordii OMNtiin nutti dabalamee amma Daayrektara OMN tahee jira. Aadde Raamii Mohammad yeroo rakkinaa san keessatti Daayrektara tahuun kan dhaabbaticha utubaa turtes ni galateenfanna. Gabaabumatti OMN jabaatee akka itti fufu hin shakkinaa. Waadaa Jawar Oromoof seene nuti itti fufsiifna.

#via ferhanabdulselam
https://www.tg-me.com/joinchat-TtN28hkRRpfu4o8z
Suuraa kana bara 2017 kaane. Mirgaa gara bitaatti Mohammed Abdosh kan har’a Daayrektara OMN tahuun muudame, JM, ana (Ferhan Abdulselam), Dereje Hawaaz. Gareen kun har’as walumaan hojjataa jirra JM kan diinni nurraa ukkaamseen alatti. OMN jabaatee itti fufa! https://www.tg-me.com/ferhanabdulselam
Forwarded from JAARRAA ABBAA GADAA (Δ¨ Γ£m ΒͺbΔ‘Δ• Γ‘Δ™)
Watch "NEW HACEE KOO 2021" on YouTube
https://youtu.be/plRltHiY9b8
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
Hanga carraa argattutti teessee hin eegin, yeroo takka takka lafaa kaatee karaa mataa keetii baafatuu qabda.
https://www.tg-me.com/joinchat-SzrzXBiDiku9bKzH
Ayyaanni Cuuphaa guutuu biyyattiitti sirnoota garaagaraan kabajamaa jira!

Ayyaanni Cuuphaa guutuu biyyattiitti kadhannaa, faaruu fi sirnoota garaagaraan kabajamaa jira. Ayyaannichi magaalotaa fi godinaalee Oromiyaa garaagaraatti sirna hoo'ina qabuun babajamaa jira. Sirnichi dureewwan mana amantii Ortoodooksii, hoggantoonni mootummaa fi hordooftoonni amantichaa hedduun bakka argamanitti kabajamaa jira.
Forwarded from Qadde Naik Oro officials
KIILIYOOPAATRAA


KIILIYOOPAATRAA

Kiliyoopaatraan dubartii bulchituu motummaa Pitoleemi fi kan ijiptiin hogganuu fi firownaa tan tatedhaa.akkasuma namaa bareddinan hedduu dinqisifamudhaa barreddinaa isii irra kan ka'ee filmiin hojjatamefi jiraa maqaa isiiti.
Ammalee dhirii takka takka jartii isani maqaa isii kana basaf akka isiti bareddii jachuf
*Kiliyoopatraan Dh.K.D baraa 69 magalaa aleeksandariyaatti dhalatee isii Pitolemy XII auletes fi haadha isii Cleopatra VI phalma irra akka dhalatee himama.
bara 69 magaala aleeksaanderiyaattii abba ishee’ Ptolemy XII auletes’ fi haadha ishee β€˜Cleopatra VI phalma’ irraa akka dhalatte himama.

Aleeksaandar guddichi erga ijiptiin weerareen booda aleeksaander lubbuun isaa ni darbitee; innis daangaa baldhaa inni qabatee jiruu kana jeneraalotaaf hirame akka bulchan dhaammatee du’ee.

Itti fufaa...
Share
JoinπŸ‘Ž
@qadee143
@qadee143
@qadee143
Jawar faa Jimaata beellama qabu. Abukaatoon isaanii Kadir Bulloo β€œJawar faa haal duree tokko malee himanni dhaabatee hiikamuu qabu” jedhe. Ummatni Oromoo guutuunis akkas jechaa jira. Kanaafuu Jawar faa hatattamaan hiikamuu qabu! https://www.tg-me.com/ferhanabdulselam
Forwarded from Bbb
Dhaddacha Obbo Jawaar mahaammad faa guyyaa har'aa ooleen himata garagaraa manni murtii kufaa godhee jira. Himanni manni murtichaa kufaa godhees......
Himatawwan jaha Jawaarfaa irratti banama akka adda citan murtaa'e.

Himatawwan 10 namoota galmee Jawaar Mahaammad jalatti himatan 24 irratti dhiyaatan keessaa jaha akka adda citu manni murtii murtee kenne.

Himatawwan adda akka citan taasifaman Obbo Jawaar Mahaammad dabalatee namoota 12 irratti labsii bulchiinsa fi to'annoo meeshaa waraanaa 1177/2012 bu'uura godhachuun kan banamanidha.
Forwarded from MADDA BEEKKUMSAA🌳 (Δ¨ Γ£m ΒͺbΔ‘Δ• Γ‘Δ™)
Garee IJOOLLEE OROMOO JOIN godhaa hiriyyoota keessanis INVITE godhaa!
πŸ‘‰ @VIPOFFICIA
Nama 20 Invite yoo goote #Admin taata!
@VIPOFFICIA
@VIPOFFICIA
2024/09/24 16:36:50
Back to Top
HTML Embed Code: