#Tigray
Dubartoonni Naannoo Tigraay loltoota Eertraa fi Itiyoopiyaan humnan gudeedamuu himan.
Tigraay keessatti dubartoonnii fi durboonni haeellaan humnaan gudeeddii irratti raawwatamuu dubbatan kanneen 580 ol taโan miidhaa qaamaa fi sammuuf kan saaxilaman taโuu VOAf ibsaniiru.
Gargaarsa argachuuf gara waaltaalee eegumsa fayyaa addaa addaa dhaqan miidhamtoonni kun umuriin isaanii waggaa saddeetii hanga sagaltamaa akka gaโu ragaan waajjira dhimma dubartootaa irraa argame tuqee jira.
Haleellaa irratti raawwatameen dhibee kan akka HIV fi dhukkuboota dadarban ka biroos kan saaxilaman, miidhaan qaamaa kan irra gaโee fi ulfa of irraa baasuuf kan dirqaman jiraachuun ibsamee jira.
Maddi: VOA

Cinaachi miidhamee..
Mataan eessan rafa.
Walloon achii tuqamee
akkamittin irraa hafa.
Walloo koo
Dhiira ilma warqituu.
Sin beeka duruu gad jattee
Diinaaf garaan hirtuu.
Akkuma aadaa keetii
Finiinsi qabsoo itti jirtu.
Itti fakkaatte malee
Si jilbiiffachiisun fagoodhaa.
Gadheen haa bartu
Irraan hafu Anis walloodhaa.
Mataan eessan rafa.
Walloon achii tuqamee
akkamittin irraa hafa.
Walloo koo
Dhiira ilma warqituu.
Sin beeka duruu gad jattee
Diinaaf garaan hirtuu.
Akkuma aadaa keetii
Finiinsi qabsoo itti jirtu.
Itti fakkaatte malee
Si jilbiiffachiisun fagoodhaa.
Gadheen haa bartu
Irraan hafu Anis walloodhaa.
โค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธ
โ GORSA โ
โค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธ
๐ Nama tokkoof ala lama ol hin bilbiliin. siif hin kaasan taanaan waan baayyee barbaachisaa ykn dirqamaa keessa jiru ta'a.
๐ Qarshii liqeeffatte dafiitii deebisi. qarsii tokkos dhibbas haa ta'u; osoo namichi sin gaafatiin. kun amanammummaa kee agarsiisa.
๐ Namni affeerraaf yoo si waame, nyaata qaalii hin ajajiin. yoo dandeesse kan fedhakee naaf ajaji jedhiin!
๐ Yoo namni bilbilarraa suuraa sitti agarsiisu gara bitaa ykn mirgaatti hin dabarsiin; waan itti aanee jiru hin beektuuti.
๐๐ kannen ni raawwatta taanaan ati LIKE cuqaasadhu!

#Share gootu malee biran darbin
Artist Nasra Oromo Gursumiif kun hin malle, kaleessa akkumasheen sirba lakkifteen halkan edaa namoota hin beekkamneen akkana taate , oromoonni biyya Egypt jirtan bira nuuf dhaabbadhaa, amma mana yaalaa jirti sa'a kana...

Forwarded from Qerroo media
๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐
๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐.๐ช
Forwarded from Bbb
Eegaa akkuma beekkamu yeroo ammaa kana filannoon marsaa 6ffaan dhihaachaa jiraachuun ni beekkama sababa kanaaf paartiileen hedduun miseensoota isaaniif ergaa dabarsuuf jecha gama teelegiraamiitiin dhufaniiru. Paartiilee deeggartan filachuudhaan join gochuu hin dagatinaan dhaamsa keenya!
join ๐๐
join ๐๐
INBOX WALLOO IRRAAHI!!!!
Aanaa Arxummaa Fursii Waajjira poolisiitti liyyuu Haayiliin Amaaraa boombii darbate .
[SQ-Bitootessa 27/2021]
kaaba Oromiyaa walloo Aanaa Arxummaa Fursii magaalaa caffaa Roobit keessatti humnootni ijaarsa liyyuu haayilii qabanii fi tumsa Amaaraa qaban boombii waajjira poolisiitti darbataniin miidhaan qaqqabuu maddeen nuuf himaniiru.
Akka maddeen keenya nuuf himanitti miidhaa qabeenyaa fi nam irra qaqqabe ammaaf kan adda hin baanee fi boombiin ganma irra darbatamuu nuuf himuun erga boombiin darbatamee boodas naannoo sanatti sagaleen dhukaasaa akka ture nuuf himaniiru.

''๐๐๐๐ฅ ๐ญ๐๐๐ง๐?''๐๐๐๐ฅ๐๐ ๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐ ๐ฐ๐๐ฅ๐ฅ๐๐ ๐ก๐๐๐ซ๐๐๐ง ๐๐ก๐ฎ๐๐๐ ๐ฃ๐ข๐ซ๐.
๐HARARGEE MEDIA
Photo
๐๐ข๐ ๐๐ข๐ฅ๐ข๐ฌ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐ ๐๐จ๐จ๐ฌ๐ข๐ฌ๐๐ ๐๐ข๐ญ๐ข๐ฅ๐๐
๐๐ฅ๐ฆ๐ ๐๐๐๐ฌ๐ฌ๐๐ง ๐๐ซ๐ซ๐๐!
_
๐๐๐ ๐ ๐๐ ๐๐ก๐ข๐๐๐ ๐๐ก๐๐ง ๐ ๐ฎ๐ฎ๐ญ๐ฎ๐ฎ
๐๐จ๐จ๐ซ๐ซ๐จ๐จ ๐ค๐๐๐ฌ๐ฌ๐ ๐ญ๐๐๐ฌ๐ฌ๐๐ง๐ข๐ข
๐๐ก๐ข๐ข๐ ๐๐๐๐ข ๐ฅ๐๐๐๐ ๐ค๐๐๐ฌ๐ฌ๐๐ง๐ข๐ข๐ง
๐๐ซ๐จ๐ฆ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐ ๐๐ฌ๐ข๐ข๐ง ๐ ๐๐๐ฌ๐ฌ๐๐ง๐ข๐ข
๐๐๐ฌ๐ก๐ข๐ซ๐๐ ๐ฒ๐๐ ๐๐ก๐ข๐ข๐ ๐๐ค๐จ๐จ
๐๐๐ฃ๐ฃ๐๐๐จ๐จ ๐ข๐ฅ๐ฆ๐๐๐ง ๐๐๐ฒ๐ฒ๐๐
๐๐๐๐ง๐๐๐ง ๐ค๐๐๐ง๐ฒ๐ ๐๐๐๐ฅ๐๐ฆ๐
๐๐ฌ๐ข๐ง๐ฎ๐ฆ๐๐๐ง ๐ก๐๐๐ซ๐๐ฒ๐๐!
_
๐๐ฎ๐ซ๐๐ญ๐ญ๐ฎ๐ฎ ๐ข๐ญ๐ญ๐ข ๐๐๐๐ค๐ญ๐ฎ๐ฎ
๐๐๐๐ฅ๐ข๐ข๐ฐ๐ฐ๐๐ง ๐ข๐ฅ๐ฆ๐๐๐ง ๐ฌ๐๐๐๐
๐๐ฌ๐จ๐จ ๐ข๐ฌ๐ข๐ง ๐ฃ๐ข๐ซ๐ญ๐๐ง๐ข๐ข ๐๐ก๐ฎ๐ ๐๐๐ง
๐๐๐๐ง๐ฒ๐ ๐๐ค๐ค๐๐ฆ๐ข๐ข๐ง ๐๐๐๐๐?
๐๐๐๐๐ ๐ค๐๐๐ฌ๐ฌ๐๐ง๐ญ๐ฎ ๐๐๐๐๐
๐๐ฎ ๐๐๐ ๐๐ ๐ก๐๐ซ'๐๐๐ง ๐ ๐'๐๐
๐๐ก๐ข๐ข๐ ๐ ๐ค๐๐๐ฌ๐ฌ๐๐ง ๐ช๐จ๐๐๐๐๐ก๐๐๐ง
๐๐๐ง๐ฒ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐๐ง ๐ค๐๐๐ง๐ฒ๐ ๐๐๐ซ๐ซ๐'๐๐!
_
๐๐๐ซ๐ฎ๐ฎ ๐ ๐ข๐๐ข๐ซ๐๐๐ง ๐ค๐ฎ๐ง๐ข
๐๐ฌ๐ข๐ง๐ข๐ข๐ ๐ก๐ข๐ง ๐ฆ๐๐ฅ๐ฎ๐ฎ
๐๐๐๐ช๐ง๐ข ๐๐๐๐๐ ๐๐ก๐ฎ๐ ๐๐
๐๐๐ญ๐ข๐ข ๐ข๐ฌ๐๐๐ง๐ข๐ข ๐ก๐ ๐ค๐๐๐๐๐ฅ๐ฎ
๐๐๐ฌ๐ก๐ข๐ซ๐ ๐ฒ๐๐ ๐๐ก๐ข๐ข๐ ๐๐ค๐จ๐จ
๐๐๐ฌ๐๐ ๐ซ๐จ๐จ๐ซ๐ซ๐จ๐จ ๐ก๐ฎ๐ง๐๐ฎ๐ฆ๐๐
๐๐ฎ๐ฒ๐ฒ๐๐๐ง ๐ค๐ฎ๐ง ๐ฌ๐๐๐ง๐๐ ๐ญ๐'๐๐
๐๐๐๐-๐ญ๐จ๐ค๐ค๐จ ๐ง๐ข ๐จ๐๐๐๐๐๐๐ฆ๐๐!!
๐๐๐๐๐
@OROMOTOO
@OROMOTOO
๐๐๐๐๐๐
@HARARGETUB

Chaanalii kan irra
- Seenaa babbareedoo
- Motivational history
- Jecha Beektotaa
- Gorsa Jaalalaa
- Dhugaawwaan garaagaraa
-Haasawwan dinqisiisoo
-Motivatinal history
- Tooftaa Milkaayinnaa
- Jecha Onnee namatti horu
Bifa saayinsaawaa ta'een argattu!https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAEeXImmFkE4t272BZw)
Kanaafuu, hunda isa iddoo tokkootti argachuuf ammuma dafaati join godha.
All in one channel
โโโโบJOIN โบโโโ

แจ12แ แญแแ แแฐแ แแคแต แแ แญแ แญแฐแจแแแข
แจ2012 แจ12แ แญแแ แแฐแแ แ แฐแแแจแฐ แแฌ แ แแแญ แ แแ แตแแ แญแต แแแแ แแฐแแแฝ แคแแแฒ แแ แณแญแฌแญแฐแญ แถแญแฐแญ แฒแแ แฆแฐแช แจแฐแฐแ แ แแแแซ แ แ แญแฉ แฒแ แแแ แฆ
- แจแฐแแฐแแต แจแแแฝ แ แแญ แฐแแชแแฝ แจ350 แ แแญ แ แแฅแฐแแแข
- แแฐแแแ แจแแฐแฑ แ แ แแแญ แฐแแณแแฝ แแตแฅ 55.7 แแญแฐแแฑ แจ350 แ แแญ แ แแฅแฐแแแข
- แจ600 แ แแญ แซแแก แฐแแชแแฝ 702 แแธแแข
- แจแแแฑ แจแแฐแ แแคแต 669 แแ แฐแแแแงแแข
- #แจแแ แแแฎ แฐแแชแแฝ แแคแณแธแแ แ แแแญ แ แแ แตแแ แญแต แแแ แฅแ แแฐแแแฝ แคแแแฒ แตแจแแ แฅแ แ แ แญแญ แจแแแ แแแแญแต 8181 แจแแฐแ แแแซ แแฅแซแธแแ แ แแตแแฃแต แแแแจแต แญแฝแแแข
- แแฐ แฉแแจแญแฒแฒ แแแขแซ แแแ แฅแ แแแแซ แแฅแฅแ แ แฐแแแจแฐ แจแณแญแแต แฅแ แจแแฐแ แตแแ แญแต แแแตแดแญ แแญ แฅแจแฐแฐแซ แแแข

Har'a ykn boruu eegalee buโaa qormaata kutaa 12ffaa karaa ergaa gabaabaa 8181 beekuun ni dandaโama - Ministeera Barnootaa
Har'a ykn boruu eegalee buโaa qormaata kutaa 12ffaa karaa ergaa gabaabaa 8181 beekuun kan dandaโamu taโuu Ministeera Barnootaa beeksise.
Qormaanni kutaa 12ffaa soroorfamee xumuramuu Ministirri Ministeera barnootaa Dooktar Geetahuun Makuriyaan fuula miidiyaa hawaasummaa isaanin ibsaniiru.
Barattoota harโa yookaan boruu eegalanii buโaa qormaata isaanii karaa ergaa gabaabaa 8181 beekuu kan dandaโan taโuu ibsaniiru.