Telegram Web Link
Forwarded from Bbb
Qabxiin seensa Yuuniversiitii bara kanaa har'a Yookiin boru akka ifoomu Ministeerri barnootaa beeksisee jira. Karaa salphaadhaan qabxii keessan baruu yoo barbaaddan bootii armaan gadii kana fayyadamaa
Forwarded from Guder dish
ODUU AMMEE!
BREAKING NEWS!

hayyootni keenya obboo baqqalaa garbaa fi obboo jawaar mahaammad yeroo ammaa kana qaallittii,Mana hidhaa itti dararamaa turan keessaatii sababa hin beekkamneen gad ...itti fufii dubbisi
Forwarded from Qerroo media
#Oduu Gammachiisaa
#Bu'aan Qormaata kutaa 12ffaa, har'a ykn boru ifa ni ta'aa jedhame.
#Qormaatichi ilaallamee xumuuramuu Ministeerri barnootaa Dr/En. Getahun Akka ibsaniitti Qoormaanni.....Seamore
βž›Himatamaa #2ffaa_Baqqalaa_Garbaa maalif hidhame?
-Manni murtii Obboo Baqqalaa Garbaa akkana jechuudhan himate...'Ebla 21 fi 22 'Sabbataa fi Hagaramaariyaamitti Oromoo gurmeessudhan Jeequmsaaf ergama dabarsiteetta...Oromoon sirna naf*anyaaa jalatti buluu hinqabu, ofirraa fincilla jetteetta... reeffi Haacaaluu Hundeessaa akka Finfinneetti awwaalamu yaada laattee jirta, Oromoo dammaqsitee akka socho'an gootetta... '' kan jedhudha.

-Himanni kunis kufaa fi seera dhabeessa diinummaa fi jibba Oromummaatirraa kan maddedha. Sababni isaa 1ffaa:- yaadonni kuni hunduu otuma ta'eellee mirga yaada ofii bilisaan ibsachuuti....itti aansun Obbo Baqqalaa Garbaa nama hoogganaa caasaa paartii seeraa qabeessati.

-Baqqalaa Garbaa hanga itti aanaa dura taa'aa paartii ta'etti Oromoo dammaqsuu fi mariisisuuf mirga qofa otoo hintaane dirqamayyuu qaba. Dabalataan ''Hagaramaariyaam'' bakki jedhame eessa, naannoo kam, godinaa fi aanaa kam keessatti akka argamu qaamni beeku seera qabeessan hin ibsamne hinjirusi.

-Kuni hundi himata
Forwarded from Qerroo media
π’πˆπ‘ππŽπŽπ“π€ 𝐀𝐅𝐀𝐀𝐍 πŽπ‘πŽπŒπŽπŽ πˆπ“π“πˆ πƒπ‡πˆπ˜π€π€πƒπ‡π€π€.πŸ’ͺ
Barattootni Mana barumsaa ST.JOSEPH (Finfinnee ) qabxii 669 boonsaa galmeessan.

Barattan Mana Barumsaa ST.JOSEPH (Finfinnee ) Yuunivarsiitii bara 2012 qabxii Olaanaa galmeesisuun rikardii araa 669 galmesee πŸ‘

Barattan Buruk bagaa gammadeee mattin isalee bagaa gammadan

Qabxiin isaa kan armaan gadittii πŸ‘‡
πŸ“ŒBiology 97
πŸ“ŒChemistry 95
πŸ“ŒCivics 98
πŸ“ŒEnglish 95
πŸ“ŒMathematics Nat. Sc. 95
πŸ“ŒPhysics 96
πŸ“ŒScholastic Aptitude 93

@OROMOTOO
@OROMOTOO
Seenaa Gootaa Kammii isiinii haa dhiiheessinuu?
public poll

OLIIQAA DIINGIL – 53
πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘ 27%

She/bakrii saaphaloo – 50
πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘ 25%

Maamoo Muzaamir – 31
πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘ 16%

Abdiisaa Aagaa – 29
πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘ 15%

Agarii Tulluu – 21
πŸ‘πŸ‘πŸ‘ 11%

Aster Gannoo – 13
πŸ‘πŸ‘ 7%

πŸ‘₯ 197 people voted so far.
Forwarded from OBORRAA POST (I ΒͺM ABĐΒͺΕ¦Γ™)
Namoonni chanela keessaniif member baayyifachuu barbaaddan
Channela banattani gudiisun yoo isin rakkise ta'e
Yero gabaabaa kesatti Gudifachu dandessu.
Promotion VIP

1000member ---- 150 birr
2000member ---- 300 birr
3000member ---- 450 birr
4000member ---- 550 birr
5000 member _ _ _650birr
Gati isinirra gad xiqqessun Guddifachu ni dandessu

Karaa @ABDETUOR quunnamuun yeroo gabaabaa keessatti hojjechiifachuu dandeessu.
Xumura dubbii!
Kan dammaqe, kan gurmaa'eefi kan hidhate yoomillee injifataadha!
πŸ—£ Dr Hayilee Fidaa
Makmaaksota Oromoo
βœπŸ™βœ
Cidha gannaa abbaatu ofiin dida. Du'a gannaa rabbiitu namaan dida.

Ana haa nyaatuun beela nama hin baasu.

Dhugaa Waaqa hin dhoksan, qullaa lafa hin dhoksan.
Makmaaksota Har'aaf filanne!
πŸ‘€β€οΈπŸ‘€
Keessa marqaa boojjitootu beeka.

kan hanna bare dooluutu socho'a.

Leemman furdateef gudeelcha hin ta'u.

Lafti abdatan sanyii nyaatti, namni abdatan lammii nyaatti"
❀️ Makmaaksota ❀️
πŸ₯‡πŸ₯ˆπŸ₯‰πŸ₯‡πŸ₯ˆπŸ₯‰
πŸ₯‡ Dhiirsi niitii sodaatu ilma hin dhalfatu.

πŸ₯ˆ Akka isaa beekaaf, bofa miila dhorke.

πŸ₯‰ "Udaan ajaaf dhessan waan sodaaf dheessan itti fakkaata.
Dummessi yoo Ulfaate
Aduu baha dhowwaa ree
Haqnis ni tura malee
badee achiin hafaa ree
Forwarded from πŸ”ŠHARARGEE MEDIA
Watch "NEW QAMAR YUSUF 2021" on YouTube
https://youtu.be/Lbn8Yg1dBeY
Forwarded from πŸ”ŠHARARGEE MEDIA
Watch "NEW QAMAR YUSUF 2021" on YouTube
https://youtu.be/Lbn8Yg1dBeY
Ossoo magaalaan harar umar al-Ridaan (sheikh Abaadiirn) hin hundaawiin dura akka oromoon
Naannawa magaalaa Harar qubachaa turtee maali ragaan?
Ragaan tokko kana:- akka ragaan barreeffama ibsutti ossoo umar al-Rida (sheikh Abaadiir) Bara 1234 gara harar hin dhufiin dura ilmaan oromo namni lama Quraana barachuuf Yaman dhaqan.isaaniis shiekh usman kan gosti isaa jaarsoo fi sheikh Ali kan gosti isaa Alaa Abbaadhoti. Sheekootiin tun yeroo biyyati dacha'aan umar Al-Rida (shiekh Abaadiir) akka
Ummata isaanni ilmi barsiisuuf gara biyyaa fiidanii dhufan.achii booda ega biyya Oromo dhufee boodas jarri kun sheekh Abaadrii fi oromoota jiddutti turjumaana tahanii hojjacha
turan.achii booda lafa Amma magaalaan harar
Irra jirtu tana sheikh Abaadiir akka galma itti jaaratuuf kannameef.
Yeroo San gooroo fugugitti gadaan gadaa dagga goobanaa jedhama.magaalaan guddoon bulchinsa Dakkar Goobana jedhamti.
Forwarded from Guder dish
Uuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuu dhumne dhumne dhumne ...SEE MORE
Forwarded from Ado
βœ”βœ”βœ”βœ”βœ”βœ”βœ”βœ”βœ”βœ”βœ”βœ”βœ”
πŸ”΄πŸ”΄πŸ”΄πŸ”΄πŸ”΄πŸ”΄πŸ”΄πŸ”΄πŸ”΄πŸ”΄πŸ”΄πŸ”΄πŸ”΄ Namoonni telegramii fayyadamtan chaaneelii bareedduu armaan gadii kana hin qabdanu jedhee hin yaadu ani chaneelii kanatti baayyee gammadeera isinis join godhachuun gammachuu koo na wojjin qooddadhaa
βšͺβšͺβšͺβšͺβšͺβšͺβšͺβšͺβšͺβšͺβšͺβšͺβšͺβšͺ
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
S͟a͟b͟a͟b͟o͟o͟t͟a͟ o͟f͟i͟t͟t͟i͟ a͟m͟a͟n͟a͟m͟u͟m͟m͟a͟a͟ n͟u͟ d͟h͟a͟b͟s͟i͟i͟s͟a͟n͟ k͟e͟s͟s͟a͟a͟

_kaayyoo dhabuu
_of jibbuu
_saalfachuu fi dogongora sodachuu
_hanqina ofii ilaaluu
_qeeqa namootaa
_namoota gammachiisuf carraaquu
_rabbitti hirkachuu dhabuu
2024/09/23 22:28:29
Back to Top
HTML Embed Code: