Telegram Web Link
Harargee Bahaa aanaa Meettaa naannawa magaalaa Calanqoo iddoo Duuse jedhamutti Bilxiginnaan barattoota Oromoo hedduu dirqamaan gama hiriiratti oofa osoo jiranii konkolaataan gara galuudhaan lubbuu barattoota Oromoo 47 dabruun kan mirkanaaโ€™e yoo tahu lakkoofsi barattoota duโ€™anii dabalaa jira. Kan duโ€™an 60 ol taheera odeeffannoon jettu kan hin mirkanaahinis dhagahamaa jira.
Dhaddacha!

Guyyaa har'a Amajjii 27 bara 2013 ganama guyyaa torbaaf lagannaa nyaatarra akka turan himamaa kan ture Obbo Jawaar Mohaammad fi Obbo Baqqalaa Garbaa dabalatee namoota 24 (namoota 18 dhiyaataniiru) galmee kana jalatti himataman beellama jijjiiramaan Mana Murtii Olaanaa Federaalaa Damee Lidataatti dhaddachi Farra Shororkaa fi yakkoota dhimma heeraa tokkoffaatti kan dhiyaatan ta'uus, himatamtoonni "sababa lagannaa nyaataatiin waan dadhabneef jecha laachuu hin dandeenyu" jechuun waan iyyataniif dhaddachi Guraandhala 22 bara 2013'tti beellamameera.
Oduu Rifaasisaa - Haalli Qaallittii Jiru Akka Malee Sodaachisa Dha
-----
Galmee Jawaar Mohaammad'faa jalatti hidhamtoota siyaasaa lagannaa nyaataarra jiran diigdama (20) keessaa namoonni afur (4) gaggaabanii kan kufan yoo ta'uu, namoonni lama (2) gulukosiidhaan akka jiran beekamee jira. Haala amma jiru kanaan lubbuun hidhamtoota siyaasaa lagannaa nyaataarra jiran kamiituu gaga'amuu akka danda'u sodaa guddaatu jira. Eenyufaa sadarkaa maalirra akka jiran gabaasa guutuu qorannoon hakiimaa akkuma nu gaheen ibsina.
------
โ€œUffata #Keelloo narraa baasuu dandaโ€™u ,Kaayyoon Abbaan koo itti hidhame garuu Onnnee koo keessaa baasuu hin dandaโ€™an.โ€

~Roobsan Dajanee Xaafaa !!
Breaking news!!

Magaalaa Hararitti Hiriira Deeggarsa Abiy gara Mormiitti amma jijjiirameera!!
"Dhaadannoo
~ Hidhamtoonni siyaasaa Oromoo hundi hatattamaan nu hiikamuu qaban,
~ Hireen murteeffanna Mirga Abbaa biyyummaa Oromiyaa Keeyyanni 39 Hojii irra nu ooluu qaba....
~ Abiyyi Diina keenya, Jawar Mohammed Bulchaa keenya, Omn ijafi gurra ummata Oromooti,
~ Down Down prosperity party, Down Down Abiy........"

#Itti_muddi!! #Oromoprotest
-Qabsaa'onni Keenya qaalin dukkana Qaallittiitti hidhaa jiran har'as guyyaa 11ffaadhaf lagannaa nyaataa itti fufanii jiru! Gaaffin isaan gaafachaa jiranis:-

-#1ffaa:- Hidhamaan siyaasa Oromoo hundi haa hiikamu
-#2ffaa:-Waajjiraaleen Paartilee siyaasa Oromoo cufaman haa banaman miseensii fi deeggartoonni keenya bilisaan haa socho'an, haa hojjatan!
-#3ffaa:-Maatii fi jaallattootni hidhamtootaa wayta gaafachuuf gara hidhamtootaa dhufan hiraarsun haa dhaabbatu kan jedhudha!

-Mootummaan biyya kanaa yoo callise nuti ummanni callisuu hinqabnu. Lubbuu namaatituu rakkoo keessa jira. Qabsaa'onni keenya gariin kufanii hospitaala jiru. Gariin haala yaaddessaa fi gaddisiisaa keessa jiru!๐Ÿ˜ฅ

@OROMOTOO
@OROMOTOO
Baayโ€™ee nama gaddisiisa!
Harโ€™as nyaata didanii jiru. Jawar faa guyyaa 11ffaa lagannaa nyaataa irra jiru.
Hidhamtoota Oromoo lagannaa nyaatarra jiran haala akkamii keessa jiru?

Obbo Jawaar Mahaammad fi Obbo Baqqalaa Garbaa dabalatee namoota isaan waliin galmee tokko keessa himataman mana hidhaa Qaallittiitti erga lagannaa nyaataa eegalanii har'a guyyaa kudha tokko (11) ta'uu, akkasumas qondaaltoonni ABO mana hidhaa Galaanitti argaman Obbo Mikaa'el Booran fi Obbo Kennasaa Ayyaanaa erga nyaata lagatanii guyyaa 6 lakkoofsisu isaani 'Gareen Abukaatoota Hidhamtoota Siyaasaa Oromoo - GAHSO' beeksiseera.

Galmee Obbo Jawaar Mohaammad jalatti hidhamtoota siyaasaa lagannaa nyaataarra jiran keessaa namoonni afur (gaazexeessaa OMN Mallasaa Dirribsaa, eegdoota Obbo Jawaar lama fi nama biraa tokko) gaggabanii kan kufan yoo ta'uu, namoonni lama gulukosiidhaan jiru. Haala amma jiru kanaan lubbuun hidhamtoota siyaasaa lagannaa nyaataarra jiran kamiituu gaaga'amuu akka danda'u sodaa guddaan akka jiru himameera.
#Dhaamsa_Kooti

Hubadhaa yaa Oromoo afaaniin Social Media irra teenyee #Hayyoonni keenya Guyyaa hangana lagannaa nyaataa irra jiran, Hayyoonni keenya akkanaaf akkanatti Miidhama irra jiran jechuun, bu'a takkallee nuuf hin qabdu, tanaafuu yooniifi hayyoota Keenyaaf Kan yaannu tahe miidhamni Hayyoota keenyaa miidha keenya ( Miidhama Oromoo maraa ) kan tahu tahe, Osoo yeroo itti qabachuu hin taanee bakka jirruu Kaabaa Kibbaan Bahaa Dhihaan #Gamtaan kaanee Waan Gochuu qabnu ammumatti haa goonuu!
Xumare
#waliif_qoodaa

#FreeJawarMohammed
#FreeBekeleGerba
#FreeHamzaBorana
#FreeShamsudinTeha
#FreeAllPoliticalPrisonersinEthiopia
#Via_Huzeeyfaa_M_D

#Dhugaa_Keeti_Huzeeyfaa_M_D Kanuma Dubbiin Xumuramte! ๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@OROMOTOO
@OROMOTOO
@OROMOTOO
QUBA QABAADHU!!!
Namni kamiyyuu biliisa ta'ee dhalatee biliisa ta'ee akka hin jiraanne kan godhu maali? Egaa nuti nama akkanaa keessaa tokkodha. Kanaaf maal gochuu qabna? Biliisummaa keenyaa~ waraana kee isa Kaleessa oromoofi oromiyaa biliisa baasuuf jecha biyya ormaatti beelaaf dheebuun waxalamee har'a biyya isaa keessa dhaabbatee diina qokkee qabee jiru kana waliin haa tumsinu!!! [ABDII HIN KUTIIN, YEROON GEESSE] Dhaamsa kana hanga dandeesse dabarsii oromiyaa waliin ga'i.

VIA-Qeerroo oromiyaa irraa
Ergaa hidhamtoota siyaasaa lagannaa nyaataa irra jiran biraa dhufte jechuun kan Abduljebar Hussien, Abukaatoo hidhamtootaa keessaa tokko kan tahe fuula fb isaa irratti afaan Ingiliiziin maxxanse afaan Oromootti isiniif hiike dubbisaa. Ergaa cimtuudha.

Kabajamtoota ilmaan Oromoo,

โ€œGaafa nuti duune awwaalcha keenyarratti hangam akka nu jaalattan, hangam akka nu yaaddan, hangam akka nuuf yaaddan dubbachuudhaaf hin dhufinaa! Sababnis amma osoo lubbuun jirru san isinirraa dhagaโ€™uu barbaanna waan taheef!โ€
Shaashamannee yeroo ammaa mormii geggeessaa jiru.
Hiriira mormii Asaboot harโ€™a
Hriira mormii Magaalaa Qarsaatti adeemsifamaa jiru
.
Hiriira mormii G/Booranaa magaalaa Yaabellootti harโ€™a geggeeffame.
W/Lixaa Giimbi hiriira mormii geggeessaa jiru.
2024/09/24 10:25:23
Back to Top
HTML Embed Code: