Telegram Web Link
Forwarded from Ado
βœ”βœ”βœ”βœ”βœ”βœ”βœ”βœ”βœ”βœ”βœ”βœ”βœ”
πŸ”΄πŸ”΄πŸ”΄πŸ”΄πŸ”΄πŸ”΄πŸ”΄πŸ”΄πŸ”΄πŸ”΄πŸ”΄πŸ”΄πŸ”΄ Namoonni telegramii fayyadamtan chaaneelii bareedduu armaan gadii kana hin qabdanu jedhee hin yaadu ani chaneelii kanatti baayyee gammadeera isinis join godhachuun gammachuu koo na wojjin qooddadhaa
βšͺβšͺβšͺβšͺβšͺβšͺβšͺβšͺβšͺβšͺβšͺβšͺβšͺβšͺ
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
Jajjabduu akka sibiilaa
πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘
WBO yaa
πŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺ
Gooftaa diina
πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘
Simbira cuucuu lafa barii
Iyya lukkuu ganamaa
Dafii koottu yaa WBO
Garaan siif na raafamaa.
#Imala
Ani nan imalaa
Fagaatus karaanii
Nati baayyatulle
Hammenyi jarrenii
βž™βž™βž™
Imallis dheeratuu
Ani nan imalaa
Akkamin gabrumma
Ilmoo kootif dhaala
βž™βž™βž™
Karaa haqa kankoo
Sodaaf irra hin maquu
Bu'aa Oromoodhaa
Cilee itti hin laaquu
βž™βž™βž™
Haqaa ofiif falmuu
Goota nu dhaalchisee
Dinaa hin jilbiifadhu
Haqa kankoo dhiisee
βž™βž™βž™
Imala haqa sabaa
Hayyuu itti dhabne
Yogguu garaaf jennee
Haqa sabaa ganne
βž™βž™βž™
Warri dhugaa sabaa
Faydaaf gurguratte
Gabbuun kee hin olu
Aduun Haqaa baatee
βž™βž™βž™
Hayyuuf Goota sabaa
Hedduu itti dhabnee
Gurgurannee hin nyaannu
Hadhas dabareedhan
Falmachuuf dhaabbanne
🐯________________________🐯
#Abiy_must_go
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
Enjoy and share please πŸ™
Forwarded from Bbb
Kitaaba dubbisuu ni barbaadduu? Kitaaboota garagaraa isiniif qabannee dhufnee jirraa kunoo kan barbaaddan tuquudhaan dubbisaaπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
πŸ‘‰Asoosama
πŸ‘‰Walaloo
πŸ‘‰Seenaa gootootaa
πŸ‘‰Baacoo
πŸ‘‰Jaalala
πŸ‘‰Beekkumsa waliigalaa
πŸ‘‰Fayyaa keenya
Kan citaa qabaa tokko namaa hin kennine, mana bal'isii gorsiti. πŸ™ŠπŸ™ŠπŸ™Š
@HARARGETUB πŸ‘ godhaa!
Namni Farda koorse galgala kooraa baata!
@HARARGETUB
Namni alagaaf gubate cilee hin qabu!
Kanuma!
πŸ‘‰ Sabakeef malee alagaaf lubbuu kee hin kenniin!
Forward waliif godhaa!
@HARARGETUB
JECHAMA BIYYOTA GARA GARAA

Waan qalbiin (onneen) argite, ijji hin irraanfattu. (African)

Osoo hin ilaaliin hin dhugiin; osoo hin dubbisiin hin mallatteessiin. (Spanish)

Dhugaa dubbachuu hin sodaatiin; garuu dafii achii deemi.(Slovenian)

Mala Jaalalaa: suuta qabi; suuta gadi dhiisi. (Spanish)


@HARARGETUB
@HARARGETUB
Forwarded from Deleted Account
🌹 Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra.
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @abdetuor qunnamaa!!
πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™
Garee IJOOLLEE OROMOO JOIN godhaa hiriyyoota keessanis INVITE godhaa!
πŸ‘‰ @VIPOFFICIA
Nama 20 Invite yoo goote #Admin taata!
@VIPOFFICIA
@VIPOFFICIA
Ethiopian grade 12+1 students need justice........! help them by making your profile picture to those photos
Heerri Mootummaa Kewwanni 90:2 α‘α‘πŸ‘‡πŸ‘‡
"Barnootni qixa kamiinuu dhiibbaawwan amantaa,ilaalchota siyaasa fi aadaa irraa karaa bilisa ta'een adeemsifamuutu irra jiraata!" πŸ‘‡πŸ‘‡

Justice for Ethiopian students
2024/09/24 08:38:12
Back to Top
HTML Embed Code: