Telegram Web Link
@SAMSAMIREEE ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Ibn Temam Official

Sahaboota warra jannataan gammachiifaman keessaa Tokko Kan tahe
SEENAA ABUU BAKRI SIDDIIQ

Kutaa 1ffaa

โ€œNamni tokkollee tola nuuf hin oolle. Kan tola nuuf ooleefis, Harka isaa kan nuti hin deebiโ€™iniif hin jiru, Abbaa Bakrii malee! Abbaan Bakrii galata inni nu biraa qabu, Rabbitu nurraa galcha Guyyaa Qiyaamaa. Waa na hin fayyadne qabeenyi tokkolle akka qabeenyi Abbaa Bakrii na fayyadettiโ€™. โ€œOsoo jaalalle godhachuun ka naaf hayyamamuutii Abbaa Bakrii jaalallee godhadha.โ€ jedhan Rasuulli ๏ทบ

Abbaan Bakrii nama sadrkaan isaa Rabbii fi Muslimtoota birattis ol fuudhame dha. Sababaa waan Nabi Rabbiiti ๏ทบ tumsef guyyaa namni isa xiqqeesse, Nama isa dhugoomse Nabi Rabbii, guyyaa namni isa kijibsiisee, Nama Rabbitti amane guyyaa namni itti kafare. Innii irra caalaa Sahaabaati. Wal dhabbii
tokkoon maletti.

Aduun waa hin baane, Waallee hin dhiine, Erga Ambiyootaa fi Rusultootaati. Nama Abbaa Bakrii irra gaarii taherratti jedhama.

Inni warra dura amaneeti dhiirarraa, Nama iimaanni isaa iimaana ummata Muhammadiin ๏ทบ madaalamee caalee argameedha. Inni nama Rabbi sodaataa fii saalfataa tahe.

Dukkana wallaalaatiifi miidhaa irraa, nama uumaan isaa qulqulluu taโ€™e. Inni Lubbuu isaatii fi Diinagdeen, Tajaajilaa fi Arjoomaa diin islaamaatii fi ummata Islaamaati. Nama
Nabiyyiin ๏ทบ isa filate akka saahiba isaa tahuuf, guyyaa Makka irra gara Madiinaa godaanan.

Erga Nabi Muhammad ๏ทบ duโ€™anii booda Araboonni hedduun diin islaamaa keessaa bahan, Gandoota akka Xaaโ€™if, Makkaa fi Madiinaa malee. Yeroo sanis Abbaa Bakriittu islaamummatti deebise. Yeroo duraatiif Sahaabaa qurโ€™aana walitti qabeedha,
Diinagdeetti dantaa dhabaa fi Rabbiin kan hedduu Gabbaruu, sodaatu, kan heedduu of gadi qabuu fi waraanaaf hedduu duuleedha.

Koottaa! seenaa sahabticha kanaatti hidhanne bultii keenya itti fakkeeffanne miidhagfanna. Lubbuu keenya iimaanaan kunuunfanne aakiraalle jannataan badhaafamnnee, sahaabotaan olloomnaa.

Kutaa 2ffaan itti fufa... insha'allaah

Hiriyoota keessaniif Dabarsaa
Forward godhaa maatii chaanaalii keenyaa tahaan affeerraa keenya.

Join gochuun guutuu isaa hordofaa.

Join ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@SAMSAMIREEE
@ALHAMDULILLAH
HUBADHA๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐ŸŒท๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡โค๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒนโค
@SAMSAMIREEE
@SAMSAMIREEE
ALHAMDULILLAH ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ’•๐Ÿ’•๐Ÿ’•๐ŸŒน๐ŸŒน๐Ÿคฉ
HUBADHA Share godhi
@SAMSAMIREEE
Forwarded from Suheyba Adam(su) (Suheyba Adam 9B)
Abdiin kutatini
๐Ÿ‘‚๐Ÿ‘‚sitti Gabaa
Jion๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@suheybaAdam
@suheybaAdam
ยฎRabbiin {{s,w}} guyyaa Qiyaamaa
maal
jechuun ibsan?
โ˜†โ˜†โ˜†โ˜†โ˜†โ˜†โ˜†โ˜†โ˜†โ˜†โ˜†โ˜†โ˜†โ˜†โ˜†
โ˜†โ˜†โ˜†โ˜†โ˜†โ˜†โ˜†โ˜†โ˜†โ˜†โ˜†โ˜†
1) Guyyaa maatiin wal dheessu.
2) Guyyaa obbolessi obbolessa irraa
dheessu.
3) Guyyaa abbaan manaa haadha
manaa dheessu.
4) Guyyaa daai'mni arrii baasu.
5) Guyyaa kaafirri biyyee ta'uuf hawwu.
6) Guyyaa dubartiin ulfaa ulfa darbitu.
7) Guyyaa namni cimina jahannam irraa
kan ka'e akka waan machaa'ee of
wallaalu.
8) Guyyaa namni ilmoo isaatii fi waan
addunyaa irra jiru hunda jahannamiif
kennee ofi najaa bahuu bar baadu.
Yaa Allah rahmata keetiin jahannam
jalaa najaa nu baasi yaa Rabbi yaa
Rahiim Guyyaa ulfaataa sana ati nu
sattari Yaa Rahman๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
ALHAMDULILLAH
@SAMSAMIREEE
Amiiiiiin yaa mowla
@SAMSAMIREEE
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡Mallaattoowwan Munaafiiqaa Sadih:๐ŸŒท
1.Yoo odeessu ni kijiba
2.Yoo beellama seene ni diiga
3.Yoo amaname ni kadaa
๐ŸŒทwaa sadi (namni) hunduu ni hawwa
1.Beekkumas
2.Qabeenya
3.Fayyaa
๐Ÿwaa shan waa shan dura itti fayyadami :๐ŸŒท๐Ÿ‘‡
๐ŸŒท _Jireenya kee du'a keetiin dura
๐ŸŒท _Fayyaa kee dhibamuu keetiin dura
๐ŸŒท _Dargaggummaa kee dulluma keetin dura
๐ŸŒท _Qabeenya kee hiyyoomuu keetiin dura
๐ŸŒท _Yero bilisaa kee hojiin qabamuu keetiin dura,,,,
Share ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@SAMSAMIREEE
Barnoota diinii barbaaduuf nama imala seene.Rabbin karaa gara jannataati geessu isaf laaffisa.(Nabi muhammad)) (S.A.W.)
๐ŸŒด๐ŸŒทWaa sadi Namni hunduu ni hawwa...
1.Beekkumas
2.Qabeenya
3.Fayyaa
๐ŸŒทโš˜
@SAMSAMIREEE
Hedduudha Nuuf rifatan, Nuuf yaadan.....

Gaaf tokko malaayikaan ruuhii namarraa fuutu ergamaa keenya Muhammad S.A.W isarraa ruuhii fuudhuf dhufe, hoggaa kana ergamaan rabbii if beekhe akka Du'udhaaf deemu,..
San booda ergamaan keenya akkana jechuun isa gaafateen...."Yaa malakal moot Sa ummanni kiyya jabina/cinqii sakharaata amma najirtuu kana ni beekhanii je'een...Malaayikichi akkana jechuun deebiseef "Ee ni beekhan hanga ati siif laaffisne daran isaanirratti ni jabaata, Ati ergamaa rabbii waan taateef siif laaffisne je'een...San booda ergamaan Rabbii s.A.w Rabbii isaa kahadhate "Yaa rabbii Sakharaata du'aa kana ummata kiyyarratti hin jabeeysin naaf laaffisiif Ana Ammoo narratti jabeeysi"

Bakka silaa sakhraanni du'aa nurratti jabaatu ergamaan keenya Muhammad S.A.W bakka keenya bu'ee jabduu san fudhate๐Ÿ˜ข.....
Yoo Jaalatteenโค Salawaata isarratti buusi๐Ÿ™....
ุงู„ู„ู‡ู… ุตู„ูŠ ูˆุณู„ู… ูˆุจุงุฑูƒ ุนู„ู‰ ุณูŠุฏู†ุง ู…ุญู…ุฏ ูˆุนู„ู‰ ุขู„ู‡ ูˆุตุญุจู‡ ูˆุณู„ู… ุชุณู„ูŠู…ุง ูƒุซูŠุฑุง โฃโฃ
@ุณู…ุณู…ุฑ
@SAMSAMIREEE
๐ŸŒทโš˜๐ŸŒผTOWBA QUULQULUU
Amiiiiiin yaa Allah
ALHAMDULILLAH ๐Ÿ‚YAA rabbiii ๐ŸŒผ
๐Ÿ‚ @SAMSAMIREEE
QUR'AN kalaama Rabbiti

๐ŸŒท๐ŸŒทWalakkan Qur'aana eessati argama?
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@SAMSAMIREEE
Single Tg.@SAM SAMIREEE
Namani Qur'aan fii hadiisaa
Hin beynee wlhi miskiina
guddaadha Namni Aqlii qabuu dafee miskiinumma tanaa if irra khaasa
walahi
Haa baranuu
#
@SAMSAMIREEE
Qur'an Kabajaama
Rabbiin sirraa haa #Qabu
๐Ÿ‘‰ Dhukkuba #Dawaa hin qabne
๐Ÿ‘‰ Rakkina #Furmaata hin qabne
๐Ÿ‘‰ Ollaa #Naamusa hin qabne
๐Ÿ‘‰ Histii #Dhuma hin qabne
๐Ÿ‘‰ Hiriyaa #Adaba hin qabne
๐Ÿ‘‰ nama nama #Xiqqaaf rahmata hin goone kan #Kabajaa nama #Guddaa hin eegne Rabbiin sirraa haa qabu!
@SAMSAMIREEE
๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿ™
#rabbiin (sw) guyyaa tokko malakul mawtiin akkana ja"en..
Yeroo lubbuu ilmaan Aadam fuutuu takkaa hin boonyee ja"en..!!
Yeroo takka kofleetin,yeroo takka boohee, yeroo takka ammoo qacollatti rifadhe ja"en..!!!

#rabbiin (sw) osuma beeku maaltu si kofalchiise ja"en .?

๐Ÿ˜ญMalakul mawtiin ; gurbaa tokkoo ruuhii isaa fuudhufin qapahutti jira garuu isaa gurbaa kophee hodhu tokkoon akkana jachutti jiruun dhagahe..
"Kophee tana qacollatti naaf tolchi akka amata takka uffachuu naaf taatutti ja"en.."
Kofleetin osoo inni kophee san hin uffatin lubbuu isaa kessaa fuudhe ja"en..!!๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ

#rabbiin (sw) maaltu si boochise ja"en..?
Yeroo ruuhii intala takka fuudhi naan jatteen boohe...intala yeroon ruuhii isii fuudhuf dhaqe
isii dachii barahaa ta bishaan bira hin jirre kessatti isii ilmoo dhalutti jirtuun bira dhaqe...ruuhii intala sanii kessaahin fuudhe haala mucaan isii xiqqaan boohun kophaa isaatti hafee aniis osoon boohutin lubbuu haadha isaa fuudhe ja"en..!!!

#rabbiin (sw) maaltu si rifachiise ja"en..??
Yeroo ati ruuhii gurbaa Aalima tokko fuudhi naan jatteen rifadhe..yeroon mana isaa dhaqu ifaa tokko kan mana isaa kessaa bahuun arke..cufumaan mana isaatti achi dhihaadhe ifaan san if duubatti na deebisa
Ifaa isarraa deemu saniitu na rifachise yeroon lubbuu isaa fuudhu ja"en..!!!

#rabbiin (sw) : gurbaa Aalimaa san ni beeytaa ja"en..??
Mucaa xiqqaa dachii barahaa kessatti haati dhiifte biraa duute sanii anaatu isaaf ifqabe
Nama takkatti hin lakkisinii ja"en..!!!?

*kanaaf yeroo cufaahu rabbitti abdadhu rabbiin (sw) sin haddiyyomsu..rabbii keetis sodaadhu guyyaan duutu yoom akka tahu hin beeytu..!!!
ุงู„ู„ู‡ู… ูˆุชูˆูู†ุง ูˆุฃู†ุช ุฑุงุถ ุนู†ุง...!!!
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐ŸŒท๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท
@SAMSAMIREEE
@SAMSAMIREEE
2024/09/30 09:22:30
Back to Top
HTML Embed Code: