Telegram Web Link
● Yaa Rabbi! Araarama keetiitu #Diloowwan teenyarra #Ballaadha! Tanaafuu nuuf #Araarami ammallee Yaa Rabbi! Rahmata keetiitu nu #Biratti irra caala #Dalagoowwan teenyarra! Tanaafuu #Rahmata nu godhi! #Aamiin_Yaa_rabbin
@SAMSAMIREEE
HUBADHA Yaa Shabab 😘🌷
👇👇👇👇
@SAMSAMIREEE
🌷🌷Lubu tiyya caala na keesa jirta💚💚
@SAMSAMIREEE
💚💚ALHAMDULILLAH
YAA ALLAH🤲🤲
@SAMSAMIREEE
Iida Shawwaalaa !!!

Waan Ajaa'ibaa Biyya teenya keessatti namoonni gariin Shawwaala Guyyaa Torbaa Akka waan Iidaa tti Ayyaaneeffatan !!

Rabbiin Keenya Subhaanahuu Waa ta'aalaa ummata Muslimaa tiif Iida 2 Qofa godhe.

1. Iida fixrii (Kan soomana boodaa) fii
2. Iida Ad'haa (Kan guyyaa Arafaa Boodaa) ti.

Nuti akka muslimaatti Guyyaa lameen kana malee guyyaa Ayyaaneeffannu hin qabnu !!

Ulamaa'iin islaamaa Iida shawwaalaa ja'anii Ayyaaneeffachuun Bid'aa (Waan haarawa Ergamaan Rabbii (S.A.W) karaa hin godhin kan Amantii keessatti uumame) jechuu irratti waliif galanii jiran !!

Tanaafuu guyyaa kana Ayyaaneeffachuu irraa fagaachuu qabna.

Yaa Rabbii bid'aa irraa nu fageessii

Karaa jaalallee keenya Ergamaa Rabbii (S.A.W) irraa nu kaayi

SHARE waliif godhaatii Bid'aa tanarraa Wal baqachiisaa ... jzk Abu Huzeyiifa



@SAMSAMIREEE
Majid al Nabaawiin sababa COVID-19 ji'a lamaaf cufamee ture hardha Salaata Fajrii irraa Banameera.

ALHAMDULILLAH!

@SAMSAMIREEE
SAY @ALHAMDULILLAH FOR EVERYTHING 💚
@SAMSAMIREEE
🌷🌷ALHAMDULILLAH

💚
@SAMSAMIREEE
Salaamullahi aleykum warahmatullah
👉 Namni #Jaalalli dhugaa hin jiru jedhu isa keessa Jaalalli dhugaa hin jirre malee, #Jaalalti_Dhugaa ni jirti.

👉 @SAMSAMIREEE
☆ Isălămuman baredină allăhămadullăh
Masha allah
Măbăruk
ALHAMDULILLAH
@SAMSAMIREEE
✯┄┅┅✿❀♥️❀✿┅┅┄✯
💚
☆ Isălămuman baredină allăhămadullăh
Masha allah
Măbăruk
ALHAMDULILLAH ALAKULIHA and
☆ì am šo happy☆ I am Múslim ☆_____🤩💚
@SAMSAMIREEE
🌷🌷I ăm so happy
blc☆~::::::::;;____🌷🌷
I am Muslim 🌷🌷Alhamdulillah


@SAMSAMIREEE
🖇Mee naaf himaa ummata san akkamitti hirribni fudhate?? galgala san..

📌MUAZ IBNU JABAL akkami rafe galgala san?
Hogganif rasuulli (SAW)akkana ja'un
<<wallaahi yaa muaz ani sin jaaladha>>.
📌ABDALLAAh IBN UWEES akami hirribni isa qabe galgala san
Hoggaanif rasuulli SAW ulee isaa khanneef.
San booda ulee tanaanin jannata keysa si beekha gizee jauun.
📌BILAL akami rafe galgala san
Hoggaanif rasuulli (SAW) akkana jauun < sagalee miilaa keetiitin jannata keeysa dhagaha>.
📌KHADIJA (jaartii rasuulaa (SAW) akkami rafte galgala san?
Hoggaanif rasuulli (SAW)akkana jauun. <Jibriil salaamtaa rabbi birarraa dhufte sirra salaammata>
📌ABUBAKR SIDDIIQ akkami rafe galgala san?
Hoggaanif rasuulli (SAW)akkana jauun.<Rabbin (subahanu wata'aalaa) ani sahiba khee irraa jalaadhetin jira innihoo narra jaalatee jiraa?> jaee hoggaa dhaamsa rabbii dabarsuuf.

Akamiitti hirribni isaan fudhate?
Akkami jiraatan eega gammachuu hongan qabne tana boodaan?

📎Rabbiin warra addunyaa fi aakhiratti milkaawu nuhaa godhu
Ammin ammin🤗🤗

😭😭😭😭😭😭

@SAMSAMIREEE
😁😁😁🌷
☆Wapepee waskiloo♡~~♡
@SAMSAMIREEE
Dalagaan gabroottanii bifa 3n ol fuudhamti

1. Guyyuu ganamaa fi galgala.
2. Torbaanitti Isniinaa fi Kamisa.
3. Waggatti ji'a Sha'baan kana keessa.

Kanaaf ergamaan Rabbii Muhammadﷺ ganamaafi galgala Zikrii ja'a!
Isniinaa fi Kamisaas ni Soommana. Ji'a Sha'baan kana keessaas hojiin waggaa guutuu carraaqqataa bahan waan ol fuudhamtuuf Rasuulli Soommanaa ture.
Isaanitti hidhannee nulleen guyyoota kanniin Soommanuu qabna.

Yaa Rabbi nuuf laaffisi.

ALHAMDULILLAH @
@SAMSAMIREEE
2024/09/30 11:30:21
Back to Top
HTML Embed Code: