Telegram Web Link
@SAMSAMIREEE))))))))))

Assalaamu'aleykum warahmatullahi wabarakatuh.
قال صلى الله عليه وسلم-:(S.A.W)
"من صام رمضان ثم أتبعه بست من شوال كان كصيام الدهر"
رواه مسلم في كتاب الصيام بشرح النووي
Nabi Muhammad ( ﷺ ) namni baatii ramadaanaa soomanee eeganaa baatii shawwal irraa guyyaa jahaa (6) soomane
akka nama waggaa guutuu soomaneeti !!! "

Namni gariin soomanni baatii shawwaalaa gama duraa malee hin tahu saha.

Ammas dhumarratti iida qaba itti fakkaata.
Kun ammoo dogongora soomanni baatii shawwal yeroo murtoyte hin qabu. Gama duraa tahuu , gama jiddurraa tahus , gama dhumaa tahus, Baatii guutuu keessaa guyyaa jahaa (6) soomanuudha.

Dhumarratti iida shawwaalaa wanni ja'amu
nabii rabbii ﷺ irraa hin sabanne. Nuti ummanni Muslimaa iida (ayyaana) lama (2) qabna Iida fura soomana [Iida al-fixrii] fi [Iida al-arafaa

@SAMSAMIREEE
#@SAMSAMIREEE
Forwarded from Rēyhan tube (M@me)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
وَإِذَا سَمِعُوا مَا أُنزِلَ إِلَى الرَّسُولِ تَرَىٰ أَعْيُنَهُمْ تَفِيضُ مِنَ الدَّمْعِ مِمَّا عَرَفُوا مِنَ الْحَقِّ ۖ يَقُولُونَ رَبَّنَا آمَنَّا فَاكْتُبْنَا مَعَ الشَّاهِدِينَ

ወደ መልክተኛውም የተወረደውን (ቁርኣን) በሰሙ ጊዜ እውነቱን ከማወቃቸው የተነሳ ዓይኖቻቸው እንባን ሲያፈሱ ታያለህ፡፡ «ጌታችን ሆይ! አመንን ከመስካሪዎቹም ጋር ጻፈን » ይላሉ፡፡5:83
@reyhan1617
Forwarded from Essa (Yusuf) Befekadu
የድሬ ሙንሺዶች
በEMN (ESSA MEDIA NETWORK)
ልዩ የኢድ አልፈጥር በአል እንግዳ አድርጌ ጋብዤያቸዋለው
በቅርቡ ይጠብቁን
📗 *Qur'aana Rabbii lallaaluu*
*Heddummeessuu* 📗
‏قال شيخ الاسلام ابن تيمية :
Sheykul islaam ibnu teymiyaa akkas jedhe:


"An waan qalbiifi Ruuhiif nyaata tahu kan qaama namaa namaaf eegu kan milkii namaaf fidu waan akka Qur'aana qara'uu heddummeessuu hin argine"


Miseensa chaanaal keenyaa akka nuuf taatanu kabajaan isin gaafanna
@SAMSAMIREEE
Good News for those who Remembers Allah
@SAMSAMIREEE
@SAMSAMIREEE
Atii cinqii🤦‍♂🤦‍♀keessaa jiru ilma namaa kha si lakkisu🚶🚶‍♀yo garte. Ati #allaahaan☝️ofiifi si tajaajilu fedhee jechaa beekhi. #Reflect

Join 👇👇👇👇👇
@SAMSAMIREEE
Islaamawuu umar

Guyyaa tokko Ummu Abdallaah binti Abi heysamaa karaa biyya Habashaa osoo godaanssaaf deemaa jirtu, Umar ibnu Kaxxaab itti dhufee eessa akka deemaa jirtu gaafateen. “Lafa isin keessaatti nu darartan keessaa, gara
lafa Rabbiin itti gabbaruu danddeenyutti deemutti jira.” jetteeni deebifteef.

Umaris Rabbiin isin waliin haa jiraatu jedheen. Akkuma isaan addaan baateen jaarsi isii Aamir
tti dhufee jennaan akka Umariin agarte baqataaf ka’uu isaanii itti himtee jennaan dhiirsa isiitti Umaris gara laafiinsafi akka itti qalbii cabee isaaniif gadde ajaa’ibaa itti himte.

jaarsi isii akkana jedhe. ”Osoo harreen Kaxxaab islaamooyteellee Umar hin islaamayu.” jedhee yaada Umariif qabu ibse. Gaaf tokko Umar farsoo dhuguuf gara mana farsoonitti gurguramtuu yoo gahu, warri farsoo gurguru hin jiran ture. Yaada isaa jijjiiree ka’abaa xawaafuf yoo deemu nabi Muhammadii ﷺ ka’abaa jalatti salaataa jiru arge.

Carraa nabi Muhammadiin arguu kanatti gammadaa waan Muhammad jedhu dhokatee dhageeffatuuf murteeffate. Akka nabi Muhammad hin arginetti girdoo ka’aba jalatti
dhokatee dhageeffachuu eegale. Yeroma san mi’aan qur’aanaa onnee isaatti waa uume.

Booda lubbuu isaatiin haasahu eegale. Qur’aanni kun walaloo tahuu shakke. Yeroma san nabi Muhammad ﷺ Suuraa al haqqaa aayata qur'aanaa.

Qur’aanni kun jecha ergaa kabajamaati jecha walalootii miti.” jedhu qara’e.

Ammas Umariin qalbiin isaa qur’aanni kun jecha nama waa raaguu ta’uu shakkite. Yeroo kanas nabi Muhammad ﷺ aayata itti aantu suuraa Al-haaqqa 42 “jecha raagaa hintaane.”
jedhu qara’e. Yeroo kana garuu akkana ufiin jedhe.

Aanaa kiyyaafi gosa kiyyaa waliin nagahaan jiraachuu naa wayya moo, islaama tahee aanaa kiyyaafi gosa kiyyaan waliin diinoomuu naaf wayya jedhee tasgabbii dhabe.

Nabi Muhammadis ﷺ akkana jedhee du’aayii kadhate. “Yaa Rabbi Abi Jahli binu Hishaamii fi Umar binu Kaxxaab keessaa nama gara keetitti jaalatamaa taheen islaamummaa kana jabeessi.” jedhee kadhate. Guyyaa tokko Umar nabi Muhammadiifi ﷺ sahaabaan isaa Gaara safaa jalatti walitti qabaman jechaa beekee
seeyfii isaa luqifatee nabi Muhammad ﷺ ajjeesuu qaba jedhee bahe.

Itti fufa.....

Hiriyoota keessaniif Dabarsaa
Forward godhaa maatii chaanaalii keenyaa tahaan affeerraa keenya.
Join gochuun guutuu isaa hordofaa

Join 👇👇👇👇👇👇👇
@SAMSAMIREEE
@SAMSAMIREEE
Obbaleesi kiyya kallee doke godhe nu nyaachiise Umman tiyya isa fafarsinan
Kuno arra ka'e marqaa godhuuf shunkurta chiiru jira 🤣😂
@SAMSAMIREEE
@SAMSAMIREEE
HIJAABI AND HAYATII
BEAUTIFUL FOR WOMEN
@SAMSAMIREEE
@SAMSAMIREEE
Forwarded from Jolaxbot
Jaartiin Gaariin Jaarsa isii urgeessuu Jaalatti
Sababni urgeeffachun sunnaa wan tahef👍
👇👇👇
@Hanukka1
@Hanukka1
As wr wb Xiinxali dubbisi eega dubbistees share👇👇👇👇👇
godhi jzk

Calculation Herreegaa Akkan Hamaafi Balaafamaa Tahe
Wallaahii Hedduu Na Sodaachisee Hanga
Booyutti Dhihaadhetti
Sirriidha Umriin Jiruu Ilma Namaa HarkanRabbiiti Jirtii

*Mee Osoo Tilmaamnee Waggaa 60
jiraattee Haa jennuu

*Yoo Guyyatti saa'aa 8 Rafte Waggaa 60
Keessaa Ati Waggaa 20 Hirriibaan
Dabarsite.

*Yoo Guyyatti Hojii saa'aa 8 Kan Hojjattu
tahees waggoota 20 Hojiini Dabarsite

*Waggaa 15 joollummaa Keetiin kuchiiste

*Yoo Guyyatti al-lama nyyaataaf walakkaa
saa'aa( 0:30 daqiiqaa)Kan teettu Taate
Waggaa 3Guutuu Nyaataaf taa'uudhaan
Dabarsite

Ida'amaan waggoottan Hojii, +Hirriibaa,
+Yeroo nyaataafi +joollummaa keetin
Darbanii Waggaa 58Umrii keetirraa
Waggaa 2Qofatu Siif Hafe

Yaa Nama Waa Argitu ibaadaadhaan Hoo
Saa'aa meeqa Dabarsite Umrii Kee Guutuu
Irraa

Mee Maalumaa Jetta Rabbiin Gaafa inni Si
Herregee Umrii Kee Maal Keessatti Fixxee
Siin jedhe

Dubbii Dhugaa 100%100

Qur'aanni Khabajamaan Fuula 600 ykn
(604) Hin Caalu ..Akkasii mitii

Yoo Na Hin Dhugoomsin Dafii laalii
Koottuu

Argitee ree Fuula meeqa Akka tahe

Hayyee Koottu Haasawa Keenya Itti
Guutannaa kaa

Qur'aanni Fuula 600 Yoo Guyyaa 30
Hirree meeqa ta'a?

Baay'ee herreguun Uf Hin rakkisin Dubbiin
Salphaadha

Fuula 600÷30=20

Calculationii Baayyee Salphaadha
Tole Guyyatti fuula20 Tahuu saati

Nuti Guyyatti al-5 Salaataa jirra

Fuula 20÷5=4

Amma Qaceellotti Hubattee..

Ati Guyyatti Fuula Qur'aana 4 Yoo
Qabaate Salaata Waajibaa boodaan
Hoggas Ati Guyyatti Fuula 20 Qaraate
Kana Jechuun Ati baatii Keessatti Qur'aana
Guutuu Qaraate Rakkoo Tokko Malee
mee Na Wajjiin Turi

Dhaamsi Hin xumaramneetii Garuu Waan
jarjartu Fakkaattaa

Hanga xumuraatti Faana bu'i Waa Hedduu
mitii Kan Nuuf Hafe

Osoo Ati Risaalaa Tana Obboleeyyan
keetiifi addunyaa maraaf Akkasuma

Hiriyyoota Kee cufaaf ergitee

Hundumtuu Sababaa Keetiin Qur'aana
Qara'anii Khattamanii /xumuranii
Mindaan Ati Rabbiin biraa Argattu meeqaa
Ni Beeytaa??

Yaa Allaaaaaaaah lakkuma /adaduma
Tokkoon Isaanii Qur'aana Qara'ee
khattamuun Siifillee Ajriin Katabamaa
Bara kana Maaliif projektii Bu'a Qabeessa

Hin hojjanne...?

Maaliifi Akka Namni Hunduu Qur'aana
Sirritti Qara'ee Akka Khattamuu Hin
taasisnee

Si Ammallee Shakkii Hin dhiifnee ...!!!
Namni Kheyritti Nama Qajeelche Akkuma
Nama Dalageeti

Namni Garee Qabu Itti Haa Ergatuu Akka
Mindaan Dacha Dachaa ta'uuf
inshaa'allaah

Gosti nyaataa8 Akkaan Cimtuudha Humna
Ittisa Qaama Namaa jabeessuufi

Dhukkuboota Gargaaraa Barbadeessuuf

Rummaana
Roob
Qullubbii Adii
Shunkurtii
Shaayii Magariisa
Dhuunfaa/feexoo
??
??
:

WaaSadii Qaama Dhukkubsachiifti

1Haasawa Baayyee

2Hirriiba Baayyee

3nyaata baayyee

🌷Waa afur Qaama Namaa Diigdi:

1. Yaaddoo

2. Naasuu

3. Beela

4.Gurzaa/Qaaxiraa

🍁Waa afur Bareedina fuulaa fi tolinna Isaa
dabalti

1. Rabbi Sodaachuu.

2. Waadaa Guutuu

3. Arjummaa

4. Naamusa Ufii eeggachuu

🌷WaaAfur Sababaa Rizqiiti

1. HalkanSalaatuu

2. wayta Hiraabaa/obboroo Araara Rabbii
Khadhachiisaa heddummeeysuu

3. Sadaqaa Toohachuu Itti yaaduu

4. Rabbi Faarsuu Ganamaafi Galgala

🌷Waa afur Sababaa Rizqiiti Dhoorgiti:

1. Subhii Booda Rafuu.

2. Salaata Xiqqeessuu.

3. Ceem'aa .

4Gantummaa./Ganuu

Yoo Dilii Hojjechuu Yaadde Aayata sadihii
Yaadadhu

1. si Namni Dilii Dalagu Rabbiin Isa Argaa
Hin Beekhuu"

2. Nama Fuuldura Rabbii Isaa
Dhaabbachuu Sodaatee Dilii Dalagu
Dhiisef Jannata lamatu jiraaf

3. NamaRabbii Isaa Sodaatee Dilii Irraa
Fagaateef Rabbiin Rakkoo Keessaa Isa
baasa Haala mijeessaaf

Dubbiin tun Yoo Si Gammachiistee
Osoo Torarraa Hin bahin tamsaasin
Namni Waan Takkattii Nama Qaceelche
Akkuma Nama Dalageetii

Akkasumaas warri miseensa channel keenya tahuu barbaaddan join gochuun nu hordofaa.

Ani Waan Si khabajuuf Siif Ergee
Atillee Nama jaalattutti Hin don'oominii
ergiifi.
ALHAMDULILLAH👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 Share
@SAMSAMIREEE
@SAMSAMIREEE
Channel name was changed to «🌷SAM SAMIREEE(SS)🌷🌷»
2024/09/30 11:33:51
Back to Top
HTML Embed Code: