Telegram Web Link
Baga jala bultii Guyyaa Gootota Oromoo geessan. Oromummaan bakka har'a jiru kana gahuuf lubbuu Gootota hedduutu aarsaa itti ta'e.
Galatoomaa!
Maqaan keessan dhaloota dhalootatti ni darba.
๐๐š๐ ๐š ๐ ๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐ž ๐‰๐š๐ฅ ๐Œ๐จ๐ฒ๐ข๐ข
๐๐š๐ ๐š ๐ ๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐ž ๐‰๐š๐ฅ ๐๐จ๐จ๐ซ๐ฎ
๐๐š๐ ๐š ๐ง๐š๐ฆ๐š ๐ก๐š๐ซ๐ซ๐š๐š ๐ญ๐š๐š๐ญ๐š๐ง
๐ˆ๐ฌ๐ข๐ข๐ง๐ข๐ง ๐ฃ๐ž๐ง๐ง๐ž ๐๐จ๐จ๐ซ๐ฎ
๐๐š๐ ๐š ๐ ๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐ž ๐Œ๐š๐ซ๐ซ๐จ๐จ ๐ค๐จ๐จ
๐๐š๐ ๐š ๐ ๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐ž ๐†๐จ๐ฅ๐ฅ๐ข๐ข๐œ๐ก๐š
๐Œ๐š๐๐š๐š ๐ค๐ž๐ž ๐ช๐ฎ๐ฅ๐ช๐ฎ๐ฎ๐ฅ๐Ÿ๐š๐๐ก๐ž๐ง
๐†๐š๐ฆ๐ฆ๐š๐š๐œ๐ก๐ฎ ๐ค๐ž๐ž ๐ข๐ฅ๐ข๐ข๐ฅ๐œ๐ก๐š
๐๐š๐ ๐š ๐ ๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐ž ๐๐จ๐›๐›๐š๐š๐ฌ ๐ค๐จ๐จ
๐๐š๐ ๐š ๐ ๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐ž ๐ค๐š๐š๐ฒ๐ฒ๐จ๐จ ๐ค๐จ๐จ
๐Š๐จ๐จ๐ซ๐š ๐ค๐š๐›๐š๐š๐ฃ๐š ๐ช๐š๐›๐๐ฎ
๐๐จ๐จ๐ซ๐š ๐ฆ๐š๐ง๐š ๐€๐š๐ฒ๐ฒ๐จ๐จ ๐ค๐จ๐จ
๐‡๐ฎ๐ง๐๐ฎ๐ฎ ๐›๐š๐ ๐š ๐ ๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐š๐ง๐ข
๐ƒ๐š๐ซ๐ ๐š๐š๐ ๐ ๐จ๐จ ๐Ÿ๐ข ๐ฌ๐ก๐š๐ฆ๐š๐š๐ซ๐ซ๐ž๐ž...
๐’๐ก๐ข๐ง๐ง๐ข๐ข๐ ๐š ๐›๐จ๐จ๐ฅ๐ฅ๐š ๐๐ฎ๐š๐š
๐€๐›๐›๐จ๐จ๐ญ๐š๐ง ๐ค๐š๐ง ๐๐š๐›๐š๐š๐ซ๐ซ๐ž๐ž
๐๐š๐ ๐š ๐†๐†๐Ž ๐„๐›๐ฅ๐š 15 ๐ง๐š๐ ๐š๐š๐ง ๐ ๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐š๐ง!
Magaalaaa #Bulbulaa

โ€œIjoollee suuraa irratti argitan tunniin dhiyoo kana hiriira nagaa baatan jechuun magaalaa bulbulaa irraa qabanii magaalaa baatutti erga hidhanii boodaa joollee lafaa dhufaa xixxiqqaa kanniin harka isaanii caccabsanii haala argaa jirru kanaan reebicha hamaa mana hidhaa leessatti irraan gahanii turan. Bineensummaan sirna kanaa daangaa dhabee jira.โ€
Aanaa mi'eesso araddaa bareeda iddoo jajjaba jedhamtutti Guyyaa Arra shiftoonni issaa ummaata kenya irraati loola baaniin namni tokkoo wareegamee 1/Md Ahmed Usmaan jedhama kan madaaye 2//Ibroo Ali Ammee gara adaama dabre jira
***Abbaan jaal Marroo hoggana WBO Zoonii Lixaa mana hidhaatti dhukkubsatan***
Keelloo: Eebla 16,2021
Maanguddoon Oromoo ilmakee WBO dha jedhamuun hidhaman mana hiraarsaa keessatti dhukkubsatan.
Mana hiraarsaatti dararaa argaa kan abbaan Jaalhoggana WBO zoonii Lixaa marroo obbo Dirribaa Lammeessaa maanguddoon jedhaman mana hidhaa magaalaa Kombolchaa keessatti dhukkubsataa akka jiran himame.
Maanguddoon umuriin isaanii 80'n tilmaamamu badii qabaatanii osoo hintaane ilmi keessa WBO dha sababa jedhu qofaaf hidhamanii hiraaraa jiraachuudha kana himamu.
Mana hidhaa keessattis dhukkubsatanii hedduu rakkataa jiraachuu gabaasni har'a bahaa jiru ifa taasisa.
Seenaa Gabaabduu Ergaa guddoo qabdu!

"AFAR BILAA (แŠ แˆแˆญ แ‰ฅแˆ‹)"

Mucaa Afaan Jaraa hin beekne tokkoofi kan Afaan Keenya hin beekne tokkootu Wal lola.

Inni Afaan Jaraa hin beekne Afaanuma keenyan Arrabsa.
Inni Afaan Oromoo hin beeknes Afaanuma beekun arrabsa.
Osuma Wal arrabsaa Jiranuu Inni Afaan Oromoo hin beekne "AFAR BILAA (แŠ แˆแˆญ แ‰ฅแˆ‹)" jedhaan.

Hiriyaan mucaa Oromoo kun "AFAR BILAA" Jechuu ni beeytaa Jennaan.
Yoo Maal jedheen gaaridha "Aboo na sodaatee Jira.
"AFAR BILAA" Jechuun bar Hogguma laaltuu Lola ni fakkaata?
Natti waywaataa jiran seha. Kana sodaataa Dhiisi ni deemnaa"

Akkasitti AFAR BILAA Jechuu tana Akka ifiin Fedhanitti hiikkatanii mucaa isaan arrabsaa jiru dhiisanii biraa deeman jedhan.

Jarri Keenya ammaa Kunis Akka joollee lamaan kanaa tahaa Jirti.
Osoo Jarri isaan gaadi'ee Afaan beekaniin isaan dhukkee Irraa kaasaa jiranuu Jaalala itti fakkaatee jara jala kurkurti Kunoo.

Nutis irra deebinee "AFAR BILUU (แŠ แˆแˆญ แ‰ฅแˆ‰)" JENNAAN Erga Wallaaltan.
Arrabaatu Faaruu itti fakkaate!
๐Ÿคฃ๐Ÿคฃ๐Ÿคฃ
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Aramii har'aa bifaa kananii ummataa oromoo waloo rukkutaa jiruu.oromoon calisuu filatee.
Kan Hidhame mana hidhaa jiru Haqa Oromooti.
Isin Haqa keenyaf Waardiyaa taatanii Aarsaa ol'aanaa kafalaa jirtaniif Galatoomaa.
Kanaaf kan hidhamee jiru isin qofa osoon taane Haqni keenyas Hidhamee jira.
Gaafa isin baatan haqni keenyas baha.
Isin Waardiyoota Qabsoo oromooti.
Hidhan Akkuma Itti Fufeetti Jira.Dargaggoo Gulummaa Kan Magaalaa Alamaganaa Jirtu Osoo Iddoo Hojii Isaati Galu Deemu Yakka Tokko Malee Tikni Mootummaa Qabe Hidhee Jira Ebla 15/04/2021.Yeroo Amma Kana Magaalaa wajjira Poolisii keenterii Jira.
Oduu Ammee
============
Duula Twitter kaleessa gaggeessine, bu'aan isaa kunooti.

Gamtaan Awrooppaa Filannoo Ashaagree Taajjabuun duratti "haalli biyyattii saffisaan jijjiiramuu qaba." jedhe.

Keessaa fi alaan itti muddi
OGUMMAAFI DUBBII NAMA OGEESSAA!
~~~~~~~~~~~~~~~
Kan dubbise ni hubata; hubachuun beekumsa. Beekumsa haalaan fayyadamuun ogummaadha. Mee waa'ee ogummaafi dubbii ogeessaa kitaaba tokkorraa mil'adhe, waliin haaqooddannu!๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Ogeessaa: "Ani dukkana keessatti arguu nan danda'a."
Dhibaa'aa: "Erga dukkana keessatti arguu dandeessee, maaliif ifaa baattee deemtaree?"
Ogeessicha: "Namoonni akkakee dukkana keessatti arguu hindandeenye dhufanii akka natti hinbuuneefin ifaa baadha, " jedhee jedhama.

#Dukkana dhibaa'aaf ifti ogeessaa qorichaadhaatii, xiqqo haadaballu; fakkeenya biraa:๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
~Yeroo tokko, dargageessa tokkottu beelaan rukutamuun, daabboo gogaa baatee waan ittiin nyaatu barbaachaaf mana nyaataa karaarra jiru wayiitti dhiyaatee dhaabata. Xiqqo osoo hinturiin, fooliin fonii manicha keessaa bilchaachaa jiruu dhufee afaan isaa hancufaan guuchise; innis fooliima kanaan daabbicha alalfatee liqimse. Abbaan mana nyaataa sanaa dhaabbatee kana hundumaa edda hubateen booda, fiigee gateettii dargaggeessa hiyyeessa kana qabee, "Gatii foolii ittin daabboo nyaattee kanfali!" jedheenii. Dargageessichi homaa of harka akka hinqabne itti himeen booda, akka isa gadhiisu, ta'uu baannaan seeratti akka wal dhiyeessan gaafate. Kanaan, abbaan manaa qabee abbaa seeraatti dhiyeeffate. Haala jiru sirnaan hubatee booda, abbaan seeraa, "Gatii foolii dhangaa sanaa, dargageessichi kanfaluun sirriidha" jedhe. Abbaan murtii abbaa mana nyaataa sana ofitti waamee, ariitiin qarshii giphii isaa keessaa baasee walitti sukkuumuun gurra isaatti qabee sagalee dhageessisee qarshicha giphii isaatti deebifate. "Natu kanfalaafitii iddoo dhuftanitti deebi'a," jedhe abbaan seericha. Haalichi bitaa kan itti gale, abbaan mana nyaataa sun, "Yaa abbaa murtii, qarshii sana sagaleesaa na dhageessiste malee yoom naaf kanfalte?" jedhee gaafate. Abbaan murtis, "Dargageessichis, nyaaticha niurgeeffate malee hinnyaanne!" jedhee deebiseefii. Ogummaan murtoo galateeffachiisaa nama kennisiisa.

Kitaaba "แŒฅแ‰ แ‰ฅ .....แŠจแŒฒแˆ‹แŒฆแˆต" jedhurraa hiikuun kan qindeesse:
Abdiisaa Ejjetaa U. Bantii-ti
~~~~
@OROMOTOO
@OROMOTOO
---Of eeggannoof jecha Dubbisaa---

๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒทshare godhaa๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท

1,Bilbilli keessan yoo isin jalaa bade dafaa Akkuma dhabdaniin cufsiisaa SIM keessaniin kardii liqeeffachuu fi yakka hojjachuu danda'u.

2,Galgala galgala liiftii isiniif kennamu hunda hin fayyaadaminaa saamtotaaf ykn balaaf saaxilamtu.

3,Waajjiraalee Mootummaa fi Waldaa amantiis ta'ee dhabataa biroo gaafa deemtan protocoli keessan eeggadha.

4,Eessayyuu deemuun dura yeroo manaa baatan Waraqaa eenyummaa fi Bilbilli keessan charjii guutame qabachuu hin dagatinaa!

5, Finfinnee keessatti Taaksii Namootni Darbanii Darbanii keessa taa'an fi Shakkitan hin amaninaa eessa deemtu gaafa isiniin jedhan bakka deemtan itti hin himinaa dura isaan gaafadhaa seenaa, wayita seentan ammoo taaksii seentan taargaa isaa qabachuu yaalaa. Gurmiin nama Saamuun hammaateera.


6,Nama kufe yeroo kaaftan fi Rakkataa/Gargaarsa fedhu kamuu/ yeroo gargaartan Amantii fi Qomoo isaa hin gaafatinaa.

7,Yeroo karaa irra adeemtu bitaaf mirga kee Adda baafadhu karaa harka kee bitaarra adeemi.

8,Waan si mudatu  hin beektuu yeroo mana yaalaa akka tasaa deemtu gosa dhiiga kees bari/gaafadhu/.

9,Bakka deemtanitti nagaa buusu fi Gaarummaa godhaa.
#Oduu_Walajjeechaa!
-Miseensi paartii ABIN kan Itoophiyaa baraaruf dargaggeessa gurmeessaa ture, guyyaa kaleessaa Gondor Matammaa keessatti rasaasan ajjeefamee jedhame.

-Dabalataanis hoogganaan paartii ABIN kan Matakkal aanaa Waanbaraa keessatti dheengadda ajjeefamee jira. Guyyoota kana keessatti qofa hooggantootni narraa ajjeefamaniiruโ€™ jechuun Partichi beeksisee jira!
Maaltu Deemaa Jira?

-Oromiyaa
WBO fi loltoota garee mootummaa Biltsiginnaa gedduutti lola deemaa jiruun torbee kana keesa qofa loltonno mootummaa 180 caalan ajjeefaman.

- Tigraay
Lola torbee kanaan qofa waraanni Shaabiyaa fi mootummaa federaalaa 1700 caalu ajjeefame. 2000tti kan dhiyaatan madoo ta'aniiru. Karaan magaalota akka Aksum, Adawaa, Shiree, Hawuzeen fi Wuqroofaa geessu sababa waraana kanaan cufameera.

- Amaaraa
Mormiin sirna mootummaa Biltsiginnaa irratti eegale itti fufee jira. Magaalonni hedduun karaa nagaan mormii isaanii gegeessaa kan jiran tahus, Bahaardar keessatti diddaa ummataa ka'een daandiin cufameera, qabeenya irras miidha qaqqabe.

-Beenishaangul Gumuz
Hidhattoonni Gumuz godina Kamashii aanota adda addaa keessatti lola bananiin uummanni buqqa'aa jira. Magaalonni godinichaa tokko tokkos humna hidhate kanaan too'atamaa jiru.

-Finfinnee
Finfinneetti MM Abiyyi Ahimad Aaddee Burtukaan Miidhaksaa waliin dhimma filannoo irratti mari'ataa oolan. Filannoon kun garuu guutuu biyyattii
๐‹๐ž๐ญ๐š ๐Š๐ž๐ง๐ž๐ข ๐€๐ ๐š
๐‚๐š๐ฅ๐ฅ๐ฎ๐ฆ๐š ๐ฃ๐ž๐๐ก๐š๐š ๐๐ก๐ข๐ข๐ฌ๐š๐š
๐‰๐š๐ซ๐š๐ง๐š ๐ฆ๐š๐š๐ฅ ๐ญ๐š๐š๐ญ๐š๐ง๐ข๐ข
๐†๐จ๐จ๐ญ๐จ๐ญ๐š๐š๐Ÿ ๐ก๐ข๐ง ๐›๐จ๐จ'๐ข๐ข๐ง๐š๐š
๐ƒ๐ข๐ซ๐ซ๐ž๐ž๐ญ๐ญ๐ข ๐š๐œ๐ก๐ข ๐ฒ๐š๐š๐ญ๐š๐ง๐ข๐ข....
๐ƒ๐ฎ๐ฎ๐ญ๐ข๐ข๐Ÿ๐ข ๐š๐ฐ๐ฐ๐š๐š๐ฅ๐œ๐ก๐ข ๐ ๐จ๐จ๐ญ๐š๐š
๐‰๐ข๐ซ๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐š๐ญ๐ญ๐ข ๐ช๐จ๐จ๐๐š๐ฆ๐š
๐–๐š๐ซ๐ซ๐š ๐ฌ๐ž๐ž๐ง๐š๐š ๐ก๐จ๐ฃ๐ฃ๐ž๐ญ๐ž๐ž๐Ÿ...๐ฐ๐š๐ซ๐ซ๐š ๐ก๐š๐ช๐š๐š๐Ÿ ๐จ๐Ÿ ๐ฅ๐š๐š๐ญ๐ž๐ž๐Ÿ
๐€๐ค๐ค๐š๐ฆ๐ข๐ญ๐ญ๐ข๐ข๐ง ๐›๐จ๐จ'๐š๐ฆ๐š?!
๐–๐š๐ซ๐ซ๐ฎ๐ฆ๐š ๐ฃ๐ข๐ซ๐ฎ๐ฎ๐Ÿ ๐›๐จ๐จ'๐š๐š
๐–๐š๐ซ๐ซ๐š ๐ฅ๐š๐ฆ๐ฆ๐ข๐ข๐Ÿ ๐ก๐ข๐ง ๐ญ๐š๐š๐ง๐ž
๐–๐š๐ซ๐ซ๐š ๐ฆ๐š๐š๐ ๐š๐š๐ง ๐ฃ๐š๐ฅ๐ฅ๐ข๐ง๐š๐š
๐†๐š๐ซ๐š๐š ๐ข๐ฌ๐š๐š๐ง๐ข๐ข๐ญ๐ข๐ข ๐ก๐ข๐ง ๐›๐š๐š๐ง๐ž
๐–๐š๐ซ๐ซ๐š ๐š๐š๐ซ๐ฌ๐š๐š ๐ญ๐š'๐š๐ง๐ข๐ข
๐’๐ž๐ž๐ง๐š๐š ๐ก๐ข๐ง ๐ค๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐ž ๐›๐ข๐ฒ๐ฒ๐š๐š๐Ÿ๐ข
๐–๐š๐ซ๐ซ๐š ๐š๐ค๐ค๐š๐ฌ๐ข๐ข๐ญ๐ฎ ๐๐ฎ'๐ž๐ž
"๐”๐ฎ๐ฎ...๐ฎ๐ฎ๐ฎ..." ๐ฃ๐ž๐๐ก๐š๐š ๐ข๐ฒ๐ฒ๐š๐š๐Ÿ๐ข๐ข!
Jawaar Muhammad Goota Oromoo tokkicha sammuun Qawweedha. Hidhamuun kee jechaa fi gochaadhan kana nuuf mirkaneessee jira. Ati nuuf dhaabbata, paartidhaa oli! Wanti takka wanni nuti qabnu wanni siin madaaluu takka hinjiru. Humnikee humna guddaa ummataati. Wanti humna uummataa caalemmoo addunyaa kanarra hinjiru. Gaafni ati moo'amtu gaafa Oromoo wanni jedhamu addunyaa kanarraa bade qofa. Ati uummatakee wajjin har'as boris injifataadha!! Har'i dukkana, guyyaankee mamii malee dhufaa jira, Abshir ni bari'a, yaa bakkalcha๐Ÿ’ฅkeenya!!
Namoonni yaada keessan nuf kennaa jirtan galanni keessan guddadha!

yaada fi taatewwan naanno keessanitti ta'aa jiruu hatattamaan nuf ergaa
#galatoomaa!

Kanaan nuf ergaa
๐Ÿ‘‡
@QEERROO_MEDIABOT

#QEERROO MEDIA


yaadni Keessan Nuu Ijaara Nu Cimsa yaada Keessan Karaa @QEERROO_MEDIABOT irrattii nuuf kennaa.
โคโคโคโคโคโค
@QEERROO_MEDIABOT.
galatoomaa
Oksijiinii Oromoo!
2024/09/24 03:30:35
Back to Top
HTML Embed Code: