Telegram Web Link
๐‡๐š๐ซ๐ฆ๐ž๐ž ๐‰๐š๐š๐ฅ ๐ฆ๐š๐ซ๐ซ๐จ๐จ๐Ÿ‘
๐‡๐š๐š๐๐ก๐š ๐ ๐จ๐จ๐ญ๐š ๐๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐ž ๐ฎ๐ฆ๐ฎ๐ซ๐ข๐ข ๐๐ก๐ž๐ž๐ซ๐š๐š ๐ง๐ฎ๐ฎ๐Ÿ ๐ฃ๐ข๐ซ๐š๐š๐๐ก๐šโค๐Ÿ’šโค
๐Š๐ฎ๐ฆ๐š๐š ๐ฌ๐š๐Ÿ๐š๐ซ๐š๐š
โ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธ
๐€๐๐ฎ๐ซ๐ซ๐ž๐ž๐ง ๐ช๐ข๐ซ๐š๐š๐œ๐ข๐ข๐ง
๐€๐š๐ง๐ง๐š๐ง ๐ ๐š๐š๐๐๐ฎ ๐ ๐จ๐ฅ๐š๐š
๐€๐ค๐ค๐š๐ฆ๐ข๐ญ๐ญ๐ข๐ข๐ง ๐ช๐ž๐ž๐ช๐ฑ๐ข
๐‹๐ž๐ž๐ง๐œ๐š ๐๐ข๐ซ๐ซ๐ž๐ž ๐ฅ๐จ๐ฅ๐š๐š
๐“๐ฎ๐ช๐ฎ๐ฎ๐Ÿ ๐ฆ๐š๐ฅ๐ž๐ž ๐ฌ๐ข๐ญ๐ฎ
๐‡๐จ๐ฃ๐ข๐ข ๐ซ๐š๐›๐›๐ข ๐ ๐ฎ๐๐๐š๐š
๐€๐ค๐ค๐š๐ฆ๐ข๐ข๐ง ๐ฐ๐š๐ฅ ๐ ๐ข๐ญ๐ฎ
๐Œ๐ข๐ฑ๐ข๐ข๐Ÿ ๐€๐ซ๐›๐ข ๐ ๐ฎ๐๐๐š๐š
๐๐š๐ค๐ค๐š ๐ง๐ฒ๐š๐š๐ญ๐ญ๐ฎ๐ฎ ๐๐ฎ๐ญ๐ญ๐ฎ๐ฌ
๐†๐š๐ซ๐š๐š๐ง ๐ซ๐š๐ช๐š ๐›๐š๐ซ๐ž๐ž
๐‹๐š๐ค๐ค๐ข ๐๐ฎ๐ฎ๐›๐š๐š๐ง ๐ ๐š๐ง๐ญ๐ž๐ž
๐๐ฎ๐ง ๐ง๐ฒ๐š๐š๐ญ๐ข๐ข๐ง ๐ฒ๐š๐š ๐’๐š๐ซ๐ž๐ž!
Nan jijjiiru haalli
-----------------------------
๐Ÿ’ขWal gahu ni hasaasu
๐Ÿ’ขWaa'ee kee Arbeessu
๐Ÿ’ขDhugaa kee dhoksu
๐Ÿ’ขHammeenya kee odeessu

๐Ÿ’ขSi na jibbisiisuuf harcaasanis
Cabbii hamaa
๐Ÿ’ขWanti fedhe dhufee si nan
jibbisiisu homaa

๐Ÿ’ขGargaritti hafnee
Wal argaanis yoo dhabame
๐Ÿ’ขDhufee si ilaaluuf
Balballis yoo cufame

๐Ÿ’ขNuuf kufee ka'ee
Ifaajaa oolus falfalli
๐Ÿ’ขHaroo onnee keenyaa
Wal simsiise jaalalli
๐Ÿ’ขHaalli fedhe dhufus
Qilleensi nan raasu
Nan jijjiiru haalli


Deder, Oromiyaa irraa nuf ergamtee!
Sinis @Qeerroo_mediabot irratti nuuf ergaa!
Har'i tokko bor kan biraa
Guyyaa jalaan guyyaan jira
Nuugiin fakkaattus akka talbaa
Mixiin bokoktus akka arbaa
Barri dhufee- barri darba.
Tokkoon kufan tokkoon ka'u
Abdii kutachuun hin ta'u!
Bara sobni hiitoftee
Humni dhugaa laafu
Namummaan rakastee
Dhabde gatii raafuu
Hundeen akeeka qabsoo ABOโ€™n geggeeysuu, mirga hiree murteffaanna ummataa oromoo argaamsisun ,sirna kolonii hacuucca fi sammichaa gamaa hundaa jala Oromiyaa bilisaa basuuf qabsa'aa.
an dhaloota Qawweeti"
.............................................
dhaloota qubee naan jettee
dhadhaa afaan dibattee
ofii immoo qawwee ammayyaa
hanga funyaaniitti hidhattee
afaaniin na faarsitee
gochaadhaan na darartee
peennaa narkaa fuuchuudhaan
karchalleetti na darbattee
qabsoon lafee itti cabe
narkaa butte kaleessa
an dhaloota qawweeti
qawweedhaanin barreessa.
Qawweedhaanin barreessee
ol kaa'a seenaa kiyya
isa qawwee qabutu
lolee ijaarrata biyya.
wbo ummaatasa barsissa olaa imaalis gara fuula duraati.
Forwarded from Qerroo media
๐’๐ˆ๐‘๐๐Ž๐Ž๐“๐€ ๐€๐…๐€๐€๐ ๐Ž๐‘๐Ž๐Œ๐Ž๐Ž ๐ˆ๐“๐“๐ˆ ๐ƒ๐‡๐ˆ๐˜๐€๐€๐ƒ๐‡๐€๐€.๐Ÿ’ช
๐˜๐š๐š ๐ฆ๐ฎ๐ค๐ค๐ž๐ž๐ง ๐›๐š๐š๐ฅ๐š ๐ค๐ฎ๐ฌ๐š'๐ž๐ž
๐ฃ๐š๐š๐ฅ ๐Œ๐š๐ซ๐ซ๐จ๐จ ๐ค๐จ๐จ ๐ฆ๐š๐š๐ฅ๐ญ๐ฎ ๐ฃ๐ข๐›๐›๐š๐ซ๐ž!
๐˜๐š๐š ๐ฆ๐ฎ๐ค๐ค๐ž๐ž๐ง ๐›๐š๐š๐ฅ๐š ๐ค๐ฎ๐ฌ๐š'๐ž๐ž
๐‰๐š๐š๐ฅ ๐†๐จ๐จ๐ฅ๐ฅ๐ข๐œ๐ก๐š ๐ค๐จ๐จ ๐ฆ๐š๐š๐ฅ๐ญ๐ฎ ๐ฃ๐ข๐›๐›๐š๐ซ๐ž
๐˜๐š๐š ๐ฆ๐ฎ๐ค๐ค๐ž๐ž๐ง ๐›๐š๐š๐ฅ๐š ๐ค๐ฎ๐ฌ๐š'๐ž๐ž
๐‰๐š๐š๐ฅ ๐ฌ๐š๐ง๐ฒ๐ข๐ข ๐ค๐จ๐จ ๐ฆ๐š๐š๐ฅ๐ญ๐ฎ ๐ฃ๐ข๐›๐›๐š๐ซ๐ž
๐˜๐š๐š ๐ฆ๐ฎ๐ค๐ค๐ž๐ž๐ง ๐›๐š๐š๐ฅ๐š ๐ค๐ฎ๐ฌ๐š'๐ž๐ž
๐‰๐š๐š๐ฅ ๐๐จ๐›๐›๐š๐ฌ ๐ค๐จ๐จ ๐ฆ๐š๐š๐ฅ๐ญ๐ฎ ๐ฃ๐ข๐›๐›๐š๐ซ๐ž
๐˜๐š๐š ๐ฆ๐ฎ๐ค๐ค๐ž๐ž๐ง ๐›๐š๐š๐ฅ๐š ๐ค๐ฎ๐ฌ๐š'๐ž
๐‰๐š๐š๐ฅ ๐ฆ๐จ๐ฒ๐ฒ๐ข ๐ค๐จ๐จ ๐ฆ๐š๐š๐ฅ๐ญ๐ฎ ๐ฃ๐ข๐›๐›๐š๐ซ๐ž
๐˜๐š๐š ๐ฆ๐ฎ๐ค๐ค๐ž๐ž๐ง ๐›๐š๐š๐ฅ๐š ๐ค๐ฎ๐ฌ๐š'๐ž
๐‰๐š๐š๐ฅ ๐›๐จ๐จ๐ซ๐ฎ๐ฎ ๐ค๐จ๐จ ๐ฆ๐š๐š๐ฅ๐ญ๐ฎ ๐ฃ๐ข๐›๐›๐š๐ซ๐ž
๐˜๐š๐š ๐ฆ๐ฎ๐ค๐ค๐ž๐ž๐ง ๐๐š๐š๐ฅ๐š ๐ค๐ฎ๐ฌ๐š'๐ž
๐–๐๐Ž ๐ค๐จ๐จ ๐ฆ๐š๐š๐ฅ๐ญ๐ฎ ๐ฃ๐ข๐›๐›๐š๐ซ๐ž
Ani dursa oromoodha,......

-"Qilleensa Oromiyaa bilisa baafneerra, Baroota dhufanitti ammoo lafa Oromoo bilisoomsina". Jawaar Mohammed
Oolmaa Dhaddachaa guyyaa har'aa.!!

Jawaar Mohaammad Dabalatee Namoonni Afur Hin Dhiyaanne!

Beellamni Jawaar Mohaammad'faa Namoota 24 har'a ganama ture. Haa tahu malee, Jawaar Mohaammad, Baqqalaa Garbaa, Hamzaa Booranaa fi Shamsaddiin Xahaa dhaddacha har'arratti hin dhiyaanne. Bu'ura hakiimni jedheen dafanii akka lagannaa nyaataa guyyaa 40rraa bayyanataniif yeroo guyyaa 5 gadi hin taaneef boqonnaa akka godhan waan barbaachisuuf jecha isaanii fayyaa guutuudhaan kennuuf beellamni dabalataa gabaabaan gaafatameera.

Himatamtoonni kaan dhiyaatanii jecha kennanniiru. Hundi isaaniituu gocha ittiin himataman kan hin raawwannee fi badii hin qabne ta'uu ibsaniiru. Yakkatu mootummaadhaan nurratti raawwatame malee nuti yakka hin raawwanne jedhaniiru.

Namoota dhiyaatan keessaa himatamaa 9ffaan Afaan Oromootiin jechasaa kan kennatu ta'uu yoo yoo ibsu, manni murtii turjumaana har'aa hin qopheessine waan jedheef kanneen har'a hin dhiyaanne wajjiin beellama itti aanutti jecha akka kennu jedhameera.

Jecha warra hafanii
#Galata
Gootaf hayyuun du'ee
Osoo bu'aa buusee
Gootowwan qaqqaale
Maaliif biyyeen dhokse
โžธโžธโžธ
Galata hin jettu
Dachiin goota nyaate
Narra bu'i hin jettu
Luynaa wayii hin tolles
Ofirratti baatee
โžธโžธโžธ
Maalif nyaate goota
Kan sabaaf gaachana
Eenuun hanbisuufii
Saba bal'aa kanaa
Hadhas ni nyaattaree
Goottan qaalii kana
โžธโžธโžธ
Nadhiis ni nyaatte moo
Nyaatus natti himii
Dhugaa hayyuu kootii
Baasiitii nan simi
#HUB:-
Isaani mitii nutuu salphatee kan hayyoottan keenna diina harkatti gate! Qabsoo finiinsi Kan baate alaa hin galin kan mana jirtu gad bahi salphannee!!!


#Wobon Gaachana Oromoof Oromiyaati!!!.
#Fuula_Oromummaa_jedhu_Kana
#Share .
#Invite Gochuun hiriyyas afferuu hin dagatinaa.
Wanta na cinaa jirtaniif
#Galatoomaa!.

@Oromotoo
@Oromotoo
โ€œJawaar akka eegnuuf kan nu ramade Mootummaadha. Kanaaf isa eeguun yoo badii tahe kan balleessaa qabu mootummaadha!โ€ ~ I/A Saajin Sabbooqaa Qaaqoo, harโ€™a mana murtii irratti. HM
#tanas_qalbifadhaa!
''Oromummaan okkotee dulloomtuu abbaan barbaade cabsu miti...haphee dhiiga goototaa irraa ijaaramte, tan harkisan hincinne, tan alanshan hinbulloofnedha...hanguma tumamu akka sibiilaa jabaata... Har'a gocha gantootaatin takka of duuba deebinus, Oromummaan lama bultee fuulduratti furguuggifamuun waan hin oolle!''

-Dubbii tana JMtu bara darbe, gaafa Ermiyaas Lagggasaa ''Abiy Oromummaa daaraa godhee caccabsee, lubbuu ajjeesaa jira'' jedhe san leencichi dubbatee afaan gantuu fi galtuu cufe. Har'as sanumatu dhufe, tanas qalbifadhaa!!
Suuraan isaa tokko
Ergaan isaa kumaa
Haadhaaf jechi'n jiru
Kan gitu tasumaa

#kaachuu
Imala jiruurratti
Nan ka'a nan kufaa
Deemsi kiyya garuu
Borus itti fufaa

#Share
@OROMOTOO
#GorsaaFayyaa

Soorata ashaboon itti baayโ€™ate nyaachuu irraa of qusachuun barbaachisaadha.

Soorata ashaboon itti baayโ€™ate nyaachuun dhibbaa dhiigaa olaanaatiif nama saaxiluu danda'a. Kunimmoo dhukkuba Onnee, sammuu keessatti dhangalaa'uu dhiigaa fi dhukkuba Kalee akka dhukkubsannuuf gumaacha godha.

Ashaboo(soogidda) guyyaatti soorannu walakkaadhaan gadi buusuun saaxilamummaa dhiibbaa dhiigaa fi dhukkuba Onnee ni hir'isa.

Guyyaatti ashaboo fal'aana 1 qofatu nyaata fayyaalessaaf barbaachisa. Soorata ashaboon itti baayโ€™ate hin nyaatina!

#ResolveToSaveLife #Share
2024/09/24 17:22:51
Back to Top
HTML Embed Code: