Telegram Web Link
Baay’een gadda!

Ilmaan Oromoo biyya ofii keessa nagayaan jiraachuu dadhabanii baqatanii biyya ormaa keessatti bifa suukaneessaa saniin namootni 300’tti tilmaamamu biyya Yamanitti ajjeefaman onnee na madeesse. Maatii fi firoottaniif jajjabina hawwa. Ummatni Oromoo baldhaan saffisaan namoota irraa hafan gargaaree mala itti dhahuun dirqama keenya mara. Waliif haa birmannu!
Har’a seenaatu dalagame! Jaarsoliin biyyaa ulfaadhaa!

Dhiibbaa hayyootaa fi jaarsolii biyyaatiinJawar faa lagannaa nyaataa har’a guyyaa 39ffaa irra jiran boru guyyaa 40ffaa irratti akka dhaaban murteessan. Keessattuu Daraartuu Tulluu miila irratti kuftee ummata hunda boochisuun seenaa dalagde. Haadha milkii jedhamtee jirti.
innaa lillaahi wa innaa aleeyhi

yaa RABBI nurraa guutii gahe nun ja'i
Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa laatamaa jira

Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2012 guutuu biyyaatti laatamuu eegaleera. Qormaanni biyyaalessa kutaa 12ffaa bara 2012 har’aa eegalee hanga Bitootessa 2, 2013tti ni laatama jedhameera.
Qormaata kana akka biyyatti barattoonni kumni dhibbi 4 fi kumni 11kan fudhatan ta’uu ibsameera.

Barattoota kutaa 12ffaaf qormaata gaarii akka isiniif ta'u hawwina.
Yeroo qormaataa maal gochuu qabdu

🌱gaafa gara mana barumsaa deemtaan suuta deemaa. Akkasumaa free of godhaa
🌱qormaanni namoonni baheera jedhanii yoo isin burjaajjeesanis waa'eesaaf hin dhipatinaa
🌱gaaffii isinitti cime irratti yeroo keessan hin balleessinaa. Kan isiniif salphaa tahe hojjechuun booda itti deebi'aa.
🌱dambiiwwaan/instruction qormaataa seeraan hordofaa
Qormaata akka qoramtanii baataniin
🌱gaaffii qoramtan irra deebitanii hin ilaalinaa.
🌱gaaffiin natti cime jettaniis kan boriif hin dhiphatinaa.

Madda Dr. Nafyad geetuu

Carraa gaarii baratoota keenyaf !!
-Dubartii tana JAWAAR M. qofa otoo hintaane, uummata Oromoo maratu badhaafame.. Imala qabsoo Oromoo obsa fixachiisaa, kan yeroo gabaabaa keessatti jijjiirama hin eegamne fide san keessattis ta'ee jalqabaa hanga har'aatti sochiin Arfaase Gemeda kophaatti seenaa of danda'e tokko.

-Arfaaseen Jawaar qofaaf miti, Oromoota maraaf haadha oolmaa guddaati. Isheen haadha ilmaa ykn haadha manaa Jawaar qofa otoo hintaane, Sabboontuu, hayyuu fi jagna qabsooftuu haqa Oromoota Oromiyaati. Fakkeenya Ciminaa fi gootummaa dubartoota Oromooti.

-Arfaasen ammas akkuma kaleessaa san yeroo rakkoo fi hamtuu tanatti hojiiwwan ajaayibsiisoo fi dinqisiisoo dubartiirraallee hin eegamne hedduu raawwachaa oolmaa guddaa Oromoodhaf oolaa jirti. 'Rabbiin haqa Oromoos kabachiisee, abbaa Oromoo fi Oromootaa sanas nagaan baasee wal isin haa agarsiisu, nutis akka sabaatti ai jaalanna, si kabajna, aiin boonna! nuuf jiraadhu, Galatoomi Arfaase teenya!'' jennaani!!
Irkoowwan gaafa rakkoo Atileeti Daraartuu Tulluu, Atileeti Faaxumaa Roobaa fi Ogeessa Seeraa fi Abukaatoo Obbo Kedir Bullo hundi keessanuu nuuf jiraadhaa!
Gootittii Oromoo Sin Daganne Naaf Hidhamtee Mirga Ko Kan Sarbame Naaf Falmitee Hidhaan Dararamaa Jirtaa Sin Dagadhu!

#FreeMasaretDhaaba
#FREEJAWAR_FREEAllPoliticalPrisoners
#FreeHamzaMohammed
#FreeBekeleGerbaa
Siinyaade Jawweekoo!
MADDA BEEKKUMSAA🌳
Photo
Waraanni Bilisummaa Oromoo (WBO) kan mootummaan 'ABO-shanee' jedhe waamu xalayaa miidiyaa 'Addis Standard'iif ergeen ajjeechaa tibbana Godina Horro Guduruu Wallaggaatti raawwatame keessa guutummaa guutuutti harka akka hin qabne ibseera.
Michuu bayyeen qaba
Lixa biftuu irraa
Dhamsa koo gahinii
WBO keenya Mara
Yoo Qabsoon jabanne
Turrullee walgarra
Jedhi nati himi
Marroo koo hadaraa
Yaadachiisa:

Hooggantootni Oromoo nyaata nyaatan malee ammas manuma hidhaa jiru. Hin dagatinaa kana!!

Nan Sobee wal yaadachiisuun gaariidha!


Chaanela Kiyya kana Join godhuun na hordofaa haala yeroo waliin Wantoota jiraa hunda asirraa arkattuu Kan Soba hin qabne!
Ani kun...

Kan utuu hidhii xuuxuu
Firii jiruu hin xuuxne
Ani kun hawwaadha
Hawwaa hawwiin hin guunne
Kan utuu 'bor' eeguu
Qaroo ijaa dhubbe
Ani kun qilleensa
Obboleessa bubbee...
Takka na waxala
Takka ammoo na waada
Ani kun- huummoodha
Bulee ka'een aada
Ani kun hafteedha
Haftee gobaa fi gufuu
Kan takka dhaabbachuuf
Si'a dhibba kufu

#Share
Waloo_Leta
Chaanaalii kana keessatti:-

👉kitaabilee dubbisaaf tolan
👉Cuunfaa kitaabilee
👉Barreeffamoota Xiinsammuu
👉Walaloowwan dhaamsa qaban
👉Kitaabilee Afaan Oromoo, Ingilizii
👉Qaaccessawan garaa garaa
⚫️🔴⚪️ ni argattu!

Maarree 👇👇👇
👇👇👇👇👇👇👇

@DEDRORO
@DEDRORO join godhaa!

Waan filattaniif galatoomaa!🙏
Namoonni yaada keessan nuf kennaa jirtan galanni keessan guddadha!

yaada fi taatewwan naanno keessanitti ta'aa jiruu hatattamaan nuf ergaa
#galatoomaa!

Kanaan nuf ergaa
👇
@QEERROO_MEDIABOT

#QEERROO MEDIA


yaadni Keessan Nuu Ijaara Nu Cimsa yaada Keessan Karaa @QEERROO_MEDIABOT irrattii nuuf kennaa.

@QEERROO_MEDIABOT.
galatoomaa
Qormaanni biyyooleessa kutaa 12ffaa xumurame!

Bara 2012tti sababa weerara dhibee COVID-19 osoo hin kennamiin kan ture qormaanni biyyooleessaa kutaa 12ffaa Guraandhala 29 hanga Bitooteessa 02 bara 2013 ALI guyyaa afuriif kennamaa ture har'a xumurameera.
Waan Dabaa

Obboleessi Baqqalaa Garbaa waan Qaallittii deemee obboleessa isaa dubbiseef hidhame. Achii ammas ilmi obboleessa Baqqalaa waan abbaa isaa dubbiseef hidhame. Maatii 3 akkasitti hidhaatti uggurte. Gabrummaa hamtuu Oromoon keessa jiru kun yeroo gabaabaa keessatti ni goolabama jedheen abdii qaba.
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Pirezidaantiin Ameerikaa waa’ee Itoophiyaa yaaddoo guddaa qabaachuu isaa fi dhimma Itoophiyaa hordoffii cimaatti kan jiru tahuu isaa masaraa Ameerikaa keessatti kan dubbatamaa jiru.
2024/09/24 19:23:17
Back to Top
HTML Embed Code: