๐๐๐ซ๐ฆ๐๐ ๐๐๐๐ฅ ๐ฆ๐๐ซ๐ซ๐จ๐จ๐
๐๐๐๐๐ก๐ ๐ ๐จ๐จ๐ญ๐ ๐๐๐๐ฌ๐ฌ๐ ๐ฎ๐ฆ๐ฎ๐ซ๐ข๐ข ๐๐ก๐๐๐ซ๐๐ ๐ง๐ฎ๐ฎ๐ ๐ฃ๐ข๐ซ๐๐๐๐ก๐โค๐โค
๐๐๐๐๐ก๐ ๐ ๐จ๐จ๐ญ๐ ๐๐๐๐ฌ๐ฌ๐ ๐ฎ๐ฆ๐ฎ๐ซ๐ข๐ข ๐๐ก๐๐๐ซ๐๐ ๐ง๐ฎ๐ฎ๐ ๐ฃ๐ข๐ซ๐๐๐๐ก๐โค๐โค
๐๐ฎ๐ฆ๐๐ ๐ฌ๐๐๐๐ซ๐๐
โ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธ
๐๐๐ฎ๐ซ๐ซ๐๐๐ง ๐ช๐ข๐ซ๐๐๐๐ข๐ข๐ง
๐๐๐ง๐ง๐๐ง ๐ ๐๐๐๐๐ฎ ๐ ๐จ๐ฅ๐๐
๐๐ค๐ค๐๐ฆ๐ข๐ญ๐ญ๐ข๐ข๐ง ๐ช๐๐๐ช๐ฑ๐ข
๐๐๐๐ง๐๐ ๐๐ข๐ซ๐ซ๐๐ ๐ฅ๐จ๐ฅ๐๐
๐๐ฎ๐ช๐ฎ๐ฎ๐ ๐ฆ๐๐ฅ๐๐ ๐ฌ๐ข๐ญ๐ฎ
๐๐จ๐ฃ๐ข๐ข ๐ซ๐๐๐๐ข ๐ ๐ฎ๐๐๐๐
๐๐ค๐ค๐๐ฆ๐ข๐ข๐ง ๐ฐ๐๐ฅ ๐ ๐ข๐ญ๐ฎ
๐๐ข๐ฑ๐ข๐ข๐ ๐๐ซ๐๐ข ๐ ๐ฎ๐๐๐๐
๐๐๐ค๐ค๐ ๐ง๐ฒ๐๐๐ญ๐ญ๐ฎ๐ฎ ๐๐ฎ๐ญ๐ญ๐ฎ๐ฌ
๐๐๐ซ๐๐๐ง ๐ซ๐๐ช๐ ๐๐๐ซ๐๐
๐๐๐ค๐ค๐ข ๐๐ฎ๐ฎ๐๐๐๐ง ๐ ๐๐ง๐ญ๐๐
๐๐ฎ๐ง ๐ง๐ฒ๐๐๐ญ๐ข๐ข๐ง ๐ฒ๐๐ ๐๐๐ซ๐๐!
โ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธ
๐๐๐ฎ๐ซ๐ซ๐๐๐ง ๐ช๐ข๐ซ๐๐๐๐ข๐ข๐ง
๐๐๐ง๐ง๐๐ง ๐ ๐๐๐๐๐ฎ ๐ ๐จ๐ฅ๐๐
๐๐ค๐ค๐๐ฆ๐ข๐ญ๐ญ๐ข๐ข๐ง ๐ช๐๐๐ช๐ฑ๐ข
๐๐๐๐ง๐๐ ๐๐ข๐ซ๐ซ๐๐ ๐ฅ๐จ๐ฅ๐๐
๐๐ฎ๐ช๐ฎ๐ฎ๐ ๐ฆ๐๐ฅ๐๐ ๐ฌ๐ข๐ญ๐ฎ
๐๐จ๐ฃ๐ข๐ข ๐ซ๐๐๐๐ข ๐ ๐ฎ๐๐๐๐
๐๐ค๐ค๐๐ฆ๐ข๐ข๐ง ๐ฐ๐๐ฅ ๐ ๐ข๐ญ๐ฎ
๐๐ข๐ฑ๐ข๐ข๐ ๐๐ซ๐๐ข ๐ ๐ฎ๐๐๐๐
๐๐๐ค๐ค๐ ๐ง๐ฒ๐๐๐ญ๐ญ๐ฎ๐ฎ ๐๐ฎ๐ญ๐ญ๐ฎ๐ฌ
๐๐๐ซ๐๐๐ง ๐ซ๐๐ช๐ ๐๐๐ซ๐๐
๐๐๐ค๐ค๐ข ๐๐ฎ๐ฎ๐๐๐๐ง ๐ ๐๐ง๐ญ๐๐
๐๐ฎ๐ง ๐ง๐ฒ๐๐๐ญ๐ข๐ข๐ง ๐ฒ๐๐ ๐๐๐ซ๐๐!
Nan jijjiiru haalli
-----------------------------
๐ขWal gahu ni hasaasu
๐ขWaa'ee kee Arbeessu
๐ขDhugaa kee dhoksu
๐ขHammeenya kee odeessu
๐ขSi na jibbisiisuuf harcaasanis
Cabbii hamaa
๐ขWanti fedhe dhufee si nan
jibbisiisu homaa
๐ขGargaritti hafnee
Wal argaanis yoo dhabame
๐ขDhufee si ilaaluuf
Balballis yoo cufame
๐ขNuuf kufee ka'ee
Ifaajaa oolus falfalli
๐ขHaroo onnee keenyaa
Wal simsiise jaalalli
๐ขHaalli fedhe dhufus
Qilleensi nan raasu
Nan jijjiiru haalli
Deder, Oromiyaa irraa nuf ergamtee!
Sinis @Qeerroo_mediabot irratti nuuf ergaa!

Bara sobni hiitoftee
Humni dhugaa laafu
Namummaan rakastee
Dhabde gatii raafuu
Humni dhugaa laafu
Namummaan rakastee
Dhabde gatii raafuu
an dhaloota Qawweeti"
.............................................
dhaloota qubee naan jettee
dhadhaa afaan dibattee
ofii immoo qawwee ammayyaa
hanga funyaaniitti hidhattee
afaaniin na faarsitee
gochaadhaan na darartee
peennaa narkaa fuuchuudhaan
karchalleetti na darbattee
qabsoon lafee itti cabe
narkaa butte kaleessa
an dhaloota qawweeti
qawweedhaanin barreessa.
Qawweedhaanin barreessee
ol kaa'a seenaa kiyya
isa qawwee qabutu
lolee ijaarrata biyya.

Forwarded from Qerroo media
๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐
๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐.๐ช
๐๐๐ ๐ฆ๐ฎ๐ค๐ค๐๐๐ง ๐๐๐๐ฅ๐ ๐ค๐ฎ๐ฌ๐'๐๐
๐ฃ๐๐๐ฅ ๐๐๐ซ๐ซ๐จ๐จ ๐ค๐จ๐จ ๐ฆ๐๐๐ฅ๐ญ๐ฎ ๐ฃ๐ข๐๐๐๐ซ๐!
๐๐๐ ๐ฆ๐ฎ๐ค๐ค๐๐๐ง ๐๐๐๐ฅ๐ ๐ค๐ฎ๐ฌ๐'๐๐
๐๐๐๐ฅ ๐๐จ๐จ๐ฅ๐ฅ๐ข๐๐ก๐ ๐ค๐จ๐จ ๐ฆ๐๐๐ฅ๐ญ๐ฎ ๐ฃ๐ข๐๐๐๐ซ๐
๐๐๐ ๐ฆ๐ฎ๐ค๐ค๐๐๐ง ๐๐๐๐ฅ๐ ๐ค๐ฎ๐ฌ๐'๐๐
๐๐๐๐ฅ ๐ฌ๐๐ง๐ฒ๐ข๐ข ๐ค๐จ๐จ ๐ฆ๐๐๐ฅ๐ญ๐ฎ ๐ฃ๐ข๐๐๐๐ซ๐
๐๐๐ ๐ฆ๐ฎ๐ค๐ค๐๐๐ง ๐๐๐๐ฅ๐ ๐ค๐ฎ๐ฌ๐'๐๐
๐๐๐๐ฅ ๐๐จ๐๐๐๐ฌ ๐ค๐จ๐จ ๐ฆ๐๐๐ฅ๐ญ๐ฎ ๐ฃ๐ข๐๐๐๐ซ๐
๐๐๐ ๐ฆ๐ฎ๐ค๐ค๐๐๐ง ๐๐๐๐ฅ๐ ๐ค๐ฎ๐ฌ๐'๐
๐๐๐๐ฅ ๐ฆ๐จ๐ฒ๐ฒ๐ข ๐ค๐จ๐จ ๐ฆ๐๐๐ฅ๐ญ๐ฎ ๐ฃ๐ข๐๐๐๐ซ๐
๐๐๐ ๐ฆ๐ฎ๐ค๐ค๐๐๐ง ๐๐๐๐ฅ๐ ๐ค๐ฎ๐ฌ๐'๐
๐๐๐๐ฅ ๐๐จ๐จ๐ซ๐ฎ๐ฎ ๐ค๐จ๐จ ๐ฆ๐๐๐ฅ๐ญ๐ฎ ๐ฃ๐ข๐๐๐๐ซ๐
๐๐๐ ๐ฆ๐ฎ๐ค๐ค๐๐๐ง ๐๐๐๐ฅ๐ ๐ค๐ฎ๐ฌ๐'๐
๐๐๐ ๐ค๐จ๐จ ๐ฆ๐๐๐ฅ๐ญ๐ฎ ๐ฃ๐ข๐๐๐๐ซ๐

Oolmaa Dhaddachaa guyyaa har'aa.!!
Jawaar Mohaammad Dabalatee Namoonni Afur Hin Dhiyaanne!
Beellamni Jawaar Mohaammad'faa Namoota 24 har'a ganama ture. Haa tahu malee, Jawaar Mohaammad, Baqqalaa Garbaa, Hamzaa Booranaa fi Shamsaddiin Xahaa dhaddacha har'arratti hin dhiyaanne. Bu'ura hakiimni jedheen dafanii akka lagannaa nyaataa guyyaa 40rraa bayyanataniif yeroo guyyaa 5 gadi hin taaneef boqonnaa akka godhan waan barbaachisuuf jecha isaanii fayyaa guutuudhaan kennuuf beellamni dabalataa gabaabaan gaafatameera.
Himatamtoonni kaan dhiyaatanii jecha kennanniiru. Hundi isaaniituu gocha ittiin himataman kan hin raawwannee fi badii hin qabne ta'uu ibsaniiru. Yakkatu mootummaadhaan nurratti raawwatame malee nuti yakka hin raawwanne jedhaniiru.
Namoota dhiyaatan keessaa himatamaa 9ffaan Afaan Oromootiin jechasaa kan kennatu ta'uu yoo yoo ibsu, manni murtii turjumaana har'aa hin qopheessine waan jedheef kanneen har'a hin dhiyaanne wajjiin beellama itti aanutti jecha akka kennu jedhameera.
Jecha warra hafanii

#Galata
Gootaf hayyuun du'ee
Osoo bu'aa buusee
Gootowwan qaqqaale
Maaliif biyyeen dhokse
โธโธโธ
Galata hin jettu
Dachiin goota nyaate
Narra bu'i hin jettu
Luynaa wayii hin tolles
Ofirratti baatee
โธโธโธ
Maalif nyaate goota
Kan sabaaf gaachana
Eenuun hanbisuufii
Saba bal'aa kanaa
Hadhas ni nyaattaree
Goottan qaalii kana
โธโธโธ
Nadhiis ni nyaatte moo
Nyaatus natti himii
Dhugaa hayyuu kootii
Baasiitii nan simi
#HUB:-
Isaani mitii nutuu salphatee kan hayyoottan keenna diina harkatti gate! Qabsoo finiinsi Kan baate alaa hin galin kan mana jirtu gad bahi salphannee!!!
#Wobon Gaachana Oromoof Oromiyaati!!!.
#Fuula_Oromummaa_jedhu_Kana
#Share .
#Invite Gochuun hiriyyas afferuu hin dagatinaa.
Wanta na cinaa jirtaniif
#Galatoomaa!.
@Oromotoo

#tanas_qalbifadhaa!
''Oromummaan okkotee dulloomtuu abbaan barbaade cabsu miti...haphee dhiiga goototaa irraa ijaaramte, tan harkisan hincinne, tan alanshan hinbulloofnedha...hanguma tumamu akka sibiilaa jabaata... Har'a gocha gantootaatin takka of duuba deebinus, Oromummaan lama bultee fuulduratti furguuggifamuun waan hin oolle!''
-Dubbii tana JMtu bara darbe, gaafa Ermiyaas Lagggasaa ''Abiy Oromummaa daaraa godhee caccabsee, lubbuu ajjeesaa jira'' jedhe san leencichi dubbatee afaan gantuu fi galtuu cufe. Har'as sanumatu dhufe, tanas qalbifadhaa!!

#GorsaaFayyaa
Soorata ashaboon itti baayโate nyaachuu irraa of qusachuun barbaachisaadha.
Soorata ashaboon itti baayโate nyaachuun dhibbaa dhiigaa olaanaatiif nama saaxiluu danda'a. Kunimmoo dhukkuba Onnee, sammuu keessatti dhangalaa'uu dhiigaa fi dhukkuba Kalee akka dhukkubsannuuf gumaacha godha.
Ashaboo(soogidda) guyyaatti soorannu walakkaadhaan gadi buusuun saaxilamummaa dhiibbaa dhiigaa fi dhukkuba Onnee ni hir'isa.
Guyyaatti ashaboo fal'aana 1 qofatu nyaata fayyaalessaaf barbaachisa. Soorata ashaboon itti baayโate hin nyaatina!
#ResolveToSaveLife #Share