Telegram Web Link
“ Qabsaa’an Oromoo Bolola Bilisummaa Malee-Bolola Aangoo Hin Qabu.” Jawaar Muhaammad
Yoo lubbuun jirannee turrullee walgarraa!
Nagaan naaf turii
Dhiirakoo adaraa!
Channalota kana yoo kessaa hin jiraane join godhi Oromoo tiyya waan hedduu irra barattani
@OROMOTOO
@ISLAMTUB
@HARARGETUB
@DEDRORO
@JECHOOTAHAYYOOTA
@JIRUU_TEENYA
@MADDAJAALAL
@VIPOFFICIA
Wallisaa Michuu seenaa hiikameera. Hundi hiikamuu qaba! Yoo hin hiikne tasgabbii hin eeginaa! Biyyi isin harkatti bututtee jirti jarana!.
Sochiin Oromo Yellow Movement qabsoo karaa nagaa naamusaan taligamedha. Uffatni halluu keelloo kun alaabaa miti. Uffatuma namni kamuu uffataa tureedha. Kanaafuu sababni uffata kana nama dhoorkaniif jiraachuu hin danda’u. Kuni mirga uumamaati. Namni halluu uffatu namaaf hin filu. Amma garuu kan argine sirna qaanii hin beeknedha. Finfinee qofa osoo hin taane Oromiyaa keessattis nama uffata keelloo uffatu adamsuuf yaaliirra jiru. Sana qofaa miti. Har’a hijaaba halluu keelloo qabu dubartii irraa baasaa turan. Amantii namaatiifis warra kabaja hin qabnedha. Ummatni Oromoo gabrummaa akkanaa baatee numa hin jiraanne. Qabsoon kun jabaatee itti fufuu qaba. Namuu uffata halluu keelloo uffatee miidiyaalee hawaasaa irratti haa maxxansuu. Waan salphaa isinitti hin fakkaatin. Qabsoo cimaa osoo tahuu baatee diinni guyyaa tokkoon maddamee akkana hin godhatu. Kanaafuu itti jabaadhaa. Fuulli koree qindeessituu duula Yellow Movement kan armaan gadii kana. Hordofaa. https://www.facebook.com/OromoYellowMovement/
Suuraa kolonel fiqaduu waakane,General taddessa Birru,Nelson manadela.
Bara 1962.

@OROMOTOO
@OROMOTOO
ጃል ነdhi ገመዳን ህወሀት ብትሆን ያጠፋችው ለፖለቲካዋ ፍጆታ ስትል ኦህዴድ ቢያንስ የተገደለበትን ትነግረን ነበር ስለዚህ በርሱ ላይ በተፈጸመው እርምጃ ላይ አለችበት አልያም ሙሉ በሙሉ በኦህዴድ የተፈጸመ ነው።
@OROMOTOO
@OROMOTOO
@DEDRORO
Forwarded from MADDA BEEKKUMSAA🌳 (Ĩ ãm ªbđĕ Ñę)
Channalota kana yoo kessaa hin jiraane join godhi Oromoo tiyya waan hedduu irra barattani
@OROMOTOO
@ISLAMTUB
@HARARGETUB
@DEDRORO
@JECHOOTAHAYYOOTA
@JIRUU_TEENYA
@MADDAJAALAL
@VIPOFFICIA
Oduu Ammee!
Namootni ganama uffata keelloo uffatanii mana murtii dhaqanii hidhaman bahuu fi bahuu dhabuu isaanii hanga ammaa wanti mirkanaa’e hin jiru. Yoo xiqqaate namoota hidhaman keessaa namoota 5 tti bilbillee bilbilli isaanii akkuma cufametti jira. Kana jechuun bilbilli irraa fudhamee hidhaa jiru jedheen yaada. Odeeffannoo hin qulqulloofne fb irra deemtuun akka hin burjaajofne.
Wabii Burqaa,Yeroon fi Masarat Dhaabaa hin baane. Hordofaa jirra.
Oduu Ammee:
Haalli Qaallittii jiru hammaataadha. Kanaaf Jawar faa har’a lagannaa nyaataa eegalanii jiru. Maatii irraa nyaata fudhachuu didan. Sabani nyaata itti lagataniif:
1- Ijoollee sababa uffata keellootiif kaleessa hidhaman akka hiikaman
2- Kol. Gammachuu Ayyaanaa durriyyee mana hidhaa biraatti wal lolaa wal waraanaa turte itti seensisanii isa biratti hidhuun sirrii waan hin taaneef bakka nageenya isaatiif amansiisaa ta’etti akka jijjiiramu.
3- Maatii hidhamtoota ilaaluuf dhufu dararuu akka dhaaban
Partial List of Oromo Yellow Movement Detanees of January 27, 2021
-
Maqaa Namoota Kaleessa Sababaa Uffata Keelloo Uffataniif Yeroo Ammaa Mana Hidhaa Jiran Kessaa Hanga Tokko!
-
Dubartoota (Females)
-
1. Masarat Dhaabaa Kennee
2 Aadde Safoo Ahimad
3. Siifan Hirkoo
4. Ayyaantuu Kamaal
5. Aadde Fayizaa Ahimad
6. Hulluu Hagarish Asaffaa
7. Aashaa Ahimad
8. Siifan Oshee

Dhiirota (Males)
-
1. Abdulkariim jeeylaan
2. Ismaa'il Ahimad Aadam
3. Ammaar sulxaan
4. Marsiimooy Baqqalaa Lammii
5. Jawaar Heebboo Shubbee
6. Salaaddiin Heebboo
7. Abbabaa Taammanaa
8. Aadam Hedatoo Midhaassoo
9. Abdurrazaaq Jamaal Obsee
10. Fadluu Alii Ismaa'il
11. Fayyisaa Dastaa Hirphaasaa
12. Gurmeessaa Abdallaa Muhaammad
13. Jundii Saalii Ahimad
14. Uudii Muusaa Ibraahim
15. Wabii Burqaa
16. Yeroon Tolasaa
17. Kamaal Abdii
18. Abdurrazaaq Sulxaan Diidoo
19. Waaqjiraa Diinsaa Waaqgaarii
20. Suudii A/Biyyaa A/Garoo
21. Kamaal Abduljabbaar Kaalid
22. Yaassin Jeeylaan H/Amaanoo
23. Darajjee Fiixaa
24. Geetuu Leellisaa Gammadaa
25. Abdulsamad Abdii Huseen
26. Kadiir Yahyaa Muhaammad
27. Anas Hassan Ibroo
28. Rashiid Manzaa Tololee
29. Iyyaasuu Nugee Abdiisaa
30. Eebbisaa Abdurrahmaan
31. Abdulhamiid Abdoo Jaarsoo
32. Munawwar M/ Saanii Abdallaa
33. Kabbadaa Dhaabasaa
34. Muhaammadamiin Ahmad Hasan
35. Nuuraddiin Hasan
36. Abdullaahii Idiriis Waliyyii
37. Eliyaas Tasfaayee /Firaa'ol/
38. Yaahayaa Kadiir Yuunus
39. Humneechaa Sarbeechaa Awwaas

Walumatti namoota 47 dha. Kanneen hafanis akkuma arganneen ifoomsina. Uuffannaa haalluu kamiituu uffachuun yakka miti.
🙏Irra deebii.....

Namoonni yaada keessan nuf kennaa jirtan galanni keessan guddadha!

Kanumaa wajjin wal qabatee namni tokko kan boti irran yaada isaa nuuf kenne waan jiruuf yaada isaa Akka armaan gadii kanatti isinif dhiheysinee waan jiruuf Dubbisaa!!!
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

⓵ Iyyaafannaan keessan gaariidha Galatoomaa, garuu Nama Dallaa ofirraa diigee bineensa ofitti marsee taa'uu filate dhumnisaa hin tolu bineensuma santu nyaata.


⓶Kana booda Oromoon hin gowwoomu, Ummanni Oromoo bakkeewwan jirtan hundaa kan isin iyyaafattanu Goota keenya kan shira sobduutii mana hidhaatti dararamaa jiru iyyaafachuudha, hattuuf sobduu maaliif iyyaafattu? Nuti hamma Jawaar mana hidhaatii ba'utti ajandaa biraa hin qabnu.
Galatoomaa!
By Abdii Sabaa.
Baayee si galateffanna lencaa koo sanyii mootii Jabaadhuu !!
🙏INJIFANNOON TA UMMATA OROMOOTI 🏆

💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪
yaada fi taatewwan naanno keessanitti ta'aa jiruu hatattamaan nuf ergaa
#galatoomaa!

#QEERROO_POWER_MEDIA

yaadni Keessan Nuu Ijaara Nu Cimsa yaada Keessan Karaa @ABDETUBOT irrattii nuuf kennaa @ABDETUBOT galatoomaa
Warra kaleessa hidhan keessaa nama 39 amma hiikanii jiru. Warra keessaa hambisan sanis dafanii hiikuu qabu. Hidhaan qabsoo jabeessiti malee hin laaffiftu. Dafaa hiikaa!
Gaazexeessaa OMN kan ture Udii Muussaa warra kaleessa hidhaman keessa ture galgala kana hiikamee jira.
Jawar faa har’as guyyaa 2ffaaf lagannaa nyaataa akkuma itti fufanitti jiru.
Namootni sababa uffata keelloo dheengadda qabaman Masarat Dhaabaa, Wabii Burqaa, Yeroon Tolasaa fi kan biroo har’a mana murtiitti dhihaatanii turan. Gariin gadi dhiifaman garuu koree qindeessituu Yellow Movement kan tahan kan maqaan isaanii olitti eerame kun gadi hin dhiifamne. Ammas hidhaa jiru.
Jaal bobbaas nuuf jiraadhu leencaa oromoo
From generation to generation
Oromummaa 😍
2024/09/25 17:27:40
Back to Top
HTML Embed Code: