Telegram Web Link
๐‹๐€๐€๐‹ ๐๐„๐„๐‘๐‘๐Ž๐Ž!
๐‡๐š๐ฒ๐ฒ๐ฎ๐ฎ ๐๐ฎ๐ซ๐ž๐ž ๐€๐๐Ž ๐‰๐š๐š๐ฅ ๐ƒ๐š๐š๐ฐ๐ฎ๐ ๐ˆ๐›๐ฌ๐š๐š.
๐‹๐ข๐ค๐ž ๐ฅ๐ข๐ค๐ž ๐ฅ๐ข๐ค๐ž ๐ฅ๐ข๐ค๐ž
โค๐Ÿ’šโค
๐’๐จ๐๐š๐š_๐ช๐š๐ฐ๐ฐ๐ž๐ž_๐ก๐ข๐ง_๐ช๐š๐›๐ง๐ฎ_๐ฃ๐ž๐๐ก๐š๐š๐ง๐ข๐ข !
# ๐๐„๐„๐‘๐‘๐Ž๐Ž '๐’_๐๐Ž๐–๐„๐‘!
Gootummaa๐Ÿ’ช๐Ÿ’ช๐Ÿ’ช
Sobni yoo baayatee
EXPIRED' ta'a!
_ _
Sobni daallattiidha
Sobduunis daalattii
Ashaboo facaastee
Biqilchuuf dhaadatti.
Akka jecha isheedhaan
Ijatu fuunfata - funyaantu ilaala
Rimaa'ee foolatee
Sangaan jabbii dhala.
_ _
Funyoo arrabaatiin samiirra yaabbattee
Lafa soquu feeti
Kan nama dhibu immoo sobuma kaleessaa
Har'as sobuu isheeti.
Xibaara gogaa akkasii
Mee nu dhiisi ga'aa
Haaraa barbaaddadhu - sobnis yoo dulloome
EXPIRED' ta'a!

BY Leta keneni Aga

#Barumsaafiwalaloo
@OROMOTOO
@OROMOTOO
Yellow challenge
๐Ÿ’›Oromo juwar ๐Ÿ’›
๐Ÿ’›๐Ÿ’›๐Ÿ’›๐Ÿ’›๐Ÿ’›๐Ÿ’›๐Ÿ’›๐Ÿ’›๐Ÿ’›
Namoonni yaada keessan nuf kennaa jirtan galanni keessan guddadha!

Kanumaa wajjin wal qabatee namni tokko kan boti irran yaada isaa nuuf kenne waan jiruuf yaada isaa Akka armaan gadii kanatti isinif dhiheysinee waan jiruuf Dubbisaa!!!
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
โ“ต Iyyaafannaan keessan gaariidha Galatoomaa, garuu Nama Dallaa ofirraa diigee bineensa ofitti marsee taa'uu filate dhumnisaa hin tolu bineensuma santu nyaata.


โ“ถKana booda Oromoon hin gowwoomu, Ummanni Oromoo bakkeewwan jirtan hundaa kan isin iyyaafattanu Goota keenya kan shira sobduutii mana hidhaatti dararamaa jiru iyyaafachuudha, hattuuf sobduu maaliif iyyaafattu? Nuti hamma Jawaar mana hidhaatii ba'utti ajandaa biraa hin qabnu.
Galatoomaa!
โœ” By Abdii Sabaaโค.
Baayee si galateffanna lencaa koo sanyii mootii Jabaadhuu !!
๐Ÿ™INJIFANNOON TA UMMATA OROMOOTI ๐Ÿ†

๐Ÿ’ช๐Ÿ’ช๐Ÿ’ช๐Ÿ’ช๐Ÿ’ช๐Ÿ’ช๐Ÿ’ช๐Ÿ’ช๐Ÿ’ช๐Ÿ’ช
yaada fi taatewwan naanno keessanitti ta'aa jiruu hatattamaan nuf ergaa
#galatoomaa!

#QEERROO_POWER_MEDIA

yaadni Keessan Nuu Ijaara Nu Cimsa yaada Keessan Karaa @ABDETUBOT irrattii nuuf kennaa @ABDETUBOT galatoomaa
Yeroon Tolasaa qabamuu isaanii fb irratti barreessee ture.
Uffata halluu feete keewwattee mana murtii dhaquun mirga. Dhaddachi ummataaf banaa ture. Kuni mirga heeraan kennamedha. Garuu Oromoon waan mirga dhabeef hidhamaa jira. Oromoon biyya san keessatti akka mirga hin qabne kunis ragaa dabalataati. https://www.tg-me.com/ferhanabdulselam
Bitaa gara mirgaatti Yeroon Tolasaa, Masarat Dhaabaa fi Wabii burqaa faa warra harโ€™a hidhaman keessa jiru. Koree qindeessituu Oromo Yellow Movement dha. Qabsoo karaa nagaa naamusa qabu geggeessan. Sirni Abiy sirna hundarra hamaa tahuu isaatiin kanas akka hin hayyamne hidhuun agarsiise. Qabsoon wareegama gaafatti. Abdii kutuun hin barbaachisu. Qabsoon itti fufa!
Oduu Ammee: namootni uffata keelloo uffatanii hidhaman yeroo ammaa baayโ€™inni isaanii 90 gahuu maddeen irraa hubannee jirra.




@OROMOTOO
Oduu Ammee: โ€œHanga warra uffata keelloo uffate hiitan hiiktanitti gurra ittiin isin dhageeffannu hin qabnuโ€ jechuun Jawar faa dhaddachaa harโ€™aa didanii jiru. Sababa kanaan beellamni biroo torbee dhufutti qabamee jira.
@OROMOTOO
Uffata halluu Keelloo uffatanii mana murtii kan deeman namoota baayโ€™inni isaanii 20 tahu kan maatiin Jawar keessatti argaman poolisiin qabee hidhee jira.

@OROMOTOO
Keelloo waan uffataniif qofa laalanii akkanatti nama marsanii kaan hidhaa jiru.
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Jawar faa dhaddacha lagatanii yeroo mana murtii keessaa bahan viidiyoo agarsiisuudha. @OROMOTOO
@OROMOTOO
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
ใ€Š GORSA 14FFAA ใ€‹

ใ€Š1ใ€‹Nama haasaa keetif gatii hin kennine jalaa cal jechuun deebii sirriidha. Kanaaf nama yeroo baay'ee haasaa keetiin barsiisuf dhamaatee garuu haasaan kee bu'aa buusuu dide, al takka takka immoo callisuun kee isa barsiisa waan ta'eef calluma jedhii usi!

#Galmadhugaa

https://www.tg-me.com/joinchat-SzrzXBiDiku9bKzH
2024/09/25 19:20:04
Back to Top
HTML Embed Code: