Telegram Web Link
Jawaar Mohaammad fi Baqqalaa Garbaa Lagannaa Nyaataatiin Laafaniiru
==========================
Harra abukaatonni Jawaar siraaj faa namoonni lama Qaalittiitti deemuun haala hoggantoonni keenya irra jiran ilaanii gaafataniirus.

Bu'uura kanaan Jawaar Mohaammad fi Baqqalaa Garbaafaa hanga ammaa waan hin nyaatiniif baay'ee dadhabaniiru. Abukaatonni akka nyaatan gorsanillee isaan garuu hin nyaadhu jechuun lagannaa nyaataa akka itti fufan himan. Sababni isaanii:-

(1) Namoonni uffata keelloo uffatan hundumtuu hanga hidhaa irraa hiikamanitti waan fedhe taanus lagannaa nyaataa kana itti fufna jedhaniiru,

(2) kolonel Gammachuu Ayyaanaa Qiliinxoo irraa fidanii Qaalitti iddoo nuti jirutti namoota amala badaa qaban kashlabboota chuubee galchanii tibana walworaanan wajjiin mana tokkotti waan hidhameef lubbuun isaa balaa irra jira. Kanaaf ammaayyuu baay'ee kan dadhaban ta'us hanga haalli kun koloneelichaaf sirreeffamuufitti nyaata lagachuu ittuma fufna jedha.
Channalota kana yoo kessaa hin jiraane join godhi Oromoo tiyya waan hedduu irra barattani
@OROMOTOO
@ISLAMTUB
@HARARGETUB
@DEDRORO
@JECHOOTAHAYYOOTA
@JIRUU_TEENYA
@MADDAJAALAL
@VIPOFFICIA
@OROMO7
โžซโžซ Mammaaksa

โžขBakka hin rafnetti hin muugan.

โžขNamni lafatti wal hin amanin muka wajjiin hin koru(yaabu).

โžขAbdii maallaqa namaa gabaa hin bayan.

โžขAbbaan kee eenyu jennaan essumni koo farda jette gaangeen.

โžขSagal elmamus sagaltama elmamus kankoo qiriciidhuma jette adurreen.



@DEDRORO
@HARARGETUB
Namoonni yaada keessan nuf kennaa jirtan galanni keessan guddadha!

yaada fi taatewwan naanno keessanitti ta'aa jiruu hatattamaan nuf ergaa
#galatoomaa!

Kanaan nuf ergaa
๐Ÿ‘‡
@QEERROO_MEDIABOT

#QEERROO MEDIA


yaadni Keessan Nuu Ijaara Nu Cimsa yaada Keessan Karaa @QEERROO_MEDIABOT irrattii nuuf kennaa.
โคโคโคโคโคโค
@QEERROO_MEDIABOT.
galatoomaa
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
ใ€Š GORSA 15FFAA ใ€‹

ใ€Š1ใ€‹Namatti iccitii kee himuu keetin dura sirritti irra deddeebi'i itti yaadi! Sababni isaas har'a inni michuu kee fakkaatu boru deebi'e diina sitti ta'uu danda'a waan ta'eef.

#Galmadhugaa


https://www.tg-me.com/joinchat-SzrzXBiDiku9bKzH
ใ€Š GORSA 16FFAA ใ€‹

ใ€Š1ใ€‹ Yoomillee sababbii namoota hamootaatiif jettee nama gaarii ta'uu kee hin dhiisin. Jal'oonni yeroo dhaaf malee suma isa gaarii hojjatu kanatu boru ol ka'ee dagaagee mul'ata.

ใ€Š2ใ€‹ Waa'ee wanta hin beekne tokkoo dhaga'uu dhaaf malee haasa'u dhaaf hin ariifatin!

#Galmadhugaa

https://www.tg-me.com/joinchat-SzrzXBiDiku9bKzH
๐Ÿ“š MAKMAASOTA OROMOO!
โค๏ธ๐Ÿ’šโค๏ธ
Firoomne jedhanii waraabeessatti foon hin fe'atan.

Dhugaa fi jabbiin galgala galti.

Dawaa ofii beekan namaa kudhaamu.

Yaada kessaan @QEERROO_MEDIABOT ๐Ÿ“ฉ irratti ergaa!

@OROMOTOO
@OROMOTOO
DHUGAA KANAA BEEKTA?
*****

- Eenyummaanke nama hundumaa irraa adda si godha.

- Bakka oolteen utuu hin taane, hojii bakkichatti hojjetteen dhugaansaa beekama.

- Amma dandeessu namoota onnachiisi, nama tuffachuu hundumtuu gochuu danda'a waan ta'eef.

๐Ÿ‘‰ JION & SHARE
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@OROMOTOO
@OROMOTOO
@OROMOTOO
Jawaar Muhammad Goota Oromoo tokkicha sammuun Qawweedha. Hidhamuun kee jechaa fi gochaadhan kana nuuf mirkaneessee jira. Ati nuuf dhaabbata, paartidhaa oli! Wanti takka wanni nuti qabnu wanni siin madaaluu takka hinjiru. Humnikee humna guddaa ummataati. Wanti humna uummataa caalemmoo addunyaa kanarra hinjiru. Gaafni ati moo'amtu gaafa Oromoo wanni jedhamu addunyaa kanarraa bade qofa. Ati uummatakee wajjin har'as boris injifataadha!! Har'i dukkana, guyyaankee mamii malee dhufaa jira, Abshir ni bari'a, yaa bakkalcha๐Ÿ’ฅkeenya!!
Text Magic โœ๏ธ:
๐˜๐š๐š ๐ฆ๐ฎ๐ค๐ค๐ž๐ž๐ง ๐›๐š๐š๐ฅ๐š ๐ค๐ฎ๐ฌ๐š'๐ž๐ž
๐ฃ๐š๐š๐ฅ ๐Œ๐š๐ซ๐ซ๐จ๐จ ๐ค๐จ๐จ ๐ฆ๐š๐š๐ฅ๐ญ๐ฎ ๐ฃ๐ข๐›๐›๐š๐ซ๐ž!
๐˜๐š๐š ๐ฆ๐ฎ๐ค๐ค๐ž๐ž๐ง ๐›๐š๐š๐ฅ๐š ๐ค๐ฎ๐ฌ๐š'๐ž๐ž
๐‰๐š๐š๐ฅ ๐†๐จ๐จ๐ฅ๐ฅ๐ข๐œ๐ก๐š ๐ค๐จ๐จ ๐ฆ๐š๐š๐ฅ๐ญ๐ฎ ๐ฃ๐ข๐›๐›๐š๐ซ๐ž
๐˜๐š๐š ๐ฆ๐ฎ๐ค๐ค๐ž๐ž๐ง ๐›๐š๐š๐ฅ๐š ๐ค๐ฎ๐ฌ๐š'๐ž๐ž
๐‰๐š๐š๐ฅ ๐ฌ๐š๐ง๐ฒ๐ข๐ข ๐ค๐จ๐จ ๐ฆ๐š๐š๐ฅ๐ญ๐ฎ ๐ฃ๐ข๐›๐›๐š๐ซ๐ž
๐˜๐š๐š ๐ฆ๐ฎ๐ค๐ค๐ž๐ž๐ง ๐›๐š๐š๐ฅ๐š ๐ค๐ฎ๐ฌ๐š'๐ž๐ž
๐‰๐š๐š๐ฅ ๐๐จ๐›๐›๐š๐ฌ ๐ค๐จ๐จ ๐ฆ๐š๐š๐ฅ๐ญ๐ฎ ๐ฃ๐ข๐›๐›๐š๐ซ๐ž
๐˜๐š๐š ๐ฆ๐ฎ๐ค๐ค๐ž๐ž๐ง ๐›๐š๐š๐ฅ๐š ๐ค๐ฎ๐ฌ๐š'๐ž
๐‰๐š๐š๐ฅ ๐ฆ๐จ๐ฒ๐ฒ๐ข ๐ค๐จ๐จ ๐ฆ๐š๐š๐ฅ๐ญ๐ฎ ๐ฃ๐ข๐›๐›๐š๐ซ๐ž
๐˜๐š๐š ๐ฆ๐ฎ๐ค๐ค๐ž๐ž๐ง ๐›๐š๐š๐ฅ๐š ๐ค๐ฎ๐ฌ๐š'๐ž
๐‰๐š๐š๐ฅ ๐›๐จ๐จ๐ซ๐ฎ๐ฎ ๐ค๐จ๐จ ๐ฆ๐š๐š๐ฅ๐ญ๐ฎ ๐ฃ๐ข๐›๐›๐š๐ซ๐ž
๐˜๐š๐š ๐ฆ๐ฎ๐ค๐ค๐ž๐ž๐ง ๐๐š๐š๐ฅ๐š ๐ค๐ฎ๐ฌ๐š'๐ž
๐–๐๐Ž ๐ค๐จ๐จ ๐ฆ๐š๐š๐ฅ๐ญ๐ฎ ๐ฃ๐ข๐›๐›๐š๐ซ๐ž
Yeroon Tol, masarat dhaabaa fi Wabiin hiikamanii jiru
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Warri reefu hiikaman kunooti.
Forwarded from ๐Ÿ”ŠHARARGEE MEDIA
Namni alagaaf gubate cilee hin qabu!
Kanuma!
๐Ÿ‘‰ Sabakeef malee alagaaf lubbuu kee hin kenniin!
Forward waliif godhaa!
Jijjiirama OMN agarsiisaa jirutti akka gammachuu qabdan abdiin qaba. Yeroo gabaabaa keessatti jijjiirama kanaa olii arguuf jirtu. OMN jabaatee itti fufa!
Iccitiin PP nagaheera. Deeggarsa Abiyyiif jedhanii ummata hiriira baasuufi. Amajjii 25-26, 2013 Kibxata fi Roobii dhufu kana hiriira baasuuf hojjataa jiru. Garuu hanga ammaatti dhoksaan wal qindeessaa jiru. Tahus iccitiin isaanii nu jalaa hin dhokattu.
Forwarded from MADDA BEEKKUMSAA๐ŸŒณ (ฤจ รฃm ยชbฤ‘ฤ• ร‘ฤ™)
Channalota kana yoo kessaa hin jiraane join godhi Oromoo tiyya waan hedduu irra barattani
@OROMOTOO
@ISLAMTUB
@HARARGETUB
@DEDRORO
@JECHOOTAHAYYOOTA
@JIRUU_TEENYA
@MADDAJAALAL
@VIPOFFICIA
@OROMO7
PPn bifa kanaan hiriira guddaa Kibxata fi Roobii dhufu qopheessuuf irratti hojjataa jiru. Nuti hoo maal gochuu qabna? Qeerroo fi Qarreen carraa kanatti fayyadamnee โ€˜Oromo Yellow Movementโ€™ bifa hooโ€™aa taheen guyyuma isaan hiriira bahan kana Kibxa uffata keelloo uffannee hidhamtoota siyaasaatiif sagalee akka taanu irratti ammumarraa qabnee hojjachuu nu feesisa. Kibxata guyyaa โ€˜Oromo Yellow Movementโ€™ sirriitti mulโ€™isnu tahuu dhaamsa kana walii dabarsaa!
Day 4 of Hunger Strike
-----
Bekele Gerba, Jawar Mohammed, Hamza Borana, et al. are on a HUNGER STRIKE.

DEMANDS:

1. Move Colonel Gemechu Ayana to a safe location. Colonel Gemechu was moved to an area of Kaliti Federal Prison with extremely violent convicts who stabbed and killed inmates last weekend.

2. End mistreatment of families of political prisoners while they visit their loved ones at Kaliti Prison and elsewhere.

As a result of the hunger strike, they have become very weak and unable to talk to their family members. Unless there is immediate solution to their demands, their health may be at significant risk.

-----
#FreeColonelGemechuAyana
#FreeAllOromoPoliticalPrisoners
#OromoYellowMovement
#JusticeforHachaluHundessa
#Plus178candidatesbehindbars
#FreeJawarMohammed
#FreeBekeleGerba
#FreeAbdiRegassa
#FreeDejeneTafa
#FreeHamzaMohammed
#FreeJournalistMeleseDirribsa
#FreeHamzaBorana
#FreeShemsedinTeha
#FreeMichaelBoran
#FreeLammiiBeenyaa
#FreeDawitAbdeta
#FreeKennasaAyana
#FreeAllPoliticalPrisoners
---- #Share
2024/09/25 19:31:59
Back to Top
HTML Embed Code: